Telegram Web Link
"Du'a malee anaafii abiy humaa takkalleenuu addaan nun baasu" jacha lammaati. Eega lammaan akkana jachaa ture sanuu arra Abiyi akkasitti jaalachaa ture saniin gaggeeyfamee an wulii nama niin jaaladha malee hin amanu.
#Lammaa baga ngy gara____________dhufte!πŸ˜‚

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Bar tokkummaan ummataa jaarraa duriif arraas akka sibiila jabduu
Gannaaf bona roobaaf caama yeroo kamittuu kabaja waliif qooduu
Sobaafii sossobaan shiraa fi sharranyaan tokkummaa isaanii sharafanii
Baajataaf pirojektiin hammamuu baafamu tokkummaa isaanii hin gatanii
Oromoo hayyoota kee, hooggantoota kee,
qabsaa'ota kee harka Nafxanyaatii baafadhu!
_
Hayyuun keenya jawar Mohammed waggaa Lama dura kana jedhee ture. Dhugaadha‼️.
πŸ‘‰ Lammaa fi Abiyyi gargari.
~Kaan sabboonaa,
~ kaan leellisaa sirna Nafxanyaati.
~Kaan Oromoof yaada, ~kaan Oromoorratti yaada.
Galanni yeroodhaaf haa ta'u haqni jiru dhokatee hin hafne. Amma hunduu ifa ta'eera.
Jijjiirama dhufee San Kan fiidaan jarreen Kana ‼️
1st.QEERROO OROMIYAA
2nd JAWAR MOHAMMED
3rd.LEMMA MAGARSA


Nansobee??
Jijjiiramni Lammaan OPDO Keessatti fide Lammaa mataa isaa nyaata jedhee namni yaade jiraa?
Abjuudhuma, Abjuu!

Nifalmannaa Qeerroo Jabaadhuu‼️


@OROMOTOO
@DEDRORO
@OROMOTOO
MURTII

Jhon Maxwell kitaaba isaa - -amala 7n nama milkaa'aa, ja'u keessatti akkana nun je'a.

#murtii sirrii ta'e yeroo isaa malee (sirrii hin ta'initti) yoo murteessite FUDHATAMA DHABDA.

#Yeroo isaatti (sirrii ta'etti) murtii sirrii hin ta'in yoo murteessite Dogoggora keessa galta.

# yeroo sirrii hin ta'initti Murtii sirrii hin ta'in yoo murteessite kufaatif saaxilamta.

#murtii sirrii yeroo isaatti yoo murteessite milkaa'ina goonfatta.



@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
Koreen giddugalaa biltsiginnaa hogganoota olaanaa 3 gaggeeysuun isaanii ifoomee jira.
Obbo Lammaa magarsaa
Aadde Xayyibaa hassan
Obbo milkeessaa miidhagaa.
Mee barreeffama Jawaar kanaan walbira qabii xiinxali.
🌏HAQA AJAA'IBAA🌏
β†ͺBiyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf adabiin du'aa(death penality) akka hafu labsite biyya venzuweelaa jedhamti.
β†ͺBiyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf istaampii poostaa eegalte biyya biritaaniyaa dha.Maqaan istaampichaas("PENNY BLACK") jedhama.
β†ͺBiyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf VAT (value added tax) eegalte biyya faransaayi.
β†ͺBiyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf sirna dimookraatawaa eegalte biyya giriiki.
β†ͺBiyyoota afrikaa keessaa biyyi uummanni ishii hundi afaan tokko dubbatu somaaliyaa qofa.innis afaan somaalii dubbatu.
β†ͺNamni furdaan addunyaa kanaa lammii USA JON BROWER yoo ta'u 635kg ulfaata.
β†ͺAkka addunyaatti kitaabni umurii dheeraa qabu ETRUSCAN GOLD BOOK jedhama.Umurii waggaa 2673 qaba.Biyya bulgaariyaatti argama.Kitaabichi warqeerraa hojjetame.
β†ͺFAZAH dhalataa biyya laabeeriyaati afaanota 58 dubbachuu fi dubbisuu danda'a.
β†ͺMucaan yeroo dhalatu halluun dursee adda baasu halluu diimaa dha.Dhalatee halluu adda baasuu kan eegalu torbee 2 booda.
β†ͺLubbu qabeeyyii lafarra jiran keessaa gogaa furdaa kan qabu roobii dha.Gogaansaa 3.5cm furdata.
β†ͺLubbu qabeeyyii lafarra jiraatan keessaa sagalee guddaa kan qabu BLUE WHALE jedhama.Sagaleen isaa fageenya kiloomeetira 1610 irratti dhageessisa.
#Join_Us & #Share πŸ™




@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄βšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺ
YAADAFπŸ‘‰ @ABDETABOT
β– β—‡-kan yeroo hundaa kolfu beekkumsa of dhoowwa.
β– β—‡-kan yeroo hundaa kadhatu kennaa of dhoowwa.
β– β—‡-kan yeroo hundaa kakatu amantii of dhoowwa.
β– β—‡-kan yeroo hundaa jarjaru hiree of dhoowwa.


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Daa'imni umriinshi baatii tokko gadi yeroo bossu immimman hin buustu! kuniis sababa xannachii imimmanii(lacrimal gland) jedhamuu hojii hin eegallefii!



##kanabeektu
JOIN JOIN SHARE
@OROMOTOO
@DEDRORO
Daa'imi tokkoo yeroo dhalatu giddu-galeessan dheerina naannoo 50cm fi ulfaatina naannoo 3.2 kg qabaata.


#kana beektu laata
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Asiidiin garaacha namaa keessatti argamu (HCl) jabina isaa irraa sibiila salphaa akka zinkii (zinc) illee gubuu danda'a. Yoo gogaa namaa irratti cophee ammoo gubee keessa darba.


#kanabeektu laata!
βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”
βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”
liinkii asi gadii kana hiriyootaa keessanii erguun, waa'ee fayyaa irratti hubannoo akka argataanif gahee keessan baha. FAYYAN FAAYAA.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Burj khalifa gamoo dherinaan addunyaa irraa tokkoffaa tahe kan ijaare kaampaani Samsung tahuu beektu laata 😱😱😱


#kana beektu laata!
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Qulqullina ilkaanii eeguun carraa dhukkuba onneetiif saaxilamuu ni hiri'isa. Ilkaan keenyaas guyyaatti al lama yoo qulqulleesine filatamadha.



@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Waan hojjettuu maaliif akka hojjettuufi akkamitti akka hojjettu hin beektu taanaan hojii hin eegalin!
✍ Dirree qabsoo keessa akkuma gameessi jiru gantuun lootee galtu waan hin dhabamneef gantuu ilaaltee abdii hin kutin!
✍ Sabni gabrummaa keessa tureefi jiru waliin osuma loluu walillee loluu danda'a. Sababni isaas namuu karaa itti fakkaateen uummata bilisoomsuu waan yaaduufi.
✍ Gabroomfataan karaa ittiin si qoqqoodu hunda waan fayyadamuuf, ulaa hin baniniif.
πŸ‘‰Gaggeessaa jabaafi hayyuu sabaa rukuchuun akka bofa mataa dhahanii ajjeesuuti. Kana tooftaa gabroomfataan addunyaa hundi fayyadamudha. Gaggeessaan dhugaa iddoo jiru hundattuu abbaa qabsooti.
πŸ‘‰Dirree qabsoo keessatti wantoonni abdii nama kutachiisan hedduun arguu dandeessa. Garuu yoomillee waan tokko hin dagatin. Dukkanni akka bari'uufi abbaan dhugaa akka mirgaan galu!



ShareπŸ™πŸ™
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫
πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄
βšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺ
YAADAFπŸ‘‰ @Abdetabot
#Lammaa_Magarsa

Ani PP ta'ee hin beeku.
PP isa kam keessaa akka na ari'an anuu hin beeku. Dhiifama gaafatee ture kan jedhan soba guddaadha.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Sumaatuu itti gaafatamaa jedhen hayyuun Dr.Henok Gabbisaa

Dr.Abiy rifatee Yoon Har'a dheesse boruu maqaan nabadaa jechaa jiraa.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
#Wolaita Latest Update

Godina Walaayittaa Sooddoo fi Bodiittii keessatti walitti bu’iinsa dargaggootaa fi humnootii nagaa eegsisan gidduutti uumameen namoonni 10 ajjeefamuu 'Addis Standard' gabaasee.
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!❀❀
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”“πŸ”‘ JOINπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
β¬‡β¬‡β¬‡β¬‡βœ… πŸ‘‰πŸ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
2024/09/30 21:30:55
Back to Top
HTML Embed Code: