Telegram Web Link
Kabajamtoota miseensota chaanaalii ORO FEDERALISM UNION!

Bakka jirtanitti nageeenyikoo isin haa dhaqqabu. Akkuma beekkamu yeroo darbe kitaaba haaraa 'Rakkinni Haa Rakkatu!' Jedhu kan barreessaa Abdiisaa Ejjetaatiin barreeffame isin biraan geenyee turre. Kitaabichi hedduu keessan bira akka gahe abdiin qaba. Maarree kitaabni sun warri isin bira gahe, namoota biraatiif qooduun hamilee hogbarruu Oromoo fi barreessichaaf akka taatan abdiin qaba. Eeyyee! Chaanaalii garaagaraafi gareewwan telegiraamii irratti qooduun guutuu Oromiyaa fi ilmaan Oromoo hunda biraan gahaa!
Barreessaa keenya jajjabeessuuf darbees yaada sirreeffamaa yoo qabaattan karaa @AbdiisaaE qunnamuu dandeessu!

Oolmaa gaarii!๐Ÿ™
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
@OROMOTOO
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
YAADA KESSAAN ASIIN NUUF QOODA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ABDETABOT
RAKKINNI HAA RAKKATU!
Rakkoon qullaa buusee
Hunduu itti haa seequ
Kan rakkoon jeeqame
Dabaree isaa haa jeequ
Dhukkubsatee aadee
Sammuun haa dhiphatu
Waan godhu wallaalee
Rakkoon haa maraatu

@OROMOTOO
@DEDRORO
โ– Fakkeenyummaa Jireenyaa

โ˜ž Boofti, lubbuudhaan osoo jiru, Goondaalee soorata!!
โ˜ž Boofti, yeroo du'u, Goondaaleetiin, sooratama!!
(Yeroon, yeroo isaa eeggatee, jijjiirama!!)

โ˜ž Jireenya kee keessatti, nama kamiinuu gadii buustee hin ilaaliin,
โ˜ž Cimaa ta'uu dandeessa!! garuu, yeroon si caalaa jabiina akka qabu beeki!!
.
โ˜ž Mukti tokko, kibriitoota, kuma dhibba tokkoo ol oomishuu danda'a!
โ˜ž Kibriitiin ijii tokko garuu, Mukootii kuma dhibba tokkoo ol balleessuu dandeessi.
(Gochi badaan, hojiiwwan gaarii ni balleessa ykn ni barbadeessa!!)
.
โ˜ž Waantii sirraa eegamu,
โ˜ž Namoota kan ittiin kabajju, ilaalcha bareedaa fi gaarii qabaadhu!!

โœ”Dhaamsi itti fufa........
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@OROMOTOO

@OROMOTOO

@DEDRORO

@DEDRORO


๐–ฎ๐–ฑ๐–ฎ ๐–ช๐–ฎ๐–ฎ ๐–ฒ๐–ง๐– ๐–ฑ๐–ค ๐–ฆ๐–ฎ๐–ฃ๐–ง๐– 
Saayikooloojiin amala namaa bakka gurguddaa sadiitti qoodee kaa'a!

1. #Passive_person

Namni kun yeroo hundaa
moo'amaadha, waan namni jedhe hunda tole jedhee fudhata, waan isaaf
ta'u adda baasee hin beeku, waanuma hiriyaan isaa/ishee gootu ilaalee godha. Ofitti amanamummaa hin qabu, waanuma sirrii dhiisi kun sirrii miti yoo jette ni dhiisa. Namni akkasii kun jireenyi isaa kufaadha.

2. #Aggressive_person โ›คโ›คโ›คโ›คโ›ค

Namni akkasii immoo Kan Koo malee jechuu baay'isa, yaada nama biraa hin qooddatu, ni dheekkama, lafuma fayyaa si dhaanuu, ooduu, barbaada ija diimeffatee. Namni kun ija jabinaan dorgooma hin qabu. Ana malee, of tuula, ana malee namni hin jiru jedha, sin kabaju, qoma dhiibee deema dhimma kee hin qabu. โ˜…โ˜…โ˜…Hiriyaa akkasii sirraa haa qabu malee guyyaa adii qullaa si hambisa.โ›คโ›คโ›คhanga ati sagalee qabdu qofa si kabajaa โ˜…โ˜…Irraa isin haa baraaruu!!!!!!!

3. #Assertive_person !

Nama sammuu banaa qabu (open minded person), yaada nama biraa
giddu galeessa godhee fudhata, waan isaaf ta'u adda baasee keessaa
gadi fageessee fudhata, yaada isa ijaaruuf isa diigu beeka. Namni akkasii kun yaada namoota biroo fudhachuuf sammuunsaa
qophaa'aadha. Ilaalcha madaalawaa qaba, siin hin mormu, erga yaada kee hubatee si amansiisuuf ragaadhaan deeggaree yaadasaa dhiyeeffata.
Yeroo hunda ilaalcha qajeelaa qaba, nama hundaaf gaarii yaada, ilaalcha naannummaa, gandummaa, sanyummaa fi lagummaa of keessaa hin qabu, haasa'aan isaa ogummaan kan guutameedha. Fageessee yaada, fageessee tarkaanfata, hamma dubbatuun ol hojjeta, odeessuurra
hojiidhaan agarsiisuu filata. Namni sirriin isa kana.
Baay'een Nama keenya isa kamii??????

#Share gochuun yaada keessaaniin wal haa barrruu wal irraa haa barruuโ˜…โ˜…โ˜…โ˜…Argaa fi dhageettii irraa wal haa barsiifnuun ergaa koo kan har'aati.
Kaniin dubbiserraa!โ›คโ›ค

By prf miratu shanqoo


๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Prof Mararaan waan isarraa eeggamu godheera. Gootummaa, hayyummaa fi murannoo qabu agarsiiseera! Ulfaadhaa!
"Dhaloonni Amma jiru kun hambaa Aanolee fi calanqooti" pro.Maraaraa Guddinaa

@OROMOTOO
@DEDRORO
Pro.Maraaraa Guddinaa

"Hanga Harargeen jirtu sabni oromoo hin gabroomu"
Labsii Qeerroo marsaa 3ffaa Kan #Hirnatti dho'ee San irrattii jedhee.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Gaafa xaliyaan biya qabattee turtee San Bara 1930- 1936tti oromoon tuulama irreecha malkaa ateete kan malkaa gafarsaatiif irreecha malkaa arsadii kan bishoftuu kabajaati turan.



@OROMOTOO
@OROMOTOO
"แ‹จแŠฆแˆฎแˆž แˆ…แ‹แ‰ฅ แŠจแ‰ฃแˆญแŠแ‰ต แŠ แŠ“ แŠจแŒญแ‰†แŠ“ แŒ‹แˆญ แˆˆแˆ˜แŠ–แˆญ แ‹จแ‰ฐแ‹‹แ‹‹แˆˆแ‹ แŠ แŠ•แ‹ณแ‰ฝ แ‹จแ‹แˆ แˆฐแŠแ‹ต แ‹จแˆˆแˆ"
.
แŒƒแˆ แ‰ฃแˆฎ แ‰ฑแˆแˆณ

แ‹ˆแŒˆแŠ” แ‰ตแŠ“แŠ•แ‰ต แ‰ แ‰ฐแ‹ฐแˆ˜แ‹ฐแˆ˜ แˆ€แ‰… แˆ‹แ‹ญ แŠ แ‰ตแˆแ‰แข


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
"QABSOON OROMOO FIRA HIN QABDU" jedhe Jaal Milkeessaa Gadaan Bara 1991, Lixa Oromiyaa Ona Mandiitti.Eeyan Haqa. Oromoon oromoo malee fira hin qabu. #Tokkummaa.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
MADDA BEEKKUMSAA๐ŸŒณ
Photo
Hin dagannee hin irraanfannee
Seenaa guyyaa kaleessaa
Harma muraa aanolee
Lafee calanqoo tuulee
Calanqoo caliidhaa
Dubbatteen dhagayee
Anooleen owwaattee
Sagaleen ol Ka'ee
Godaannisa qalee
Madaa dhiiga yaa'ee
oromoon falmachuuf
Garayyuu ol Ka'ee
iyyaa iyyaa iyyaa
iyyaa dabarsaa
Gabroonfaa didaa
Hiddaan buqqaasaa
Sabni cunquurfamee
Kaa'aa wali Tumsaa


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Odeeffannoo, yaadaa fi gaaffii qabdan ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ @ADOYEBOT ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ irratti nuuf ergaa. Galatoomaa!
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA๐ŸŒณ (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!โคโค
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”“๐Ÿ”‘ JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โœ… ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
แ‹จแŠ แˆˆแˆ›แ‰ฝแŠ• แ‹แ‹ฑ แŠฅแŠ“ แŒแ‹™แ‰ แˆตแŒฆแ‰ณ แŠจแˆแˆจแŠ•แˆณแ‹ญ แˆˆแŠ แˆœแˆชแŠซ แˆ…แ‹แ‰ฅ แ‹จแ‰ฐแˆฐแŒ  แŠแ‹แข แ‰แˆ˜แ‰ฑ 151แŒซแˆ› แŠจ1แŠขแŠ•แ‰ฝ แŠญแ‰ฅแ‹ฐแ‰ฑ แ‹ฐแŒแˆž 225แ‰ถแŠ• แ‹จแˆ†แŠแ‹ แ‹ญแˆ… แˆตแŒฆแ‰ณ แ‹จแ‰ฐแ‰ แˆจแŠจแ‰ฐแ‹ 1886 แŠแ‹แข


#Join_Us & #Share ๐Ÿ™


@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
แŒƒแˆ แŠdhi แŒˆแˆ˜แ‹ณแŠ• แˆ…แ‹ˆแˆ€แ‰ต แ‰ฅแ‰ตแˆ†แŠ• แ‹ซแŒ แ‹แ‰ฝแ‹ แˆˆแ–แˆˆแ‰ฒแŠซแ‹‹ แแŒ†แ‰ณ แˆตแ‰ตแˆ แŠฆแˆ…แ‹ดแ‹ต แ‰ขแ‹ซแŠ•แˆต แ‹จแ‰ฐแŒˆแ‹ฐแˆˆแ‰ แ‰ตแŠ• แ‰ตแŠแŒแˆจแŠ• แŠแ‰ แˆญ แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แ‰ แˆญแˆฑ แˆ‹แ‹ญ แ‰ แ‰ฐแˆแŒธแˆ˜แ‹ แŠฅแˆญแˆแŒƒ แˆ‹แ‹ญ แŠ แˆˆแ‰ฝแ‰ แ‰ต แŠ แˆแ‹ซแˆ แˆ™แˆ‰ แ‰ แˆ™แˆ‰ แ‰ แŠฆแˆ…แ‹ดแ‹ต แ‹จแ‰ฐแˆแŒธแˆ˜ แŠแ‹แข
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Daa'imni umriinshi baatii tokko gadi yeroo bossu immimman hin buustu! kuniis sababa xannachii imimmanii(lacrimal gland) jedhamuu hojii hin eegallefii!



##kanabeektu
JOIN JOIN SHARE
@OROMOTOO
@DEDRORO
GORSA DARDARAA FI DUBRAAF

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
Har'a Jireenya kee tolfachuu fi itti Jiraachuu dandeessa.
โ”โ”โ”โ”โ”โŠฑโœฟโŠฐโ”โ”โ”โ”โ”
๐Ÿ‘‰ Kaleessi Darbeera.
๐Ÿ‘‰ Guyyaan borii dhufuus, dhiisuus danda'a.
๐Ÿ‘‰ Yeroon jira jedhamee fi Itti hojjachuu dandeessu Amma.

โœ”๏ธ Enjoy life today.
โœ”๏ธ Yesterday was gone. and
โœ”๏ธ Tomorrow may never come.

โœ๏ธ Jireenya jiraannu keessatti ofeeggannoon adeemuu baannan Jireenya keenya guutuu waan Gaaffii sammuu keenyatti uumuu fi deddeebi'ee nu yaaddessuu danda'u utuu hin beekin raawwannee ittiin miidhamuu dandeenya waan ta'eef.

FORWARD ๐Ÿ™๐Ÿ™
JOIN
๐Ÿ”œ @DEDRORO
๐Ÿ”œ@OROMOTOO

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”

YAADAF ๐Ÿ‘‰ @ADOYEBOT
2024/09/30 07:19:03
Back to Top
HTML Embed Code: