Telegram Web Link
Bareeduu #Harargee❤️❤️❤️
@DEDRORO

Join this 👆👆channel for more photos.
And send ur photos via @Abdetubot

#burtukan_midhegsa
@HARARGETUB
@DEDRORO


👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
suuraawwan aada fi amaayya tahan nuuf Erga🙏
Send ur pic 👇👇
@Abdetubot
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
Dhaamasa seenaarra

Mee yaa dargaggootaa lubbuu teeysan baraaraa. Yaa dhiirota qalbiin jabaate hoo! Dubartootaf garaa laafaa. Kabaja isaanii gaafa irra mulqitan isiniis guyyaa tokko akka salphattaniifuu yaada.

Umriin oowwafii if eeggannoo cimatti haajamu umrii dardarummaa irratti bakka tana oobsitee dabarraan jireenya kee guutuu ngyn jiraatta. Asitti nyaadhamnaan zalaalam sheenooyta. Odoo lafa badii sagaggalummaa itti daleeyde irraa kilo meetira kuma 100 ol fagaattee jiraatteehille badiin isaa suma qirqirsa hirriiba suma kuta sheenaa itti fufaa tahe sumatti gad dhiisa. Maatii jaartee ilmaan hortuus dhiphinni kun mana sirratti jaarrateeti jira waan taheef hanga duutuu gad sin dhiisu. Akkam yoo buhaarte badii kanaan daqiiqa 10 ol hin buhaartu garuu gaddaafii sheenaa umrii guutuu keeysaa hin baatu kanaafuu lammii too hoo! Daqiiqaa 10f jannee umrii nuuf hafe akka hin booreeysine.

😍Shamarranii hoo ! Seenan tun sin barsiifnee an siif dhaamsa seenaa tana caale hin qabuu.
😍Dhaamsi itti fufa.

@oromotoo
@oromotoo
@oromotoo
HIDHAMAA SABABAA HIN TA'IN (SABABAAN HIN HIDHAMIN)

Irra deebin kan maxxanfame

kufaatii keenyaf sababoota hedduu dhihessuu barree jirra, duubatti hafuu keenyaf Waan feenu osoo hin ta'in Waan hin feene taanee argamuu keenyaf osoo sababa gafatamnee waa hedduu tarreessuu dandeenya.
Garuu Yeroo hunda lakkuma sababa dhihessinun(qabaannun) kufaatii keenya jaalalan fudhachuuf qophii ta'aa dhufna jechuudha, kana qofa miti kufaatii Keenya kan fuula duraatifis qopha'aa nu godha.

Kaayyoo yoo qabaatteefi kaayyon kee jiruu keetif hiika guddaa kan qabu yoo ta'e, eenyummaa duwwaa irraa baatee eenyummaa hiika qabu qabaachu yoo feete sababa dhiheessuu dhisi.

Hundi keenya kufaatii keenyaf sababoota hedduu tarreessuu dandenya jiruma keenya irratti itti gaafatamummaan Waan nurra hir'atef, akka nuti of hin jijjiirre sababoonni keenya hidhanii nu qabu.

Namoonni Milka'aan (galma gahan) garuu warroota kufaatii isaanitif sababa kennuu hin feene sani.
Milkaa'ina Yeroo jennu qarshi ykn kuufama qabeenyaa qofa akka Milkaa'inatti Lakkaa'u hin qabnu, Milkaa'inni madaallii keenyaan laalama Wanti walii nu galchu tokko garuu Namoonni Milka'aan (galma gahan) namoota jiruu filatan jiraachuu danda'an, Waan Onneen isaani feete, karaa jiruu isaanitif hiika kennurra warra deeman, ifaan isaanii isaan irra dabree namoota biraatif warreen ibsan sani...

Itti fufa.... An @Abdetubot ti yaada qabdan nan gahaa
Maaltu itti ida'amu qaba fi kkf

@OROMOTOO
@OROMOTOO
# join share
Waan sirraa lafatti hafeen utuu hin taane waan qabdurraa hir'isii isa rakkate gargaari!
Jallinniifi hamminni kee deebi'ee si'uma balleessa. Mismaarri ati namatti horduuf qopheeffatte turullee sitti hordamuunsaa hin oolu. Qodaa namaaf safarteen safaratta. Yoo ofiif jette waan gaarii yaadi, waan gaariis godhi!
Forwarded from Bahar Tech Insights
Waan takka tolchuuf yeroo hin kennin tura keeysa baduun ni mala.
👉 Baqaqaan dhaabarra/Gidararraa yoo hin duuchamne ni baldhatti.
👉 Dhukkubniis yoo dawa/qoricha hin arganne ni sharafa/dabala.
👉 Dogongorriis yoo hin qajeelfamne ni guddata.
👉 Wal-muffiin jiddu nama lamaa yoo araraan hin furamne ni hammaatti.

👉 Join us 👇👇👇

@Ibsamtube
Forwarded from Deleted Account
ODUU GAMMACHIISAA


Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een gatii madalawaadhan yeroo gababduu kessatti hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu👇👇

Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf 👇
@ABDETUOR

Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf 👇
@ABDETUOR

Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf 👉 @ABDETUOR

Chaanelii miseensa 15,000k qabu gara 20,000k tti ol guddisuuf👇
@ABDETUOR
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
A-Abbaa Qeerrooti
B-Bareedaa Namaati
C-Carraa Qabeessa
D-Daandii Bilisummaati
E-Eebbifamaa Namaati
F-Farraa Dinaati
G-Goota Haqaa dubbata
H-Haayyuu Sabaati
I-Ija Ummataati
J-Jaanjeessaa Wayyaaneetii
K-Kennaa Oromooti
L-Leenca Sabaati
M-Maandisa Qabsooti
N-Naadhii Dammaati Dubbiinsa
O-Oromoo Qulqulluudha
P-Partii Ummataati
Q-Quqamaa mirgaa dhala namaati
R-Roraasaa Dinaati
S-Sabboonaa Oromooti
V-Video Ummataati
T-Tokkummeessa Oromooti
W-Wixinee Qabsooti
Y-Yaaddeessa Nafxanyati
Z-Zeroon Baayisa Dinaa Hundaati
#Join 👇👇👇👇
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Yaada yoo qabaattan ykn waantota foyyessuu qabnu @Abdetubot fi @Abdetbot fayyadamuun nun gahuu ni dandeessu!
SHare fi invite gochuun nu gargaaraa!! Join us 👇👇👇👇
@HARARGETUB
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Ityoophiyaan Saatalaayitii 2ffaa baatii Muddee gara Hawwatti furguggisuufi
Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa Saatalaayitii 2ffaa qorannoo dacheef gara Hawaatti baatii Muddee 2013 furguggisuuf ta’uu beeksise.
Saatalaayitiin 2ffaan kun Muddee 10, 2013 giddugala furguga Saatalaayitii Chaayinaa gara Hawaa kan Furgugamtu ta’uu daayreektarri olaanaan Inistiityuutichaa Dooktar Salamoon Balaay turtii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet waliin taasisaniin ibsaniiru.
Guyyaa fi sa’aatii Saatalaayitiin jalqabaa Ityoophiya bara darbe furgumateetti isheen 2ffaan moggaasaa ‘ET Smart’ jedhamuu laatameef gara hawaatti ni furguugamti jedhaniiru.
Saatalaayitii 2ffaan qorannoo dachee kun bakka isheen duraa hin qaqqabne uwwisuun odeeffannoo qonnaaf oolu laachuun shoora olaanaa baati jedhameera.
Umrii waggaa 3 hanga 4 kan jiraattu Saatalaayitiin kun Kiiloo graama 12 ulfaatti jedhame.
Saatalayiitiin jalqabaa baasii kana dura odeeffannoof ba’u hambisuu caalaa damichaan hariiroo biyyaalessaa fi idila addunyaa cimsuu keessatti tajaajila olaanaa kannaa jiraachuu ibsameera.
Saatalayitiin ‘ET Smart’ hanga ammaatti Birrii biiliyoonni 2 baasii itti ta’uu Dooktar Salamoon himaniiru.
Waggoottan kurnan dhufan keessa Saatalaayitoota 7 gara hawaatti furguguuf hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.

@DEDRORO
Dhaddacha!

Manni Murtii Olaanaa Shawaa Bahaa dhaddacha har'a Kibxata Fulbaana 12/2013 taa'een obbo Lidatuu Ayyaalew wabii qarshii kuma 100n hiikamanii dhimma isaani alatti akka hordofan murtoo dabarse. Manni Murtiichi dhimma obbo Lidatuun itti himataman ilaaluuf Fulbaana 20 bara 2013f beellama jijjiiramaa laateera.

Maddi: Ethiopia Insider
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummata FDRI walga’ii ariifachiisaa 4ffaa bara hojii 5ffaa har’a gaggeesseen muudama ministirootaa fi abbootii murtii raggaasise.
2024/09/28 21:37:48
Back to Top
HTML Embed Code: