Telegram Web Link
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAE7TdvIZEUaX7uKPMw
"Baay'ina nama irreeffatuu murteessun safuudha''
Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa.
Forwarded from ORO FEDERALISM UNION
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
πŸ‘‰β€πŸ™ŒWOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
πŸ™CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒ²πŸŒ²πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ…ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@ABDETUOR
πŸ™ @ABDETUOR πŸ™
@ABDETUOR
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
"Ummanni Oromoo daangaa hanga daangaatti mufatee jira. Kana sirreessuu qabna jennee irra deddeebidhaan Mootummaa yoo gaafannu , isin waan kana keessa hin galinaa Afaan keessan cufadhaa taa’aa, isiniiyyuu nutuu isin ijaaree nuun jechaa turan.”
...............
β€œIrreecha Baranaa Kanarrattimmoo nuti Abalu haa dhufu abalu haa hafu jechuu hin dandeenyu.
Lakkoofsa namoota Irreecha dhufaaniitis murteessuu hin dandeenyu.”
Abbaa Gadaa Oromoo
Hidhamtoonni siyaasa galmee Jawar Mohammed jala jiran bor mana murtiitti beellama qabu.
#Dhaddacha!

Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa, ramaddii dhaddacha Araadaa kan yeroo beellamaa Gorsaa Seeraa Kantiibaa Itti Aanaa magaala Finfinnee duraanii Taakkalaa Uumaa kan turan Ogeessa Seeraa Batiruu Dibaabaa mirga wabii qarshii 4000 tiin eeguufiin ajaja kenneera.
Mootummaan amma biyya bulchaa jiru kun mootummaa afaan malee gurra hin qabneedha"
Pro. #Mararaa_Guddinaa
Dhaamsa Jawar Mohaammad Har'a Mana Hidhaa Qaallittiirraa Dhaame Keessaa
___
"Kan himanni irratti banamee murtiitti dhiyaate ana ykn Baqqalaa, Hamzaa, ykn Shamsaddin fa'aa miti. Hooggantoota KFO fi ABOtis miti. Kan himanni-irratti dhiyaatee hidhaa jiruu fi yakkamee murtiitti
dhiyeeffame kaayyoo sabboonummaa Oromooti. Gaaffii uummata Oromoo waggoota 50 fi 60mman-darban kana keessa dagaagetu bara PP kana-yakkamee himatamaa jira. Warri PP Sabbonummaa
Oromoo salphisanii akka siyaasa jibbiinsaatti-dhiyeessuuf carraaqaa jiru. Kan murtiitti dhiyaatee yakki irratti tuulamee himatamaa jiru
OROMUMMAA'dha. Ummanni keenyaa fi-sablammoonni biroon HAQA kana beekuu qabu!
Haqa kana akkanatti hundeerraa yoo beekanii-hubatan malee furmaata waaraa fiduun rakkisaa
dha!"
Afaan Ingiliziirraa Afaan Oromootti Kan Hiikte
~Yeroon Tol - Horii Buli.
Lakkoofsota abbaa carraa lootarii Tombolaa Lammiitu Lammiif.

Carraa gaarii!
@OROMOTOO
@DEDRORO
Manni Murtii Onlaanaa Federaalaa himata Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa Obbo Jawaar Mahaammadfaa namoota 24 irratti hundeesse himatamtootaaf dubbisuu eegaleera.
Obbo Jawaar Mahaammad, Obbo Baqqala Garbaa, Hamzaa Adaana /Hamzaa Booranaa/ fi Shamsaddin Xahaa uffata mana sirreessaa halluu keelloo qabu uffatanii mana murtiitti dhiyaatan.
Kana malees haguuggii afaaniifi funyaanii β€˜mask’ suuraa artiist Haacaaluu Hundeessaa qabu godhataniiru.
Himatamtootni nama lama lamaan harki isaanii cancalaan walitti hidhamee dhaddacha keessa kan turan yemmuu ta’u, yeroo abbootin seeraa gara dhaddachaa seenanii dhaddachi eegalutti himatamtootni harka isaanii walitti hidhame ol baasun agarsiisaniiru.
Abbaan seeraas cancalli akka irraa hiikkamu ajajuun irraa hiikkameera.
Sababa himata galmee biraatin irratti banameen dhaddachawwan lama darban irratti kan hin argamne qondaalli KFO Obbo Dajanee Xaafaas har’a mana murtiitti dhiyaataniiru.
Maatiifi waahillan himatamtootaa lakkoofsaan naannoo 20 ta’anis galma dhaddachaa mana murtichaa β€˜Fitih Addaaraash’ jedhamutti argamuun adeemsa dhaddachaa hordofaa jiru.
Akkuma dhaddachi eegalen Obbo Hamzaa Adaana β€œerga ganamaa cancalaan hidhamnee turre. Mana kana keessa sa’aa lamaa olif cancalaan hidhamnee turre. Akka nurraa hiikan gaafannus nu didaniiru” jechuun himataniiru.
Gama biraatin gaazexeessaan OMN Mallasa Dirribsaa β€œganama naannoo sa’aa 12 dhufanii balbala nurratti rukutan. Ciree akka nyaanullee carraa nuuf hin laanne” jechuun haala kanaan dhaddacha keessa turuun akka itti ulfaatu dubbateera.
Abukaatoon himatamtootaa gama isaaniitiin himatamtootni ciree osoo hin nyaatin cancalaan hidhamanii sa’a dheeraaf turuun qabiinsa sirrii akka hin taane mana murtichaatti himaniiru.
Kana malees hooggantootni siyaasaa fi kunneen biroo harki isaanii cancalaan hidhamuun kabaja isaanii kan hin gitne akka ta’ee fi manni murtichaas dhimmicharratti ajaja akka kennuuf gaafataniiru.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
πŸ‘‡
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... πŸ‘†


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
Forwarded from ORO FEDERALISM UNION
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
πŸ‘‰β€πŸ™ŒWOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
πŸ™CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒ²πŸŒ²πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ…ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@ABDETUOR
πŸ™ @ABDETUOR πŸ™
@ABDETUOR
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Δ¨ Γ£m ΒͺbΔ‘Δ• Γ‘Δ™)
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Laali bareedina Aadaa keenyaa!!!
2024/09/28 13:20:08
Back to Top
HTML Embed Code: