Telegram Web Link
Akkuma Abbootiin Gadaa murteessanitti Irreechi bara kanaa Hora Finfinneetti sirriitti ummatni bahee kabajachuu qaba. Jarri amma biyya bulchitu Nafxanyaa waan taateef namni akka achitti hin baaneef shira adda addaa xaxuu danda’u. Jibba aadaa Oromoof qaban hanga ammaatti ifumatti nu agarsiisaa jiru. Yoo Irreecha irratti shira kan xaxan ta’e ammoo wanti hafu hin jiru Oromoon cabsee kabajachuun waan hin oolle. Ummatni keenya Irreechaaf qophaa’aa!
Batruu Dibaabaa kan har’a hidhan kun hanga hidhame kanatti Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti ogummaa seeraatiin tajaajilaa ture.

Batruu Dibabaa ogeessa seeraa yoo ta'u barreeffama eebba digirii duraa (LLB) isaa dhimma Dantaa Addaa Oromiyaan Finfinneerraa argachuu qabdurratti qorannoo bal'aa hojjetee waan waabii (reference) cimaa ta'e dhiyeesse. Achi boodas qorannoo dhimmoota mirga namoomaarratti gochaa kan ture yoo tahu kanumarrattis barnoota mirga namoomaa digirii lammeessoo (LLM) dhiyeenya xumure.
📧inbox jecha jawar📧
#share

#jecha_jawar

"Dhagaa wayyaneen ittin nuu darbattee walitii qabannee OMN ijaarre!"

#jecha_jawar

#Oro federalism union

Yaadaf
@ABDETUBOT
📧inbox jecha jawar📧
#ORO FEDERALISM UNION
#jecha_jawar

"Qabsoon oromoo kan guddate dhiga ilmaan oromooti malee gumaata alagaati miti"

#jecha_jawar

#ORO FEDERALISM UNION

Yaadaf
@ABDETUBOT
#Jawar faa mana hidhaa kaayee, biyya tasgabbeessee, mana barnootaa banee, filannoo geggeessee, hawaasa amansiisee, .... biyya tana bulcha jedhee Abiy akka hin yaanne ummatni itti agarsiisaa jira. Jaalatee osoo hin taane dirqamaan ummatni Oromoo hogganoota isaa ni hiiksifata.
"Hawwii Namooota Muraasaa Tahee Hafa Malee Abadan Yoomiyyuu Siyaasa Sirnoota Darbaniiitti Hin Deebinu."Jechoota Kabajamoo Dr.Lammaa_Magarsaa Kanaan Duraa Keessaa Kan Fudhatame.

100% dubbii Dhugaati.Umurii
Dheeraan Siif Hawwa Goota Oromoo
#Hubadhaa_Hubachiisaa
===================
Wayyaaneenis,Nafxanyaanis;isaan lamaanuu nuufdiinota keenyaa. Lamaanuu humnoota faallaa qabsoo Ummata Oromoo hiriiranii gufuu imala keenyaa tahuun nu gufachiisuuf halkanii fi guyyaa warreen wixxifataa jiranu dha.Kana hubachuu qaba sabni
keenya. Humnoonni kunneen gufuu ta'anii akka imala keenya fuulduraa hin danqineef tokkummaa keenya jabeeffachuun murteessaa dha.Wal qoqqooduun,naannummaan,goosummaan gufuu tokkummaa keenyaa waan ta'aniif lammiin keenya hundi ilaalchota gufuu tokkummaa ummata Oromoo tahan kana irratti hadheeffatee qabsaa'uun tokkummaan keenya daran akka cimu shoora irraa barbaadamu bahuu qaba
#Muktar_Kadir Ambassadarri guutuu tahee shomamee jira .
Oromiyaa keessati waan feetee hojadhu
duguuggu sanyiis Yoo hojjate yeroo kana keessatti angoo cimma argata Nafixanootan.
Kuni bayyee nama gaddisiisaa.
Waa'een Oromoo dubatamee hindhumu.
Muktaar kadir Irreecha 2016 irrati ummata Oromoo summii xiyyaaran itti horobsee uummata keenya Bishooftuu Irreechaa hora_Arsadee irreeffachaa jiran irrattii akka malee kan galateeffate eenyuutu dagata laata!

#Justice for Oromoo people who's massacred on #Irreechaa 2016
FULBAANA 23
HORA FINFINNEE
Ni Irreeffanna!
#AKKAMITTI Irreeffanna?
Aadaa keenyan miidhagnee
Mask keenya godhannee
Fageenya keenya eeggannee Marga jiidhaa qabannee Bokkuu fi siinqee qabannee Tokkummaa keenya cimsannee
#EESSATTI Irreeffanna?
Finfinnee handhuura Oromiyaatti Bishooftuu fi iddoo birootti
#YOOM_Irreeffanna?
Fulbaana kanarraa eegallee
#MAALIF_Irreeffanna?
~Kan darbeef waaqa galateeffachuuf
~Kan dhufuuf waaqa kadhachuuf
~Eenyummaa keenya ibsachuuf
~Seenaa keenya ibsachuuf
~Oromummaa keenya ibsachuuf
=>Akkamitti akka Irreeffachuu qabnu suura olii kun nidubbataa.
Oromoonni Oromiyaa fi addunyaa mararraa jirru Irreecha seena qabeessa baranaa kanaaf haa qophoofnu! Finfinnee qe'ee abbaa keenyaatti ni Irreeffanna!
"Adda keenya rasaasaaf laanna malee harka
keenya PP (nafxanyaa)tti hin laannu" - Jaal
Daawwid Ibsaa Ayyaanaa, Hayyu Duree #ABO.
Mootummaa Dimokraatawaafi Abbaa Irree (Democratic and Authoritarian_Government ). Hin irraanfatinaa wanti sabni oromoo gara waggoota 150 akkasuma sabootni biroo Itoophiyaa keessa jiran hundi qabsaawaa turaniif mootummaa abbaa irree (nafxanyaa) ofirraa kaasee dimokraasii hundeessee bilisummaan jiraachuufidha.
Don't forget that oromo nation have been struggling for about 150 years the same way with all other subjugated nations in Ethiopia to dismantle the authoritarian government (neftegna) so as to_establish democratic government and live in
freedom.
Gocha suukanneessaa
================
Poolisiin Oromia armaan olitti mul’attu kun kan dargaggoota keenya qabdee hiisisaa,tumsiisaa, ija jaamsaa, gurraa duuchaa, harkaaf miila laamshessaa, iddoo leenjii xollaay osoo hin taane .........
.
.
.
.
.
.
Gama onnee isheetti ergitee Jaalalaan dararaa
jirtuudha Yoo sitti tole #like
#Mishaa_Cirri
Mirga wabiin akkuma mana hidhaatii baheen #Police_Oromiyaatiin qabame bakki geefame hin beekamu. Wonti akkanaa Kuni Hojii mootummaa osoo hin taane Hojii Maafiyaa karaa irratti nama rukkuttuuti. Haadha isaa dabalatee maatiin Hundi yaddoo cimaa keessa jiru!- Nama gaddisiisa!
Caasaan Keenya~Filannoo akka waan guddaatti hin ilaalinaa.” Dokmanticha Keessaa Kanin Argadhe!
#Dhaddacha!

Obbo Jawaar Mahaammad fi obbo Baqqalaa Garbaan iddoo tursaatti akka waliin ta'an iyyanoo dhiyeeffatanirratti raawwiisaa ilaaluuf akkaataa beellamni laatameen mana murtiitti dhiyaataniiru.

Bakka bu'aan Koomiishinii Poolisii Federaalaa dhaddachicharratti dhiyaatanii ajajni manni murtichaa laate hojiirra ooluu beeksiseera. Obbo Jawaar Mahaammadfaans ajajichi hojiirra ooluu ibsaniiru.

Abukaatonni obbo Hamzaa Adaanaa(Booranaa) fi Shamsaddiin Xahaa maamiltoonni isaanii daqiiqaa 30 qofaaf qilleensa akka fudhatan taasifamaa jiraachuu beeksisuun, daqiiqaa 30 oliifis aduu fi qilleensatti akka ba'an ajajni akka laatamuuf gaafataniiru.

Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddachi Ramaddii Araadaa beellamni yeroo shakkamtoonni qilleensaa fi aduu ga'aa akka argatan ajajeera.
Nama Sammuun Bilisaa Obbo Jawaar Mohammed.

"Hidhamtoota keessaa #Iskandir_Naggaafi Sintaayyoo Chokkol irratti sarbamni mirga namoomaa raawwatamaa jira waan ta'eef, tajaajilli muraasni nuti argannu illee, isaaniifis raawwatamuu qaba"
Haasaa Obbo Jawaar Mohammed har'a dhaddacha irratti godhe keessaa kan fudhatameedh.
Chaanaalii kana keessatti:-

👉kitaabilee dubbisaaf tolan
👉Cuunfaa kitaabilee
👉Barreeffamoota Xiinsammuu
👉Walaloowwan dhaamsa qaban
👉Kitaabilee Afaan Oromoo, Ingilizii
👉Qaaccessawan garaa garaa
⚫️🔴⚪️ ni argattu!

Maarree 👇👇👇
@IBSAMTUBE
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROPRO
@OROMO7
@OROMOTOO join godhaa!

Waan filattaniif galatoomaa!🙏
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... 👆


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
GAARUMMAAN:

↪️ Madda miidhagina keessa Sammuu namaati.
↪️ Qoricha godaannisa hin mul'anne fayyisuudha.
↪️ Faaya dhala namaa faayuudha.
↪️ Gaarii gochuu irra gaarii ta'anii argamuudha
↪️ Sagalee malee dhagahama
↪️ Fageenyaaan hin daangeeffamu
↪️ Qabeenya irratti hin hirkatu


© Galataa Tsaggaa Naggasaa


@DEDRORO
@DEDRORO
Addunyaa kana kan gaggeessaa jiru, humnoota sadi(3):

1⃣ Beekumsa

2⃣ Maallaqa

3⃣ Aangoo ( siyaasaa fi humna waraanaa)

#Galataa Tsaggaa


@DEDRORO
@OROMOTOO
2024/09/29 07:32:28
Back to Top
HTML Embed Code: