Telegram Web Link
Warra kan abaaruu duratti rakkoon nubira Turan maali Yoo jenne " Nuutu Diina Keenyaaf obsaa ture, kanaaf umriin gabrummaa nurra olee Kan bule,nurrati biqilee Kan daraare. " Pre.Lammaa Magarsaa-Haasawa duranii keessa Kan fudhatameedha.
paartileen siyaasa Oromoo rakkoo
hamaan akka Oromootti dhufaa jiru, Lammaan gaafa dubbatu sanirraa eegalanii tokko ta'uun socho'uu qabu ture. Har'a garuu suni hintaane, hojiin paartilee keenyaa waldiiguu, oduu walcabsuutin sabatti gad ba'uu, boo'uu fi rakkina faarsuu qofa taate. Lammaan rakkoo dhufaa jiruu fi abbaa rakkoo sana Oromoorratti fidaa jiru, ofiifillee akka ganame ifatti nuuf himee ture. Hooggantoonni keenya garuu gaafasiis har'as amaluma biyya alaatti turan sanaan
walitti deebi'an. Nuti qabsoo hindhiifne, nuti Hooggansa qofa hiyyoomne! Har'as rakkoon keenya dhimma cimina diinota keenyaa otoo hintaane, dhimma dadhabina rakkoo hooggansa keenyati. Dhibeen keenya kana ta'ee otoo jiruu dawaa biraa ofitti guurun mataan isaa dhibee biraa dabalachuudha! Qabbasoon keenya har'a duubatti deebi'ee waayee warra hidhaman hiikuu qofa ta'ee jira. Paarti maqaa Oromootin Oromoorratti qoosaa jiran kanarra Lammaa Magarsaa irraa nuuf wayya!!
Dhaamsa Jawaar Mohaammad fi Baqqalaa Garbaa Faa Qaallittirraa
_
Mootummaan waggaa shaniif aangoo irra ture yeroon isaa waan dhumateef hidhaa irraa akka hiikaman hidhamtoonni siyaasaa Oromoo gaafatan.
---
Obbo Jawaar Mohammad, Obbo Baqqalee Garbaa, Obbo Hamzaa Booranaa fi Obbo Shamsaddiin Xayaa xalayaa gara Bulchiinsa Mana Hidhaa Qaalittiitti barreessaniin akka jedhanitti, hogganoota dhaaba siyaasaa waan tahaniif heerri fi olaantummaan seeraa akka kabajamu qabsaayaa turan. Yeroon hojii mootummaas bu'ura heeraa qofaan akka tahu qabsaayaa turuu, ammas qabsaayaa jiraachuu fi borus kan qabsaayan tahuu yaadachiisan.
Heerri ummatoonni biyyattii karaa bakka bu'oota isaanin raggaasifatan haala ifaa taheen akka ibsutti, mootummaan waggoota shanan dabraniif aangoorra ture fi kan ummata narratti kakaafatan jechuun isaan himate yeroon hoji isaa har'a waan xumurameef mootummummaadhaan itti fufuuf bu'ura seeraa homaatuu hin qabu. Kanaafuu manni hidhichaa guyyaa har'aa irraa qabee hidhaa irraa akka nu hiikuu fi mootummaa imaanaa guyyaa har'aa irraa qabee jaaramu keessatti akka hammatamnu kabajaan gaafanna jedhani.
_

Oromo Political Prisoners Defence Team
Uummatni oromoo Gaaffii mirgaa gaafachuu qaba!

Uummatni oromoo mirgi Heerri biyyaa kenneef akkasumas mirgi isaanii akka kabajamuufiif gad bahanii sagalee mormii dhageessisuu qabu

Uummatni keenya bulchiinsa mootummaa naannoo ofii hundeeffachuuf mirga heerri biyyaa kennu irra dhaabbatanii gaaffii dhiheessuu erga jalqabanii bubbulaniiru. Amma falli jiru gad bahanii sagalee mormii dhageessisuu qabu. Didnaan qabsoo hidhannootin wallitti dachaana." Nuutu Diina Keenyaaf obsa ture, kanaaf umriin gabrummaa nurra olee Kan bule,nurratti biqilee Kan daraare. "
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA👇👇👇👇👇

@HARARGETUB
@HARARGETUB

👆👆👆👆👆👆👆👆
"Manneen barnootaa hundaaf haguuggiin afaanii fi funyaanii tolaan ni laatama" - Ministeera Barnootaa FDRI

Ministeerri Barnoota baruu barsiisuu bara barnootaa kanaa eegaluuf qophii xumuruu beeksiseera. Manneen barnootaatti hojiin galteewwan barbaachisoo dhiyeessuu guutamaa jiraachuus ibseera.

Daayreektarri koominikeeshinii ministeerichaa aadde Haaragwaa Maammoon barnoonni eegalamuu isaatin dura manneen barnootaa mootummaa fi dhuunfaa hundaaf haguuggiin afaanii fi funyaanii bilisaan kan laatamu ta'uu ibsaniiru.

Haaluma kanaan magaalaa Finfinnee fi Hawaasaa jiddugaleessa godhachuudhan manneen barnootaa magaalotaa fi naannolee hundaaf kan raabsamu ta'uu beeksisaniiru.

Bittaan haguuggii afaanii fi funyaanii ulaagaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa guutan paarkota indaastirii biyya keessaarraa bitamaa jiraachuu eeran. Haguuggichi miiccamuun tajaajila kan laatu jedhameera.
Jawar jechuun...
#OdaaAward

Sagantaan badhaasa 'Odaa Award' baranaa yaadannoo Artiist Haacaaluu Hundeessaa ta'uun Onkolooleessa 18/2013 akka gaggeeffamu ibsame.

Akkasumas dameelee waldorgommii badhaasa kanaan dura turan keessa kan Kitaaba, Fiilmii, Diraamaa Televiziyonii fi Tiyaatira hanqisuun dameelee gama Muuziqaatin jiran qofaan akka gaggeeffamu murtaa'eera.
Hidhamanii eelaan sheenaa quba if nyaachaa bilaash Du'uu mannaa,Hidhatanii kilaashiin diina haleelaa seenaa hojjachaa Du'uu wayya!
Sammuun bilisoomnaan qaama bilisoomsuun salphaadha. Sammuun Kan bilisoomtu ammoo yaadaa fi muldhataan waan taateef yaada qaruu irratti haa xiyyeeffannu.
"Qawwe dandeenyuu haa tolfaanu qabeenyaa qabnuun haa biitanuu dadhabnuu diinaa keenyaa irra haa hiikkanuu."

Jaarraa Abbaa Gadaa
"Sabboonummaan oromoo Gaaza har'a qabsoo teenya ittiin balbalchinu,Xaa'oo bor oromiyaa Ittiin misoomsinuudha."

Jawaar Mohammad
"Qabsoon oromoo Kan guddate dhiiga ilmaan Oromootiin malee gumaata alagaatiin miti.Alagaan funyaan dhaabeef qabsoon oromoo hin quucaru."

Jawaar Mohammad
"Nuti Artistoota Oromooti malee Teeppii miti-kan yeroo barbaadan nu cufatanii nu banatan"
Artist #Ittiiqaa_Tafarii

Akkasika Waan ofii Quuqaa koo narra buqqiftee Galatoomii!
#BBC_Afaan_Oromoo !
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA👇👇👇👇👇

@HARARGETUB
@HARARGETUB

👆👆👆👆👆👆👆👆
"Namni qaana'e nama galaafata! "

Jawaar Mohammad
#GALATOOMAA !
"Abbootiin amantaa fi abbootiin Gadaa waltajjiitti affeeramne. Finfinneen handhuurri tuni kan Oromooti. Silaa kan jalqaba eebbisee banuu qabu nu abbaa araddaa kanaati ture. Warri waltajjichaa warruma amantaa affeeranii ana maayikiraafoonii na dhoowwatan. Kanaaf haalli jiru natti tolu didnaan hin eebbisne ani adda kuteen waltajjicharraa bu'ee deeme. Maalifi yoo jette nuti abbaa biyyaati, abbaa araddaati osoo jennuu eebba nu dhoowwatan.
Darbeemmoo nuti Naannoo Amaaraa deemnee isaan dura hin eebbisnu, Tigraayis yoo deemne akkasuma! Achii booda dhiifama na gaafatanis, Akkamitti otoo nuti abbaan ardaa abbaan dhimmaa jirruu keessummaan alaa warri amantii dursee eebbisa' kan jedhu hedduu na mufachiise!"
Jecha kana Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaatu BBCrratti dubbate.. Yeroo kanatti shira nurratti adeemaa jiruuf obsa fixattanii, ifatti aantummaa uummata keessanii argisiisuu keessaniif, seenan isin yaadata, galatoomaa' jennaani!!
2024/09/28 13:29:58
Back to Top
HTML Embed Code: