Guyyaa muraasa torbee hin geenye boodaan Kitaaba "Jireenya Keetitti Gammadi" jedhu. Salphatti Library guddicha 'NOOR BOOK' jedhamu keessa seentanii tolaan/bilaashiin Pdf buufachuu dandeessu. Kutaa tokkoffaa isaa
Tarkaanfachaa jirra
@JemalSheikhBakri1
Tarkaanfachaa jirra
@JemalSheikhBakri1
Congratulation ๐๐
Ustaaz Abdurahmaan Huseen Barnoota isaa Master Xumuree Jira. Namni ma'anaa barnootaa yeroo bare barnootarraa gad hin taa'u.
Ustaazni ma'aragii hedduu qaba.
Ustaaz, munshid, Enginer fkkf, ammallee ma'aragii dabaluu hin dhiisu ja'a. Fakkenya kheenya.
Maa Shaa Allah, tabaarakallah๐

Bifaan nama madaaluun sun faashinni isii hin dabruu si? Mee waan san gehee nurraa dhiisaawoo hifanne. ๐
Kitaaba qola isaatiin hin murteessin bro๐

Namoota biraa jaalachiisuuf haadha tee hin gaddisiisin. Akka ishiitti siif jecha jireenya isaanii warri dhabe hin jiran waan ta'eef.
โกMomโก
#MOM
โกMomโก
#MOM
Nama si Fakkaatu waliin Deemi, Nama si Kabaju waliin Haasawi, Nama si Jaalatu waliin Mariihadhu. #Khalaas
Ustaaz Hakim
Ustaaz Hakim
#Ghanim_Al_Muftah
Gurbaan kun akkuma suuraa irratti argitan nama qaama #Walakkaa qofa qabaachuun dhalateedha.
Akki dhalootaa fiixee milkaa'inaa gahuurraa isa hin dhoorkine. Dargaggootaaf mataa fakkeenyaati. Yoo ilaalte cinaa namaa fakkaata. Garuu bakka namni hedduun gahuudhaaf itti ulfaatu gahe.
Carraalee argatetti fayyadamee Kunoo UK 'tti barnoota isaa xumuruun ammas eebbifame. Geeba addunyaa kan Qatar irratti godhame, sagantaa baniinsaa isaatu godhe.
Haasawa isaatiin namoota hedduu motivate godhe. Dhugatti murannoo fi if tuffachuu dhabuun, akkasuma ifitti amanamummaa horachuun addunyaatti akka mul'attuuf sababa guddaa isaaf ta'ee jira

Congratulation on your graduation ๐๐๐
"Educate the women then watch the world" akkuma jedhamamu barnoota keetiin mataa keetirra dabartee akka addunyaa jijjiirtu sirraa eegna.
Baga guyyaa gammachuu keetii argite, nutis siif gammannee jirra. Barnoota kee kan hariiroo Rabbii keetii ittiin cimsattu, akkasuma bu'aa guddoo addunyaaf buuftu siif haa godhu
Once again congratulation๐ Hamdiyaa finally you did it ๐๐

Forwarded from ORO-JEN ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ (๐๐๐ ๐จ๐ฆ๐ ๐ฏ ๐น๐น)
#YouAreTheBoss๐๐ช
#MOTIVATIONAL_ORO_QUOETOS ๐
โก๏ธ๐ข ๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐ ๐๐ก๐๐ซ๐ ๐๐จ๐๐ก๐ฎ๐ง ๐ฆ๐๐๐ญ๐ข ๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐ก๐๐
๐น#SHARE_LINK_And_JOIN๐ป๐ข๐ข
@oroNej
@oroNej
@JamaalsheikBakri
@๐ ๏ธ๐ ก๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ

noor-book.com/en/md1gfhy
Liinkii armaan olii tuquudhaan labrarii guddicha "Noor Book" keessaa kitaaba "Jireenya keetittii gammadi" jedhu buufachuu dandeessu.

Noor-Book
download book jireenya keetitti gammadi pdf
it s a book which is translated from enjoy your life
Gootichi Islaamaa Ismaa'il Haniyyen Har'a wareegamuu isaa dhageenye. Innaa Lillaahi wa innaa ileyhi raaji'uun
ุงูุง ููู ูุงูุง ุงููู ุฑุงุฌุนููุ ุงู ุงูููุจ ููุญุฒู ูุงูุนูู ุชุฏู ุน ูุงูุง ุนูู ูุฑุงูู ูุง ุดููุฏ ู ุญุฒููุ ููุง ูููู ุงูู ู ุง ูุฑุถู ุฑุจูุง๐ญ
Qabsaawaan yoo du'es qabsoon itti fufti๐ฅ
#FalasxiimRabbiinHaaBilisoomsu

Forwarded from Dr Zakir Naik Afaan Oromoo
Dhugaa hadhooytuu!๐
================
Dubartiin Social Media kana gubbatti baatee iyyaa ooltu boodden ishii hin toltu. Salphina mudatti. Beekamtiin social media gubbaa tun sadarkaa dubartii teenya bultii dhabsiisurraan geessee jirti. Ilmi dhiiraa dubartii social media gubbarraa wacaa ooltu odoo โHuural-eeyniiโ baanan sanillee taatee hin fuudhu. Ilmoo manaa tan safuufi naamusa lammii irraa dhalattee keessaa hin bahin, tan jaarsaafi fira jaarsallee maqaa isaanii eeydu barbaaddatee fuudha.
Mee isinuu namoota yeroo hedduu social media kana gubbarratti namni beekhu lakkaawaa; hundinuu bultii hin godhatan. Dhiirti jara sanitti hin dhiyaattu. Hanga iyyan iyyaniituma dhumarratti erga yeroon irraa dabarte booda dhokatanii jiraatan malee namni isaanitti dhiyaatu tokkolleen hin jiru.
Atumti amma as jalatti comment kennattu kun odoo Miss X fuudhi siin jeโanii ni didda. Hin fuutu. Sababni ilmaan keetif yaadda. Amala hin taane ilmaan kiyya dhaalchifti jetta, naaf hin ajajamtu jettee shakkita, naamusa hin qabduu social media gubbarraa afaan banaa oolti jetta, nama agarte hunda wajjiin laaqqatti jetta - Walumaagalatti hin fuutu๐ซฃ
Dhiira biraa dhiisaatii, kanumti yeroo nagayaa ishii wajjiin social media kanarraa gubaalaa oolulleen, gaafa fuudha barbaade ta social media gubbarraa hin lallabne laallatee fuudha.
Social media kanarratti namni hundi isin faarsetuma yeroo bultii jaaruu fedhe isin dhiisee deemee ta social media hin fayyadamne fuudha. Please dammaquu qabdan shamarran keenya kan social media kun!
Hubachiisa:- namni soba jeโu yoo jiraate fuutanii/heerumtanii nu agarsiisuu qabdan!
Arif Ahmed
@DrZakirNaikAfaanOromoo