Telegram Web Link
Hinseene nutti hinfakkaanne malee, Edaa_Itoophiyaan tun jalqabumayyuu Oromoo cabsuuf, Oromoo nyaachuf uumamte!
แŠฅแŠ› แŠ แˆ‹แ‹ˆแ‰…แŠ•แˆ แŠฅแŠ•แŒ‚ แˆˆแŠซ แŠฅแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แˆ˜แŒ€แˆ˜แˆชแ‹ซแˆ แˆตแ‰ตแˆแŒ แˆญ
"แŠฆแˆฎแˆžแŠ• แˆˆแˆ˜แ‰ฅแˆ‹แ‰ตแค แŠฆแˆฎแˆžแŠ• แˆˆแˆ›แŒฅแ‹แ‰ต แŠแ‹แข
~Unfortunately we didn't understand that Ethiopia
was originally created just to eat Oromo, to destroy
Oromo people!
! we don't look like us, this #Ethiopia is created to
break oromo, to eat oromo!
โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹Baga Geessan!

๏ธBaga ayyaana Masqalaa kan bara 2013 nagaa fi fayyaan geessan!

Kiristiyaanonni Itoophiyaa fi biyya alaa jirtan hundii baga ayyaana masqalaa geessan.

Ayyaana Gaarii!


@OROMOTOO
โœ " Of beekuun foormulaa hin qabu jechuun Of wallaaaluun foormulaa qaba jechuudha."

โœ Of beekuun beekumsa beekumsa caaluudha.
Of beekuu wanti bakka bu'u hin jiru.

โœ Albuudni namni itti fayyadamee fixuu hin dandeenye OF BEEKUUDHA.
โœ Of beekuun foormulaa hin qabu.
โœ Of wallaaaluun garuu foormulaa walxaxaa ta'e qaba.



ยฉ Miratuu Shaanqoo


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
Forwarded from ๐Ÿ”ŠHARARGEE MEDIA
MICHUU SEENAA
๐Ÿ‘‰Chaanaalii kana jalatti baldhinaan waa'ee Seenaa ummata Oromoo isiniif dhiheessina! NU hordofaa!!!!
โคโค
JOIN JOIN JOIN
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROMO7
@OROMO7
@OROMO7
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
โœ”YAADAF ๐Ÿ‘‰ @KeybekBot
https://www.tg-me.com/Oromo7
MADDA BEEKKUMSAA๐ŸŒณ
Photo
โญ•Kan sammuun dhoqqee jedhu arrabni warqee jedhaa
โญ•Faaggaa jechaan miidhagsee birbirsa gochuu fedhaa
โญ•Waan sammutti hadhaa'uutu arrabaaf dhadhaa caalaa
โญ•Bakka sammuun itti boohutti arrabni sirbaa oolaa
โญ•Akkasiin bade namni badee sokke karaarraa
โญ•Itittuun arrabaa sani hin mullatu garaarraa
๐Ÿ”ท๏ธDubbiidhaan nadhii cobsa lapheetti ba'atee gobaa
๐Ÿ”ท๏ธMiidhagee buluuf jedheetuu arrabaan sammuu sobaa
๐Ÿ”ท๏ธGogaadhaanjiidhaa jechuu kana fakkeeysaa gurra shanii
๐Ÿ”ท๏ธSeenaan koos nan barsiifnee abbaan koos nan barsiisne isa kana hin beeku anii
๐Ÿ”ท๏ธKan sammuun quba hin qabne kan dhugaan keeysa hin jirre jechaan yoon laadhe gonfaa
๐Ÿ”ท๏ธLafee goota meeqaatu awwaalaa natti kolfaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
Forwarded from bhrDbot
Breaking News

'Channalonni telegramii irratti argaman bayyeen isaanii  baysiisa malee hojii dhiise  jira.

Kanaaf namoonni boohartii, bashannana,  seenaa,  walaloo, dhaamsa, jechamoota, gorsa fi kkf barbaaddan gara channel Ibsam Tube dhufuu dandeeysu.

Nan sobee Adminoota keenya๐Ÿ‘ˆ
โ€‹#JAWAR
Si mitiim lap tooppii keeyyuu
Ni beeku bareechanii
Gaafa Getaachoo Asaffaa
Gaafa Abbay Tsahaayyee sani!

Gaafa Shimallisii fi Abiyyiin
Ergamtuu turan sani
Tokkicha diinni sodaatu
Jabaa sabni ittiin dhaadatu!

Jiraattullee dukkana keessa
Ifaa jirtaam! akka addeessaa!
Jiraattullee hidhaa Qaallittii
Situ muul'ataam! akka biiftutti

Nama otoo aangoo hin argatin
Biyyaa fi lammii isaa bulche!
Nama qalamaa fi laptopdhan
Taankii fi baankii bool'a galche!

Si mitiim bilbila keeyyuu
Ni beeku bareechanii
Gaafa Mallas Zeenaawwif
Akka fardaa yaabbataman sani

Gaafa Shimallisii fi Abiyyiin
Ergamtuu turan sani
Situ bilisa isaan baase
Oolmaa kee maaf dagatanii?

Jira seenan galmaa'e
Eenyu akka farda ta'ee
Alagaa baachaa ture
Eenyu akka goota ta'ee
Madaa lammii isaa fure!
Eenyu akka harree ta'ee
Waan itti fe'an baachaa ture
Eenyu akka saree ta'ee
Waan itti darban nyaachaa ture
Eenyu akka Leenca ta'ee
Hidhaa diinaa ciccire
Eenyu akka jagna ta'e
Oroomoodhaf birmate
Eenyu akka gantuu ta'ee
Oromiyaa gurgurate
Eenyu akka baandaa ta'ee
Dhiiga lammii gad naqe
Eenyu akka jagna ta'ee
Imimmaan lammii haqe
Jira seenan hinbadnee
Har'a maal jetti gadheen!

Nan dhoowwinaa nan dhaqa
Erga yartuun na nyaartee
Erga Haceekoo ajjeeftee
Erga Jawaar kiyya xuqtee
Obseera hanga namaa
Kanarra maalittan obsaa

Nan falmadha mirga koof
Man'ee yartuuttan cabsaa
Erga jiraan kee kabaja dhabee
Du'aan alagaa faarfamee

Falmadhu hin ciisin Oromoo
agartuunkee buruqfamee
Leenci kan kee hidhamee
Hintaa'inii dammaqi, falmadhu
Lafaa fi lafeekee kabachiifadhu!

#แŒ€WAR !
Harโ€™a malee guyyaa 5 qofatu IRREECHAAF hafa
#Raayyaa_Abbaamacca
"Dhabamnu dhabamna malee gateettii ba'aa
kaleessaa san ofirratti deebifnee baannun hinqabnu.
Of ta'uu dadhabnus jara (orma) taanee jiraachuf
qophii miti!"

#Lammaa_Magarsaa
"Hawwii fi abjuu namoota muraasaa ta'ee hafa
malee, Oromoon sirna kaleessaa sanatti goonkumaa
hindeebi'u!"
"Kana booda humna Itoophiyaa tanaatii miti,
Raashiyaa fi Ameerikaanillee otoo walirratti idaa'amanii dhufanii uummata Oromoo dhaabuu hindanda'an!"
#JawarMohaammad Warqii santu waan amma-Kaadireen-abjoottu kana dursee likkii itti hime! Firris diinnis, gantuunis ergamtuunis hinbarreen haa bartu, Of duuba deebi'uun hinjirtu! Backing is NEVER!
#BRAVO_AMBOO !
"Harka bitaatti Eeboo fi gaachanatu jira! Yoo
hundi keenya duunee badne malee seenan hin-awwaalamtu, kan-awwaalamtes awwaalatti hin haftu. Seenaa rirmi hin nyaatu' Haceetu jedhe. Hin yaadda'inaa. Waan jala isaatti hin xumuramintu jira. Dhiyeenya kanatti xumuramee eebbifama!"
Prez. Yuniversity Amboo!
Siidan Haacaaluu Hundeessaa kan farda Siidaa Dabalee waliin Yunivarsiitii Amboo fuulduratti hojjatamee mootummaadhan dhorkame suni Designin isaa kanadha. Jalli isaa akka hin xumuraminii fi dhiyeenya kanatti xumuramee akka eebbaf ga'u Pireezidaantin Yunivarsiitii Amboo Dr-Taaddasaa-Qana'aa amma galgala kana bifa nama boonsuun uummataaf ibsanii jiru!! Akkanatti hojii nuuf malu, gootaf ta'u nu ibsu kan ija diina keenyaa guggubu kan kabaja keenyaf ta'u hojjachuun garaa diinaa gubuudha kinoo! 'Nutis Uummanni isin wajjin jirra, isin eegaa jirra' nuuf jabaadhaa' jennaani!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Boordii Filannoo Biyyaalessaa...!

Dr Geetahun Kaasaa miseensummaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa keessaa bahuuf gaafatan. Miseensa Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa kan tahan Dr Geetahun Kaasaa fedhiin boordicha keessaa bahuuf gaafatan.

Miseensota Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa shan keessaa tokko kan turan Dr Geetahun Kaasaa miseensa boordichaa keessaa bahuuf xalayaa galfachuu isaanii boordichi karaa feesbuukii isaa beeksise.

Dr Geetahun maaliif akka gadhiisuu barbaadan ifatti dubbachuu baatanis hojicha keessa turuu akka hin dandeenye himaniiru.

Boordichi miseensota shan kan qabu yoo tahu Obbo Wubishet Ayyelee, Aadde Bizuwarqi Ketete, Geetahuun Kaasaa fi Dr Abarraa Dagafaati. Aadde Birtukaan Miidhaksaa ammoo dursituu boordichaati.
"Obsuun waanuma jiru
Obsinee hamma obsaa
Erga sodaa fakkaatee
Ka'een ishiitti cabsa!"
Jettee kalee nuuf falmitee
Man'ee diinaa barbadeessite
Ol nu qabuuf ofii kufte
Nuuf jiraattee nuuf duutee
Karaa keerra nutu hiriira
HACEE yaa mootii dhiiraa!
Abbaan feete haa gantu
Abbaan feete haa hattu
Karaan keenya karaa keeti
Ni falmanna akkuma keetti
Bakka yartuun jirtu san dhaqnee
Man'ee gantuu fi hattuutti cabsinee
Ni falmanna teenyee hinduunu
Karaa keetirraa hin jajallannu!
Kan biyyoo na dhandhamsiise
Hammeenya keettodha shira
Isaan galaafanneerra se'an
Onnee Oromootaa keessan jira

Isaanitti fakkaateti malee
Bakka kiyya hin jiraatan
Isan ani dhugu hin dhugan
Kan ani nyaadhu hin nyaatan
Ulfinan oromoo irraa qabu
Yoomiyyuu bira hin ga'an
Maatii kiyyaafis ilmoo miti
Ijoollee koof abbaa hin ta'an

Sobanii isin faana boo'an
Aduu dhiitee bariitu
Garuu keessa isaanitti
Gammadanii lafa dhiitu!

Yaa lammii koo maal godhu
Ani miilana hin carroomne
Akka duriitti imimmaan koo
Keessan faana hin roobne

Namni Onneerraa na jaalatu
Inni boohee Haacee koo jedhu
Dhaamsa wayiin dhaamafii
Waanan jedhe naaf haa godhu.

Dhaamsi koos
Gaafa "yaa Oromoo" jedhan

Sagalee tokkoon owwaadhaaa
kutaaf gandaan waamamuu
Tokkummaadhan qoladhaa

Wal ta'aa waliin deemaa
Amantaa waliis kabajaatii
Yoo gamtaan keessan cime
Gumaan kiyyas ni baatii

Foon Guddattuu kiyyaatin
Isiniifan kakadhaa
Kanaan ala falli hin jiru
Har'umarraa beekkadhaa
!


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw
2024/09/28 21:37:02
Back to Top
HTML Embed Code: