Telegram Web Link
Kana Beektu laata?
Biyyaa indooneezhiyaa keessatti ummatni ''Toraja'' Maatii isaanii jala duhaan waggaatti altokko Bolla keessa Baasuun uffata jarri yeroo lubbuun jiraan jaalatan uffachisuun wajjiin Bashannanuu 😱
Yaada yoo qabaattan ykn waantota foyyessuu qabnu @Abdetabot fi @Adoyebot fayyadamuun nun gahuu ni dandeessu!
SHare fi invite gochuun nu gargaaraa!! Join us 👇👇👇👇
@HARARGETUB
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Oromoon xalliila
Nafxanyaan hin boorreeysu
Abadan💪💚



👇👇👇👇👇
@OROMOTOO
@DEDRRORO
Hamzaa Booranaa dubbii dhaddachaa har'aarratti taasise ❗️
Ummanni oromoo qabsoo alaaf keessaan gochaa
jiru kana jabeessee itti fufnaan #Abiyyii_Ahmed
hidhamtoota siyaasaa hiikuu bira dabree haadha
manaa isaa aadde #Zinnaash_Taayyaachos akka hiiku shakkii hin qabu.

Itti Muddii qeerroo❗️
#Jawar_Mohammed qacceekoo√√√√
Mormii Qeerroo Hirna halkan kanaan❗️

“Dhaadano Qeerro Hirna"
Gaarri gama Gamanatti yaa Nafxanya Adabatti
Gaarri Gamaa shakakkeedha Dhufte Joolleen Oromoodha
Dhufte Joolleen jawar
Bururiin Baala Buufatte Nafxanyaan Darsa Guurratte
Jawaar Kootu Hidha jira akkamittiin Rafee Bulaa
Oromoottu Hidhaa jira akkamittiin Rafe Bula”
#Dhaddacha❗️
#Huseen_Kadiir❗️

Ajjeechaa Artiisti Haacaaluu Hundeessaa hordofee hokkora aanaa Agaarfaatti uumameen shakkamanii to'annoo jala kan oolan barsiisaa Yunivarsiitii Finfinnee Dr Huseen Kadiir har'a Hagayya 28/2012 Manni Murtii Aanaa Agaarfaatti dhiyaatanii, manni murtichi yeroo dhumaatiif beellama yeroo dabalataa kennuun Qaammee 5/2012tti beellameera.
Hiriira Mormii Qarree magaalaa Diree Dhawaa
#Hiriira Mormii Qarree ciroo

Goota falmuu dhiifnee
Qarreen Galte ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa
🗣🗣First, Have a definite,
Clear practical ideal;
A Goal, An Objective.

Second, Have a necessary means
to achieve your ends;
Wisdom, Money, Material & Methods.

Third,
Adjust all your means to that end.
Success.

SHARE! 🙏to a person that you care!
JOIN🔜@DEDRORO
@DEDRORO

@OROMOTOO
Forwarded from Bahar Tech Insights
👉Yeroo Nama argitu Salamtaa dursii gaafadhu hammadhu.  maqaa isaatiin bareechi yaamii bifa gammachuu qabuun keessumeessi jaalala isaaf qabdu itti agarsiisi, abba fadheehu haa ta'uu ifiis ol- hin qabin ofiis gad-hin qabin akka barbaachisutti salamtaa gaafadhu.


👉Yeroo Namani sitti dubbatu haasawa isaa qaamaaf qalbiin dhageeffadhu.
Ija isaa keessa ilaali, jechoota isaa gammachuun simadhu yoo hasaawni isaa sitti toluu diddellee akka nama isa dhageeffachuu jibbe of hin fakkeessin fuula bareedadhaan seeqa isa hordafi akkuma yeroo ati namatti dubbattu akka si dhageeffatan jaalatutti hasaawa namaatiif of kenni.
Dhugaa jaalala namaa argatta qalbii nama keessatti bakka/iddoo godhatta.


👉Nama keessatti addatti baaste namaas hin xiqqeessin hin faarsin hin arrabsin.
Toltuu isaa yoo taate malee. Hammeenya isaa sattari adaraa nama jiddutti nama tokko qalbii hin cabsin isaas hin xiqqeessin kabajaa isaan maltu kenniif yoo isaaf nasihaa dhaamu barbaadde kophaatti yaamii bifa hayyumaatiin itti himi.

👉Nama jaalachisuuf osoo hin ta'in rabbi jalachisuuf hojjadhu.
Nama hundarraa jaalala wal fakkaataa ykn jibbaa wal fakkaata hin argattu gariin argeef si jibba gariin dhugaa keetiif si jibba gariin daba keetiif si jibba gariin namuma si jibbeef si jibba, garuu wanti beeku qabdu nama rabbiin jaalate namni hin jibbu.. rabbii kee jaalachisii gaafa inni si jaalate mee kunoo abaluun ha si jibbuu.

@IbsamTube
Forwarded from Bahar Tech Insights
Mala 15 kan yeroo tee itti Taliiguu dandeessu.

1) Karooraa Mataa keeti qabaadhu.
2) Waan hojjattu qindeessi.
3)  Qajeelfama fudhachuu bari.
4)  Waan xiqqoo irraa jalqabi.
5) Yeroo xumuraa fi jalqaba qabaadhu.
6) Yeroo nyaata qindeeffadhu.
7) Hojii ofitti baayyisin
8) Hojii tee karoora kee waliin wal-simsiisi.
9) Waan si jeeqarra fagaadhu.
10) Karoora/sagantaa guyyaa qabadhu.
11) Boqonnaa qabaadhu, Hirriiba dura yaada xiqqeessi.
12) Lakkii jechuu bari.
13) Hojii keessa hin badin, sarara eegadhu.
14) Of-hin cinqin, suuta hojjadhu.
15) Kaka'umsaa fi si'aayina qabaadhu.

www.tg-me.com/IbsamTube
#Jawwee_koo Waa akkati hin haftuu numa jijjiiramti❗️
Wantoota 6 kan jireenya keenya keessaa balleessuu (remove) godhuu qabnu.

1.miira balleessummaa (Guilt)

2.sababeeffachuu ykn sababa dhiheessuu (excuse)

3.namoota negative ta'an (negative people)

4.yaaddoo (anxiety)

5.Namoota gammachiisuuf carraaquu (pleasing others)

6.yaadota fokkotaa ofitti haasoynu( negative self talk)

@DEDRORO
@DEDRORO
👍....Gaafa tokko...!

#Anaa kuta 8 moo maal baratu barsiisaan barnoota lammummaafii amala gaarii(Civic) odoo nu barsiisaa jiruu waa'ee bulchiinsaa irra gahe oduma nu barsiisuu akkana nuun ja'e "Barreeyfamni kun asumarra ta'a malee yoom akka hojiirra ooluuf jiraatu hin beeku"
#Nuti barattoonniis ni gungumne aniis gaafa san teeysoo jalqabaa irraan ta'aa beeytaa"Jacha asirraa kha gocha lafarratiin faallaa kana numaatu jijjiira yoo Rabbiin nuun fadhe numaatu hojiirra oolcha achiin nuhaa gahuu" janneen.
#Barsiisaaniis "Warri amma Aangoo qabu ka akkatti nama cunqursu kuniis gaafa bakka teeysan tana jiran akkanuma jachaa turan,bar aangoo tanaatu nama jijjiiraa" nuun ja'e. Booda isiniis akkanuma tahuun isin shakka jachuu isaati beekhi. #Nutiis booda akkana tahuu hin oollu jachuu if shakkaa turre gaafa san.
#Garuu wanti naaf gale jachi barsiisaa kiyyaa san nama hundarratti ka dhugaatii miti jachuun hubadhe. Odoo quuqama dhugaa qabaattee humtuu dandahee sin jijjiiru.
#Meeqaatuu aangoo guddoo akka gaaraa odoo qabuu sabboonummaa isaa lakkisuu dinnaan Angoo irraa ariyame. #Jacha jawar "Sabboonummaan dhagaa gaara irraa gad konkolaateedha ni cabsa malee hin cabu" ka ja'e tokkoofi jacha lamma"Hanga feene dheerannuus,hanga feene Digriifii PhD qabaannuus Sabboonummaa dhugaa yoo hin qabaanne hiika hin qabu" ka ja'e tokkootu jacha barsiisaa kiyya ka dur san shaare ykn kufaa godhe! 😳
#Ati karoorri kee ijjannoon tee dhuguma taanaan aangoo xixiqqoo tanaa mitii odoo bulchiinsa biyyoota faranjiifii biyyoota arabaa guutuu guututti walitti bulchiteehuu ijjannookee isa ganamaa san cichiteetuma fiixaan baata hanga duutuu.
👈Akkasii ati? Akkasitti itti cichuuhoo ni hawwitaa? Moo fadhummaan tee sii guuttamnaan ta bir irra hin kaayyanne? Fadhii yeroo guuttachuuf ejjoonnoofi karoora khee kha ganamaa san ni diiydaa?
🤔Yaadimee gaafii tana. Daandii dheeraatu fuul dura kee jiraa kan rakkoofii cinqiin marfame si eegu.
💪Bakka yaadan gahuun qoosaa mitii beeki ta'abii nama gaafataa !
😍Dhaamsi itti fufa...!


#join_join_share
👇👇👇👇👇👇
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@HARARGETUB
Ani,Nuti Oromoodha, Oromoo Galaana!
2024/09/29 23:27:15
Back to Top
HTML Embed Code: