Telegram Web Link
"Kan keessa beekuuf lolli tapha"
#Abishee_Garbaa
'Uumanni Oromoo barachuu qaba; lammiin baratemmoo mirgasaa gaafata'
#Taaddasaa_Birruu
Wayyaaneen saba biraa taateef itti hin qabsoofne.
Hammeenya ishiin ilmaan Oromoo iratti dalagaa
turteefi malee. Firaan dalagame ambaan raaw'atamee hammeenyi
hammeenyuma.
Diinummaan gocha malee dhiiga miti!!
#JAWAR_MOHAMMED
Jechoota_Qaqqaalii_lammaa #magarsaa taasise keessa..
=============
1) Gooftaan keenya Uumata oromooti.nuti goofta bira hin qabnu.
2) Sabbonummaan oromoo motara qabsoo keenyati.
3)Qeerroo miiliyoona ja'a ta'u shororkeessa yookiin diina goote farrajjee eenyun bulchita.
4) Namni maqaa oromootin waggaa tokko mitii, ji'a tokko mitii halkan tokkoof qabsaa'e kabaja argachuu qaba.
5) Siyaasni keenya rakkoo qaba.siyaasa summa'aa geggesina.summin kunimmoo alaa kan nutti galedha.walii keenya irratti galgalle maqaa wal xureessina, kana qofa miti hanga wal balleessuti geenya. kanaaf summii nu keessa jiru amma qulqullesinuti rakkon saba kana ni furama jedhee hin yaadu.
6) dhimma finfinnee irratti motumman nannoo oromiyaa (''Yaadadhu bara hoggansa lammati'') waan ummanni oromoo jedhu jedha.addatti ejjennoo bira qabaachuu hin danda'u.
7) Gaaffii oromoon dhimma finfinnee irratti qabu waraqaa enyummessa finfinnee hatuudhan deebi'ef jedhee hin yaadu.
8) oromoon gaaffi isaa ifaaf bilisaan gaafate,kan deebi'uufis dhoksaan osoo hin taane ifaaf bilisan osoo hundumtu arguuf dhaga'uti.
9) kabaji nama dhuunfa (''abba irree jechuudha'') qilee ha seenu.sababni isaa kabaja biyya ol miti wan ta'ef.
10) Uummanni oromoo kan fincilu shororkessaa ta'e osoo hin taane, gaaffii deebi'ufi qabu sababa qabuufii wanti ukkaanfamee xuuxamu guyya tokko dhowuun isaa wan hin hafnedha.
11) Xumurri qabsoo keenya qananii oromoo fi oromiyaa mirkanessudha.
12) warri har'dha carra nu ga'e waan amma hojechaa jiru hojjenu kun lubbuu qaalii qabsoo kanaf kaleessa kaffalame,lafee cabeef dhiiga dhangala'e yaadacha hin hojjennu yoo ta'e gatii hin qabu.
13)Tokkummaan sabaa fi sab-lammoota biyyatti namni akka gabaatti gaafa barbaade walitti qabee, gaafa jibbe immo kan diigu miti.


@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
@HARARGETUB
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!❀❀
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”“πŸ”‘ JOINπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
β¬‡β¬‡β¬‡β¬‡βœ… πŸ‘‰πŸ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
Gosa kamiifuu gaarii/ arjaa ta'uu (Being kind to every kind)

Seenaa tokkotu, waa'ee nama jireenyi itti hadhaa'ee riqicha irraa of darbuun of ajjeesuuf jedhu tokko hima. Osoo of darbuuf hin bahiin, yaadachiisa tokko barreessee ture. Akkana jedha; " Namumti tokko fuula ifaa osoo natti agarsiisee, addunyaa kanaaf garaa kutachuunkoo ni hafa. Riqicha irraas of hin darbu." Nama fuulaa itti ifes hin arganne. Kanaan, lubbuun isaa dabarte.

#Be kind to every kind like a well that gives well!...akka burqaa isa gaarii kennuu....! Adduunyaan kun kan isheen dheebotte jirtu; gaarummaa, arjummaa, jaalalafi kkf. Namoonni hedduun, sababa ta'iin darbu gammachuu isaani jalaa fudhatee darbuuf du'uu, gadduufi abdii kutuutti jiru. Kanaafuu, dirqama lubbuu baraaruu bahi!

#Kindness is not weakness!...dadhabina miti...eeyyeen! Akkuma calaqqisummaan warqiif jedhamu; gaarummaan nama cimaafi. Arjummaan/ gaarummaan harka qalleessaaf hiixachuu qofaaf miti. Dabalataan diina ofiif kadhachuu, hamootatti sagalee gaarummaa agarsiisuu, warreen cunqurfamoof yeroo qabaachuu, kanneen umurii guuran tumsuu, gammachuu kan biroof sababa ta'uu, kophee nama biraa keessa of gochuu (?), faraduuf jarjaruu dhiisuufi kan nama biraa miidhu gochuu irraa of qusachuu fa'i.

#Three things, in human life, are important: the frist is kindness ; the second is kindness; the third is kindness!...gaarummaa, gaarummaa ammas gaarummaa! #Kindness is a language which the deaf can hear and the blind can see ( Mark Twain)! ....qooqa (afaan) kan hin dhageenye dhagahuufi kan hin argine arguu danda'udha.

#Be peacemakers, healers, restorers, storytellers, and lovers of every kind!
~~~~~~



JOIN JOIN SHAREπŸ™
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Allahan Qaba)
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
RIP RIP RIP😭😭

@oromotoo
@dedroro
#Hidhamtoota_Oromoo

Komishinii Poolisii Federaalaatti, Biiroon Qorannoo Yakkaa, Jawaar Mohaammad faa abbootii amantii isaanii waliin akka wal hin argine dhorkeera jedhan Abukaatoonni isaani. Manni Murtii Sadarkaa Duraa Federaalaa abbootii amantii isaanii waliin yoo xinnaate daqiiqaa afurtamaaf (40) akka wal argan ajajuun ni yaadatama.

Manni murtii Ethiopia kun ofii isaatiifu Mirga wabii barbaada harka Abiy Jira!Wanti inni jedhu takka fudhatama hin qabu.

Qeerroon Mirga wabii Hayyoota keenya ta'uu Akka hin dagannee
Channel photo updated
Yeroo takka takka wanti daa'imni ja'uus likkuma nama kofalchiisti.
#Mucaa xiqqaa amata 4 ykn 5nii tokkotu guyyaa tokko mooraa takka keeysa oduma cacahee taphachutti Jiruu Ra'ee dhaltuu fincaantu takka arke mucaan ''haay haay" ja'e mucaan. Aniis maali? jannaniin Ra'een bishaan yaafti naan ja'e😁
Hhh joollee manatti ukkaamsanii akkatti guddisuun gaarii miti jachumaafi.
#Ammaas guyya takka odumaaan karaa deemuutiin joollee xixiqqoo lama ta dhaabbattee namarratti huccuu akka abluu qabdii laalkaa jattee wal garsiistu takkarra dhufe mucaaniis mee tam baanta sa hin garree jatteen laalkaa hin gartuu isii afaanirraa koroonaa qabdu san jatteen beeytee isiituu maskii uffatee deemu jiraa. Hhh mucaan koronaa yeroo ja'an wahuma namni fi kaayee deemu(maskii) saniin koronaa ja'an seete.....!


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

"Nafxanyaa jechuun warra ilaalcha NeoMinelik qabanidha. Ilmaan Minilik qabeenya uummata keenya irraa saamaa turaniin duroomanii jiru. Qabeenya bara Minilik samame sana qaamni gaafate hinjiru. Maallaqa saamichaan horatan sanaan biyyoota alaaf biyya keessatti of ijaaranii jiru. Biyyatti keessatti ammas nagaa kan uummata dhorkuuf deemu warreen ilaalcha NeoMinelik qabanidha" jedha Kitaabni Dr. Geetaachoo Jigii "bu'aa ba'ii qabsoo Oromoo" jedhu


#mihretushanko
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
πŸ”ŠHARARGEE MEDIA
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINAπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@HARARGETUB
@HARARGETUB
β­•β­•β­•β­•β­•β­•β­•β­•
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
https://www.tg-me.com/harargetub
Bakka siin hin malle if hin kaayin.....!✍✍✍✍

πŸ‘ˆAti nama guddaadha addunyaan tuniis waan guddaa takka sirraa eegaa jirti. Khanaafuu waan xixiqqoo bira dabriitii waan guddaa sirraa eeggamu san fiixaan baasi.
😏Jacha nama hundaa gatii itti gootee hin ulfeeysin jacha garii tuffadhuutii bira dabri akkas malee miila lafaa khaafattee sosso'uu hin dandeeysuutii....!
😏Namni gariin ifiif hin hojjatu yoo ati hojjattees jachaan sirraa hin adabatu. Jacha nama akkanaa tuffattee yoo bira kutuu baatte atiis achumaa isaanii wajjiin lafa dhiitaa oolta...!
😍Dhaamsi itti fufa...!

#Join join share
@OROMOTOO
@DEDRORO
@Harargetub
Miirota gaggaarii Torban hubadhu!

Kanneen kun sitti dhaga'amu taanaan ati nageenya guutuu qabda.

1. Miira Waan feenu tokko argachuu.

2. Miira Amantii

3. Miira Jaalalaa.

4. Miira Fedhii wal qunnamtii saalaa.

5. Miira waan jaallanu tokko hojjechuu yookiin gochuu.

6. Miira Dubartummaa fi dhiirummaa.

7. Miira Abdii.

Miironni kun sitti dhaga'amu taanaan ati nagaa qabda.

Odeeffannoo babbareedoo biroof Link kana cuqaasaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@oromotoo
@oromotoo
@dedroro
@dedroro
✍Furmaanni Dammaquudha!

"Namichatu abjuudhaan bosona guddaa keessa deemaa ture. Osoo bosona addaan kutee deemaa jiruu, hoomaan waraabessaa gaana kaase, itti dhufe.Rifatee gara fuulduraatti osoo fiiguu, of duratti haroo balβ€Ÿaa naachi keessaa mulβ€Ÿatutti dhufe. Waan godhu dhabnaan, muka tokko koruuf yaadee, gara mukaatti fiige. Koruu eegale. Muka yaabbachaa osoo jiruu gara irraan jawwee muka irraa isa nyaachuuf itti deemu arge. Namichi kun jalaan waraabessa, fuulduraan haroofi naacha, gara irraan immoo jawweedhaan marfamee jira. Rakkoo hamaa isa muudhate kana keessaa bahuuf maal gochuu qabaa? Namni kun yoo fiiges, utaales, gara samii barrisees, nyaatamuu jalaa of oolchuu hin danda'u.

Rakkoo walxaxaa kana keessaa bahuuf fala tokko qofa qaba. Innis dammaquudha. Namichi kun hirriiba keessa jira. Kana jechuun gaafa dammaqe wanti inni akka rakkootti ilaalu kun rakkoo hin jirredha. Kana jechuun wanti namicha kana rakkise marti akka inni itti ilaalaa jiru irraa madda. Ilaalchi yoo jijjiirame rakkoon ni furama." Galaa Sammuu, fuula 97
Har'a irraa eegaluun godinaaleefi magaalota Oromiyaa garaa garaatti raabsamuu eegalee jira. Barbaadaa dubbisaa!

HALKAN GAARII!



πŸ™#JOIN JOIN SHARE
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
#Eebbisaa_Addunyaa (#Mucee) kan wareegame Hagaya 30, 1996, waggaa 24 har’aa, ture. Hiriyaan isaa #Xannaa_Wayyeessaas gaafuma sana isa waliin wareegame. Dhiigni Eebbisaa inni qulqulluun lafatti jigee hinafne, Eebbisaa miliyoonota horatee jira. #Haceen erga wareegamee kunoo baatii lama guute. Eebbisaa fi Hacaaluun kaayyoon isaan wareegamaniif tokkicha; uummatni Oromoo kaayyoo isaanii galmaan ga’uudhaan galata isaanii galchee, gumaa isaaniis baasa. #Abiy_Must_Go!
2024/09/30 07:34:18
Back to Top
HTML Embed Code: