Telegram Web Link
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
πŸ‘‡
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... πŸ‘†
#Dhugaa_Oromoo

Abbootiin jijjiiramicha amma micciiramee dhiiga Oromoo dhugaa jiruu kun
-Karaa Qeerroo qindeessuun Jawar fa'a fi ABO
-Karaa nagaa qabsaa'uun KFO fa'a
-Karaa miidiyaan OMN
-Qabatamaan lafa irratti hojjachuun Qeerroo fi Team Lammaa
~
Har'a kan jijjiiramicha micciiree dhiiga Oromoo dhugaa jiru
-Garee Nafxanyaa kan Taappeellaa Oromoo maxxanfatee masara mootummaa jiru
-OPDO hattuu lafa Oromooo gurguraa turtee fi wayyaaneef ergamuun lubbuu ijoollee Oromoo galaafataa turte
-Basaastota wayyaaneef ergamtee ijoollee keenya hidhatti guuraa , gidirsaa , miilla irraa ciraa , ajjeesaa turte
-Nafxanyaa caasaa EZEMA fi ABIN kan mootummaa keessaa fi ala jirtu
-Miidiyaalee Nafxanyaa fa'a
Pro.Mihretu shanko
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
...........Siif suma..........

πŸ‘Namoota irraa dhaamsa fudhadhu,garuu jireenya kheetiifii haala khee kan beeku atuma waan taheef karoora mataa kheetiitiifii kheetii qofaa deem...
😍karaan inni irra deemee ittiin miilkaawe isuma qofaafi.
#Ati isarraa adda taate dhalatte waan taheef karooraas kan adda taheen deem....!
#Jireenya khee kheeysatti yoo karoora namni siif
baasen deemte bakka takka gahuu hin
dandeessu.
#Karoorri namni siif baasu yeroof gaarii sitti fakkaata garuu hoggaa xiqqo achi
deemte si miidheti nama duubatti si hambisa malee bakka yaadden sin gahu.
Tanaafuu itti
gaafatama jireenya kheetii namni fudhatu suma
mataa khee tahuu qaba.
😍Dhaamsi itti fufa...!
@oromotoo
@oromotoo
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
πŸ‘‡
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... πŸ‘†
Beekaan dhagaa hidhee namoomsa Wallaalaan hayyuu hidhee biyya doomsa
Goonni gootuma yoomiyyuu eessattiyyuu
Kun ejjannoo keenya.Gaafaan nu waraanaa eegeen nu haasasuun dhiifama hin taatu.Jechi isaanii dhiifama gochi isaanii dhiitama.
#ITTI_MUDDI!
B U L I Q E E R R O O & Q A R R E E !
#Jawar_Mohammed

Leencichi ammas guyyaa borii qabsaa'ota galmee
isaa jala jiran waliin mana murtii diinaatti dhiyaata.
Dheengadda abbaan alangaa ragaa isarratti
barbaadaa ture shiraan raggaasisee xumuruudhan, himata haaraa kan biraa qabsaa'ota keenyarratti
banuuf guyyaan 15 naaf haa laatamu" jedhee wayta gaafatu qabsaa'onni keenya 'nuti yakka takka hinqabnu, yakki keenya Oromummaa qofa, dhimma siyaasaati, mirgi wabii keenya nuuf haa eegamu"Jechuun falmii gochuun kan yaadatamudha. Manni murtichaas dhimma kana ilaaluf ture kan borutti beellame. Amma Leenconni keenya bor ni dhiyaatu jechuudha. Kanaaf nuti qabsoo keenyatti bakkuma jirruu haa jabaannu jechaa ammas akkuma kana duraa otoo hin nuffin, hin dadhabin, otoo of duuba hindeebi'in akkuma amantii keenyatti galgala kanarraa eegallee waayee hayyoota keenyaatif haa kadhannu.
Rabbiin bara haaraa dhufaa jiru kanatti qabsaa'ota keenya ifatti haa baasu, diinota keenyammoo dukkanatti haa hambisu. Rabbiin bor naaga nu haa
dhageessisu!
#Dhaamsa_Poolisii_Oromiyaatif
"Namni haadha isaa hingudeedu, haadha isaa hin ajjeesu, haadha isaa hinmiidhu,itti hintaphatu.
Loltoonni waraanaa Oromoos taatan yoo ta'uu baattan dursa namummaa qabaadhaa. Dubartii takka miitanii akka haadha keessan miitaniitti beekkadhaa. Kanaaf haawwolii keessan wajjin dhaabadhaa eebba
haawwolii keessanii fudhaa, ykn mootummaa
Oromoo fixaa jiru wajjin dhaabadhaa abaarsa
haawwolii keessanii fudhaa.
Ni beekna mootummaan dubartiidhaf kabaja hin qabne dhala namatif kabaja hinqabne isin ergachaa jira, ajajamtaniif haadha keessan lammii keessan hin ajjeesinaa. Yoo xiqqaatee xiqqaate poolisa ykn loltuu ta'uun dura nama ta'uu keessan agarsiisaa!"
Toltu Tufa kaleessa #OMNrratti
#Toltuu_Tufaa

Dubartiin tooftaadhan qe'ee guddisuu, ijoollee fi
maatii guddisuu akkuma dandeessu biyyallee
guddisuu ni dandeessi. Biyyaa fi maatii guddisuun foormulaan isaa tokkuma. Dubartoota keenyaf carraan haa kennamu. Hirmaannan haa laatamu. Kana booda dhiironni keenya 'Dubartiin ni saalfatti ykn qaanfatti' jechuu dhiistanii dubartootaf carraa laachun siyaasa keenya keessatti hirmaachisuu qabdu. Dubartiin akkuma maatii guddistu, biyyallee ni guddisti!"
#Toltuu_Tufaa har'a # OMNrratti Dhiironni keenya kana beekaa karaa banaa, Dubartoonni keenyas kana beekaa karaatti ba'aa!
MICHUU SEENAA
πŸ‘‰Chaanaalii kana jalatti baldhinaan waa'ee Seenaa ummata Oromoo isiniif dhiheessina! NU hordofaa!!!!
❀❀
JOIN JOIN JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMO7
@OROMO7
@OROMO7
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
βœ”YAADAF πŸ‘‰ @KeybekBot
https://www.tg-me.com/Oromo7
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
πŸ‘‡
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... πŸ‘†
Gaazexeessitoota ONN har'a hidhaman:
1⃣. Dassuu Duulaa
2⃣. Baahiluu Naccoo
3⃣. Sabboontuu Ahmed
4⃣. Eebbisee Nagaashuu
5⃣. Geetuu (Eloo) - Editor fi ogeessa kaameraa
6⃣. Baayisaa (Editor)
7⃣. Biniyaam (Editor)
8⃣. Simboo Dajanee
9⃣. Waadaa Diroo (wellistuu - Keessummaa)
πŸ”Ÿ. Soraa Jirmaa fa'a.
@OROMOTOO
@OROMOTOO
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Namni namummaa malee, foon afuurri keessa hin jirre, du'aadha!


#Bareedinumti jireenyaa maali? Awwaala namni hundi wal qixaan keessatti boqotu yaadaan ilaalaa, gaaffilee kana deebisuu haa yaallu!

1. Meerre qarshiin nama kabaja akka dhowwannu nu godhu sun?
2. Bareedinnichi akka boonnuufi of-
dhiibnu nu godhu eessa jira?
3. Meerre konkolaattonni namarratti akka of gurguddifnu nu godhan sun?
4. Ragaan barnootaafi mirkaneessi hojjettoota biiroo olaanaa nu gochuun, hojjettoonni keenya meeshaa sagalee qabu akka nuuf rukutan kan godhan eessa jiru?
5. Hiriyyoonni goyyoomsuuf nu marsan sun eessa jiru?
6. Awwaala keessaatti akkam bareenna?
7. Eessa jira qabeenyi nuyi argachuuf jennee lubbuu ilma nama galafannu?
Duuromuuniifi bareeduun gaariidha; garuu, namummaan haa dursinu (Let humanity be our priority). Awwaalchi bakka tokkicha sooressiif hiyyeessi wal qixxaatanidha. Qabaachuu keenyatti haa gammannu, garuu namummaan haa dursu!

#Bilaashni Bilaasharraa Hunduu Bilaasha(Vanity Upon Vanity, All Is Vanity)

√ Qaamolee namaa du'aan booda;
*Guyyoota sadii du'aan booda, qeensoonni qubaa ( fingers nails)ni harca'u.
*Guyyoota 4 du'aan booda, rifeensi mataarraa ni buqqa'a, akkanuma rifeensi qaama keenyarra jiran hundillee.
* Guyyoota 5 booda, sammuun dhooquu jalqaba, foon halluu isaa gadhiisa, harmii (guntutni)fi qaamoonni wal qunnamti saalaa ni burkutaa'u.
*Guyyyoota 6 booda, gogaan foonirraa ni mulqama.
*Guyyoota 7 du'aan booda, qabiyyeen garaa baquun foolii addaa kennu.
* Guyyoota 60 du'aan booda, qaamni guutuun gara lafee duwwaatti xiqqaata.

#Kanaafuu, maaliif akka malee;
*Of dhiibna (much pride)?
*Ofittoos taana (selfishness)?
* nama jibbina (hate)?
* Gommattuus taana (jealous)?
* Hamaas hojjenna (evil doers?
~~~~

#Namummaan haa dursu!


πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@HARARGETUB
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
πŸ‘‡
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... πŸ‘†
2024/09/29 23:29:30
Back to Top
HTML Embed Code: