Telegram Web Link
"Ani dhufee isin gaafadhee hinbeeku, nan sodaadhe, namni yoo dulloomu ni sodaataa narra hinilaalinaa! Har'a isin kadhaafan dhufe. Hadaraa nyaata fudhaa, kan jirru Afrikaa-itoophiyaa keessa, jiraachuu keessantu caalatti bu'aa qaba!" J/Leencootu Baqqalaa faatti dubbate.
" Obbo Leenco, isin kabajna! Garuu n hindhiibinaa! Yoo dandeessan nutti osoo hintaane, mootummaa uummata keenya dararaa jirutti dubbadhaa! 'Mootummaa Oromooti isa isin jettantu Oromoo mana hidhaatti guuree, (Qallittii qofa hidhamtootni siyaasaa Oromoo kuma shan ta'u) alagaa waliin shubbisa. ABIN fi Ezeman kayyoon moon dhiigan PPti kalaawu(dhiyaatu)?" Jawaartu gaafate.
J/Leencon deebii hinqabu. Waan ta'aa jiru maraaf deebii hinqabu. Garuu, warra isaan waliin jiran kan biroo irraa adda fakkaatu, adda isaanii dhufan!” ~ Battee Urgeessaa (itti gaafatamaa sabqunnamtii ABO) irraa.
"Qeerroo kuma shan wareegnee jijjiirama fidne. Waarri gaafas taa'anii nu daawwachaa turanii fi warri gaafas Wayyaanee waliin dhiichisaa turan miidiyaa dhuunfatanii galma qe'ee keenyaa keessa naanna'aa yeroo shubbisan jiraannee arguurra du'a filanne. Of-ajjeesaa hin jirru, osoo sana ta'ee funyoo mormatti kaawwanna ture. Qabsootti jirra, sana nuuf hubadhaa. Kabajaa keenyan akka duunu nuuf hayyamaa! Dhaloota kana sodaa dhaalchisuu hin feenu! Isin qabsoo itti fufaa, Oromoon saba guddaadha, waan akka har'aa kana heddu ce'ee jira. Qabsoo akkuma nuti dhaalle, nurrattis hin dhaabbatu. Gahee keenya baahannee darbuu barbaadna!"
----
Jawaar Mohaammad, Baqqalaa Garbaa fi Hamzaa Booranaa
----
Mana Hidhaa Qaallittiirraa
Oromo Political Prisoners Defence Team
Denver, Colorado
Chicago
Wabiin Qabsaa'aa Ummata isaati.
Haqa qabna, Tarsiimoon Masakamna, Ni Falmanna.. Ni injifanna.
Gamtaa Qeerroo Oromiyaa Irraa.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jawwee keenya rabbumti isin haatiysu, hattootni bilxiginnaa durayyuu argaa keessaan sodaa hidhattti isin darbatte.


@OROMOTOO
@OROMOTOO
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Hiriraa magaala Ciroo 💪💪💪
Karramillee hiriira mormii
Hiriira mormii W/Lixaa Najjo
INBOX

Harargee bahaa anaa Fadis hiriira mormii diddaa gabrummaa cimaatu gageefamaa jiraa.

Hanga Hayyoonni keenya hidhaa keessa nuuf bahanii hin galu jecha jiraa sagalee nuuf taha adunyaa nuuf beeksisa.


Qerroo Aanaa Fadis irrahii
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@QEERROO_MEDIABOT

#QEERROO MEDIA


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @QEERROO_MEDIABOT irrattii nuuf kennaa.

@QEERROO_MEDIABOT.
galatoomaa
Chaanaalii kana keessatti:-

👉kitaabilee dubbisaaf tolan
👉Cuunfaa kitaabilee
👉Barreeffamoota Xiinsammuu
👉Walaloowwan dhaamsa qaban
👉Kitaabilee Afaan Oromoo, Ingilizii
👉Qaaccessawan garaa garaa
⚫️🔴⚪️ ni argattu!

Maarree 👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇

@DEDRORO
@DEDRORO
@DEDRORO join godhaa!

Waan filattaniif galatoomaa!🙏
Baratoota mana barumsa sad 2ffaa Bookee.
Nama 1 nama 3n marsanii reebu. Arsii Lixaa Qoree.
Qajeelfama Hiriira Nagaa Qeerroon Waamamee.pdf
21.2 KB
Qajeelfama Hiriira Nagaa Qeerroon Waamamee. Tarsiimoon masakamna!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Qajeelfama Hiriira Nagaa Qeerroon Waamame.
2024/09/25 09:11:27
Back to Top
HTML Embed Code: