Telegram Web Link
baga deebite Beetii Taaffasaa Jabduu Intalaa
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Maalo Oromoo tiyya subscribe nuuf godhuudhan nuu jajabessaa isinin jenna.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Filannoo Preezdaantummaa Iraaniin Ibraahiim Raaysiin injifatan!

Filannoo Preezdaantummaa Iraaniitti gaggeeffameen Ibraahiim Raaysiin injifachuu ibsame.

Abbaa Seeraa fi Abbaa Alangaa ta'uun kan tajaajilan Raaysiin % 62 sagalee argachuun injifataniiru. Baatii Hagayyaa dhufu sirna waadaa galuu ni raawwatu jedhamee eeggama.

Raaysiin faallaa biyyoota Lixaa ta'uu isaanii dubbatama. Preezdaantichi Ameerikaan qoqqoobbiin kan irra kaa'ame yoo ta'uu, bara Faranjoota 1988 dhiyeenya Teehiraanitti miidhaa sirreeffamtoota manneen amala sirreessarra qaqqabe keessa harka qabaachuun shakkamu jedhame.

Lammiileen Iraan hedduunii fi falmitoonni mirga namoomaa adabbii ajjeechaa iccittiin sirreeffamtoota kanneenirra qaqqabeef Raaysiin itti gaafatamaa taasiisu.

Yeroo sanatti sirreeffamtoonni siyaasaa manneen amala sirreessarra keessa turan kumni 5 ajjeeffamuu ragaaleen ni ibsu.

Iddoo namoonni kunneen itti awwaallaman hanga ammaatti hin beekkamne jedhame.

Maddi: BBC
#ASTU

Yunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaa galmeen barattoota digirii jalqabaa haaraa kan bara 2013 Waxabajjii 24 hanga 25 bara 2013 ALI ta'uu beeksiseera.

Barattootni gara Yunivarsiitichaa wayita deeman wantoota qabachu isaanirra eegamu:

• Kaardii qormaata kutaa 10ffaa fi 12ffaa (Orijinaala fi koppii tokko tokko)
• Traanskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa (Orijinaala fi koppii tokko tokko)
• Suuraa 3*4 afur
• Ansoolaa fi uffata siree
• Uffata Ispoortii

Odeeffannoo dabalataaf marsariitii Yunivarsiitichaa www.astu.edu.et akka mil'atan Waajjirri Rejistiraara Yunivarsiitii Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaa eereera.
Mubaar Qaasim jedhema jiraata magaalaa Shaashamannee ganda 01 nama qabeenya qabu ummata Oromoof oolche hardha garuu qaama mootummaan siidaan yaadannoo goota Oromoo Innis baasi mataa ofiin ijaare jalaa diiganii isa hidhaanii jiru Kanaaf sagalee ta'aaf
#SelaleUniversity

Yunivarsiitiin Salaalee galmeen barattoota digirii jalqabaa haaraa kan bara 2013 Waxabajjii 24 hanga 25 bara 2013 ALI ta'uu beeksiseera.

Barattootni gara Yunivarsiitichaa wayita deeman wantoota qabachu isaanirra eegamu:

• Kaardii qormaata biyyooleessaa kutaa 8ffaa (Orijinaala fi koppii tokko tokko)
• Kaardii qormaata kutaa 10ffaa fi 12ffaa (Orijinaala fi koppii tokko tokko)
• Traanskiriiptii kutaa 11ffaa fi 12ffaa (Orijinaala fi koppii tokko tokko)
• Suuraa 3*4 saddeet
• Ansoolaa, uffata siree, uffata boraatii
• Uffata Ispoortii

Dabalataan barattoonni bara 2012 keessatti barnoota seemisteera tokkoffaa karaa seera qabeessaan addaan kutan guyyaa kanaan akka galmaa'an Waajjirri Rejistiraara Yunivarsiitii Salaalee hubachiiseera.
Professor Merera Gudina on Abiy's sham Election
=======

"Today I met former President Obasanjo and his team members, Dr. Greg Mills, Ms. Karen etc. We had a discussion of an hour regarding the elections and the future direction of Ethiopian politics. I told them not to take the election very seriously as it can only be a political theatre and cannot deliver the three greatest needs of the country: durable peace and stability, ensure the birth of Democratic Ethiopia even after three thousand years and meaningful economic development. I also told them to advise the Ethiopian Prime minister to avert the looming civil war - to immediately move to an all inclusive National Dialogue that can take us to an all inclusive interim government, which prepares the country to a credible 'free and fair' elections within a year.I have underlined to them that without a genuine national dialogue based on a common road map, the hoped for Ethiopia's democratic transition can only be: a transition from crisis, through crisis to crisis."
Barattoota haarawaa yuuniversitii Hawaasa ramadamtan hundaaf:-

Galmeen Online waan jalqabeef liinkii armaan gadiitin galmaa'uu ni dandeessu.
👉 http://sis.hu.edu.et

@OROMOTOO
RABBI SI HAA JABEESSU!

Utuu ijikoo arguu,
Gonkumaa dhugaan dhoksu;
Utuu dhugaan jal'atuu,
An danda'ees hinobsu.

Utuu sabni Oromoo,
Rasaasaan garafamuu,
An danda'een callisu;
Kun naaf hinfudhatamu.

Soba bakkee keessaa ,
Kan eenyuyyuu beeku,
Utuun ijaan arguu,
An hindhiisu cookuu.

ANAAN KAN NA DHIBU....

Namni utuu ilaaluu,
Kana akkamiin amana?
Dubbii fuggisoo kana ,
Mee dhaga'aa jarana:

"Gamasii sangaan dhale,
Asii boqqolloo qonnaan,
Mishingaa ta'ee gale.
Utuun dhaabadhee laaluu,
Aduun lixarraan ba'ee,
Ba'arraan immoo gale.

Namtichi fuullee keenyaa,
Ulfa ji'a shaniiti.
Yoo feete dhaqii ilaali;
Kunoo dhugaa Rabbiiti.
Waggaa baay'een jiraadhe,
An oksijiinii malee,
Kan Obbo Cundhuuraafaa,
Gaangeesaaniitu dhale.

EGAA...

Akkasiin wal sossobnee
Wal bokoksuun garaa
Hamma yoomiitti maaloo🙉
Natti himaa yaa firaa!

Soba dhugaa fakkeessee,
Seera uumaa faallessee,
An danda'een jiraadhu;
Buddeen sobaas hinnyaadhu!

Har'a quufee buluudhaaf,
Konkolaataa bituudhaaf,
Seenaa kiyya'n xureessu;
Maqaakoos hinballeessu.

Gurraachaan adii jedhee,
Sobee sin jajjabeessuu,
Nuti dugdaaf garaadhaa,
Rabbi si haa jabeessuu!


@OROMOTOO
@OROMOTOO
Ati naaf ibsaa kooti yaa abbaa ko!

Bontu Bekele
👇👇👇👇👇👇👇
Namoonni baay’een Facebook irraa ugguramaa jiru. Oromia Media Network satalaayitii irraa adda citee jira. Sababni isaa Qoratamaa jira.
Abdo Qaadii Facebook irraa ugguramuu irra darbee computer fi telephone isaa cabsanii seenuuf akka yaalamaa jiru karaa inbox na beeksise.

Email Dejene Gutema tiis cabsuuf yaaliin taasifamaa ture. Maaltu akka deemaa jiru ifadha. Of-qopheessa, yaalii dhumaa taasisaa jiru. Akka tasaa Facebook irraa yoo ugguramne karaa telegram Wol-haa agarru
#OromiaMediaNetwork

OMN sababa hin beekamneen qilleensa irraa bu'uun dhagahame.

Tamsaasni TV OMN galgala har'a (Waxabajji 13,2021) naannoo sa'aatii 4:00 irraa eegalee qilleensarraa bu'uu miidiyichi fuula fesbuukii isaa irratti beeksiseera.

Sababa Oromiyaa Miidiyaa Neetwoorki(OMN) qilleensarraa bu'ee hanga ammaatti kan hin beekamne ta'u fi baruuf immoo qorannoo gaggeessa jiraachuu OMN fuula fesbuukii isaa irratti beeksiseera.

Via: OMN
#Filannoo2013

Dura-taa'aa Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO) Piroofesar Mararaa Guddinaa dhimma filannoo baranaa ilaalchisee filannicha taajjabuuf jiila isaanii waliin gara Finfinnee kan galan Pirezdaantii Naayijeeriyaa duraanii Oluseguun Obaasaanjoo waliin marii gaggeessaniiru. Turtii isaani kanaan maal mari'atan?

👇
https://www.gadaapost.com/oduu/piroofesar-mararaa-g-2021-06-21-074418154564
Maalo Oromoo tiyya subscribe nuuf godhuudhan nuu jajabessaa isinin jenna.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Filannoon UMMATA Bal'aa isaa fi Jaallan isaati!
Kanas ummanni Qabatamaan Har'a irra Deebin Mirkaneesse!

Gootota Keenya!

#FreeJawarMohammed
#ShamElection
#EthiopianElection2021
#FreeAllPoliticalPrisonerInEthiopia
Kunoo Waggaa tahee Jira Erga Interview Haacaaluu Isa dhumaa #OMN irratti ilaalle.
Erga gaafasii Waameeqa keessa dabarree?
Waameeqas Dabarsine?
Waameeqatu nurra gahe?
Dhiigni Goota kanaatis akkuma dhokfametti har'a gahee Jira.
Qaamni yakka sana raawwates Murtii tokko malee har'a gahan?

Yaa Nuhii!
Guyyaan hin dhaabbatu
Hin Daganne!
Lammiilen Ethiopia Saudi Arabia keessatti rakkachaa jiran maal irra Jiru?

Maaltu wanni isaanif fooyya'e Jira?

Qoonsilan Ethiopia maalirra Akka jiran Ibsa gahaa Kennaa hin Jiru.
Roorroon isaanirra gahaa Jiru kan callifamuu miti.
KANAAFUU dhimma Obboleeyyan Keenya kana namuu quba qabaachuu qabna.
Ethiopia: “These elections are a distraction,” said Prof. Abadir M. Ibrahim, at Addis Ababa University. “The state is on a cliff edge, and it’s not clear if it can pull back. We just need to get past this vote so we can focus on averting a calamity.” https://www.nytimes.com/2021/06/21/world/africa/Ethiopia-election-Abiy-Ahmed.html#click=https://t.co/IDQHfXZAnc
2024/09/22 17:29:45
Back to Top
HTML Embed Code: