Telegram Web Link
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Hararge bahaa magaalaa babbilee Abbaa qabeenyaa #Qabeenyaa fi maallaqa inni hanga umri isaa hojjate jalaa saamun sababa sanin of fannisee lubbu isaa of warege
Share godhaa
@harargetub
@harargetub
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Mootummaan Nafxanyaa walumatti qabee Oromoo hunda irratti har’a maqaa seeraatiin himate bane.

Jawar, Baaqalaa, Hamzaa fi namoota biroo, akkasumas OMN dabalatee aktiivistoota biyya alaa jiran kanneen akka Dajanee Guutamaa, Dr. Tsaggaayee Araarsaa fi Dr. Birhanamaqal Abbabaa, walumaa galatti namoota 24 irratti himata yakka shororkeessummaa, amantiin walitti buusuu, saboota walitti buusii fi kkf yakkoota adda addaa 10 sababeeffachuun yeroo tokkotti himata irratti banee jira.
Mucaan biyya Siiriyaa kun amata 4. Yeroo warri suuraa nama kaasu suuraa isa kaasuf ja'ani kaameeraa qawwee sahee harka ol qabe😔 suuraan kun Nama nama tahe garaa nyaata dhugaa !
MADDA BEEKKUMSAA🌳
KENNAADHA SIIF.pdf
Ergaan isiniifiin gad dhiisa ja'ee ture san kunoo "PDF" isiniif godheetiin isiniif gad dhiiseetii buufadhaatii dubbisaa waliifiis dabarsa fuula 3 qofa. Waan daqiiqaa 8 hin guunne kheeysatti dubbistee ni fixxa ja'eetiin amana.
#Hedduu si fayyada yeroo boqattee jirtu dubbisi !
Yeroo waa hojjachuu deemtuufii jeeqamtee jirtu yoo dubbiste tarii hubachuu dhabda waan taheef. #Namoonnii PDF hin fayyadamneefii bilbila keeysanirratti isiniif banuu dide yoo jiraattan @ABDETUBOT gubbaan na dubbisaa. Guutuu isaa achirratti ykn telegram dhuunfaa keeysanii irrattiin isiniif ergaatii. Waan dandeenyuun wal haa gargaarruu walirraa galata barbaaduun maletti. Gaarii tahuun ifumaafi waan taheef. Isiniis hanga dandeeysanitti hiriyyoota keeysaniif ergaa.....!
#Hubachisa warroonni bootii gubbaan yaada naaf laachaa jirtan eega yaada keeysan ergitan booda bootii delete & stop hin godhinaa deebisaan an isiniif kannu isin hin gahu waan taheef.

#Galatoomaa ngyn oola

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@harargetub
@dedroro
Forwarded from Daniel daba🇱🇷
የመካከለኛው (medieval) ዘመን ነገስታቶች ደሞዝ መክፈል ስለማይችሉ ወታደሮችን በሄዳችሁበት ቀምታችሁ ብሉ ነው የሚሉት:: ልክ እንደዚሁ አሁንም ያገኛችሁትን ወስዳችሁ ለራሳችሁ ተጠቀሙ እየተባለ ነው::

ፕ/ር ሕዝቅኤል ገቢሳ በTMH ከተናገሩት የተወሰደ
@DEDRORO. Channel kana join godhaafi mee
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
THE PROCLAMATION!
Second Poem by Oromo Qarree Bonni M Abdurahman
Yunivarsiitii Finfinnee!

Yunivarsiitiin Finfinnee galmee barattoota digirii lammaffaa (masters) waggaa 2ffaa fi ol ta'an Fulbaana 11 fi 12/2013 akka ta'e fi barnoonni Fulbaana 13 akka eegalamu beeksiseera.
ODUU AMMEE!

Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa ulaagaalee Dhaabbata Fayyaa Addunyaa kaa'ee hojiirra oolchuun akkaataa haala qabatamaa bakkeewwan adda addaatin manneen barnoota banuu akka danda'amu yaada dhiyeesse.
Manni Murtii hojjattoota ONN dabalate namoonni 19 wabiin (qarshii 4,000 hanga 30,000) akka hiikaman ajaja dabarse. Haata'u malee isaan keessa namoonni 9 vaayirasii koroonaan waan qabamaniif dhaddacha har'a irratti hin dhiyaanne. Namoota akka hiikaman ajajame keessa intala obbo Dajanee Xaafaa, Simboo Dajanee keessaa argamti.
Oduu Ammee:

Jawar faa irratti himannaa shororkeessummaa banan. Himannaa 10 yeroo tokkotti irratti banan.
Mootummaan Nafxanyaa walumatti qabee Oromoo hunda irratti har’a maqaa seeraatiin himate bane.

Jawar, Baaqalaa, Hamzaa fi namoota biroo, akkasumas OMN fi gaazexeessaa OMN kan tahe Dajanee Guutamaa dabalatee aktiivistoota biyya alaa jiran kanneen Dr. Tsaggaayee Araarsaa fi Dr. Birhanamaqal Abbabaa faa walumaa galatti namoota 24 irratti himata yakka shororkeessummaa, amantiin walitti buusuu, saboota walitti buusii fi kkf yakkoota adda addaa 10 sababeeffachuun yeroo tokkotti himata irratti banee jira.

https://scontent-prg1-1.xx.fbcdn.net/v/t1.0-9/p720x720/119739839_10221377161212797_6672854016596950546_n.jpg?_nc_cat=102&_nc_sid=110474&_nc_ohc=dWQogyhK1FkAX8-uvJu&_nc_ht=scontent-prg1-1.xx&tp=6&oh=d236a721043664fd3f018c3ddf4b3ce4&oe=5F899AE1
"Itoophiyaan biyya hidhaa sabootaaf sablammootati" HD ABO jaal Daawud Ibsaa
"Itoophiyaan biyya hidhaa sabootaaf sablammootati" HD ABO jaal Daawud Ibsaa
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
#update

Himannaan Jawar Mohammad faa irratti baname ilaalchisee torbe dhufu miidiyaalee hundu bakka argamanitti ibsa ni laatama jechuun 'Al Ain' gabaaseera.

Abukaatoon shakkamtoota obbo Tulii Baayisaa himannaan baname osoo dhaddacha irratti hin dubbifamiin Fesbuukii irratti gadhiifamuun sirri miti jechuun komii qaban dhiyeessaniiru.

Abbaan Alangaa himannaan banamusaa beeksisuuf qofa maxxanse malee guutummaa himannaa baname dhaddacha dhufu irratti erga dubbifame booda ibsa kennamuuf karoorfame irratti ni ibsama jedhan maddeen Al Ain.

Abbaan Alangaa Federaalaa obbo Jawar Mohammad, obbo Baqqalaa Garbaa, obbo Hamzaa Adaanee dabalate shakkamoota 24 irratti himannaa shororkeessummaa akka bane beeksiseera.

Isaan keessa Oromia Media Network (OMN), gaazexeessaa OMN Dajanee Guutamaa, Dr Birhaanamasqal Abbabaa Sanyii, Dr Tsaggaayee Raggaasaa Araarsaa bakka isaan hin argamneetti himannaan irratti banameera.

👇👇
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
@DEDRORO. Channel kana join godhaafi mee
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... 👆


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
2024/09/29 07:35:49
Back to Top
HTML Embed Code: