Telegram Web Link
βœ”οΈ Nama mul'ata qabutti yeroo hundumaa waan nama hundumaatti mul'atutu itti mul'ata utuu hin ta'in,

βž–Wanta dhoksaa hubachuu,
βž–Qoree bira gahuu danda'a.

βœ”οΈ Mogoleen isa hin laafu.

βž–Fiixaan ba'uumsaa fi
βž–Milkaa'ina fuuldura isaatti ilaalee waan adeemuuf wanta bu'a qabeessa hojjata.

βœ”οΈ Yaada fi mariidhaaf iddoo kenna.
βœ”οΈ Yaadni Gaariin Mul'ata Guddisa.

πŸ‘‰ Biyyoonni guddatan humnatti utuu hin ta'in yaadatti fayyadamuun qarooma ariifachiisaa irra gahani.

Share ♻️ Join
Clich here πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO

━━━━━━━━━━━━
#Yaadachiisa: Jawaar Mohaammad faa N-14 Har'a Waaree Booda Dhaddacha Lidataatti Dhiyaatu
---
Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa, Rammaddi Lidataa, dhimma fayyaa himatamtootaa, iyyannoo maqaan ragootaa akkamitti soshaal miidiyaatti bahe jedhu ka abbaan alangaa dhiyeesse fi kaan qorachuuf akkasumas ragoota hafanis itti fufee dhagahuuf jedhee har'a 18/12/2012 ALH sa'aa 7:30tti beellamamee turuun ni yaadatama.
#Dhaddacha❗️

Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa dhaddacha har'a (Hagayya 18/2012) ganama taa'een gaazexeessaa OMN Guyyoo Waariyoo fi miseensa paartii KFO obbo Dajanee Xaafaa wabii birrii kuma kudhaniin (10,000) mana hidhaati akka hiikaman ajaja dabarse.
#Dhaddacha

Manni murtii Aanaa magaala Bishooftuu gaaffii mirga wabii Obboo Lidatuu Ayyaaleewu kuffisuun polisiidhaaf guyyaa qorannoo 7 eeyyameefi.
Barreeffama wal gahii walii galtee biyyoolessaa paartilee siyaasa gidduutti godhame irratti mata duree β€˜seenaa Ijaarsa biyyummaa Itoophiyaa, yaaliwwan biyya walqixummaa irratti hundoofte uumuuf godhaman, rakkoowwan seenaan mudatanii fi carraawwan darban ija walii galtee biyyoolessaan yoo ilaalamu’ jedhuun dhiheessan irratti Sirni nafxanyaa sirna uummata lafa isaa dhabsiisuun, eenyummaa isaa xureessuunii fi afaan hin beekneen bulchuun cunqursaa guddaa irraan gahedha jedhan.
Meeshaa cimaan addunyaa

ittiin jijjiiran BARNOOTA!

Β© Nelson Mandela

@DEDRORO
@OROMOTOO
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Allahan Qaba)
πŸ”ŠHARARGEE TUBE OFFICIAL
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINAπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@HARARGETUB
@HARARGETUB
β­•β­•β­•β­•β­•β­•β­•β­•
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
https://www.tg-me.com/harargetub
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!❀❀
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”“πŸ”‘ JOINπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
β¬‡β¬‡β¬‡β¬‡βœ… πŸ‘‰πŸ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍
❀️GORSA/ADVICEπŸ’“

γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°

✍ WAAN SADII HIN HAWWIN
πŸ‘‰ Furdinni quufa miti hin hawwin
πŸ‘‰ Abaarsi eebba miti hin hawwin.
πŸ‘‰ Summiin qoricha miti hin hawwin.

✍ WAAN SADII JETTEE HIN TILMAAMIN.
πŸ‘‰ Nama kolfu hunda gammadaa.
πŸ‘‰ Nama dureessa hunda arjaa.
πŸ‘‰ Nama hiyyeessa hunda doqna jettee hin tilmaamin.

✍ WAAN SADII WAA SADIIF JAALADHU.
πŸ‘‰ Aadaan kee Eenyummaa keetii jaaladhu.
πŸ‘‰ Afaan kee mallattoo keetii jaaladhu.
πŸ‘‰ Sabni kee dhiiga keetii jaaladhu.

✍ WAAN SADII HUBATTU MALEE HIN SEENIN.
πŸ‘‰ Dubbii keessa hin beekne.
πŸ‘‰ Bishaan gadi fageenyasaa hin beekne.
πŸ‘‰ Imala daandii isaa hin beekne hubattu malee itti hin seenin.

✍ WAAN SADII WAA SADIIF SODAADHU.
πŸ‘‰ Holqa mukaa bofaaf sodaadhu.
πŸ‘‰ Beekaan nama hin dhiisu goowwaa dubbiif sodaadhu.
πŸ‘‰ Obbolaa wal lolan Garaa haadhaaf sodaadhu.

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
β€œAbbaan alangaa yoo badii raawwate eenyurratti isa gaafatu?” Jawar Mohaammad
#EthioTelecom

Iityoo Teelecoom guyyaa boru Hagayya 21/2012 irraa eegaluun guyyaa sadiif kan turuu keenna galateeffannaa qopheessu beeksise.

Mamiltoonni dhabbatiicha tajaajila intarneeta 1GB, tajaajila sagalee daqiiqaa 40, tajaajila ergaa barreeffamaa 100 ganama sa'aatii 12:00 hanga galgala sa'aatii 12:00tti #bilisaan ni argatuu jechuun Ethiopian Insider gabaaseera. #SHARE

@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
#Dhaddacha❗️
#Jawaar_Mohammad⁉️
Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa shakkamtoonni galmee Jawaar Mohammad faa keessatti argaman keessaa muraasni isaani bu'aa qorannoo COVID-19 waan hin geenyeef, adeemsa ragaa dhagahuu har'aaf qabate ture jijjiiruun Hagayya 22/2012f beellameera.
Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa obbo Jawaar Mahaammadfaa dabalatee shakkamtoota 8 irratti ragaalee qorannaan duraa dhaga’uuf beellamus sababa bu’aa qorannoo vaayrasii koroonaaf beellama jijjiirraa Hagayya 22tti lateera.
Beellamni jijjiirraan kun kan laatame sababa bu’aa qorannoo laabraatoorii vaayrasii koroonaa shakkamtoota lakka 4ffaa hanga 9ffaatti jiraniif Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa guyyaa har’aatti beeksisuu dhabeefi jedhame. Jawaar Mahaammad maatii isaa biyya alaa jiraatan waliin hanga ammaatti yeroo tokko qofa Viidiyoo konfarasiin wal arguu ibsuun, irra deebiin wal arguuf eeyyamuuf gaafataniiru.
Manni murtichaa dhimma kanaa fi kanneen biroorratti beellama itti aanutti ajaja kan itti laatu ta’uu ibseera.
ABDII KUTACHUU FI ABDII QABAACHUU !!
━━━━━━━━━━━━━━
Wantoota guddaa sodaachisoo ta'an keessaa tokko abdii kutachuudha. Utuu Jiranii Abdii Kutachuun Farra Dhala Namaati. Namni Utuma Lubbuun Jiruu, Utuu soorata nyaatee Jiraatuu Abdii Kutata Taanaan Mataa Isaattis, Maatii Isaattis, Biyya Isaattis, Addunyaa Irra Jiraatuttis Ba'aa Sodaachiisaa Ta'a. Kanaaf
Abdii Kutuurra Mormaa Cituu Wayya. Sababni Isaa Jiraa Abdii Dhaberra Isa Du'e Wayya Waan Taheefi. Ariifattee Na Jalaatii Hin Aariin Ragaan Waan deeggaramen Dubbadhaa Jiraati.
Inni Du'e Seenaa isaa, Karoora isaa, Waanuma Isa Ilaalu Hundumaa Fudhatee Gara Lafa Jalaatti Waan Darbeef Bu'aas Miidhaas Hin Fidu.

πŸ‘‰ Jiraan Abdii Dhabe Garuu Bu'aa Yoo dhabes Miidhaa Qabaafan, "Jiraa Abdii Dhabe irra Du'aa Wayya" Jedhe.
Namni Nyaata Addunyaa Kanaa Nyaatee, Dhugaatii ishee Dhugee, Biyyoo Addunyattii Irra Miilla Isaatiin Adeemee, Oksiijinii Tolaatiin Jiraatee Faayidaa Guutuu Argachaa Ofiisaatif Faayidaa Dhaba. Kanaaf Addunyaan Kun Karaa nama kanaa kisaaraa olaanaa keessa jirti jechuudha. Adaraa kee obbolee koo hamma hafuura baafattutti abdii hin kutatin! Tolee? Waliif galleerra mitii?

✏ Goototni yeroo baayyee karoora isaanii jijjiruu irra lubbuu isaanii kennu. Kana jechuun lubbuu isaanii caalaatti karoora isaanii jaallatu jechuudha. Karoorri kee qabeenya keeti, kanaaf karoora keef jiraachuutti abdii hin kutin.
wantoota abdii nama kutachiisan keessaa tokko KUFAATII dha. yoo itti fayyadamteef kallattiin milkaa'inaas kufaatiidha.
Sababni isaa namni kamiyyuu kufaatii irraa barachuu waan danda'uuf kufaatiin barsiisaa namaa isa hangafa.

Fakkeenya Namoota Kufanii Milkaa'anii Keessaa : -
πŸ‘‰ROBERT KIYOSAK dureessa Ameerikaa keessaa tokko. Garuu Robert yaalii investimentiin yeroo meeqaaf meeqa nama kisaaredha.

πŸ‘‰TOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha.

πŸ‘‰ABRAHAAM LINKEN Pireezidaantii Ameerikaa ta'uuf waggaa 22ffaa isaa irraa eegalee dorgomee moo'amaa waggaa 52ffaa isaatti pireezidantii Ameerikaa tahe.
Isaan kunii fi kanneen biroo obsumaan irra deddeebi'an malee waan kufaaniif karoora isaanii hin fannifne.

✏ Kanaafuu abdii kutachuutti wanti si oofu diina kee isa karaatti si hambisuu barbaadu qofaadha.
Hin gowwomin ati michuun amanamaan waaqa kee gadiitti karoora kee akka ta'e hubachuun yoo kuftellee hin gadhiisin wajjin kufii ka'i!

Utuu waan meeqaaf abdatamtuu haalatti amantee karaa dhaabbattee haftaa?Matumaa karaa dhaabachuuf dhiisuun suma harka jira.
Haala yeroon jijjiirutti hirkatta taanan utuu ija hin godhatin hafta, seenaa kees biddeen ati nyaattee balleessiteef boolla awwaalaa isa si abaaraa hafu qofatu yaadata.

πŸ‘‰ Haala ilaaltee abdii hin kutatiin abdii hin kutatin ammas abdii hin kutatiin !!!

Haalli har'aa hin amanamu :
βœ” #Har'a hiyyessa yoo taate bor ni sooromta.

βœ” #Har'a uffata gahaa hin qabdu yoo tahe bor irraa hafaa qabaatta.

βœ” #Har'a Miilla qullaa deemta yoo tahe bor kophee jijjirtee keewwaattam!

βœ” #Har'a Hojii Hin Qabdu Yoo Ta'e Bor Hojjetaa Hedduu Qacarta!

βœ” #Har'a Baasii Gejjibaaf Yoo Dhabdeyyuu Bor Konkolaata kee Yaabdee Adeemta!

βœ” #Har'a Nama Si Jaallattu Hin Qabdu Yoo Ta'eyyuu Bor Baayyina Fira Keetif Dhiphatta!

βœ” #Har'a Utuu Biyyi Kolfuu Yoo Boosseeyyuu Bor Yeroo biyyi Boo'u Kolfuuf Jirta!

βœ” #Har'a Gurguddoota Biyyaa Hin Beektu Yoo Taheyyuu Bor Nama Guddaaf Beekamaa taata.

Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal'aansoo qabi, moo'ichi nama wal'aansoo qabu bira jira.

Moo'ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama.

Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun daawwaa milkoomina keetiti.

Obboleekoo ABDII HIN KUTATIN!

NEVER GIVE UP!



CHANNALOTA KEENYA KANA JOIN GODHUUDHAN NUU HORDOFAA!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ™JOIN ⚠️JOIN⚠
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROPRO
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Odeeffannoo, yaadaa fi gaaffii qabdan πŸ‘‰πŸΎ @ADOYEBOT πŸ‘ˆπŸΎ irratti nuuf ergaa. Galatoomaa!
😍Obsuumaan ganna bahuu waan qaban uffatanii
😍Qorri didee hammatuus ilkaan ciniinnatanii
😍Jirra yoo jiruu taateef jireenya hin tuffanii
😍Obsumaan jiraachuudha kan boruu hin beekanii !



@OROMOTOO
#Kennaa_EthioTelecom

#Guyyaa boru{Kamisa} Hagayya 21/2012 irraa eegaluun guyyaa sadiif jechuunis {kamisa, Jimaata fi sanbata} kan turuu keenna galateeffannaa qopheessu beeksise.

#Kunis 1GB, tajaajila sagalee daqiiqaa 40, tajaajila ergaa barreeffamaa 100 ganama sa'aatii 12:00 hanga galgala sa'aatii 12:00tti #bilisaan ni argattu jechuu.

#Tajaajilota kennaman hunda guyyaa tokkoon xumuuruun hin danda'amu, kan jechuun guyyoota sadan walitti aanan kanaaf wal qixa hiruun fayyadamtu jechuudha.

#Kana jechuun

Guyyaa kamisaa ganama sa'aa 12:00 irraa hanga galgala 12:00titti kan fayyadamuu dandeessan.

-Internate MB 341
-bilbila sagalee daqiiqaa 13
-Message 33

#guyyoonni lamaan itti aananis haaluma kanaan itti fufu jechuudha.

#share
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
Aduunya kana irrattii Maal gochuutu Ulfaata?

1: Rifeensa Lakka'uu
2: Saamuna ykn Azaaksii ija keessa of kaa'u
3: Arraba Bastee Hafuura fudhachuu😜

Abo Arraba kee ol deebisi hin gowwomini😝😜😜. Amma yeroo kana argitu seeqxe jirta😁😁, sababni isaas wan Gowoomteef.😜😜


@Dedroro
@Dedroro
@Dedroro
2024/09/30 09:27:58
Back to Top
HTML Embed Code: