Telegram Web Link
EGEREE SIRRIIN WAANUMA SIRRII IRRAA MADDA!
▬▬▬▬▬▬▬▬
➡️ Waan sirrii jabeeffachuu fi kan sirrii hin taane sirreeffachuu malee walitti qabanii harka reebuufiin nama hinsiiqsu. Nama waan dogoggoraatti akka sirriitti hamilee namaaf kenne caalaa namni nama miidhe jira natti hin fakkaatu. Namni akkanaa akka hin barre nama godha; dogoggoras hundeen dagaagsa. Sirriin sirrii jedhee, dogoggorattis quba qabee kan namatti himu qajeelchaadha. Kanatu nu barbaachisas.

➛ Waan amaleeffanne tokko qabna. Nama sirrummaa keenya nutti himu olkaafna; kan nu jajes ni jajna! Nama mudaa keenya nutti agarsiisu immoo ni balaaleffanna.

➛ Sababa malee olkaasuu fi gadi buusuu! Kana sammuutti qabanneetu yaada barbaachaaf waa qabannee gara nama biraa deemna. Ajaa'iba! Durayyuu sirrummaa keenya qofaa dhagahuu feenaa maaliif gara nama biraa deemnee nama biraa qorra? Ani beekaa!

➛ Dhumni shaakala akkanaa komii fi hamii ta'a. "Abaluun hojii koo gadi buuse. Kana immoo sababa malee hin jenne, ana irraa dhimma dhuunfaa qaba. Maal narraa qabaa? Maaltu keessa isa galche? Na goomateetu... gufuu natti ta'uufi... Muu!" Jechaa gara komii fi maqaa balleessiitti deemna.

➛ Namuma silaa gargaarsaaf itti dhiyaanneen maaltu isa galche jennee komanna. Ofuma keenyaa yaada gaafannee yaada balfina, ofuma keenyaa nama tuqnee nan tuqame jenna. Kana summichi! Summii guddina keenyaa!

➛ Wantin jechuu barbaade ifaadha! Sirriidhaan sirrii, dogoggoraanis dogoggora jechuun fala. Hamma kana hin taanetti, kan dabe hin sirratu, muuxannoon barbaachisus hin argamu. Kanaaf falli, waan sirrachuu qabu sirreessuudha. Madaala sirrii fi kan dogoggoraa adda baasuutu furmaata. Gochaan kun, dogoggoraa fi sirrii adda baasee fudhatamummaa isa sirrii ol kaasa. Kanaafuu sirrachuufis ta'e sirreessuuf qophaa'aa haa taanu. Walitti qabnee jajuu fi dimshaashumatti gadi buusuu irraa of eeguu haa barru. Waan goonu hundumaa keessatti hubannaan haa mul'atu. Akkanaan egeree keenya, egeree dhalootaa haa faayannu. Egeree sirriin waanuma sirrii irraa madda!

Abdiisaa Ejjetaa

➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Waggaa Sadeen Har'aa #Jawar_Mohammed akka armaan gadii jedhee Ture. Gaafas hedduun Keenya inuu hin beekne Har'a garuu Qabatamaan argine. Jawar Dhuguma Raagduu Siyaasaa Biyya tanaati!

"Rakkoo hamtuutu biyya sanitti as deemutti jira. Jeequmsi bakka hedduttu dhooyaa jira. Diinaggeen dhaguma gaaraa gadi ka'e taatee qaalomminni jireenyaa samii xuqaa jirti. Bulchiinsi sadarkaa anaafi gandaa faca'aa jira. Mirqaanni baatilee dabranii gara burjaajja'uutti jijjiiramaa jira. Korri OPDO har'a xumurames rakkoolee dhufaa jiran kan xiinxale ta'us tarsiimoon furmaataa hojitti hiikkamuu danda'u fidu hin keenye. Falli jiru momitoota waliin mari'achuun biyyatti waloon saffisaan gara dirna dimokraasitti ceesisuudha. Kana ta'uu baannaan balaa ummataafi mootummaafis hin taaneetu as tiraataa jira. Dhimmoota kanarratti guyyoota as aanaan yoo akii namni gurra laatu yoo jiraate barruulee niin maxxansa. Gara miidiyaattis waywaachuu ittuma fufna."
#Finfinnee_Yaa_Finfinnee Lafaa Abbaa Kiyyaa.
Finfinnee Yaa Qe'ee Tuulamaa. Dubbaadhuu Finfinnee Oromoota Sii Falmaan Hundaa Hanga Yoomitti Nyaachaa Jiraata... Finfinnee #Hacaaluu_Hundeessaa Siif Falmee Siif Sirratti Wareegamee 😭😭.
Yaa Finfinnee Mootummoonni Dhufuu Hundii Yoommumaa Dhigaa ilmaan Keetti Siif Jeecha Dhangalaasuu Dhabaan...???
Finfinnee Yaa Qe'ee Tuulamaa.
Mee Gafii Takkan Sii Gafaadha...
Dhigaa ilmaan Oromoo Waggaa irraa Waggaatti Numaa Dhugdaa. Lafee ilmaan Oromoo Numaa Caphsitaa. Gabaatee Essaa Gahuuf Deemtaa...???
#update

✒️ waamicha Fireeshotaa barattoota University.

👉Gonder.....................wax 23-24
👉Semera.....................wax 26-27
👉WeleytaSoddoo......Wax 26 _30
👉Wollo..........................Wax 28_29
👉D/Birhan.....................Wax 25
👉Asosa..........................Wax 26-30
👉Finfinnee.....................Wax 19-20
👉Ambo............................Wax24-25
👉Hawaasaa...................Wax 21-22
👉Bahirdar........................Wax 22-23
👉Debark ..........................Wax 26-30
👉Wallaggaa....................Wax 28-30
👉AASTU .........................Wax 24-25
👉 Wachemo...................Wax 29-30
👉D/Taaboor.................. Wax 28-29
👉Walqixxee.....................Wax 28-29

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡CHAANALII📡
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO

📩Yaada📩
@Qeerroo_mediabot
@Qeerroo_mediabot
Na_Argaa_Na_Argaan…
Halkan halkan yeroo cabbiin bu'u hirriba irraa dammaqa. Maarree gaaf tokko halkan sa'a 9:00tti cabbiin bu'uu jalqabaan hirriba miyooftuu keessaa dammaqe. Magaalaa Niwu Yoorki jiraata ture yeroo sana. Gidduu sana kitaaba isaa kan 'The Earth Gods' jedhamu barreessaa ture.
Hirriba irraa akkuma dammaqeen dabtara yaadannoo isaa qabatee manaa ba'e. Paarkii Giddu Galaa Niwu Yoorki (New York Central Park) deeme. Kitaaba isaa barreessuu itti fufe. Otoo barreessaa jiruu poolisiin guddaan tokko dhufee isa cinaa dhaabbate.
"Asii maal hojjetta?"
"Barreessaan jirakaa."
"Ati nama lammii Ingiliziidhaa?"
"Lakki"
"Lammii Faransaayiiree?"
"Miti."
"Lammii eessaatiree ati?"
"Lammii Liibaanos."
"Liibaanosii? Ahaa! Akkana taanaan barreessaa lammii Liibaanos kan Kahliil Jibraan jedhamu sana hin wallaaltu jechuudha."
"Eyyee! Nan beeka! Maali?" jedhe ajaa'ibiifatee.
"Ajaa'iba namana! Haadha manaa bareedduu fi eebbifamtuu tokkon qaba. Garuu maal godha? Kitaabni namicha Kahliil Jibraan jedhamu sanaa erga mana koo seenee haati manaa koo nama biroo taateetti. Amalli ishee guutummaatti jijjiirameera. Yeroo hundaa xiinxala gad fagoo keessa akka galtetti. Kana hundaaf sababni kitaaba namicha Kahliil Jibraan jedhamuu sanadha!" jedhee itti himate poolisichi. Aariin ija isaa irraa mul'ata. Otoo Kahliil Jibraaniin argee maal godha laata?
Wanti nama ajaa'ibu kan poolisichi beekuu hin danda'in namichi inni Kahliil Jibraaniin itti himataa ture sun mataan isaa Kahliin Jibraan ta'uu isaa ture! Yeroo tokko na argaa na argaa dhiisanii of dhoksuun balaa irraa nama oolcha! "Na argaa na argaan na dhoksaa na dhoksaa fida!" jedha Oromoon yoo mammaaku!
#deemsiittifufa


👇👇👇👇👇👇👇
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
Lenco Batii Ergaa Ambassador Saudi Arabia 🇸🇦 Tahee Booda Maliif Daraaraan ilmaan Oromoo Saudi Arabia Jiraanitti Hammaatii...???
Debbisaa Tana isaa An Oromoodhafiin Waggaa 30 Ol Hojjaadhee Ja'uuf Dhisee!!
Oromoon Addunyaa Guutuu irraa Jirtuu. Biyya Keessafii Biyyaa Alaa Jirtuu Hundii #June_30_2021 Oof Qoopheessi.Guyyaan Ittiyoophiya Cabsitee Injifatee. Dhigaa #Hacaaluu_Hundeessaa fii Hayyoota Gameeyyii Oromoo Kan Hidhaaman Hundaa Hidhaa irraa Baafanuu Nuuf Haa Tahuu🤲!!
Ustaaz Ahimaddiin Jabal filannoo keessaa bahuu beeksisan!

Filannoo Biyyooleessaa marsaa 6ffaa guyyoota 7 booda (Waxabajjii 14, 2013 ALI) gaggeeffamu irratti magaalaa Jimmaatti dhuunfaadhaan mana maree bakka bu'oota uummataaf (Parlaamaaf) dorgomuuf galmaa'anii kan turan Ustaaz Ahimaddiin Jabal 'sababa dhuunfaan' kaadhimamaa dhuunfaa ta'anii filannicharra hirmaachu akka hin dandeenye beeksisan.
#Update‼️ #Freshman

Waamicha barattoota haaraa kan bara #2013

1.#Addis Ababa university
👉🏾Wax 19 fi 20

2.#Wolaita Soddo university
👉🏾Wax 26 - 30

3. #Samara university
👉🏾Wax 26 fi 27

4. #jigjiga university
👉🏾Wax 25 -30

5. #Gonder university
👉🏾Wax 23 fi 24

6. #Wollagga university
👉🏾Wax 28 fi 29

7. #Ambo university
👉🏾Wax 24 fi 25

8. #Wachamo university
👉🏾Wax 29 fi 30
🚩 Galmee Online Wax 15-20

9. #Assosa university
👉🏾Wax 26-30

10. #Wollo university
👉🏾Wax 28 fi 29

11. #Hawassa Univeristy
Wax 21 fi 22
Galmee Online Wax 15-20

12. #Debra_tabor Univeristy
👉🏾Wax 28 fi 29

13. #Debark Univeristy
👉🏾Wax 26-30

14. #Aastu Univeristy
👉🏾Wax 24 fi 25

15. #Debra_birhan University
👉🏾Wax 25-30

16. #Bahirdar University
👉🏾Wax 22 fi 23

17. #Selale University
👉🏾Wax 28 fi 29

18. #Wolkite Univeristy
👉🏾Wax 28 fi 29

19. #Mekdela Amba Univeristy
👉🏾Wax 27 - 29

20 #Mekelle Univeristy
👉🏾Wax 21 - 26

21 #Dirre Dawa Univeristy
👉🏾Wax 27 - 30

22 #Dilla Univeristy
👉🏾Wax 22 fi 23

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡CHAANALII📡
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO


📹YOUTUBE📹
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk


📩Yaada📩
@Qeerroo_mediabot
@Qeerroo_mediabot
Hubadhu!

Horii kee waan barbaadetti jijjiiruu dandeessa saba kee garuu hin dandeessu!
Dubbii hikmaa xiinxallaa barbaadu.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

💬 Hayyuun islaamaa tokko akki jedhe.

"Dadhabbiin karaa rabbii keessatti dadhabde ni dabarti, ajriin isiidha ammoo siif ol kaayamti.

Mi'aan yeroo dilii dalgduu ni kutti, adabbiin isiis oluma kaayamti.

#Rabbii wajjiin tahi, waan biraa hin yaadin.

Dukkana halkanii keessa harka kee isatti ol qabii, Yaa Rabbi kiyya jedhiin! Duniyaan zikrii tee malee hin toltu, Aakhiraanis Afwii keetiin malee, jannannis si arkuun malee hin bareeddu!"

#Hoggaa wanni ati jireenya koo keessatti gammachuu naaf laata jettee yaaddu si jalaa bade, dhugoomsi wanni rabbiin sirraa balleesseef akka sababa dilii sitti hin taaneefi.

Irra namaaf dabri, dhiifama namaaf godhi, Namaafis laaffisis!

Dhimma Uumamatoota rabbuma isaan uumeef dhiisi! Nutiifi isaanis asirraa deemuuf jirra.

Dalagaa keeyriidhaa, Hangam xiqqaattus hin tuffatinii toltuu hojjadhu; toltuu keysaa
tan Jannata si galchita hin beytuu!"

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Yeroon keysan Zikrii Rabbiitiin haa bareddu!!
ABSHIIR!!
Hidhaan qoraasuma dhiiratii Abshiir Goota koo!!!
Bakkan Diinni keenya akka nuti geenye barbaadu sana geenyu malee Abadan hin teenyu!!
Hidharraa Bahuun keessan Waan hin Oolledha!!
😘😘😘😘😘
Walgahiin biyyoota dureeyyii torbanii, G7 jedhame waamamu dhimma Itiyoophiyaa keessattuu dhimma naannoo Tigraay ilaalchisee ibsa baasee jira.

"Haala beela namoottan kumaatamaan lakkaawwan keessaa seenan dabalatee Tigraay keessaatti jeequmsa adeemaa jiruun halli gaddisiisaan namoomaa hedduu nu yaaddeseera."

"Hookkora saalaa dabalatee badiinsa raawatamaa jiru hin balaaleffanna. Wareen yakka raawwatan qorachuudhaan itti gaafatamummaatti dhiheesuudhaaf komishiiniin olaanaan mirga namooma adduunyaa yaalii inni gochaa jiru nu deggarra," kan jedhe ibsi kun, diinummaan atattamaan akka dhaabatu, gargaarsaaf karaan akka banamu, waraanni mootummaa Eertiraa akka Tigiraay keessaa bahu gaafateera.

@oromotoo
#ODUU_GADDAA
Namni suuraa isaa asii gaditti argitan kun Horroo Guduruu magaalaa #Shaambuu ganda 01 keessatti ajjeefamee akka argame odeessi nu qaqqabe ifa godha.
Nama du'ee argame kanaa Eenyummaa isaa hanga maxxansa kana maxxansinutti adda baasuu hin dandeenye.
2024/09/22 17:42:09
Back to Top
HTML Embed Code: