Telegram Web Link
Qabeenyi iccitii Gammachuu osoo ta'ee , dureessaatu daandii irratti sirbuu qaba ture. Garuu daa'imman hiyyeessaa qofaatu akkas godha.
Osoo humni nageenyaa nageenya eegsisa ta'ee , aangawoonni osoo hin eegamne deemuu qaba ture. Garuu warri salphumatti jiraatu sodaa malee rafa.
Osoo bareedinnii fi beekamtiin walitti dhufeenya gaarii fida ta'ee , gaa'ila gaarii kabajaan jiraachuu qaba ture.
Salphumatti Jiraadhu. Deemsa salphaan.
Yeroo hunda Rabbiif galata galchi.



@DEDRORO
#Aarii /Anger.

Qorannoowwan akka agarsiisanitti Aarii to'achuu dhabuun dhukkuboota akka:
✔️Blood pressure/Dhiibbaa dhiigaa
✔️ Heart disease/dhukkuba Onnee.
✔️ Dhiphina Sammuutiif nama saaxiluu
✔️ Nyaanni akka hin daakamne gochuu danda'a.
✔️ Rakkoowwan akka hirriiba dhabuu , yaaddoo dabaluu, rakkoowwan gogaa qaamaa fi dhiigni sammutti dhangala'uu wajjiiniis wal qabata.

👉 Aarii Ukkamsuuniis miidhaa geessisuu danda'a. Aaruu keenya kan itti fufnu yoo ta'e , aariin akkasii dhukkuba keessa qaamaa miidhu wajjiin walfakkaachuu danda'a.



🙏kanaaf aarii to'achuu haa barannuu.


👇👇👇👇👇👇
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Jawaa Mohaammadiif saatalaayitii diriirse jechuun kan himatame Mishaa Adama Cirrii beellama isaarratti har'a hin dhiyaanne. Kaleessa mirga wabiitiin baheera erga jedhamee booda Poolisii Oromiyaatiin butamuu isaa Abukaatonni dhagahuu akkasumas maatiin Mishaa Embaasii Ameerikaa Finfinnee jirurraa odeeffannoo argataniin hubatanii jiru.

Oromo Political Prisoners Defence Team
HARMEE TOO! HAADHA TOO!

1) Harmee- Afaan Oromoo
2) እናት/innat- Amariffaa
3) মা/Ma- Bengali
4) Mère- french
5) Mutter- Germen
7) Μητέρα/mitera- Greek
8) मां/maan- Hindi
9) Ibu- Indonesia
10) အမေ/a may- Burma
11) Hooyo- Somali
12) Mama- Swahili
13) anne- Turkish
14) Mater- latin
15) Moeder- Dutch
16) Um/ﺃﻡ- Arabic
17)  Ma/ﻣﺎﮞ- urdu

@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
#OromiaNewsNetwork-ONN

Manni murti Federalaa dhadhacha tokkofaa Ramaddii Araadaa guyyaa harraa dhimma Gaazexeessitoo ONN ilaalaa oolee jira.

mana murtii kanatti hidhamtoonni 22 yammuu dhihaatan, nama lamaaf mirgi wabii qarshii 4000n akka maallaqa Ethiopiatti wabii kan eegeef yammuu tahu kanneen hafaniif Jimaatta dhiftutti beellame.

Namooti mirgi wabii akka eegamuuf kan murtaa'e 1. Yasin Faris - haalaan dhukkubsatee waan jiruuf manni murtii wabii eegeefii jira 2. Saboontuu Ahamad - akkasuma mirgi wabii eegameefii jira.

Hidhamtoota ONN kana irratti hanga ammaatti himanni kan hin dhihaanne yeroo ta'u, haa ta'u malee polisiin federallaa Qorannoorran jira jechuun mana murtiitti yaada isaa dhiheeffate.

Manni murtiis galmee kana qoradheen murtii kenna jechuun gaafa Jimaataa Fulbaana 18,2020tti dabarsee jira.

Maddi: ONN
#MinisteeraBarnootaa

"Ministeerri Fayyaa haala itti barnoonni eegaluu danda’u yoo nuuf mirkaneesse ni eegalla" Ministeera Barnootaa Dr. Injiinar Geetaahuun Makuriyaa.

Sadarkaa tattamsa’inni vaayrasii koroonaa irra jiru gamaaggamamee haala itti barnoonni eegaluu danda’u jiraachuu Ministeerri Fayyaa yoo mirkaneessee fi mootummaa murtoo yoo dabarse barnoonni akka eegalu Ministeerri barnootaa Dr. Injiinar Geetaahuun Makuriyaa himaniiru.

Daa’imman barnootaan ala jiran miidhamaa jiraachuu kan ibsan Dooktar Geetaahuun daa’immaniif dursi akka laatamu ibsaniiru.

Ragaan Dhaabbata fayyaa Addnuyaa akka muldhisutti amalli daa’immaan vaayrsii koroonaa qabamanii fi daddabarsa warren biroorraa gadi aanaa ta’uun ittisa vaayrasii koroonaa dhaabbatichi kaa’ee guutuumman hojiiirra oolchuun barnoota eegaluuf carraaqqiin taasifamaa jira.

Bakkeewwan tattamsa’inni vaayrasicha itti heddumatu fakkenyaaf kanneen akka magaalaa Finfiineetti barnoonni dabaree sadiin eegaluuf karoorri qabameera jedhan.

@OROMOTOO
Forwarded from bhrDbot
Breaking News

'Channalonni telegramii irratti argaman bayyeen isaanii  baysiisa malee hojii dhiise  jira.

Kanaaf namoonni boohartii, bashannana,  seenaa,  walaloo, dhaamsa, jechamoota, gorsa fi kkf barbaaddan gara channel Ibsam Tube dhufuu dandeeysu.

Nan sobee Adminoota keenya👈
Har'aa eegalee maallaqa harkaa harkatti dabarsuun bittaa gurgurtaa qabeenyaa gaggeessuun hin danda'amu Ejansiin Mirkaneessaa fi Galmeessa Dookumantii Federaalaa beeksise.
Mootummaan maatii hidhamtootaa doorsisaa jira.
Qondaala ABO kan ta'e dargaggoo Lammii Beenyaa ajjeefamuu Artist Haacaaluu Hundeessaa booda mana isaatii humna waraana mootummaatiin qabamee hidhamuun ni yaadatama. Yeroo ammaa kana qaamni mootummaa maatii Lammii Beenyaa doorsisaa fi dararaa jiraachuun beekameera.
Haalli Maatiin Lammii Beenyaa keessa jiran sodaachisaa akka ta'e odeessi arganne ni mirkaneessa.
Erga Lammii Beenyaa hidhamee kaadiroonni mootummaa gara maatii isaatti imaluun doorsisuu fi rakkisuu itti fufanii jiru. Obboloonni Lammii maatii waliin jiraachuu hin dandeenye. Halkanii fi guyyaa humna itti bobbaasuun qabuuf yaalii hedduu taasisaa jiru. Sababa kanaan obbolaan Lammii mana baqatanii rakkoof saaxilamanii jiru.
Kun kanaan osoo jiruu Fulbaana 15,2020 Kibxataa darbe abbaa Lammii Beenyaa Obbo Beenyaa Qajeelaa "ijoollee kee dabarsii nutti kenni" jechuun qabanii Godiina Wallagga Bahaa Ona Waayyuu Tuqaatti geessuun waajjira poolisii Onichaatti hidhanii rakkisaa jiru. Haati Lammii qofaa ishee haala rakkisaa keessa buutee jirti.
Lammii Beenyaa fi hogganootnii fi qondaaloti ABO biroo manni murtii mirga wabiin akka lakkifaman ajajus poolisiin dhorkuun ni yaadatama.
MADDI: SAGALEE QEERROO

@harargetub
Chaanaalii kana keessatti:-

👉kitaabilee dubbisaaf tolan
👉Cuunfaa kitaabilee
👉Barreeffamoota Xiinsammuu
👉Walaloowwan dhaamsa qaban
👉Kitaabilee Afaan Oromoo, Ingilizii
👉Qaaccessawan garaa garaa
⚫️🔴⚪️ ni argattu!

Maarree 👇👇👇
@IBSAMTUBE
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROPRO
@OROMO7 join godhaa!

Waan filattaniif galatoomaa!🙏
#jecha_jawar

Jecha hayyuu keenna jawar nuuf ergaa deebisne qillensa irra isinif olchinaa!

Waal yaadachisumaaf!

Kanaan nuf ergaa👇
👇👇👇👇👇👇👇👇
@ABDETUBOT
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... 👆


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
📧inbox jecha jawar📧
#share

#jecha_jawar

"Dhagaa wayyaneen ittin nuu darbattee walitii qabannee OMN ijaarre!"

#jecha_jawar

#Oro federalism union

Yaadaf
@ABDETUBOT
📧inbox jecha jawar📧
#ORO FEDERALISM UNION
#jecha_jawar

"Itoophiyaa keessatti waan oromoon ta'e bineensi bosonaallee hin taane!!

#jecha_jawar

#ORO FEDERALISM UNION

Yaadaf
@ABDETUBOT
Oolmaa Dhaddachaa har’aa Jawaar Mohaammad Faa N-14
___
Galmee Jawaar Mohaammad N-14 waa'ee dhorka qabeenyaa adda addaa ilaalchisee Abbaan Alangaa Waliigala Federaalaa har'a deebii barreeffamaan laateera. Manni Murtii kana qorachuudhaaf gaafa 19/01/13'tti beellamameera.

Gama biraatiin manni murtii armaan dura gaaffii mirga wabii kufaa godhee qophii himannootiif jecha abbaa alangaatiif guyyaa 10 kennee kan ture yoo ta'u guyyaan kenname dhumeera jira. Armaan booda himannaan irratti baname otoo hin jiraatin seera malee ajaja mana murtii malee hidhamuuf jiru jechuu dha.

Oromo Political Prisoners Defence Team
Bara haaraya kana akkamiin eegaluu qabna.

Barreeyfama dheeraa tokkoon barreeysuu barbaadee akkam jattan?
Akkamitti isiniif gad haa dhiisu? yaada keeysan @ABDETUBOT gubbaan naaf laadha🙏

@OROMOTOO
2024/09/29 05:14:52
Back to Top
HTML Embed Code: