Telegram Web Link
Magaalaa Naqamtee ganda 07 tti ilmaan Oromoo hedduun bakka tokkkotti hidhamanii dararamaa jiru.
[SQ-waxabajji 15/2021]
Ittisaa Roorroo gaafatama Siyaasa ABO Godina Wallaggaa Bahaa ture kan torbee tokko dura Magaalaa Naqamtee keessa tika PPn qabame dabalatee hidhamtootni hedduun yeroo ammaa mana hidhaa Magaalaa Naqamtee ganda 07 tti hidhamanii rakkoo hamaaf saaxilamanii jiraachuun barame.
Hidhamtootni kunneen yeroo ammaa mana tokko keessatti baayinaan ukkaamsamanii hidhamanii kan jiran irraa kan ka'e dhibee daddarbaa adda addaaf saaxilamuun dhukkubsacha akan jiranii fi mana yaalaa argachuu akka hin dandeenye namoonni deemanii dubbisan haala hidhamtootni siyaasaa kunneen keessa jiran hamaa tahuu SQtti himaniiru.
Namoota amma Lubbuudhan Itoophiyaa keessaa fi ala jiran keessaa kan hanga nama kanaa, Bilisummaa, walqixxummaa fi nagaan waliin jireenya HAQA saboota biyya tanaatif hanga adii fi gurraachi argee dhaga’ee ragaa ba’utti hojjate, hojjachaas jiru hinjiru! Namni kuni biyya tanarraa dhugaa qaba, Haqa qaba! Nama kana hidhuun yakka qofa miti cubbuu seenaati! Nama kana biyya tanaafis, saba kanaafis hiikaa!🗝❤️ seenaa jimjimoo irraa
Mootummaan Belgium 🇧🇪 yakka Dhala namaa fi Woraanaa Itoophiyaa keessatti raawwateef Qorannoo gochuun Dhugaa ta’uu waan mirkanneesseef worroota yakkoota kana irratti hirmaatan irratti himannaa Banaa jira.

Rakkoon kuni Yakkoota addunyaa ( International Crimes) waan ta’eef qaamni Dhimma kana irratti Odeeffannoo gahaa fi Qorannoo cimaa godhee irra gahe Hundi himannaa banuu akka danda’u seeroonni Dhimmoota kana irratti raggaasifaman ni ibsu.

Kan Ashagiree guyyaan itti dhiyaatuma jira. Inni immoo Diraamaa Sobaa dalaguuf Rakkaachaa jira. Addunyaan boolla isaaf Qotaa jirti. Yoo rabbi jedhe Boollaa Addunyaan Qotteef kanatti WBO tu isa awwwala.
Ajajaan waraana Eertiraa kutaa 37 Generaal Daani'eel Abrahaa Mabraatuu kan maseeffannaan Chaay jedhamuun beekamu Oromiyaa keessatti ajjeefameera jedhan.
Namni kun Kaaba Oromiyaa Walloo irratti waraana banuun gaggeessaa ture jedhan maddi Qalbeessaa Dhangi'aa
Atis Dagatamuu hin taatu Goota koo
Gootan wajjiin Ooltee Gootummaa dhaalte!!
Dargaggoota miliyoonotaaf fakkeenya taate.
#FreeShamsadinTeha
Ittii Robsaa mee...
We love u
Barattoota haaraa saayinsii Uumamaatiin Yuuniversitii Ambootti Ramdatan maraaf

Fresh man course for frist semester!!
1.critical thinking/logic
2.physics
3.Mathematics
4.Anthropology
5.Communicative English skill 1
6.Geography
7.physical Fitness

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡CHAANALII📡
T.me/jechootahayyoota
#Saykolojiiin_akka_jeutti

💁Cinqiin yeroo baayyee kan maddu sababa humnaa ol yaaduutiin, yeroo humnaa ol yaadnu Sammuun teenya rakkinoota hin jirre hedduu waan uumuuf.

@jechootahayyoota
#Saykolojiiin_akka_jeutti

💁Kaardii moofaa qabattee addunyaa haarawatti gahuu (makamuu) hin dandeessu.:- Albert Einstein

@jechootahayyoota
Obbo Jawaar Mahaammad fi namoonni galmee isaanii jalatti himataman kaan guyyaa Kamisaa har'aa beellamni Mana Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataatti qabaatanillee 'nageenyaaf' jecha osoo hin dhiyaatiin hafan.

Abbootin seeraa "nageenya himatamtootaafi hawaasa bal'aaf jecha himatamtoonni dhaddacha irratti akka hin dhiyaanne ajajneerra," jedhaniiru.

@bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Seenaa JAWAR MOHAMMED Isiniif dhihessuuu barbannee mee warrii Nuuf haa dhihaatu jedhu EYYEEN kan jedhu tuqaa warrii mitii jettan LAKKII kan jedhuu tuqaa.
public poll

EYYEEN👍👍👍 – 95
👍👍👍👍👍👍👍 91%

👎👎LAKKII👎👎 – 9
👍 9%

👥 104 people voted so far.
Hayye Hordaftoota keenya kabajamoo Seenaa kana Galgalaa sa'a takka(1) irratti isinif Dhiheesina Nuu Eegaa jenna!!!

Isin jaalanna

#QEERROOMEDIA_SAGALEEE OROMOO

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Seenaa Gabaabaa Xiinxalaa Siyaasaa fi Hoogganaa olaanaa OMN obbo Jawar Mohammed,

BY AFAAN OROMO

SEPTEMBER 27, 2018

Jawar Mohammed kan dhalate bara 1985A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu magaalaa xiqqoo Dhummuugaa jedhamtutti dhalate. Naannoo Dhummuugaa kan jiraatu ummanni gara dhibbeentaa 90(90%) hordoftoota Amantii Musliimaa yommuu ta’an, dhibbeentaan 10 hafe immoo hordoftoota amantii garagaraati. Haa tahuu malee Dargaggeessi qaroon Oromoo kun Maatii amantiidhaan walmakaa(Abbaadhaan Musliimaafi haadha Kiristaana) irraa dhalate.

Haalli kun Dargaggeessi gameessi kun umrii dargaggummaasaatti muudannoo jireenya hawaasummaa adda addaa kan itti qorame akka tahe dubbata. Akkasumas, haalli sun; Jawar, Hariiroo walitti dhufeenyaafi waliin jiraanya hawaasa maatii amantiiwwan garagaraa hubaachuu keessatti carraa guddaa akka uumeef, akkasumas yeroo fudhatee yeroo adda addaatti amantii dhuunfaasaatiyyuu murteessuuf karaa qabsiisuuf akka yaadeefi kunis waliin jireenya dhuunfaasaafi hawaasummaatiif, akkasumas obsa horachuuf hangam akka isa gargaare hima.

Jawar hanga umriin isaa barnootaaf gahuufi asuma Magaalaa Dhummuugaa jiraate.

 
Umrii dargaggummaan Dhummuugaa jiraate keessatti akkuma dargaggoota kaawwanii Hangafootaafi maanguddoota waliin kan dabarsu akka taheefi sababni dargaggootni naannoo dhummuugaa Hangafootaafi Manguddoota waliin yeroo dheeraa dabarsaniif Beekumsa irraa argachuufi bilchina hangafootaa dhaaluuf akka tahe dubbata Leencichi Jawar Mohammed.

Haaluma walfakkaatuun Dargaggoon Jawaris Seenaa, Seera, Aadaafi Duudhaa, Safuufi Siyaasa Akaakayyuu(Abbaa abbaa isaa) irraa fi hangafootasaa irraa akka barate dubbata. Haala kanaan Dargaggeessi gameessi Jawar akka jedhutti, Hubannoofi Muuxannoo Abbaafi Akaakoo isaa waliin madaalee, Akaakoon abbaa isaa immoo isaan kanneen caala akka dargaggoo gorsuufi gahoomsuu danda’an tilmaama isaa kaaya.

haaluma walfakkaatuun; hayyuun gameessi Jawar, akka jedhutti “Dhaaloota baroota jahaatamootafi torbaatamoota keessa turaniif DINQISIIFANNAAfi KABAJA Guddaa akka qabuufi, Ummanni sun ummata tattaafataa, ofittoo kan hin taaneefi itti gaafatamummaadhaan kan socho’an” akka ta’an akka amanu dubbata.

Yommuu Umriin isaa barnootaaf gahu, Barnoota Sad.1ffaa achuma Dhummuugatti barnoota kan eegale yoo ta’u, garuu Jawar osoo barnoota M/B sad.1ffaa hin xumurin barnoota addaan kutee akka deemu ergaan jedhu itti himame Mana barumsichaa irraa. Kun taatee osoo isaafi maatiin isaa itti hin yaadin yoo tahellee, Dargaggeessi gameessi Jawar Mohammed Carraa M/B waan hundaan M/Barumsicha duraan keessa turee caalutti akka baratu carraa saaqeef.

Kunis; Gara Magaalaa Asallaatti akka imaluufi Barnoota isaa M/B Kaatoolikitti akka eegalu taasifamuu isaati. Sana M/B kaatoolikii jedhamutti waggaa 1 erga baratee booda, waggaa itti aanu gara M/B Cilaalootti jijjiirate, hanga gara Magaalaa Adaamaatti imalutti. Imalli Dargaggeessa gameessa kanaa itti aanu Magaalaa Adaamaa ta’e. Haala Kanaan Qormaata ce’umsa biyyoolessaa magaalaa Adaamatti fudhachuudhaan xumure.

Yeroon kun yeroo Leenci umrii dargaggummaa keessa itti seenuu eegaleefi QBO(Qabsoo Bilisummaa Oromoo) keessatti qabatamaan hirmaachuu eegalee dha. Baruma Qormaata fudhatu sanaadha,

~ “Alaabaa ABO qabattee deemta”

~ “Dargaggoota jeequmsaaf kakaasaa jirta” jedhamee kan hidhaa wayyaanetti darbatamee tures.

Bara 2003, Dargaggeessi Qaroon kun, barattoota Umrii xiqqeenyaatiin Qabxii hin yaadaminiifi fakkeenyummaa olaanaa qabu fide tahe argame, kanumaanis Carraa addaa kan barnootaa Koollejii qabeenya gahaa qabu kan biyya Singapore ” United World College of South East Asia” jedhamu argate. Imalli isaa inni itti aanu gara  Singapore ta’e.

As, Koollejjii United World jedhamu kana erga seenee booda Hayyuun gameessi umrii dargaggummaatti bilchaate kun haala mijataa argate tokko tokkotti dhimma bahuu eegale. Umrii ijoollummaa oftahee seenaafi aadaa, eenyummaa isaa hangaftootasaa, keessumaayyuu akaakoosaarraa barachaa guddate sana hojitti hiikuuf tattaaffii tokko tokko eegale. Barnoota Afaan Oromoos asumatti barattoota hiriyyoota kutaasaa wal
................ittii fufaa



Kutaa 2ffaan Itti fufaa....

Link kana share share godhaa!!!
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
“Biyya kana namni Oromoon hin jaalanne bulchuu hin danda’u kan Oromoon jaalate ammoo eenyullee tuquunii hin danda’u” ~Haacaaluu Hundeessaa.

Nur Gebi fakkii bareedaa kanaaf galatoomi, Harki kee haa eebifamu.🙏🏼
kanuma Jawwee koo
Harargee Lixaa Mi'eesso!
"Aanaa Mi'eessoo Magaalaa Asaboot Keessa Guyyaa Har'aa # artist Adam jibro Jedhama sababa waa'ee asaboot dhugaa jiruu dubbateefii qofaa Kan hidhan. Weellisaan kun badiin inni qabuu hin jiruu gad dhisaa
Ummanni Oromoo weellisaa kanaf sagalee taa'uu qabdan weellisaan kun weellisaa Amma reefuu laafa dhufa jiruudha .
Jabaa Ofii Abbaatu jabeeffataa"
2024/09/22 19:22:22
Back to Top
HTML Embed Code: