Telegram Web Link
Kolfa Duune

hiriyyaa gaarii....
Hattoota sadiitu mana namaa seenanii ...inni jalqabaa mi'ooftuu( karamellaa) inni lammaffa, burtukaana ...inni sadaffa ammo buqqee hatan ...sana booda Namtichi itti dhufee
Sadan isaanii hidhee akkas jedheen " hundi kessan waan hattan kana ana fuulduratti liqimsitu" jedheen.
Sana booda namtichi inni burtukaana hate lafarra gangalatee boo'uu jalqabe
Namichis " ati maalif boocha burtukaana liqimsuu dadhabdaa?" Jedheen
Hattuchi yoo maal jedhe gaariidha
.
.
.
.
An isa buqqe hatefin bo'aa jira hin jedhu seetanii πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

SHARe


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
Umrii nuuf kanname keeysatti waan nurraa eeggamuufii waan godhuu qabnu goonee argamuutuu nurraa eeggama. Odoo namuutuu waan yaadeefii waan barbaade carraaqii cimtuu godhuudhaan maletti ni arkata tahee silaa nama hedduu tokkootu waan barbaade arkata ture. J.M umriin isaa amata 34 umrii tana keeysatti maal maal hojjate jannee lakkaawuuf yeroo nutti fudhata. Garuu bakka tana gahuuf maal maal godhaa ture? Carraaqqii akkam godhaa ture?
😍Sireen asii olitti arkitan tun siree inni gaafa biyya alaa jiru gaafa qabsoon ummataa akkasitti xiixaa turte san firaasha maletti irra rafaa tureedha. Siree bareedaa irra odoo rafuu numa dandahuuti akka hirriibni natti hin baayyanne ja'ee firaasha maletti asirra bara hedduuf rafaa ture. Xiqqo rafnaan numa dammaqa.....!
πŸ‘Walumaa galatti dhaamsikooπŸ‘‡
#Mul'ata kee dhugoomsuuf tattaaffii tee cimsuun sirratti haa jiraatu. Kayyoo teetiifii hojiin tee wal haa gitu. Waan guddaa hawwaa waan xiqqoof hin jilbiifatin.....!
😍Dhaamsi itti fufa...!


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
ORO PEACE AND FREDOM
β›³πŸ™HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KANA JALATTI BEEKSISA HOJJATAMU KANA NAMOOTA BEEKSISA HOJJATAN QUNNAMUUDHAF JOIN GODHAβœ… @...........
βœ… @....................

JOIN JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROPRO πŸ‘ˆ
@OROPRO πŸ‘ˆ
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
https://www.tg-me.com/OROPRO
Na ofkolchaa
Na ofkolchaa
Na ofkolchaa!
~
Eee....yaa Waaq, ati nuuf dhaga'i
Dhageessu nuuf owwaadhu
Haara-galfii nuuf laadhu...
Hammeenyarraa nu dhoksi
Hamattuu arraba gogsi
Kan uumee odeessu,
Kan gubee bobeessu,
Kan waan dhugaa dabsu,
Kan hamilee cabsu,
Kan adii diimessu,
Kan fira diinessu,
Kan dammadha jedhee summii namaaf kuusu
Kan ilkaaniin kolfaa boolla nama buusu
Utaalaa akka darabii
Ati nurraa qabi!
~
Kan faayidaaf fiigu
Kan Oromoo diigu
Kan baaltii facaasu
Kan abdii mancaasu
Kan gandaan shubbisu
Kan fo'ee dubbisu, kan fo'ees guddisu...
Kan seexaa hin dhaabbanne
Kan seenaa hin yaadanne,
Utaalaa akka darabii
Ati nurraa qabi!
~
Ijoollee taphattu
Jabbii burraaqxutti galaa! Guyyaa gaarii!

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO

By leta kenei Aga
Galmeen Obbo Jawaar Mohammad fi Waahillan
isaanii guyyaa boruu ta'uun himame.
Manni murtii federaalaa sadarkaa duraa sababa
Abukaatoon Jawaar Mohammad fi waahillan isaa abba seeraa galmee isaanii irra akka ka'u iyyataniin adda citee ture boru irra deebiidhaan Sa'aati 4:00 irratti Beellamamuu miseensi garee Abukaatota hidhamtoota Siyaasaa Oromoo Obbo #Kadir_Bulloo ibsaniiru.
#Oduu_Ammee

Kantibaan magaalaa Finfinnee Obbo #Taakkalaa_Uumaa aangoo gad dhiisuuf xalayaa Waajjira MMtti galfatuu dhagahamee jira
"Ijji dhiira Dura Boochii" jedha oromoon yeroo mammaaku. Hayyuun keenya #jawar Mohammed haala Amma ta'a jiru Kana OPDO fi ummataa oromoof duraan Dubbatee fixee ‼️
Akkas jedhe "Itti himan malee itti hin hidhan"
Jawar Mohammed‼️


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
#JAWAR_MOHAMMED

Ummata Oromoo Maraaf‼️
"Wabiin kiyya rabbiifi ummata kiyya"
- Jawaar Mahaammad.
"Wantiin ani ummatni oromoo dhiisi yoo naan
jedhaniille hin dhiifne waanuma takka qofa. Wanti takkittiin saniis qabsoo bilisummaa oromoof gochuudha"
- Jawaar Mahaammad.
Goota jireenya qananii dhiisee oromoof jecha
hidhamuufi du'a sodaaf qabsoo oromoorraa sekondii tokkoofillee of duubatti hin deebine!
Goota nafxaanyaan sodaa isaaf ofirratti fincaattu!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
✍"If I had to select one quality, one personal characteristic that I regard as being most highly correlated with success, whatever the field, I would pick the trait of persistence. Determination. The will to endure to the end, to get knocked down seventy times and get up off the floor saying, ''Here comes number seventy-one!'"✍
#Join_Us & #Share πŸ™


@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
Every great dream begins with a dreamer. Always remember, you have within you the strength, the patience, and the passion to reach for the stars to change the world.


#Join_Us & #Share πŸ™
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
✍You can't control everything. Sometimes you just need to relax and have faith things will work out. Let go a little and let life happen.✍




#Join_Us & #Share πŸ™
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
GOOD 😊 MORNING!
☁✨✨☁✨✨☁
✨✨✨✨✨✨✨
✨✨✨✨✨✨✨
☁✨✨✨✨✨☁
☁☁✨✨✨☁☁
☁☁☁✨☁☁☁
🌻 MY SWEET MEMBERS





#Join_Us & #Share πŸ™
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
Jawar Mohaammad faa N-14
Dhaddacha Lidataa
-----
Har'a Jawaar Mohaammad faa Waaree Booda osoo shakkamtoonni fi abukaatonni hin beekne dhaddachatti dhiyaachuun beekamee jira. Namoota galmee kanarratti waamaman 14 keesssaa namoonni 5 Vaayirasii Koronaan (#COVID_19'n) qabaman waan jedhameef dhaddacharratti hin dhiyaanne. Har'a ragoonni sadi kan shakkamtoota hundarra ilaalchisuun dhagahamuu qabu jedhaman dhiyaatanii turan. Beellamni ragaa Qorannoo Duraa (Preliminary Enquiry) dhagahuuf Wiixata dhufu WB sa'aa 7:30'tti beellamameera.
-----

Oromo Political Prisoners Defence Team


@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
"Namoonnii Kan dhiisani bahan ittigaafatamummaa sodaatanii osoo hin taane, geggeessaa badaa wajjiin hojjachuu jibbaniiti"‼️ #lemma magarsaa Waaqoo
2024/09/30 19:21:22
Back to Top
HTML Embed Code: