Telegram Web Link
Haacaaluun Oromoofi Oromiyaaf qabsayee, Oromoofi Oromiyaaf wareegame!

Nan Sobee nuun jedhe, osoo takkaa ofis saba isaas hin sobin dhugaa Oromoo cichee wareegame!!

QABSAA'AAN NI KUFA, QABSOON ITTI FUFA!!
πŸ‘‰JIREENYA_GAMMACHUU
Jireenya gammachuu jirachu yo fete ergawwan shanan kana beki

Ilmi namaa hundi osoo wantoota 5 yeroo mara yaadatee silaa waanuma hundaafuu hin dhiphatu ture...

Sunis :- 1. Wanti tahuuf murtaawe hin hafu wanti hin murtaawinis hin raawwatamu...
2. Gammachuun nama biraa gammachuu teetirraa hin qoodamtu inniniis rabbi biraa qooda isaa qofa argata...
3. Daldalli obboleysi khee daldalu carraa isaarraahi osoo ati yeroo 100 shira xaxaa ooltee waa isaaf barreeyfame inuma argata...
4. Gammachuun jireenyaa qabeenyaan osoon tahin barakaadhaan argamti : barakaanis bololaan osoon tahin fedha waaqa fi carraaqqataan argamti...
5. Rabbiin nama jaallatu qofaaf Iimaana Barakaa fi Tasgabbii badhaasa Qabeenyaa fi Bolola garuu nama hin jaallannes ni badhaasa...

Yaa waaqa nama waan qabuun tasgabbaawee Barakaa tee abdatee gammachuu biyya 2 arkate nu taasisi...




πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
Ati eenyuun fakkaatta?

Leenci tokko dallaa horii sa'ootaa gidduutti dhalate. Kan inni guddates achuma keessatti. Kan inni yaadu akka sa'aa ta'eettidha malee akka Leenca ta'e hinbeeku ture. Dhugaa qaba kanarra kan darbe maal gochuutu irra jiraree?
Guyyaa tokko Leenci dulloomaan tokko dallaa sawwanii kana bira utuu darbuu Leenca dargaggeessa tokko utuuni sa'oota gidduu dedeebi'uu arge. Gaaffii guddaa itti ta'e.
Sa'oonni sun
Leenca isa isaanii wajjin guddate sana hin sodatan sababiinsaa waan isaanirraa adda ta'e hin hojjetu.
Egaa waanti kun Leenca isa dulloomaa sana ajaa'ibee jira. Innis suuta garasaanitti siqaa dhufe. Sa'oonni sun yeroo Leenca dulloomaa sana argan nahaani fiigan. Leenci inni dargaggeessi sunis sa'ootaa wajjin fiiguu eegale.
Leenci dulloomaan sunis amma dhumaatti wajjiin fiigee isaan qaqabee bira gahe.
Leenci dargaggeessi sunis akkuma sa'oota sanaa boo'uufi gadduu eegale. Leenci dulloomaan sun ''Gochakee gatii hinqabne kana ammarraa eegalii dhaabi!'' Jedhee Leenca isa dargaggeessatti dheekame. Achii booda gara laga isaanitti dhiyoo jiruutti geessee gara bishaannicha akka inni ilaalu taasise. Leenci dargaggeessichi inni dallaa sa'ootaa gidduutti dhalatee guddate sun bishaan keessatti Leenca ta'uusaa arge. Leenca ta’uusaas bare.
Ati eenyuun fakkaattaa?
Iddoo jirtus beekta?


JOIN JOIN SHARE
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@HARARGETUB
Qabsoo isaan keeysa dabran mee laali qomoo
Jafar_Yusuf_Of_Qopheessi_New_Oromo_Music_2020_Official_Video240p.mp4
17.6 MB
Jaafar yuusuf---2020
πŸ’•Deebite barri roorroo
Ofqopheessi qeerrooπŸ’•

@OROMOTOO
@DEDRORO
Jechoota Maartii Luuter King
Warra Qalbii nama moogessan.
πŸ‘‰ JOIN JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
Martin Luther King.apk
327.2 KB
Jechoota Maartii Luuter King
Warra Qalbii nama moogessan.

@DEDRORO
@DEDRORO
Think And Grow Rich Napoleon hill.pdf
1003.8 KB
Kitaaba Addunyaa kana jijjire. Kitaaba kana barreessuuf barreessaa kanatti waggaa 25 itti fudhate.
Namni waan haaraa hojjechuu barbaadu kamuu kitaaba kana haa dubbisu.

πŸ‘‰ JOIN JOIN
@OROMOTOO
GORSA BAREEDDUDHA DUBBISAA ISIN FAYYADDIπŸ‘‡β€

πŸ‘‰Jireenya kee keessatti yoo dandeesse namuu miidhuu hin yaadin, sababnis gochaan kee deebisee simiidhu mala waan ta'eef.

πŸ‘‰Yoomiyyuu taanaan gorsa nama kamiyyuu dhaggeeffadhu, irra caalaatti garuu waan sammuun kee itti amane raawwadhu.

πŸ‘‰Namni kamuu nama, namummaaf kabaji ilaalchaan garuu adda baasi. Eenyu badaa eenyu gaari akka ta'e ilaalcha isaatirraa hubattaa waan ta'eef.

πŸ‘‰Jireenyi addunyaa kanaa gufuu baay'ee qabdi, garuu jabina keetin hundaa dabarsuuf yaali.

πŸ‘‰Baay'ee garaa hin laafiin, baay'ees garaa hin jabaatiin, yoo gar-malee gara -laafeessa taatee gowwaa fakkaattaa, yoo gar malee gara jabeessa taate immoo hamaa fakkaatta, wanti baay'atee hin tolu waan ta'eef.

πŸ‘‰Yoo sammuun kee baay'ee cinqamu waan jaalattu raawwadhu. Fakkenyaaf kan kitaaba dubbisuu jaalattu yoo ta'e waayee dhimma sicinqisiise sana waliin walqabatu dubbisi akka deebii itti argattuuf!

πŸ‘‰Nama yeroo hunda quba sitti qabu duuba isaa dhaabbadhu, yoo quba sitti qabuuf of duuba garagagalu si qofa miti ofis akka arguuf, nama waan ofii hin beeknetu quba namatti qabaati!

πŸ‘‰Waan keessikee yaadu dubbadhuu
baafadhu, tarii furmaata argachuu malaati,
dhibee himatan dawaas argatu.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Ityoophiyaa (#Ethiopia)πŸ‡ͺπŸ‡Ή

Hagayya 10 (August 16)

β€’Namoonni qabaman = 29,876
β€’Har'a kan qabaman = +982
β€’Namoonni du'an = 528
β€’Har'a kan du'an =+19
β€’Namoota bayyanatan = 12,359
β€’Har'a kan bayyanatan= +322
β€’Namoonni Yaaliraa kan jiran = 16,687
‒️Haala ulfatarra jiran =217
β€’Qorannaan laabraatoorii har'aa = 19,769
β€’Qorannaan laabraatoorii waligala taasifame = 609,463

@oromotoo
@dedroro
πŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚

✍ Namarraa hedduu hin eegin ( abdii irra hin kaayatin) booda ni sheenoytaa!!


πŸ‘‰ Osoo if hin ibsin hin ta'u jechuu baradhu!
πŸ‘‰ Waan dabreen namatti hin murteessin.
βœ”οΈ Namni ni barata.
βœ”οΈ Namni ni jijjiirama.
βœ”οΈ Namni ni socho'a.

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
πŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒ

Jiruun tun akka bishaan garbaati.
Inni yoomillee hin tasgabbaa'u ,
Sumaatu akka itti daakan Barachuu qaba.





πŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒ


πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
"Jaalalli kan jaalatan qofa argachuu odoo hin taane kan jaalatan dhabuus if keeysaa qaba"
😍Waan dhabdeeef qalbii cabsitee mataa if hin nyaatin
😍Dhaamsi itti fufa...!


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
β€œAni Rabbii fi ummata Oromoo abdadheen biyyatti gale!”

Jawar Mohammed
@OROMOTOO
@DEDRORO
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Allahan Qaba)
Hundee kee jabeefattee,
Yoo qabaatte muldhata.
Lafa ciisaa tulluu goote,
Gaara gubbaatti baata.

Galma gahuuf yaadda taanan,
Dhaabbata kee tolfadhu.
Wal qoqqoodu itti dhiisi,
Gamtoomitii dhaabbadhu.

Qunceenuu Wal gargaartee,
Arba guddaa sana hiitii.
Mixiin walitti rarraatee,
Garba guddaa daaktee ceeti.

Tokkummaa hin qabnu taanan,
Akka cuucii handaanqotti.
Otuma Wal jalaa waccuuti,
Suburbutaan nyaatamtii.

Otoo laboobni Caalaa gubuu,
Kumaatti tolee ciisaa.
Akka gurmuu kannisaatti,
Gamtaa nu barbaachisaa.

@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
#Jawaar_Mohammad

Obbo Jaawar Mohammad yeroo ammaa kana mana hidhaa keessatti hedduu dhukkubsachaa jiraachuu isaa, abukaatoon isaa Obbo Kadir Bulloo himan.

Obbo Jaawar Mohaammad dhukkubsachuu isaani sababeeffachuun, beellama mana murtii har'aa irratti kan hin argamne ta'uus abukaatoon isaa kun ni himu.

Dhukkubni Jaawar maal akka ta'eef, maalirraa akka madde beekamaa ta'uu baatus, yeroo ammaa kana fuulli isaandhidhiita'uu, dhaabbachuu dadhabuufi baayyee dubbachuu dadhabuu isaa maatiin isaa mirkaneessaniiru.

Kanaan dura Obbo Jaawar Dooktera Fayyaa dhuunfaa ofii akka barbaadu himatus, poolisiin hayyamuufi diduun isaa ni yaadatama.

Maddi: Gullalle Post
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Oduu Ammee:

Jawaar baay’ee dhukkubaa jira. Dhaddacha har’aa irrattis hirmaachuu dadhabe. Yaaliis dhoorgatanii jiru.


@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
2024/09/30 19:32:24
Back to Top
HTML Embed Code: