πππππππππ
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAE7TdvIZEUaX7uKPMw

Forwarded from ORO FEDERALISM UNION
πππππππππππππ
πππππππππππππ
πβ€πWOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
πCHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
ππππππππππ²π²ππ
β ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
πππππππππ
@ABDETUOR
π @ABDETUOR π

"Ummanni Oromoo daangaa hanga daangaatti mufatee jira. Kana sirreessuu qabna jennee irra deddeebidhaan Mootummaa yoo gaafannu , isin waan kana keessa hin galinaa Afaan keessan cufadhaa taaβaa, isiniiyyuu nutuu isin ijaaree nuun jechaa turan.β
...............
βIrreecha Baranaa Kanarrattimmoo nuti Abalu haa dhufu abalu haa hafu jechuu hin dandeenyu.
Lakkoofsa namoota Irreecha dhufaaniitis murteessuu hin dandeenyu.β
Abbaa Gadaa Oromoo

#Dhaddacha!
Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa, ramaddii dhaddacha Araadaa kan yeroo beellamaa Gorsaa Seeraa Kantiibaa Itti Aanaa magaala Finfinnee duraanii Taakkalaa Uumaa kan turan Ogeessa Seeraa Batiruu Dibaabaa mirga wabii qarshii 4000 tiin eeguufiin ajaja kenneera.

Mootummaan amma biyya bulchaa jiru kun mootummaa afaan malee gurra hin qabneedha"
Pro. #Mararaa_Guddinaa
Pro. #Mararaa_Guddinaa
Dhaamsa Jawar Mohaammad Har'a Mana Hidhaa Qaallittiirraa Dhaame Keessaa
___
"Kan himanni irratti banamee murtiitti dhiyaate ana ykn Baqqalaa, Hamzaa, ykn Shamsaddin fa'aa miti. Hooggantoota KFO fi ABOtis miti. Kan himanni-irratti dhiyaatee hidhaa jiruu fi yakkamee murtiitti
dhiyeeffame kaayyoo sabboonummaa Oromooti. Gaaffii uummata Oromoo waggoota 50 fi 60mman-darban kana keessa dagaagetu bara PP kana-yakkamee himatamaa jira. Warri PP Sabbonummaa
Oromoo salphisanii akka siyaasa jibbiinsaatti-dhiyeessuuf carraaqaa jiru. Kan murtiitti dhiyaatee yakki irratti tuulamee himatamaa jiru
OROMUMMAA'dha. Ummanni keenyaa fi-sablammoonni biroon HAQA kana beekuu qabu!
Haqa kana akkanatti hundeerraa yoo beekanii-hubatan malee furmaata waaraa fiduun rakkisaa
dha!"
Afaan Ingiliziirraa Afaan Oromootti Kan Hiikte
~Yeroon Tol - Horii Buli.

Guddinni kan eegalu yeroo dadhabina kan kee fudhachuu eegalteedha.
____________________
ποΈ
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw

Telegram
JECHOOTA HAYYOOTA
Channel kana baanuf kanaan
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
ππππππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
ππππππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Obbo Jawaar Mahaammad, Obbo Baqqala Garbaa, Hamzaa Adaana /Hamzaa Booranaa/ fi Shamsaddin Xahaa uffata mana sirreessaa halluu keelloo qabu uffatanii mana murtiitti dhiyaatan.
Kana malees haguuggii afaaniifi funyaanii βmaskβ suuraa artiist Haacaaluu Hundeessaa qabu godhataniiru.
Himatamtootni nama lama lamaan harki isaanii cancalaan walitti hidhamee dhaddacha keessa kan turan yemmuu taβu, yeroo abbootin seeraa gara dhaddachaa seenanii dhaddachi eegalutti himatamtootni harka isaanii walitti hidhame ol baasun agarsiisaniiru.
Abbaan seeraas cancalli akka irraa hiikkamu ajajuun irraa hiikkameera.
Sababa himata galmee biraatin irratti banameen dhaddachawwan lama darban irratti kan hin argamne qondaalli KFO Obbo Dajanee Xaafaas harβa mana murtiitti dhiyaataniiru.
Maatiifi waahillan himatamtootaa lakkoofsaan naannoo 20 taβanis galma dhaddachaa mana murtichaa βFitih Addaaraashβ jedhamutti argamuun adeemsa dhaddachaa hordofaa jiru.
Akkuma dhaddachi eegalen Obbo Hamzaa Adaana βerga ganamaa cancalaan hidhamnee turre. Mana kana keessa saβaa lamaa olif cancalaan hidhamnee turre. Akka nurraa hiikan gaafannus nu didaniiruβ jechuun himataniiru.
Gama biraatin gaazexeessaan OMN Mallasa Dirribsaa βganama naannoo saβaa 12 dhufanii balbala nurratti rukutan. Ciree akka nyaanullee carraa nuuf hin laanneβ jechuun haala kanaan dhaddacha keessa turuun akka itti ulfaatu dubbateera.
Abukaatoon himatamtootaa gama isaaniitiin himatamtootni ciree osoo hin nyaatin cancalaan hidhamanii saβa dheeraaf turuun qabiinsa sirrii akka hin taane mana murtichaatti himaniiru.
Kana malees hooggantootni siyaasaa fi kunneen biroo harki isaanii cancalaan hidhamuun kabaja isaanii kan hin gitne akka taβee fi manni murtichaas dhimmicharratti ajaja akka kennuuf gaafataniiru.
@OROMOTOO

Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!
yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!
Kanaan nuf ergaa
π
@ABDETUBOT
#ORO_FEDERALISM_UNION
Yaadaf
@Abdetubot
.... π
yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!
Kanaan nuf ergaa
π
@ABDETUBOT
#ORO_FEDERALISM_UNION
Yaadaf
@Abdetubot
.... π
yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
Forwarded from ORO FEDERALISM UNION
πππππππππππππ
πππππππππππππ
πβ€πWOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
πCHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
ππππππππππ²π²ππ
β ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
πππππππππ
@ABDETUOR
π @ABDETUOR π
@ABDETUOR
πππππππππ
πππππππππππππ
πβ€πWOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
πCHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
ππππππππππ²π²ππ
β ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
πππππππππ
@ABDETUOR
π @ABDETUOR π
@ABDETUOR
πππππππππ
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Δ¨ Γ£m ΒͺbΔΔ ΓΔ)
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
YouTube
NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !
LIKE SHARE SUBSCRIBE GODHU HIN DAGATINA#