Kabajamtoota miseensota chaanaalii ORO FEDERALISM UNION!
Bakka jirtanitti nageeenyikoo isin haa dhaqqabu. Akkuma beekkamu yeroo darbe kitaaba haaraa 'Rakkinni Haa Rakkatu!' Jedhu kan barreessaa Abdiisaa Ejjetaatiin barreeffame isin biraan geenyee turre. Kitaabichi hedduu keessan bira akka gahe abdiin qaba. Maarree kitaabni sun warri isin bira gahe, namoota biraatiif qooduun hamilee hogbarruu Oromoo fi barreessichaaf akka taatan abdiin qaba. Eeyyee! Chaanaalii garaagaraafi gareewwan telegiraamii irratti qooduun guutuu Oromiyaa fi ilmaan Oromoo hunda biraan gahaa!
Barreessaa keenya jajjabeessuuf darbees yaada sirreeffamaa yoo qabaattan karaa @AbdiisaaE qunnamuu dandeessu!
Oolmaa gaarii!๐
๐๐๐๐๐๐
@OROMOTOO
@DEDRORO
@OROMOTOO
๐๐๐๐๐๐
YAADA KESSAAN ASIIN NUUF QOODA
๐๐๐๐๐๐๐๐
@ABDETABOT

โ Fakkeenyummaa Jireenyaa
โ Boofti, lubbuudhaan osoo jiru, Goondaalee soorata!!
โ Boofti, yeroo du'u, Goondaaleetiin, sooratama!!
(Yeroon, yeroo isaa eeggatee, jijjiirama!!)
โ Jireenya kee keessatti, nama kamiinuu gadii buustee hin ilaaliin,
โ Cimaa ta'uu dandeessa!! garuu, yeroon si caalaa jabiina akka qabu beeki!!
.
โ Mukti tokko, kibriitoota, kuma dhibba tokkoo ol oomishuu danda'a!
โ Kibriitiin ijii tokko garuu, Mukootii kuma dhibba tokkoo ol balleessuu dandeessi.
(Gochi badaan, hojiiwwan gaarii ni balleessa ykn ni barbadeessa!!)
.
โ Waantii sirraa eegamu,
โ Namoota kan ittiin kabajju, ilaalcha bareedaa fi gaarii qabaadhu!!
โDhaamsi itti fufa........
๐๐๐๐๐๐๐๐
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
๐ฎ๐ฑ๐ฎ ๐ช๐ฎ๐ฎ ๐ฒ๐ง๐ ๐ฑ๐ค ๐ฆ๐ฎ๐ฃ๐ง๐

Saayikooloojiin amala namaa bakka gurguddaa sadiitti qoodee kaa'a!
1. #Passive_person
Namni kun yeroo hundaa
moo'amaadha, waan namni jedhe hunda tole jedhee fudhata, waan isaaf
ta'u adda baasee hin beeku, waanuma hiriyaan isaa/ishee gootu ilaalee godha. Ofitti amanamummaa hin qabu, waanuma sirrii dhiisi kun sirrii miti yoo jette ni dhiisa. Namni akkasii kun jireenyi isaa kufaadha.
2. #Aggressive_person โคโคโคโคโค
Namni akkasii immoo Kan Koo malee jechuu baay'isa, yaada nama biraa hin qooddatu, ni dheekkama, lafuma fayyaa si dhaanuu, ooduu, barbaada ija diimeffatee. Namni kun ija jabinaan dorgooma hin qabu. Ana malee, of tuula, ana malee namni hin jiru jedha, sin kabaju, qoma dhiibee deema dhimma kee hin qabu. โ โ โ Hiriyaa akkasii sirraa haa qabu malee guyyaa adii qullaa si hambisa.โคโคโคhanga ati sagalee qabdu qofa si kabajaa โ โ Irraa isin haa baraaruu!!!!!!!
3. #Assertive_person !
Nama sammuu banaa qabu (open minded person), yaada nama biraa
giddu galeessa godhee fudhata, waan isaaf ta'u adda baasee keessaa
gadi fageessee fudhata, yaada isa ijaaruuf isa diigu beeka. Namni akkasii kun yaada namoota biroo fudhachuuf sammuunsaa
qophaa'aadha. Ilaalcha madaalawaa qaba, siin hin mormu, erga yaada kee hubatee si amansiisuuf ragaadhaan deeggaree yaadasaa dhiyeeffata.
Yeroo hunda ilaalcha qajeelaa qaba, nama hundaaf gaarii yaada, ilaalcha naannummaa, gandummaa, sanyummaa fi lagummaa of keessaa hin qabu, haasa'aan isaa ogummaan kan guutameedha. Fageessee yaada, fageessee tarkaanfata, hamma dubbatuun ol hojjeta, odeessuurra
hojiidhaan agarsiisuu filata. Namni sirriin isa kana.
Baay'een Nama keenya isa kamii??????
#Share gochuun yaada keessaaniin wal haa barrruu wal irraa haa barruuโ โ โ โ Argaa fi dhageettii irraa wal haa barsiifnuun ergaa koo kan har'aati.
Kaniin dubbiserraa!โคโค
By prf miratu shanqoo
๐๐๐๐๐๐
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB

"QABSOON OROMOO FIRA HIN QABDU" jedhe Jaal Milkeessaa Gadaan Bara 1991, Lixa Oromiyaa Ona Mandiitti.Eeyan Haqa. Oromoon oromoo malee fira hin qabu. #Tokkummaa.
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
MADDA BEEKKUMSAA๐ณ
Photo
Hin dagannee hin irraanfannee
Seenaa guyyaa kaleessaa
Harma muraa aanolee
Lafee calanqoo tuulee
Calanqoo caliidhaa
Dubbatteen dhagayee
Anooleen owwaattee
Sagaleen ol Ka'ee
Godaannisa qalee
Madaa dhiiga yaa'ee
oromoon falmachuuf
Garayyuu ol Ka'ee
iyyaa iyyaa iyyaa
iyyaa dabarsaa
Gabroonfaa didaa
Hiddaan buqqaasaa
Sabni cunquurfamee
Kaa'aa wali Tumsaa
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Seenaa guyyaa kaleessaa
Harma muraa aanolee
Lafee calanqoo tuulee
Calanqoo caliidhaa
Dubbatteen dhagayee
Anooleen owwaattee
Sagaleen ol Ka'ee
Godaannisa qalee
Madaa dhiiga yaa'ee
oromoon falmachuuf
Garayyuu ol Ka'ee
iyyaa iyyaa iyyaa
iyyaa dabarsaa
Gabroonfaa didaa
Hiddaan buqqaasaa
Sabni cunquurfamee
Kaa'aa wali Tumsaa
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Odeeffannoo, yaadaa fi gaaffii qabdan ๐๐พ @ADOYEBOT ๐๐พ irratti nuuf ergaa. Galatoomaa!
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA๐ณ (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!โคโค
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
๐๐๐๐๐ JOIN๐๐๐๐๐๐๐๐
โฌโฌโฌโฌโ ๐๐ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro

Telegram
JAARRAA ABBAA GADAA
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!
YAADAF๐ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
๐๐
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!
YAADAF๐ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
๐๐
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
แจแ แแแฝแ แแฑ แฅแ แแแ แตแฆแณ แจแแจแแณแญ แแ แแชแซ แ
แแฅ แจแฐแฐแ แแแข แแแฑ 151แซแ แจ1แขแแฝ แญแฅแฐแฑ แฐแแ 225แถแ แจแแแ แญแ
แตแฆแณ แจแฐแ แจแจแฐแ 1886 แแแข
#Join_Us & #Share ๐
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
#Join_Us & #Share ๐
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
แแ แdhi แแแณแ แ
แแแต แฅแตแแ แซแ แแฝแ แแแแฒแซแ แแแณ แตแตแ แฆแ
แดแต แขแซแแต แจแฐแแฐแแ แตแ แตแแแจแ แแ แญ แตแแแ
แ แญแฑ แแญ แ แฐแแธแแ แฅแญแแ แแญ แ แแฝแ แต แ แแซแ แแ แ แแ แ แฆแ
แดแต แจแฐแแธแ แแแข
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Daa'imni umriinshi baatii tokko gadi yeroo bossu immimman hin buustu! kuniis sababa xannachii imimmanii(lacrimal gland) jedhamuu hojii hin eegallefii!
##kanabeektu
JOIN JOIN SHARE
@OROMOTOO
@DEDRORO
##kanabeektu
JOIN JOIN SHARE
@OROMOTOO
@DEDRORO
Har'a Jireenya kee tolfachuu fi itti Jiraachuu dandeessa.
โโโโโโฑโฟโฐโโโโโ
๐ Kaleessi Darbeera.
๐ Guyyaan borii dhufuus, dhiisuus danda'a.
๐ Yeroon jira jedhamee fi Itti hojjachuu dandeessu Amma.
โ๏ธ Enjoy life today.
โ๏ธ Yesterday was gone. and
โ๏ธ Tomorrow may never come.
โ๏ธ Jireenya jiraannu keessatti ofeeggannoon adeemuu baannan Jireenya keenya guutuu waan Gaaffii sammuu keenyatti uumuu fi deddeebi'ee nu yaaddessuu danda'u utuu hin beekin raawwannee ittiin miidhamuu dandeenya waan ta'eef.
FORWARD ๐๐
JOIN
๐ @DEDRORO
๐@OROMOTOO
โโโโโโโโโโโโ
YAADAF ๐ @ADOYEBOT