Telegram Web Link
"Nama Oromoo Ganee Dabarteef hin agarree
kan Salphatee Ganda keessati Kootiin irratti Ciccitee Malee "
#Gooticha_Jawar_Mohammed
,,,,,,,,,Mitii????,,,,,,

Namni hedduun tokko sababaa rakkoofii balaa baraa tanaaf kaayyoo isaanii jibbanii hifatanii diiganiiti jiran...! #Abdii jireenyaa kutaniiti jiran. ๐Ÿ‘ŽJiraachuu malee maal akka barbaaniifii maal akka arkachuuf kaayyeeyfatanii turan walllaalaniiti abdii kutanii jiran keeysattuu keeysattuu barattoonni.
๐Ÿ‘Ž"Biyya akkanaa keeysa teenyeeti guddinaaf kaayyefannaa? jiraachuunuu yaada nutti taheeti jiraatii" siin ja'an. #Hubattee???
Karooraafii kaayyoon tee rakkoofii balaaf jacha diigamti yoo tahe san duraanuu kaayyoo dhugaatii miti sumaatu kaayyoo dhugaa sahe malee..!
#Rakkoo,cinqii fii balaa buutu cufa keeysatti ati nama murannoo qabu tahi kaayyoo tee hin dagatin abdii hin murin namni odoo hin cinqamneefii hin rakkamne kaayyoo isaa dhugoomsee seenaan isa yaadatte hin jiruutii.
#Nageenya nageenya kana hin geenye biyya biyya tana hin geenye; biyya ganamuu lolli isiirra adda hin cinne keeysa jiraachaa nama meeqaatuu kaayyoo isaa odoo hin dagatin bara meeqa guutuu odoonuma cinqamuu odoonuma reebamuu odootuma hidhamuu kaayyoo isaa ta ganamaa dhugoomfatee itti gahe. #Kaayyoon balaa kamuu keeysatti hin jijjiiramtu akka kaayyoo ifii hin daganne itti cichuufii itti cimuu nama gaafatti malee...!
#Sababaa rakkoo keeysatti oobsitee kaayyoo tee akka daawwitiitti itti cichitee if dura qabdee deemteef jacha guyyaa tokko ifuma galatoomfachuuf jiraatta !
๐Ÿ˜€Na amani yoo lubbuun jiraanne rakkoon tun ni kutti balloon isii boodaan numa dhufti. Gaafa nama taatee bakka geeyse oobsa kaayyoo tee dhugoomsuuf gooteefii tattaaffii rakkoo tana keeysatti goote seenaa gooteetuma itti mirqaanaa dubbattee akka namni fakkeenya si godhatu tahuuf teeysaatii๐Ÿ’ช
๐Ÿ˜Dhaamsi itti fufa...!

CHANNALI KEENYA JOIN,SHARE GODHUDHAN NUU HORDOFAA !!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB
โšชโšชโšชโšชโšชโšชโšชโšชโšช
YAADA KESSAAN ASIN NUUF KENNA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ABDETABOT
#Never_expect_water_from_stone (Dhagaarraa bishaan hin eegiin)!

The first attack and attack try of your enemy is against your house and something protects you, so that your counter response get weakened. In these way, your attention is fully diverted to survival than opposing the enemy. The same thing, in the same manner, is being applied on us. No more bad action than trying to call and return the past disgusting system, and running to destroy our pillars. The great enemy is planting its ready made propaganda, the poison that puts our unity under question. Now, we are losing our lovers to death, our leaders and pillars of the struggle to jail.

We have to solve the situational problem by solution in us, and the way we prefer than the enemy give us. Can water from stone, fire from water be obtained? Never! So, to find the shed blood, and to free innocent people and political prisoners, don't expect the true judgment from lawless court, right court from partial doer!

#Free_all_political_prisoners!

@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
RAKKINNI HAA RAKKATU!
(Kitaaba Haaraa)

Haala keessa jirtuun haala hundumaa walitti qabuu irraa of qabi. Harโ€™i kan keeti itti jiraadhu; garuu ittiin hin dhaadatiin. Cimaa taโ€™i; ciminni yoomuu hin balfamu. Garuu ciminni kee qaawwa warreen dadhaboota balโ€™isee akka hin argamnetti of eeggadhu. Aangoon ati harโ€™a ittiin lafa dhiistee nama irra deemuu caalchifattu, boru gaafa si harkaa bahe nama biraatu ittiin sirra deema.

Reโ€™een umurii ishee lafarra jiraattu guutuu qullubbii adamsuun dabarsiti. Dhumarra garuu, qullubbiimaan itteeffamtee nyaatamti. Qurxummiinis akkasuma yeroo jireenya ishee bishaan keessaatti, bishaan asiif achi rurrukutaa jiraatti. Kana hundumaa, boodarra bishaan danfu keessa akka buufamtu quba hin qabdu. Lafti harโ€™a nu baata; waan nyaataas nuuf laata. Garuu bor nu nyaata; nutus isa baata. Eeyyeen dacheen harโ€™a nu baatti; boru immoo nu nyaatti!

Aangoon kan nama dhuunfaa osoo hin taane, kan yerooti. Kanaafuu yeroof harka laachaa naannoo kee mil'adhu; safuu illee horadhu. Ciminni kee warreen laafoof jabina, aangoo kee warreen sagalee hin qabneef sagalee haa ta'u. Qabeenyi kee mana haadha hiyyeessaa haa lixu. Harki har'a sirraa nyaate boru sin nyaatu. Akkanaan boruun bareeda; dirqamni namummaas galma gaha. Kana hin dagatiin. Dagachuun dirqama yoo ta'e, dagachuu dagadhu!.....

Kitaabicha keessaa fudhatame!

#Guutummaan isaa, guyyoota muraasaan booda sin dhaqqaba. Bifa PDF-tiin telegiraama irraan, 'Chaanaalota' @DEDRORO fi @HARARGETUB irratti ni gadhiifama. Kanaaf, 'JOIN' gochuun dubbisuuf qophaa'aa.
~~~~

@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด

YAADA KESSAANIN NUU JAJABESSAA ISIININ JENNA๐Ÿ‘‰ @ABDETABOT
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA๐ŸŒณ (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!โคโค
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”“๐Ÿ”‘ JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โœ… ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dubbisaa

โ†ชosoo addaan hin baafannee Murtiidhaaf hin jarjarin
โ†ชosoo amala keetuu hin beeknee Ka namaa baruuf hin jarjarin
โ†ชosoo sababa isaa hin beeknee nama Komachuudhaaf hin jarjarin
โ†ชosoo waan si aarsu hin beeknee Aaruudhaaf hin jarjarin
โ†ชosoo dachee hin bitinii Farda bituuf hin jarjarin
โ†ชosoo nama addaan hin barinii Namatti himuuf hin jarjarin
โ†ชosoo carraan siif hin keenaminii Dubbachuudhaaf hin jarjarin
#Join_Us & #Share ๐Ÿ™


@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
--------------BEEKUMSA WALIIGALAA-------
โœ…Mallattoon agarsiistuu tiraafikaa diimaa fi magarisaa yeroo duraaf hojiirra kan oole bara 1930 magaalaa new yorkiitti dha.
โœ…Namni yeroo duraaf badhaasa nobelaa (nobel peace prize) badhaafame #Henry Dudand jedhama.
โœ…Namni gurraachi yeroo duraaf ji'arra qubate #Bluford jedhama. Bara 1979 ti dha.
โœ…Namni gurraachi yeroo duraaf ameerikaa keessatti dhalate #William Tucker jedhama. Bara 1619 kutaa biyyaa ameerikaa #Verginia keessatti dhalate.
โœ…Mucaan biyya ingliz #Sean Istewart jedhamu waggaa 12ffaa isaatti daa'ima godhate. Akka addunyaatti abbaa umuriin isaa xiqqaa jedhameera.
โœ…Pilaaneetoota hawaa keessa jiran keessaa juppitariin ji'a 63 qaba. Lafti irra jiraanu garuu ji'a 1 qofa qabdi.
โœ…Dacheen keenya guyyaatti sa'aatii 24 qabdi. Pilaanetiin neptuniin garuu sa'atii 16 qofa qabdi.
โœ…Namni yeroo duraaf gara hawwaatti imale nama biyya raashiyaa #yurigagariin jedhama. Bara 1961tti gara hawwaa deeme.
โœ…Balaan konkolaataa yeroo duraaf bara 1891 tti #USA keessatti uumame.
โœ… Dubartiin yeroo duraaf xiyyaara oofte lammii england #blanche scott jedhamti. Bara 1912 tti balallii jalqabaashee raawwate.
โœ…Dubartiin yeroo duraaf hawwaa abuurte lammii raashiyaa #valentina tereshkova jedhamti.
โœ…Dubartiin yeroo duraaf perezedaantii biyyaa tokkoo taate #isabel martinez dha. Perezedaantii argeentinaa turte.
#Join_Us & #Share ๐Ÿ™


@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@JIRUUDHA
@OROMO7
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA๐ŸŒณ (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!โคโค
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”“๐Ÿ”‘ JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โœ… ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
แ‰ 24 แˆฐแ‹“แ‰ณแ‰ต 1แˆบแˆ… 38 แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แ‹จแŠฎแˆฎแŠ“ แ‰ซแ‹ญแˆจแˆต แˆฒแŒˆแŠแ‰ฃแ‰ธแ‹แค แ‹จ13 แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠ แˆแแˆ

๐Ÿ”ต แ‰ แ‰ซแ‹ญแˆจแˆฑ แ‹จแ‰ฐแ‹ซแ‹™ แ‰ณแˆ›แˆšแ‹Žแ‰ฝ
๐Ÿ”น แŒ แ‰…แˆ‹แˆ‹ โž– 27,242
๐Ÿ”น แ‹›แˆฌ โž– 1,038

Full Report

@OROMOTOO
@DEDRORO
Haacaaluun Oromoofi Oromiyaaf qabsayee, Oromoofi Oromiyaaf wareegame!

Nan Sobee nuun jedhe, osoo takkaa ofis saba isaas hin sobin dhugaa Oromoo cichee wareegame!!

QABSAA'AAN NI KUFA, QABSOON ITTI FUFA!!
Meesha faaya oromoo Borana. Kuni Golla jedhama. Innis Faayida mataa isaa qaba. Faayidawwan isa keessaa 1, Boroo ykn Dinqaa ka jedhamu ittiin golluuf ykn dhoksuuf. 2, Dinqaa ofii ittiin bareechuuf. 3,Bakka meeshale faayaa adda adda itti fannisuun mana ofii bareechataniidha. 4, Meesha akka Qodaa, Ciicoo, Buchuma, saqaa fi siiqqee , Daannisafi Lichoo fi Buduunuu buna itti fannifachuun beekamuudha. Gollii yeroo maraa gaadaa ykn Dhiibuu keessatti hidhama. Inni Gogaa looni irra hojjattama ! Walumaagalatti Gollii faayidaan inni qabuu kana caalaa. Inni Bakka Faayaa babareeda itti keeyachuun mana ofii bareechan keessa isa jalqabaati. Horaa Bulaa!
Waa sadii isin haa baraaru
๐Ÿ‘‰Abaarsa jaarsa du'aa ka'ee
๐Ÿ‘‰Lola waraabessa du'aa ka'ee
๐Ÿ‘‰Nyaatamuu galaana dabruu gaheen.




@OROMOTOO
@OROMOTOO
๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด
YAADAN NU JAJABEESSAA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ABDETABOT
"Most of us we wait for best time, good opportunity, right amount of capital to start. We live in what Brian Tracy call "someday island". We say things like, Someday I will start my own business etc. However,to achieve success we must have a crystal clear understanding of what we want and have a burning desire, a strong WHY which will inspire us. Let us be vigilant in seizing on opportunity. Don't wait for extraordinary opportunities-seize common occasions and make them great."
Have a joyful Sunday ๐Ÿ’•๐Ÿค— โค ๐Ÿ‘




๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
โ˜‘ Bara jireenya keeti kana keeysa ati miidhamaa tahi malee miidhaa taate hin arkamin, miidhaa tahuun nageenya sammuu namarraa mulqa waan taheef!.

โœ” Hanga rakkinni si rakkisutti hin rakkatin
Dagamteetiis if hin dagatin hin dagamin






๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
2024/09/30 21:34:09
Back to Top
HTML Embed Code: