Telegram Web Link
Yaadadhaa, πŸ‘‡

waamichi uggura daandiiwwanii Qeerroon taasise Wiixata, Adoolessa 27, 2012 [Hagayya 03,2020] eegala. Haanga Qeerroon labsii baasee dhaabbateera jedhutti itti fufa.

#Abiy_Must_Go
@OROMOTOO
@OROMOTOO
#Lamma_Magarsaa

Beekkamtii fi Eeyyama Ummata Oromoon alaWanti Oromiyaa keessatti tahu tokkollee hin jiru Kan fedhii fi Faaydaa ummata Oromoo miidhu kamuu fudhatama hin qabu jedheen Amana .
Amaanaa Ummata Oromoo nyaachuuf yokiin
Han birootti dabarsee laachuuf kan fedha qabu
jiraannaan Abjuu ta'ee hafa
#Guyyoo :
Oromoon jijjiirama kanarraa fayyadameera jettaa?

#Hacaaluu : Eeyyee fayyadameera. Abaarsa/
arrabsoo/arraba Nafxanyaa fayyadame.
Haasaa OMN irrattitaasise keessaa kan fudhatame.

Goota Gafa Xiiqii
Hacaaluu Hundeessaa ‼️
Dhiira Guddatuun Deese
Tokkummaa jabeesaa
Yoomu siindagadhuu
Onnee koorra Tessaa
Oromoo waal ajjeesu
Arguu irra Du'un bayeesa
Nagaan boqadhuu
Hacaaluu hundeessaa
πŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒ

Mo'attoonni kaayyoo millatan( laalan) ,

Mo'amtoonni ammoo gufuuwwan millattu.





πŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒ
SHARE πŸ™ JOINπŸ™
πŸ”œ @OROMOTOO
πŸ”œ @OROMOTOO
πŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒ

WAAN GUDDAA RAAWWACHUU YOO DADHABDE
WANTOOTA XIXIQQOO JAALALAA FI KAKA'UMSA GUDDAA WALIIN GODHI.


@OROMOTOO
@OROMOTOO
Time is not a measure the length of a day or month or year but more a measure of what you have accomplished.


@OROMOTOO
@OROMOTOO
Wantoota 6 kan jireenya keenya keessaa balleessuu( remove) qabnu.

1. Miira balleessummaa ( Guilty).

2. Sababeeffachuu ykn sababa dhiheessuu( Excuse).

3. Namoota 'negative' ta'an ( negative people )

4. Yaaddoo ( Anxiety ).

5. Namoota gammachiisuuf carraaquu ( striving to please others).

6. Yaadoota fokkotaa ofitti haasooynu( negative self talk).


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄
⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫⚫
βšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺ
YAADAF πŸ‘‰ @Abdetuor
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!❀❀
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”“πŸ”‘ JOINπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
β¬‡β¬‡β¬‡β¬‡βœ… πŸ‘‰πŸ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
#COVID19 #COVID19Ethiopia

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 7,607 gaggeeffameen namoota dabalataa 707 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 18,706 taasiseera.

Akkasumas lubbuun namoota 28 kan darbe yoo ta'u, waliigalaan namoonni vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe 310 qaqqabeera.

Gama biraan namoonni dabalataa 406 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 7,601 gaheera.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
"Jijjiirama amma dhufe kanarraa oromoon wanni
fayyadame yoo jiraate arraba Nafxanyaati" jedhee
ture gootichi #Hacaaluu #Hundeessaa!
__
Finfinnee keessatti
"Gaallaan gara Booranaa haa galuu" jedhanii sirbaa jiru. Sababni ammoo hidhaa haaromsaa #Abbaayitu guute jedhaniiti.
Biyya kana keessatti Oromoo fi oromummaan
maalif kana hunda salphina ta'e Harra?
Mootummaan maalif cal'isee waan kana ilaala?

QEERROO JABAADHU NAFXANYAA FI SIRNA NAFXANYAATIS HIDDAAN BUQQIFNAA‼️

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
β€œQabsoon Oromoo dhagaa gaararraa ka’e. Dhaabuun hin dandayamu”
~ Jawar Mohammed


@OROMOTOO
@OROMOTOO
Waan tokko hubadhaa:
Nama jabaa irratti duulama. Nama laafaa saba hin fayyadne namni maqaa isaa hin dhahu. Yaayya qabsaawaa hanga lubbuutti of kennee Oromoof jecha bosonaa fi gammoojjii keessatti wareegama kafalee ture. Nama kana irratti holola oofuun waan jabaa Oromoon qabdu ta’eefi.

βœ” Madda Farhan AbdusalaM

@OROMOTOO
@OROMOTOO
THE FINFINNE INTERCEPT

Komishinarri poolisii federaalaa har'a ESAT waliin turtii taasisee ture. Waay'ee cufiinsa karaa gaafatamee "Karaan naannawwa Finfinnee guyyaa tokkoof cufamnaan magaalaa keessa qala'iinsi jireenyaa ni hammaata, gatiin midhaanii akka malee dabala" jedheera. Qeerroon qabsoo Finiinsaa, of eeggachaa Finfinnee hudhaa qabaa. Mirgi kadhaadhaan argamu akka hin jirre qabsoon waggaa sadiin dura gootan agarsiiseera. Isa fiixaan baasudha. Finfinnee keessa guyyaa har'aa kan akkasiitti dhiichisaa turan Oromoo kaan ajjeefne, kaan hidhaatti guurre injifanne jedhaniiti. Oromoo cabsuun akka hin danda'amne itti agarsiisuun dirqama. Qabsaa'ota Oromoo badii tokko malee hidhaatti darbaman qabsootu baasa malee haaqni mana murtii mootummaa Bilxiginnaa irraa eegnu hin jiru. https://www.facebook.com/10220981168433225/posts/10221001188253708
β€œNamanii yero amma ka ambulasii fayya wajjin deme karra farsho dhaqe joollee jimaa dorsisa jiru sufiyan mahammad jedham kabinee Aannaa xulloo nama yeroo haacaaluun wareegame san joollee tuma turedha”
@OROMOTOO
@OROMOTOO
QEERRO, JIRTUU?

Qeerroon Maccaa-Tuulamaa jirtuu?
Qeerroon Siikkoo-Mandoo jirtuu?
Qeerroon Ittuu-Humbannaa jirtuu?
Qeerroon Sabboo-Goonaa jirtuu?
Qeerroon Raayyaa-Asseebuu jirtuu
?

Ayiiiiiiiiiii.........jedhe Haceen.
#Inbox

LUBBUUN GAAFA DHALATTE DUUTE :

Hidhaa fi ajjeechaa sodaaf maqaa dhaloota qubee addunyaan dinqisiifatte waaroo salphinaa hin uffisnu. Nuti qeerroon kan qabsooynuuf akka nutti ballattuuf osoo hin ta'in ofii woreegamnee Oromiyaa bilisoomte dhaloota nuboodaa dhaalchisuu dha. Yoo Oromoo humda fixan malee abadan sirni nafxenyaa lammata Oromiyaa irratti hin ijaaramu.

Haqa qabna, tarsiimoon masakamna
Ni injifanna
Qeerroo Harargee

(Etana habte )

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Miichuu bayyeen
qabaa Oromiyaa irraa
Yoo lubbuun jiraannee
Borullee walgarra
jabaadhaa Qeerroo
Rabbii nugargaaraa
Qabsoo kee finiinsii
Yaa qeerroo hadaraa
Jawar hidhaa jiraaπŸ‘Œ

@OROMOTOO
@OROMOTOO
gameessa koo
yaa abbaa daamaa
daalee yaa abbaa shaanqoo
soorii farda kee qopheessi
eeboo kee qarii soroorsi
gaachana fannoorraa buusi
roorro didee sirra marse
maaliif duuta mana teesse
πŸ‘‰ Haaceeee

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Tooftaa Qeerroo hin dandeessanii dhiisaa!
Osoo poolisiin oliif gadi fiigu Qeerroon karoora isaa galmaan gahaa jira.


@OROMOTOO
@OROMOTOO
"Ejjennaa tolfatan darbatanii fageessu." Oromootu jedhe.

πŸ‘‰Amma lafa kanarra jirtutti dhiibbaa karaa garaa garaa sitti dhufu hambisuu hin dandeessu. Garuu dhiibbaan dhiibbamtee dhidhimuu irraa of hambisuun harkakee keessa jira. Innis ejjennoo cimaa haalotaafi namootaan hin raafamne qabaachuudha.
πŸ‘‰Dambalii galaanaa hambisuu hin dandeessu. Garuu dooniikee iddoo itti ooftuufi akka itti ooftu beeknaan ce'uunkee beekkamaadha.
πŸ‘‰Qilleensi muka akka hin raasne dhorkuu hin dandeessu. Muka ati dhaabde akka hin jiksine gochuu ni dandeessa. Innis hundee isaa gadi fageessuun dhaabuudhaani.
πŸ‘‰Namni waa'ee kee gaaris ta'ee badaa akka yaaduus ta'ee, hin yaadne dhorkuu hin dandeessu. Garuu waa'ee kee ilaalcha sirrii qabaachuuf ati mataakee abboomuu ni dandeessa. Kan si milkeessu akka ati itti of ilaaltu malee akka namni biraa itti si ilaalu miti.
πŸ‘‰Wantoota gadhee naannookee marsan caalaa ejjennoo sirrii ati jireenya keetiif qabdutu milkaa'ina keetiif utubaadha.

πŸ‘‰Haalotaafi wantoota ilaaltee ejjennoo kee hin sharafin! Osuma dambaliin nama raasuu danda'u jiruu deemsakee itti fufi!

Oolmaa gaarii!πŸ™

Join πŸ‘‰@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
2024/10/01 04:27:34
Back to Top
HTML Embed Code: