JECHOOTA JAWAAR MOHAAMMAD
1. Quba natti qabuu mitii Qabsoo oromootiif
jecha qawweellee yoo natti qaban daqiiqaa
tokkoofuu hinlimsadhu.
2. Beekkumsaaf dandeetti qabnuun sabaaf halkaniif guyyaa hojjannee diinni nu tuffachuu ture hunduu fakkii nu godhatee
Waan hundaan Lik Inda oromowochu akka jedhanni goona.
3. Nuti Gabrummaa hiddaan buqqisna bilisummaa ilmaan dhaalchisna.
4. Woyyaaneen tun oromoo jiilchuuf yaaddee akkanatti dhiiga jiksiti,Akka dhiigni jiguun
garuu dhiigni daran danfa.
5. Mallas oromoo biyyeetti makeera jedheetiin shakkiidhaan malee du'e, tolte ka'ee bakka nuti geenye kan osoo argeetii lammata rifaatuudhaan du'a.
6. Dhakaa diinni nutti darbuun dallaaf OMN ijaarre dhakaa firri darbuun ammoo gidaara manaaf biyya ijaarraa beekaa.
7. Dursi koo oromummaa kooti.
8. Hin rafnu jennee hinrafnee qilleensa oromiyaadhaa bilisoomsine.
9. Qabsoof dhiigni qeerroof ummanni oromoo murannoon godhan gootaaf hayyuu diina wajjiin ture hundaa bobaa diinaatii baasee
qabsootti makeera.
10. Diinni lammata qeerroo oromoo gabroomsuuf yaade abjun hiika wohiituu
hinqabne abjoote jechuu beekaa.
11. OPDO'n walitti mufanne malee garaan addaan akka nu hincitin haa beekan.
12. Akkuma lammaa dura morme abiyyiinis morma, gaafa hojii gaarii sabaaf dalagu arge hunda caala anatuu abiyyiinis gama hundaan deegara.
13. Olaantummaan ilmaan alagaadhaa qilleensa oromiyaarratti qabdu cabde.
The modern political icon jewar mohammed
@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROMOTOO
@OROMOTOO
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
by #abdetu

Ampooliin kun bara 1901 A. L. A irraa eegalee hanga arraa ifaa jira.... ๐ฑ๐ฑ๐ฑ
#kana_beektu_laata?
@DEDRORO
@DEDRORO
#kana_beektu_laata?
@DEDRORO
@DEDRORO
Odeeffannoo, yaadaa fi gaaffii qabdan ๐๐พ @ABDETUBOT ๐๐พ irratti nuuf ergaa. Galatoomaa!
.
.
.
.
.
@OROMOTOO
@DEDRORO
.
.
.
.
.
@OROMOTOO
@DEDRORO
Forwarded from Deleted Account
Chaanaalii kana keessatti:-
๐kitaabilee dubbisaaf tolan
๐Cuunfaa kitaabilee
๐Barreeffamoota Xiinsammuu
๐Walaloowwan dhaamsa qaban
๐Kitaabilee Afaan Oromoo, Ingilizii
๐Qaaccessawan garaa garaa
โซ๏ธ๐ดโช๏ธ ni argattu!
Maarree ๐๐๐
@IBSAMTUBE join godhaa!
โWaan filattaniif galatoomaa!๐
๐kitaabilee dubbisaaf tolan
๐Cuunfaa kitaabilee
๐Barreeffamoota Xiinsammuu
๐Walaloowwan dhaamsa qaban
๐Kitaabilee Afaan Oromoo, Ingilizii
๐Qaaccessawan garaa garaa
โซ๏ธ๐ดโช๏ธ ni argattu!
Maarree ๐๐๐
@IBSAMTUBE join godhaa!
โWaan filattaniif galatoomaa!๐
"Harargummaan lafa - Oromummaan nafa" jedhan warri Harargee! Animmoo kana dura walaloo koo keessatti akkas jedheen ture:
~
Wal horree baay'anneetuu
Gargar facaane malee
Kaan aanaa taanee -
Kaanis godina taane malee
Hiddaanis ta'e jilbaan
Gargar miti gonkumaa
Eessayyuu yoo jiraate
Oromoon koo tokkuma!
~
"Isaan kun warra Gujii
Isaan sun warra Iluu"
Jettee ishee nu ciccirtu
Jinniin mataatti haa galu
"Isaan kun warra Booranaa
Isaan sun warra Jimmaa"
Jettee isheen nu qoqqooddu
Haa taatu nyaata rirmaa!
"Isaan sun warra Arsii
Isaan kuni Baaleedha"
Jettee isheen nu qoqqooddu
Hiika hin qabdu gaaleedha
"Isaan kun warra Shawaa
Isaan sun kan Wallaggaa"
Jettee ishee nu facaastuuf
Waaqnuu hin sifeessiin dhangaa
"Isaan kun warra Walloo
Isaan kun warra Harargee"
Jettee kan nu facaastu haadhoo re'ee haa fakkaattu
Eegeefi gaafni itti margee!
~
Warra gamanaa miti
Warra gamasiis miti
Hortee hidda abbaa tokkoo
Oromoodha nu marti!
Eenyummaa dhugaan bula
Ijaarsa sobaa diiga
Oromoo kan tokko godhu
Siyaasa miti - dhiiga!

Diinoonni ummata Oromoo lamaan Nafxega fi TPLFn yeroo dhiyootti Lola banuuf qophii irra jiruโ๏ธDhimmi Nafxega fi TPLFn wal rukute dhimma ummata Oromoo miti! Kanaaf Ijoollee Oromoo Raayyaa ittisa Biyyaa, Poolisii Federaalaa, Poolisii Humna addaa Oromiyaa keessa jirtan Lubbuu keessan waan dhimma Oromoo hin taane irratti balleessuu irra akka
of qusattan dhaamsa isiniif goona! TPLF fi Nafxega waliin lola seenu irra Qeerroofi Qarree Mormii irra jiran bira dhaabachuutu ummata Oromoo fayyada hubadhaa!! Ijoollee Oromoo Raayyaa ittisa
Biyyaa, Poolisii Federaalaa, Poolisii Humna addaa Oromiyaa keessa jiran biraan ga'aa!

Forwarded from Bahar Tech Insights
Amaloota Namoota Gammachuu qabanii.
1) Rabbii waliin hariiroo cimtuu qabu.
2) Hedduu hin dubbatan.
3) Waan haraya baruuf tattaafatu.
4) Nama hundahuu gammachuun simatu.
5) Obboroon/Subiin ka'u.
6) Mul'ata guddaa qabu.
7) Seequ heddumessu.
8) Dhugaa qofa dubbatu.
9) Hiriyyaa gaarii filatu.
10) Waan qaban guddifatu.
11) Obboleessaaf gammadu.
12) Nama gargaaru.
13) Waan hin taane kessa hin galan.
www.tg-me.com/IbsamTubeTelegram
Bahar Ismail
๐ Hawwiin kee ol'aanaan,
๐ Mul'atni kee baldhaan,
๐ Galmii kee qajeelaan,
๐ Kaayyoon kee guddaan.
๐ด Jannatul-firdawsii๐ด ollaa -RASULAA-๐ Salalahu Alayhi Wassalam tahuu qaba.
๐ Join us ๐
ยฉFor more Info Contact me: โก https://www.tg-me.com/Bahar_Ismail
๐ Mul'atni kee baldhaan,
๐ Galmii kee qajeelaan,
๐ Kaayyoon kee guddaan.
๐ด Jannatul-firdawsii๐ด ollaa -RASULAA-๐ Salalahu Alayhi Wassalam tahuu qaba.
๐ Join us ๐
ยฉFor more Info Contact me: โก https://www.tg-me.com/Bahar_Ismail
Forwarded from Deleted Account
Akkana laal...โ
Ol jattee jiraachuuf gad jattee hojjachuun ykn barachuun dirqama keeti.
๐คOdoo hiyyeeyyi taanee jirruu,odoo wallaala qabnuu,odoo waa hedduu hawwinuu,odoo karoora dila karoorfannee jirruu,odoo guddannee mullachuu feenuu hojii tuffachuufii gad jannee hojjachuurraa hifachuun kun eeysaan akkatti dhufee nuun marse laata..
โKaayyoo qabdu bira gahuuf hifannoota si keeysa jiruufii lubbuutee mootee yooniif irra aanuu baatte na amani kaayyoo kee bira gahuu dhiisiitii jireenya kee khana xiqqo tokkoohuu achi siiysuu hin dandeeysuutii...!
๐Dhaamsi itti fufa...โ
๐ธ @oromotoo

/// //// //// //// ///
YAADA BABBAREEDAA AFUR!
1โฃ Ofi duuba laalii, muuxannoo fudhu!
2โฃ Fuuldura kee ilaalii, abdii horadhu!
3โฃ Cinaa kee ilaalii, dhugaa jiru hubadhu!
4โฃ Keessa kee ilaalii, mataa kee bari!
โ @oromotoo
YAADA BABBAREEDAA AFUR!
1โฃ Ofi duuba laalii, muuxannoo fudhu!
2โฃ Fuuldura kee ilaalii, abdii horadhu!
3โฃ Cinaa kee ilaalii, dhugaa jiru hubadhu!
4โฃ Keessa kee ilaalii, mataa kee bari!
โ @oromotoo