Telegram Web Link
"Akka paartii keenyaatti biyyi paartilee morkattootaa ofirraa hiitee yaada haaraa, karchallee buusaa_dimookraasiidhaan ijaaramtu hin jirtu. Sababa kanaafuu, hidhamtootni siyaasaa amma manneen hidhaa mootummaa keessatti yakka malee hidhamanii dararamaa jiran yoo hiikaman hudhaa
siyaasaa Itoophiyaan keessa galtee jirtu akka furutti amanna. Kun ta'uu baannaan hookkarrii fi
gaaga'amni guddaan gara fuulduraa akka mudatu ni
mul'ata."
Kongresii Biyyoolessa Oromoo (#KFO)
Pro.Mararaa Guddinaa
: Haala yeroo irratti boru Professor
Mararaa Guddinaa waliin,
- Ibsaa KFO’n baase
- waliigaltee Oro-Maraa
- Himata Shororkessummaa fi qabxilee garagaraa
irraatti mari'atamee jira boru hordofaa. Sa'aatii isaa akkan adda bafadheenin isiin biran gaha. #OMN Filannoo dhaloota Qubee
Si jaallanna!
Baga geessan. #Irreechaa 2020 Ganzabee Dibaabaa
Dararaa Oromoo irra gahaa jiru!
Irreechi Irree kooti!
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
🗣GORSOOTA HAYYOOTA GAGGABAABDUU
❤️💚❤️💚❤️💚❤️
📛Hiyyeesa jechuun nama qarshiin hiyyoome osoo
hin taane nama sammuun hiyyoomeedha.
📛Beekaa jechuun nama dogongora ofii ofitti
beekee irraa sirraa’eedha.
📛Moo’uu jechuun tokkoffaa bahuu osoo hin taane
jijjiiramas agarsiisuudha.
Mana Daldalaa
Obboleettii Obbo Jawaar Mohammad kan taate
Mishaa Siraaj Mohammad irratti tikni mootummaan
saamicha raawwate.
....
Magaalaa Adaamaa keessatti hojii daldalaatti
bobbaatee kan jiraattu, Obboleettii Obbo Jawaar
Mohammad, 'guyyaa kaleessaa poolisiin Federaalaa fi Oromiyaa suuqii daldalaakoo saamuudhaan,
meeshaalee birrii kuma dhibba lama (200,000) olitti.tilmaamu na jalaa fudhatan' jechuun OMN-tti himte.
Adde Mishaa Siraaj jiraattuu magaalichaa yoo taatu, hojii daldalaatti bobba'uun ishee waggaa guutuuf akka adeemu dubbatti. "Akka lammi biyyattiitti.gibira daldalaan tokko baasuu qabu baasee, hayyama guutuudhaan hojiitti bobba'ee utuun jiruu, sababa obboleettii Jawaar Mohammad ta'e qofaaf mootummaan amilee maatii kootii miidhuuf, rakkoo dinagdee keessatti na kuffise" jechuun dhimmicha OMN-iif ibsiteetti.
Akka Mishaan jettutti, erga Obbo Jawaar Mohammad hidhamanii as, dhiibbaan-mootummaatiin, kallattiifi alkallattiidhaan Maatii
Obbo Jawaar irratti godhamaa jira.
Jawaar Mohammad beellama mana murtii-duraaniirratti yeroo dhihaatan "sababa koo, dhiibbaan maatii kiyyarratti godhamu dhaabbachuu qaba. Ani nama biyyaati; nama siyaasaati." jechuun dubbachuun isaanii ni yaadatama.
"Ummanni Oromoo daangaa hanga daangaatti mufatee jira. Kana sirreessuu qabna jennee irra deddeebidhaan Mootummaa yoo gaafannu , isin waan kana keessa hin galinaa Afaan keessan cufadhaa taa’aa, isiniiyyuu nutuu isin ijaaree nuun jechaa turan.”
...............
“Irreecha Baranaa Kanarrattimmoo nuti Abalu haa dhufu abalu haa hafu jechuu hin dandeenyu.
Lakkoofsa namoota Irreecha dhufaaniitis murteessuu hin dandeenyu.”
Abbaa Gadaa Oromoo
Namni nagaa dhabe nagaa barbaacha gara Bosonaa nii deema!" #OMN irratti Proof.Mararaa Guddinaa
Forwarded from bhrDbot
Breaking News

'Channalonni telegramii irratti argaman bayyeen isaanii  baysiisa malee hojii dhiise  jira.

Kanaaf namoonni boohartii, bashannana,  seenaa,  walaloo, dhaamsa, jechamoota, gorsa fi kkf barbaaddan gara channel Ibsam Tube dhufuu dandeeysu.

Nan sobee Adminoota keenya👈
Namni amalli isaa akkanaa akkam....😍

Dhugaa anilleen akkana😊
Yunivarsiitii Odaa Bultum!

Yunivarsiitiin Odaa Bultum barattoota bara 2012 keessatti qormaata seemisteera 1ffaa fudhachaa osoo jirtan sababa COVID-19 addaan citee gara maatiitti galtan qormaatichi amma yeroo waamichi taasifamu guyyoota jalqabaa 5 keessatti akka kennamu hubattanii gamanumaan qophii barbaachisu akka gootan dhaamsa dabarseera.
Giddu galli onnee Ityoophiyaa qorannoo duraa onnee bilisaan taasisuufi.

Giddu galli onnee Ityoophiyaa waggaa waggaan Fulbaana 19 kan kabajamu guyyaa onnee idil addunyaa sababeeffachuun guyyoota 3 kan turuu qorannoo duraa onnee bilisaan akka taasisuu beeksise.
Mata duree ‘onneewwan caban onneerra ni suphina’ jedhuun torbee tokkoof hubannowwan garaagaraan ni yaadataman.
Guyyaan onnee idil addunyaa har’a eegaleera.
Saganticharratti Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktara Liyaa Taaddasaa, Ministirri Ministeera Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Dooktar Eergoogee Tasfaayee akkasumas keessummoonni affeeraman argamaniiru.
2024/09/28 15:34:00
Back to Top
HTML Embed Code: