Telegram Web Link
Korma dhugaaf booratu biyyeen ija hin buutu.
Falmaa mirga dhala namaa,
Ati yoomuu anaaf goota goota caalu.
Ati mul'ata guddaa qabda,

anatti guddaa ta'ee mul'ata malee nin beeka ati siif kun gufuu tiqqoodha karaa keetirraa si dhaabuu dhiisi sin gitintirsitu. Rabbi si wajjiin haa jiraatu baabaa kiyya.
Biyyi hayyuu fi beekaa ofii hin kabajne ofiif kabajaa dhabdi.

Ummanni biyya kanaa akki taane akkana.
Qeerroo Finfinnee irraa

"Oboleessa kiyya waan kana naaf maxxansi
Finfinnee keessa jirra hiriyoota koo waliin ,sa'aa muraasa dura mormiin dhoohe Ture " jawartu nu bulcha jedhaa turan konkolaataan bira darbaa turre dhaabbannee maaloo miiraa keessa harra galuun nu barbaachisu harruma obsinee Bor waliin mormii keenya dhageesifna jenneenit xinnoo tasgabbiin yoo uumamu deemne amma pp rifattee nama karraarratti argite hunda qabdee deemaarti kanaaf nuuf dhokkadhaa jedhiin hamma boor wal arginnutti galatoomii"

Maaloo share godhaa

Ergaa karaa
@Abdetubot
@OROMOTOO
Baga ittiin isin gahe, nu gahe !
እንኳን አደረሳችሁ፤ አደረሰን !

Ayyaana Gaarii !
መልካም በዓል !
Irreecha2013
Jawar fi Irreecha!
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... 👆


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
Peoples' Constitutional Demands deserve Constitutional Responses!
=====================
Peoples' demand for statehood (which is an aspect of the right to self-determination under art 39) is a constitutional right to be respected in accordance with the appropriate constitutional procedures.

The consent of the people is at the very core of this right in terms of substance as well as process. Accordingly, the proper constitutional route (and the more responsible thing to do) in order to address the demands for statehood is to organize and conduct referenda to give expression to the peoples' desire to determine their own destiny.

Any top-down creation of an arbitrarily drawn geographic entity, and calling it a "Southwest State," in which to cram diverse nations merely on the basis of the decision of co-opted party officials, is not just unacceptable as a political practice; it runs counter to the principle of self-determination.

It is utterly unconstitutional and, as such, degrades the sovereignty and collective agency of the peoples concerned.

The government can't form a state on fiat whenever it finds it convenient. This practice, as Abiy's pre-emptive tactic to illegally dissolve the right to statehood, dilutes popular aspirations for self-rule and undermines constitutional-legal processes and institutions. And it should be rejected as such.

#Abiy_is_the_past!
#Abiy_must_be_removed!
✍️HIN DUUNE,HIN DUUNE
GUMAA GOOTOTA DU'ANII
ISA JIRUTUU BAASA
QABSOON FININEE TOLEE
ISA RAFE KAASAA
HIN DUUNE


^========^

=✔️Diinni ilkaan baasee
Bara lakkaa’atus
Kichuu ciree nyaatus
Goonni qabsoof bahee
Hin duune
Inni qabsoof du’es
Hin duune

=✔️Dhaloonni qubee
Diinni garaa gubee
Qaawwa hin laatu
Eenyummaaf jabaatu

=✔️Hundaa harkaa qabus
Haqaaf dhugaatu harcaasa
Gumaa gootota du’anii
Isa jirutuu baasa
Qabsoon fininee tolee
Isa rafe kaasaa

=✔️Waa hedduu dhabne
Uumaaf umama keenya
Aadaaf duudhaa keenya
Lubbuu namaa keenyaas
Kan tokko bukkeesse
Tokko tolchuu hin dhiisu
Jabaadhu yaa qeerroo
Jajjaabee akka feerroo
Waraabessi guyyaa
Yoomuu namaa hin ciisu

=✔️Firaaf alagaa
Keenya adda baafnee
Offitummaa filattee
Dharaan dhugaa dabsaa
Akkamiin gargar footaa
Akka gocha diinaa
Dhugaaf haqaaf jirra
Ilmaan Oromoota
Atleet Qananiisaa Baqqalaa sababa miidhama isa muudateen dorgommii maaraatonii Landan Dilbata dhufu gaggeeffamurraa ala ta'ee. Dorgommiin Qananiisaa Baqqalaa fi abbaa riikardii maaraatoonii atleeti Keeniyaa Eluud Kipchoogee giddutti Dilbata dhufu Onkololeessa 04/2020 gaggeeffamuuf ture si'oominaan eegamaa ture.

Kenenisa Bekele withdraws from London marathon with calf injury. The three-time Olympic champion was expected to go head to head with Kenya's Marathon record holder Eliud Kipchoge at the elite only race on Sunday, October 4th.
Baga Jala bultii ayyaana Irreechaa Finfinnee fi-Bishooftuu bara 2020tin isin ga'e leenconni!
=>Yaya Beshir hayyuu abdii diinota keenya-dukkaneesse! Baga geesse beekaa!
#Gemeda_Wariyoo Leenca Irreecha hora bishooftuu 2016 Down Down wayyaanee jedhe Wayyaanee Maqaleetti deebisee, Oromoo addunyaatti muul'ise! Nuuf jiraadhu, baga geesse warqii!
#Finfinnee !
~Oromummaa keessaniin faayamaa, fageenya
keessan eeggachaa, Mask keessan uffachaa
Irreecha keessan Irreeffadhaa! Oduu isin
burjaajessurraa-fagaadhaa. Diinni keenya numa keessa jira. Nama hunda uffata aadaa Oromoo uffateef hin amaninaa! Namoonni uffata aadaa Oromoo uffatanii jecha hintaane akka dubbattan isin gochuuf l qophaa'an ni jiru. Nageenya keessan-dursa ofuma keessanii eeggadhaa. Kan isinirra-darbee-dhufeef dhimma nageenya keessaniif Isin wajjin jirra!" jedhu poolisoonni Federaalaa Finfinnee keessa jiran!
Waa'ee #Irreecha hayyoonni maal jedhu?

"Ayyaana Irreecha sababeeffachuun namoota wantoota aadaa fi duudhaa Oromoo ala ta'an dalagan jiru. Keessattu jala bulti ayyaanichaan mataa Hoolaa fi wantoota hin barbaachisne gara bishaanitti darbatu. Akkasumas shittoon bishaan irratti akka firfirsamu aadaan ajaju hin jiru. Ani yeroo baay'eef bakka san deddeebi'uun qoradheera. Warreen kana hojjetan Oromoota osoo hin taane 'xonqaayoota'. Sabaanis yoo ta'e yeroo baay'ee akkan ilaaletti saboota birooti. Ofii isaanif waa kana hojjataa deebi'anii maqaa nu balleessuuf yaalu. Oromoon gara malkaatti kan bu'u galata galfachuuf malee waan kana hojjechuuf miti. Uummatni hundu kana nuuf hubachu qaba." ~ Abbaa Caffee Caalaa Soorii

Ayyaana gaarii!
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Baga Jala Bultii Irreecha Hora Finfinnee fi Harsadeen Isin Gahe, Nu Gahe! Baga bacaqii gannaa baatanii ifa birraa argitan!
Happy Irreecha thanksgiving and peace festival!

Horaa Bulaa, Deebanaa!
Aadaa Oromoo/Oromo Culture
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Namootni si waliin eegalan kamuu si waliin xumuruu hin danda'an.
__________________
@Jechamoota



https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
#WashingtonPost: Humni Nageenyaa kan dachii-dhiphisee fi Hidhaan Jumlaa raawwatamaa oole, jedha Gabaasni #WashingtonPost
Sabni Guddichi Ethiopia, Oromoon hardha Ayyaana
irreechaa kabajachuu kan eere Miidiyichi,
#Qophicharratti irratti humna eegumsaa lafa-
dhiphiseen marfamee, namootni muraasni qofti akka ayyaanicha hirmaatan jedheera.
Guutuusaa kunoo dubbisaa
https://www.washingtonpost.com/world/africa/
tight-security-many-arrests-for-ethiopian-irreecha-
festival/2020/10/03/eae33278-0553-11eb-
b92e-029676f9ebec_story.html
#Irreechaa2020 #InternationalMediaCoverage #irreechaaUpdate
#EthiopiaPoliticalCrisis
#OromoProtest #AbiyMustGo!
Hubadhaa: Gabaasaalee Miidiyaa Gurguddaa
kanneen jala deemanii waliif hiruun bu'aa olaanaa qaba.
2024/09/28 15:35:05
Back to Top
HTML Embed Code: