Telegram Web Link
Gaafa carraan cufamu
Aartee Fuula guurtee
Gaafa carraan banamu
Maalumaafi dhiiftee
Hoggaa si kadhatan
Boontee maaf of tuultee
Atis Fuulan qabdu
Qalbii tantee hirtee**

Ziq jedhii Ejjadhu
Ofitti amaniiti
Alaabaa injifannoo
Qabii mirmirsiitii
Harka hin kennin khaa
Amma Irra aantaatii**
Ammaas Baga gammadde Siifan Hassan💪💪
Atleet Siifan Hassan Har'as fiigicha meetira 1500 riikardii cabsitee jirti!
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Woow telegram fayyadamun qofa guyyati qarshii 10 hanga 100 hata'utii garuu
namoonni baayyeen keessan start gootanii osoo jion channel hin godhin dhiisaa jirtu
Telegramii fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 10, hanga 100 tti argachuu dandeessu

Kana argachuuf jalqaba Liinkii armaan gadii kana tuqxu 👇
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

Sana booda Start isa jedhu erga tuqxanii booda join channel kan jedhu tuquudhaan chaanaalii isiniif dhufu Join gochuun dirqama
Kana booda afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii bifa samayawwiitiin isiniif dhufu namaaf share gootu gaafa namni 1 linkii keessaniin seene qarshii 2 isiniiif dabala nama 20f share yoo gootan qarshii 40 argattu
Garuu namni isin share gootaniif start godhee join channel gochuu qaba
Kaardii keessan erga kuffatani booda cash out kan jedhuu nidhufa isaa tuqun mobaayila keessanitti guutachuu dandesuu

%100 dhugaa dhaa itti hojedha

👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
Hawaasni Oromoo Ameerikaa magaala Waashingitan DC'tti hiriira mootummaa Itoophiyaa mormuufi tarkaanfii hawaasa idil-addunyaa deeggaru gaggeessan. Hiriirawwan walfakkaatan Awurooppaa UK magaalaa Landaniifi Neezerlaand waajira Mana Murtii Addunyaa (ICC) fuulduratti bahamaniiru.

''Hidhamtootni siyaasaa akka Jawaar Mohaammad fa'aa akka hiikaman, ajjechaan seeraan alaa Oromiyaa keessatti gaggeefamu akka dhaabatu, Filannoon biyyaalessaa Oromiyaa keessatti bakka dhaabbileen filannoof dorgaman hin jirretti gaggeefamu sirrii miti jedhuu dhageessisiifamaniiru.'' - Aadde Seenaa Jimjimoo
Keeniyaan dhorkama balallii gara Somaaliyaa keessee turte kaafte!

Keeniyaan dhorkama balallii kallattii gara Somaaliyaa taasiifamu keessee turte kaasuu Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii beeksise.

Tarkaanfiin kun hariiroo dippiloomaasii biyyoota lamaanii dura turetti ni daabisa jedhamee eegama.

Imaltoonni waraqaa qorannoo Vaayrasii koroonaa dabalatee Prootookoolii balallii guuttachuu qabu jedhame.

Murtoon Keeniyaa isaan gammachiisuu dubbii himaan mootummaa Somaaliyaa Mahaammad Ibraahiim ibsaniiru.

Tarkaanfichi hariiroo dippiloomaasii biyyoota lamaanii dura turetti deebisuuf daandii kan banu ta’uu dubbataniiru.

Keeniyaan balallii kallattii biyyoota lamaanitti taasiifamu baatii Caamsaa keessa dhorkuun ishee kan yaadatamuudha.

Maddi: BBC
Addabaabayitti ajjeefamuun dargaggoo Amaanu'eel Wandimmuu sarbama qaamoleen nageenyaa Itoophiyaa keessatti raawwataniif gaafatamni akka hin jirre agarsiisaa jedhe Jaarmiyaan idila addunyaa mirga namoomaaf falmu Human Rights Watch.

HRW ibsa isaa kana keessatti jiraattota magaalaa dambidoolloo 11 dubbisuu fi dabalataaniis viidiyoowwan fi suurota miidiyaa hawaasaa fi miidiyaalee biroorratti maxxanfaman qorachuu ibsa.

Akka mootummaan jedhu nama rasaasaan rukutee osoo hin ta'iin, qabanii isa reebaa jiran naannoo ganda 05 yoo gahu baqatee osoo fiiguu miila isaa rasaasaan dhahani jechuun jiraattotni HRW'f himaniiru.

Jiraattota HRW dubbise keessaa afur aanga'oonni akkamiin Amaanu'eeliin mataa isaa akka naannessu itti himanii achii booda bakka jiraattotni jiranitti si'a lama itti dhukaasan ibsaniiru.
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Woow telegram fayyadamun qofa guyyati qarshii 10 hanga 100 hata'utii garuu
namoonni baayyeen keessan start gootanii osoo jion channel hin godhin dhiisaa jirtu
Telegramii fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 10, hanga 100 tti argachuu dandeessu

Kana argachuuf jalqaba Liinkii armaan gadii kana tuqxu 👇
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

Sana booda Start isa jedhu erga tuqxanii booda join channel kan jedhu tuquudhaan chaanaalii isiniif dhufu Join gochuun dirqama
Kana booda afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii bifa samayawwiitiin isiniif dhufu namaaf share gootu gaafa namni 1 linkii keessaniin seene qarshii 2 isiniiif dabala nama 20f share yoo gootan qarshii 40 argattu
Garuu namni isin share gootaniif start godhee join channel gochuu qaba
Kaardii keessan erga kuffatani booda cash out kan jedhuu nidhufa isaa tuqun mobaayila keessanitti guutachuu dandesuu

%100 dhugaa dhaa itti hojedha

👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
Haqni keessan haqa kooti,
Haqni keessan haqa Oromooti,
Haqni keessan haqa Oromiyaati.
Haqni keessan haqa bilisummaati.
Haqni keessan haqa mirga abbaa biyyummaati.
Haqni keessan haqa sabboonummaati,
Haqa qabna, arraas boruus ni moona.

Haqni keessan hin dhokatu
ufumaan uf dubbataa,
Lilmoo godhanii awwaalu
gaara ta'ee muldhataa!
Haqne kee, haqni koo, haqni Oromoo, haqni Oromiyaa Abadan dhokatee hin hafu.

#JusticeforHachalu
#FreeAllOromoPoliticalPrisoners
Mannii murtii itti harree himatan hin jiru


Yeroo tokko Albert Inistaayin Magaalaa keessa osoo deemu Gurbaan durriyyeen tokko duuba isan dhufee dhiite. Alberti ofuma irra
mil'atee ilaale dhiise deemsa isaa itti fufe. Ammas xinnoo turee gurbaan duubuma deeme dhiite,yeroo lamaffaaf. Albert ammas ilaaletuma deemsa isaa itti fufe. Gurbaan duubuma deeme yeroo 3ffaaf
yoo dhiitu,namoonni naannoo san jiran arganii Albertin akkana jedhan "sila abboo ati gurbaa si dhiitu yookii seeraan hin himattu? yookii immoo ofirraa hin rukuttuu"jedhaniin.
Albert maal jedhe beekta? Ofirraa dhoorkufi ani yeroo hin qabu,seeraatti himachuufi
manni harree itti himatan hin jiru,namni nama hin dhiitu harreedha kan nama dhiitu jedheetuma deemsa isaa itti fufe!

#Laali_fira_koo; namni kaayyoo qabu waan karaa irratti isaa qunnamuu hundumaaf deebii kennaa hin deemu. Namoota ilaalcha harrummaa fi ilaalcha negetive siif qaban irraa fagaadhu. Kaayyoof galmaa gahuuf baate hamma geessutti duuba kee hin mildhatiin.

Join and share
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
WALALOO Lataa Qana'ii Durii kanaan bashannanaa.

Ittiin bohaaraa, erga isammoo hojiirraa oolchaa

#Dilbataa bareedduu qabadha.

#join /
👇
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota

"Dubbisuun ogummaadha"
Akka Ibsa ABO’tti namoonnii nagaa 6 Shawaa dhihaa keessattii loltoota Eritrea dhaan ajjeefamaniiru. Baayyee nama gaddisiisa, dhiiga dhangalaasuuf akka bobbaa’an beekneeti kan iyyaa turre. Ammas addunyaatti iyyachuu itti fufaa. Waaqayyoo uummata keenya haa eeguu.
Shaggar Lixaa Gindabaratitti waraanni Ertrea Ummata nagaa 6 rasaasaan ajjeese.
[SQ-Waxabajji 12/2021]
Godina shaggar lixaa aanaa GindaBaratitti waraanni Ertrea waxabajji 11/2021 ummata nagaa 6 rasaasaan ajjeesuu ABO beeksise.
Waraanni Ertrea kunnen lola Waraana Bilisummaa Oromoo waliin gaggeesseen miidhaa irra qaqqabeen baqatee gara magaalaatti deebi'uun aariin ummata nagaa rasaasaan akka ajjeeses barameera.
Namoonni waraana Ertrean Ajjeefaman maqaan isaanii;
1. Sabbooqaa Barsiisaa Camadaa
2.Lataa Koorsaa Didaa
3. Warqiisaa Asaffaa
4. Abrahaam Beekumaa
5. Darajjee Maammoo
6. Daadhii Baqqalaa
Waraanni Ertrea yeroo ammaa Oromiyaa Lixaa Giddu galeessa shaggar dabalatee guutummaa wallaggaa keessa karaa Amuruu Hagamsa irraan seenuun kan ummata dararaa jiran yoo tahu akkasumas kibba baha Oromiyaa fi kibba Oromiyaa keessattis Helekoptaraan rabsamuun ummata naga airratti miidhaa hamaa qaqqabsiisaa jiraachuun barameera.
Yeroo amma kana waraanni Shaabiyaa baayinni isaanii 30,000 caalan Oromiyaa fi naannoo Benishaangul Gumuz keessa rabsamanii ummataan dararaa akka jiran ibsi ABOn baase ni mul'isa.
Sagaleen Qeerroo Bilisummaa Oromoos miidhaa fi dararaa waraanni shaabiyaa Oromiyaa keessatti qaqqabsiisaa jiru ammaan duras ummata wabeeffachuun gabaasaa kan ture yoo tahu ammas bakkota waraanni kun ummata irratti balaa qaqqabsiisaa jiran ragaa waliin akkuma argateen ummataaf ifa gochuu kan itti fufu
"Dimokiraasiifi tokkummaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa cimsuuf mootummaafi Itoophiyaanonni, filannoon booda marii siyaasaa hunda hammate" akka taasisaniif ministeerri haajaa alaa Amerikaa ibsa baaseen waamicha dhiyeesseera.
Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa ibsa Jimaata waxabajji 11/2021 baaseen filannoo Itoophiyaatti gaggeeffamuun yaaddessaa tahuu akeektee jirti.
Akka ibsa ministeera dhimma Alaa Amerikaatti hidhamuun paartileen siyaasaa, dhiibbaa miidiyaalee walabaa irratti raawwataman, walitti bu'insawwan sabaafi rakkooleen biroon qormaatawwan bilisummaafi haqa-qabessummaa filannoo dhufaa jiru kanaaf yaaddoo akka ta'an eereera. Ibsi ministeera haajaa alaa Amerikaa kun itti dabaluunis lakkoofsi ummataa ol-aanaa ta'e "sababii rakkoo nageenyaafi qe'ee isaaniirraa buqqa'aniif filannicharratti kan hin hirmaanne ta'uun yaaddessaa ta'uu," ibsee jira.
Ibsi Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa waxabajji 11/2021 bahe kun Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa wayita Itoophiyaanonni hedduun sababii walitti bu'insaafi rakkoo hanqina nyaataan du'aa fi gidiraaf saaxilamanii jiran keessatti wantota filannichaaf isa barbaachisan guuttachuudhaaf yaalii taasisaa jiru dinqisiifachuun
Gaggeessitoonni siyaasaafi hawaasaa walitti bu'insa akka morman, akkasumas kanneen biroo walitti bu'insaaf kakaasuurraa akka of qusatan gochuun komii qaban mariifi waliin dubbachuun malawwan humnaan miidhaa hin qaqqabsiifneen akka falataniifis gaafateera .
Kutaaleen Itoophiyaa baayyee keessatti rakkoo walqooduun hammaachaa dhufe tokkummaa biyyattiif yaaddoodha kan jedhe ibsi haajaa alaa Amerikaa kun, yeroon filannoon booda jiru lammileen Itoophiyaa tokkummaan dhaabbachuun rakkoo walqooduu kana dura akka dhaabbataniif murteessaadhas kan jedhe yoo tahu Itoophiyaan qormaatawwan ishee mudatan keessa darbuun lammileen biyyattii jireenya abdii qabu akka qabaatan gargaaruuf qophii ta'uu ibsuun, nagaafi tasgabbii uumuuf lammileen carraaqan waliinis akka dhaabbattu Ameerikaan ibsa baaste kanaan ibsiteetti.
ABO fI KFOn paartiilee filannoo keessaa dhiibamanii bahan tahuu irraa kan ka'e Oromiyaa keessattis paartiileen mormituu kan hin jirree fi Oromoof paartiin bakka isa hin buune akka jirre ummatni Oromoo hubachuun kaardii filannoo fudhachuu diduun isaa ni yadaatama.
Yeroo ammaa kana Ibsi Ministeerri Haajaa Alaa Amerikaa baaste filannoo booda waliigaltee biyyaalessaa gaggeeffamuu qaba jechuun lammiilee Oromiyaaf garuu filannoon yoo nagaa fi tasgabbiin jiraate qofa waan taheef hanga mirga lubbuun jiraachuu hin qabnetti dhimma filannoo yeroon itti yaadan waan hin jirreef Filannoon gaggeeffamu kan beekamtii hin qabne waan taheef filannoo osoo hin taane walii galteetu gaggeeffamuun dursa jenna
“Uummanni jumlaan hidhamaa jira.
lixa wallaggaa Begii qofaatti.
Namni 1000 caalu hidhaa jira.
Kan waggaa tokkoofi baatii saddet hidhames hedduudha.
Sagalee haataanuufi.
Rooba keessatti hidhaa jiru manni walhanqateetu ; Raajiidha”
#Makmaaksa

"Ulfaa fi Xiiqii Dhiiratu Garaa Nama Kaa'a" Jette Intalli.😁


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@OROMOTOO
@OROMOTOO
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Kottaa wanta haarawa kana itti fayyadamaa💯💯☑️
Ilaaleen jira dhugaa taanan isiniif qoode.

Telegramiin qofa fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 5_100 karaa ittiin argachuu dandeessan dhibbaa dhibbatti dhugaadha itti amanaa hoojjedhaa. tartiiba armaan gadii seeraan hordofaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
1. Jalqaba irratti
Liinkii kana tuqxu 👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

2. Start isa jedhu erga tuqxanii booda
3. JOIN CHANNEL kan jedhu xuqxanii join goota ifduuba deebita.Inni kun dhirqama.
4. If booda deebitee
afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu.

6. sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii isiniif dhufu namaaf share gootu.
gaafa namni 1 linkii keessaniin seenee join godhe 1 birr isiniiif kenna.

Kaardii Mobile isiniif erga lakkoobsa isiniif mullatu fuutanii mobaayila keessanitti guutachuu dandeessu.

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
Shammarreen ajjeechaa Joorj Filooyid waraabdee badhaasa gazeexessummaa argate.

Shamarreen yeroo poolisii adiin lammii Ameerikaa gur'acha, Joorj Filooyid mormarra jilbeeffattee ukkaamsee ajjeessu warabdee badhaasa gazeexessummaa addaa koree badhaasa Puultiizar irra argatte.

Shamarreen umriin ishee ganna 18 taateefi Daarneellaa Fireziyaar jedhamtu, ija jabinaa qabachuusheef badhaafamte jedha koreen kun.

Viidiyoo isheen waraabdeetu mormii farra sanyummaa addunyaa guututti akka taasifamuuf ka'umsa ta’e, himannaa Dereek Chaawuvin irratti akka ragaattis kan fayyade ragama shamarreen kun waraabde ture.

Badhaasni Puutilizaar, badhaasa hunda caalaa beekamaa US keessatti kennamudha.

More:#BBC
2024/09/22 19:13:32
Back to Top
HTML Embed Code: