Telegram Web Link
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummata FDRI walga’ii ariifachiisaa 4ffaa bara hojii 5ffaa har’a galma walga’ii Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeesseen muudama ministirootaa fi abbootii murtii raggaasiseera.
Manni marichaa muudama ministirootaa Muummeen Ministiraa FDFI Dooktar Abiy Ahimad dhiyeessan raggaasiseera.
Haaluma kanaan:-
1. Dooktar Qana’aa Yaadataa Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI.
2. Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Abbaa Alangaa Waliigalaa DFRI.
3. Dooktar Saamu’eel Hurqaattoo Ministira Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota olaanoo.
4. Injiinar Taakkalaa Uumaa Ministira Ministeera Albuudaa fi Boba’aa ta’uun dhiyaatan manni marichaa sagalee caalmaan mirkaneesseera.
Dabalataan manni marichaa kaadhimamtoota abbootii murtii mana murtii olaanaa federaalaa 40 fi sadarkaa jalqabaa 50 dhiyaate sagalee caalmaan raggaasiseera.
MuudamtoonnI kunneen mana marichaa fuulduratti dhiyaachuun kakuu raawwachuu isaanii ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI irraa argame ni mul’isa.
@Dedroro
Filannoo biyyoolessaa Itoophiyaa 6ffaan akka gaggeeffamu murtaa’e.

Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI filannoon biyyoolessaa 6ffaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuu hubannaa keessa galchuun barana akka gaggeeffamuuf qophiin akka eegalamu murtee dabarseera.
Manni marichaa walga'ii ariifachiisaa 4ffaa bara hojii 5ffaa har'a gaggeessen weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dhoorkiiwwan kaa'aman akka kaafaman, sochiin hawaasummaa fi diinagdee akka eeyyamamu, manneen barnootaas akka banaman murtee dabarseera.
Murtichis sadarkaa sadarkaan qaamoleen jiran qajeelfamaa fi hojimaata raawwii diriirsuun hordoffii cimaa fi to'annoo akka taasisan kallattii kaa'era.
Koreen dhaabbii dhimma dubartootaa, dargaggootaa fi hawaasummaa, tumsa koree dhaabbii dhimma seeraa, haqaa fi demokraasii waliin ta'uun weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf yaada murtoo fi kallattii gara fuula duraarratti dhiyeesse manni marichaa sagalee mormii 1, kan sagalee hin laanne 8, sagalee caalmadhaan raggaasiseera.
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
🔊🔊🔊🔓🔑 JOIN👇👇👇👇👇👇👇👇
👉👉 @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
Yaada yoo qabaattan ykn waantota foyyessuu qabnu @Abdetubot fi @Abdetbot fayyadamuun nun gahuu ni dandeessu!
SHare fi invite gochuun nu gargaaraa!! Join us 👇👇👇👇
@HARARGETUB
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Wallisaa Jaafar Yuusuf Finfinneetti hidhamee jira.
Abiy beekkumsa hin qabu. Kanaaf waan danda’amuu fi hin danda’amne addaan baasee hin beeku. Oromummaa balleessuun ni danda’ama jedhee yaada. Osoo beekkumsa qabaatee akka hin danda’amne hubata ture. Amma yaaleet qabatamatti akka hin danda’amne baraa jira waan ta’eef qabsoo jabeessaa!
“H/lixaa Ana Habroo Darraku bitaniya
Mamad Awal jedhama har'aa ganama Darraku bitaniya keessatti miliishaa motummaatin badii takkan malee rasaasan rukkutamee yaroo amma tana Hospital Galamsotti wal Anamaa jira”
“Irreechi irree keenya” jechuun waan salphaa isinitti hin fakkaatin. Irree keenya cabsuun hin danda’amu! Nutis Oromoon Irree keenya ni agarsiifanna!
Bahirdaaritti Amaarri akkanatti yaa’ee ayyaana kabajate. Akkamitti Irreechi tikeetaan seentan nuun jedhu? Tuffii addunyaa irratti hin mul’atin Oromoo irratti raawwatan. Maqaaf Amaarrii fi Oromoon lammii Itoophiyaati. Garuu Amaaraaf mirgi kabajamee Oromoof mirgi sarbame. Osoo agarru gabrummaa akkanaa jalatti kufnaa? Abadan hin kufnu! Qabsoofnee Oromummaa keenyaan mataa olqabanna!
Baga Ayyaana Masqalaa geessan!
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼

Hordoftoota amantaa Kiristaana maraa baga ayyaana Masqalaaf nagaan geessan! Akkasumas ummata Oromoo maraan baga bacaqii gannaa ofkaltanii booqaa birraatti baatan!

@oromotoo
@Oromotoo
Baga Ayyaana Irreecha Bara #2020 Isin gahe. Hin dagatinaa Guyyaa 6 qofat hafeemmoo😍😍😍❤️
#Irrecha_Hora_Finfinnee🌳
#Irrecha_Hora_Harsadee 🌳

Suura keessan @ABDETUBOT IRRATTI NUUF ERGAA JENNA
#xoxo
Irreecha Waggaa Darbee😭 Har'a Eessa jirtuu Hacee fi Jawar?
"Nama oromoo ganee darbiteef hin argine kan salphatee malee" jedhe #jawar_Mohammed Dhuguma abiyyis kanumatu mudatee itti muddaa Qeerroo fi qarreen keenya
Garsiisaa #Faajjii_Keenya❤️🌳❤️
@OROMOTOO
@OROMOTOO
2024/09/28 19:22:33
Back to Top
HTML Embed Code: