Telegram Web Link
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
POEM BY BONTU, Untitled
The battle and the war

At the end winning the war is all that matters.
-arrests Vs releases
-power struggles Vs reshuffles
-banning Vs freedom of the media
- killing, tortures vs liberalizing the political space etc
Are the battlegrounds.

Redefining Vs preserving the status quo of the history and the mystified Ethiopia, Ethiopiyawinet self-conscious is the war.

We will win the war! Never doubt this!



@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
KAN SITTI SEEQATU HUNDI FIRA KEETII MITI JETTE HAYYOONNI OROMOO!!!
'WAA' KEESSA 'WAA' JIRA!
Eeyyeen:-
'Waaā€™ keessa ā€˜waaā€™ jira
ā€˜Waaā€™ keessaa ā€˜waaā€™ baasi
ā€˜Waaā€™ keessaa ā€˜waaā€™ dhabdu
ā€œWaa!ā€ jedhii asaasi!

'Waa' keessatti 'waa' hin dhiisiin!

@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROMOTOO
"Nu callifnan Arba ciise seete nu dammaqnan....."

Mee guutuu isaa namni qabdan keeysaan naaf ergaa ! šŸ‘‰ @Abdetabot

Barri kun Oromoof baruma isa dhumaa akka waan taheetti na mullata. Yaa Rabbi akkasuma nuuf godhi.

Ni jirra hin bannee warri keeysaan na iyyaafachaa jirtaniis Xiqqo booda ni deebinaa afaa. Dubbuma teenya tanaatuu nuun xiixu jiraa !


šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
į“®įµƒįµˆŹ°įµƒįµƒįµˆŹ°įµ˜įµ˜ įµįµ’įµ’įµ—į¶¦į¶¦āæ įµˆįµ˜Ź³įµƒ āæįµƒįµįµ‰įµ‰āæŹøįµƒ įµįµ’įµ’įµ—į¶¦į¶¦ įµˆįµ˜Ź³Ė¢įµƒįµƒ
į““įµƒį‘«įµƒ įµįµ’įµ’ įµˆŹ°įµƒįµ‡įµ‰įµ‰ įµƒįµįµįµƒįµį¶¦įµ—įµ—į¶¦į¶¦āæ įµ‡įµƒįµˆŹ°įµƒįµƒįµˆŹ°į¶¦āæįµƒ Ė”įµ‰įµ‰Ė”Ė”į¶¦Ė¢įµƒįµƒ
į“°į¶¦į‘«įµƒįµƒĖ”įµƒįµƒāæ įµƒĖ”įµƒįµįµƒįµƒ Ź°įµƒŹøŹøįµ˜įµ˜ įµįµ‰įµ‰āæŹøįµƒ āæįµƒįµƒįµįµ˜Ė¢įµƒ į¶¦Ė¢įµƒįµƒ į¶œįµƒįµ‡Ė¢įµƒįµƒ
į“¬įµįµįµƒįµį¶¦į¶¦āæ Ź³įµƒį¶ āæįµ‰įµ‰ įµ‡įµ˜Ė”Ė”įµƒ įµįµƒįµƒį¶ įµƒįµƒāæ āæįµ˜ įµˆį¶¦Ź³įµ‰įµ‰ įµ‰įµ‰įµįµ‰įµ‰ āæįµ˜ Ź°įµƒįµƒĖ¢įµƒĖ¢įµƒįµƒ
įµ€įµƒįµ–Ź°įµƒ Ė¢į¶¦ŹøįµƒįµƒĖ¢įµƒįµƒį¶  Ź²įµƒ'įµƒāæį¶¦į¶¦ Ź°įµƒį‘«įµƒįµƒį¶  įµˆŹ°įµ˜įµįµƒįµƒ Ė¢įµƒįµ‡įµƒ įµįµƒāæįµƒįµƒ įµˆŹ°įµ’įµ’ŹøĖ¢įµƒāæį¶¦į¶¦
į“³įµƒŹ³įµƒįµƒ į¶¦Ė¢įµƒįµƒāæį¶¦į¶¦ įµįµ˜įµ˜įµ—įµ—įµƒį¶œŹ°įµ˜įµ˜į¶  Ź²įµ‰į¶œŹ°įµƒ Ė”įµ˜įµ‡įµ‡įµ˜įµ˜ įµ’Ź³įµ’įµįµ’įµ’ įµįµƒĖ”įµƒįµƒį¶ įµƒįµ—įµƒāæį¶¦į¶¦
šŸ… įµƒŹ³įµ’įµ’ Ė¢įµƒįµ‡įµƒ įµįµƒāæįµƒįµƒ įµįµ‰įµ‰į‘«įµƒ įµįµ‰įµ‰į‘«įµƒ įµįµƒāæįµƒ Ź°į¶¦įµˆŹ°įµƒ įµˆŹ°įµƒįµįµƒįµƒĖ¢įµƒāæį¶¦į¶¦
į“³įµƒŹ³įµƒįµƒ į¶¦įµ—įµ—į¶¦ Ź²įµƒįµ‡įµƒįµƒį¶œŹ°įµ˜ įµįµ‰įµ‰ŹøĖ¢įµƒ ŹøįµƒįµƒĖ”į¶¦į¶¦ į¶ įµƒŹøŹøįµƒįµƒĖ”Ė”įµ‰įµ‰ įµˆŹ°įµ’įµ’Ź³įµįµƒįµ—įµƒāæį¶¦į¶¦
į“µŹøŹøįµƒįµ—įµƒ į¶¦Ė¢įµƒįµƒāæį¶¦į¶¦ įµįµ˜į¶ į¶ į¶¦Ė¢įµƒāæį¶¦į¶¦ įµį¶¦Ź³įµįµƒ Ź·įµƒįµ‡į¶¦į¶¦ įµˆŹ°įµƒįµ‡Ė¢į¶¦į¶¦Ė¢įµƒāæį¶¦į¶¦
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAAšŸŒ³ (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!ā¤ā¤
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
šŸ”ŠšŸ”ŠšŸ”ŠšŸ”“šŸ”‘ JOINšŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡
ā¬‡ā¬‡ā¬‡ā¬‡āœ… šŸ‘‰šŸ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
Waanuma fedheehuu yoo goote(hojjatte) namni waan je'u hin dhiisu.
Kanaafuu, ati waan isaan yaadan dhiisii waan barbaadde hojjadhu.



JOIN JOIN
šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡
@HARARGETUB
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDROTO
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Allahan Qaba)
If you have choice ,
Then choose the best.
If you have no choice , then do the best.



Filannoo yoo qabaatte waan irra bareedu filadhu,
Filannoo yoo hin qabaanne ammoo waan irra bareedu (wayyu) dalagi.


šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Qormaata kutaa 12ffaaf taabileetonni kuma 500 ol akka raabsamu fi itti-fayyadama taabileetichaarratti rakkoon akka hin uumamneef hojiin hubannoo uumuu barataafis taā€™e barsiisaaf akka kennamu De'eetaan Ministeera Barnootaa Dr Garramawu Hulluuqaa himan
#Ambaasaaddar #Magarsaa_Booshee
Fraansitti diploomaasiin biyya Itoophiyaa kan tajaajilaa turan Ambaasaaddar Magarsaa Booshee hacuuccaa mootummaan Abiy ummata Oromoorraan gaā€™aa jiru balaaleffachuun hojii gadhiisaniiru.
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!ā¤ā¤
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
šŸ”ŠšŸ”ŠšŸ”ŠšŸ”“šŸ”‘ JOINšŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡
ā¬‡ā¬‡ā¬‡ā¬‡āœ… šŸ‘‰šŸ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
Odeeffannoo, yaadaa fi gaaffii qabdan šŸ‘‰šŸ¾ @ABDETABOT šŸ‘ˆšŸ¾ irratti nuuf ergaa. Galatoomaa!
Yeroon Kana jedhu
Beeki numaan baanaa
Warra bootteen seenee
Laaqu akka ganaanaa
Seenuun dura baraa
Maalummaa jaalalaa
Addaaniis baafadhaa
Wanta haasawamaa
Dheyxaniin odeessinaa
Waa'ee sila namaa
Oftahaa jiraadhaa
Santu abshaalummaa
@dheebuujaalala
Gosa kamiifuu gaarii/ arjaa ta'uu (Being kind to every kind)

Seenaa tokkotu, waa'ee nama jireenyi itti hadhaa'ee riqicha irraa of darbuun of ajjeesuuf jedhu tokko hima. Osoo of darbuuf hin bahiin, yaadachiisa tokko barreessee ture. Akkana jedha; " Namumti tokko fuula ifaa osoo natti agarsiisee, addunyaa kanaaf garaa kutachuunkoo ni hafa. Riqicha irraas of hin darbu." Nama fuulaa itti ifes hin arganne. Kanaan, lubbuun isaa dabarte.

#Be kind to every kind like a well that gives well!...akka burqaa isa gaarii kennuu....! Adduunyaan kun kan isheen dheebotte jirtu; gaarummaa, arjummaa, jaalalafi kkf. Namoonni hedduun, sababa ta'iin darbu gammachuu isaani jalaa fudhatee darbuuf du'uu, gadduufi abdii kutuutti jiru. Kanaafuu, dirqama lubbuu baraaruu bahi!

#Kindness is not weakness!...dadhabina miti...eeyyeen! Akkuma calaqqisummaan warqiif jedhamu; gaarummaan nama cimaafi. Arjummaan/ gaarummaan harka qalleessaaf hiixachuu qofaaf miti. Dabalataan diina ofiif kadhachuu, hamootatti sagalee gaarummaa agarsiisuu, warreen cunqurfamoof yeroo qabaachuu, kanneen umurii guuran tumsuu, gammachuu kan biroof sababa ta'uu, kophee nama biraa keessa of gochuu (?), faraduuf jarjaruu dhiisuufi kan nama biraa miidhu gochuu irraa of qusachuu fa'i.

#Three things, in human life, are important: the frist is kindness ; the second is kindness; the third is kindness!...gaarummaa, gaarummaa ammas gaarummaa! #Kindness is a language which the deaf can hear and the blind can see ( Mark Twain)! ....qooqa (afaan) kan hin dhageenye dhagahuufi kan hin argine arguu danda'udha.

#Be peacemakers, healers, restorers, storytellers, and lovers of every kind!
~~~~~~



JOIN JOIN SHAREšŸ™
šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Abaarsi silaa isaaniifi...!

#Hin ja'in "Oromoon abaarsa qabaa".
#Namni hedduun tokko sa dhiiroo abaarsa qabnaa? "Walleenuu Nuti Oromoon tun dur abaaramneen saha" ja'a gariin namaa oobsa fixatee...
#Maal daleeyneetuu abaaramna ka silaa abaaramee gadigalummaan isaaniin maltu warri harka ciree, harma muree,daa'ima abbaa malee ,jaartii jaarsa malee hambisaa ture sanii. #Silaa warri abaarsa qabu ummata bara meeqa oromoo cunqursaa ture malee oromoo miti. #Maal dalage oromoon badii hamaa abaarsa guddaa kanaan isa gahu...!
#Oromummaa kee hin jibbin akka waan abaaramneettiis hin yaadin warri silaa abaarsi isaaniin maluuhuu kunoo nafxenyummaa isaanii ittumaan dhaadatanii.
#Ni dabraa mitii ni dabra rakkoon kuniis ati rakkoo dabruuf teeysuuf jattee Oromummaa tee hin jibbin kun Kennaa Rabbiin si badhaaseedhaa. #Kaleeysi ni dabre yoo hafne arraafii boruuniis ni dabra yoo lubbuun hafne dukkanni kuniis dabree ifni numa dhufa.
#Nama jachuun kan balaafii gidiraa feete keeysattiis eenyummaa isaa hin jibbineedha.

šŸ˜Dhaamsi itti fufa...!

šŸ™šŸ™šŸ™šŸ™šŸ™šŸ™
āœ” join join share
šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
šŸ‘†šŸ‘†šŸ‘†šŸ‘†šŸ‘†šŸ‘†
šŸ™šŸ™šŸ™šŸ™šŸ™šŸ™šŸ™šŸ™
Odeeffannoo, yaadaa fi gaaffii qabdan šŸ‘‰šŸ¾ @ABDETABOT šŸ‘ˆšŸ¾ irratti nuuf ergaa. Galatoomaa!
....Yoo dandeeyse....!

Yeroo kamuu kheeysa jiraattu yoo dandeeyse fayyadi ykn fayyadami garuu haala kana lamaan keeysaa hin bahin.
#Waa hedduu qabamnee waa hedduu dhiifneeti gallee mana jirra. #Yoo dandeeyse nama galee ganda si bira jirurraa baradhu ykn daa'ima abdii boruu kan qa'ee si jiru barsiisi kana lamaanirraa qooda tokko furadhu...!
#Gaafa guyyaan kun dabre deebitee guyyaa kanatti sheenahuu irraa arruma akka isaan malu gootee sheenaa booddee sanirraa hafuun si qabdi.


šŸ˜Dhaamsi itti fufa...!


JOIN JOIN SHARE GODHI
šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
šŸ‘†šŸ‘†šŸ‘†šŸ‘†šŸ‘†šŸ‘†
āœ”āœ”āœ”āœ”āœ”āœ”āœ”āœ”
Odeeffannoo, yaadaa fi gaaffii qabdan šŸ‘‰šŸ¾ @ABDETABOT šŸ‘ˆšŸ¾ irratti nuuf ergaa. Galatoomaa!
Odeeffannoo, yaadaa fi gaaffii qabdan šŸ‘‰šŸ¾ @ADOYEBOT šŸ‘ˆšŸ¾ irratti nuuf ergaa. Galatoomaa!
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!ā¤ā¤
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
šŸ”ŠšŸ”ŠšŸ”ŠšŸ”“šŸ”‘ JOINšŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡
ā¬‡ā¬‡ā¬‡ā¬‡āœ… šŸ‘‰šŸ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Diina Oromoo fixuuf xiyyeeffatee, wal gurmeessee, waliif tumsee dalagaa jiru wajjiin marii dhaaf taa'uun dhumni isaa salphina akkanaati. No dialogue with a bunch of criminal thugs.
2024/09/30 09:28:56
Back to Top
HTML Embed Code: