Telegram Web Link
Duniyaan tun ganda gaarii fi nagaya qofaa osoo taatee, gaafa dhalannu booyaa hin dhalannu turre๐Ÿ˜Š
#Duniya
Shahiidni hin du'u โœจ๏ธโœŒ๏ธ
Laffaatii ifii arguun waan guddaadha. Baga laffaatii tee argatte. Kana caalaa fulduratti jabaattee si arguu qabna maraaraa kheenya
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
ุงู„ู„ู‡ ูŠุทูˆู„ ุนู…ุฑ ุงู…ู‡ุงุชู†ุงโค๏ธ
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Godhii nama hundaa deebisuu dandeenya, garuu Godhii fi tola haadhaa gooooonkuma deebisuu hin dandeenyu.

Mommy ุงู„ู„ู‡ ูŠุทูˆู„ ู„ู‰ ุนู…ุฑูƒ โค๏ธ
Warri janajjanu khun wama ja'an hin dhabanii si!?
Ajjeechaan Jumlaa falasxiimota irraa akka dhaabbatuuf Rotterdam, Netherland 'tti hiriira yeroo bahanโœŒ๏ธ

Ziyoonota Israa'el Rabbiin tokkichi irraa haa khafalu๐Ÿคฒ

@JemalSheikhBakri1
Sheekha kiyyaa fi Goota khiyya...!๐Ÿฅฐ
ุงู„ู‚ุฏุณ ุนุงุตู…ุฉ ูู„ุณุทูŠู†
ูˆูู„ุณุทูŠู† ุนุงุตู…ุฉ ู‚ู„ูˆุจู†ุง ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธโœŒ๏ธโ™ฅ๏ธ
Suufiyyaa, Ashaa'iraa, Shii'aa fi Salafiin tokkummaan Namni salaatal janaazaan fageenyaan irratti salaatame Goota kiyya Shahiid Ismaa'il Haniyeh qofaโœŒ๏ธ

#FreePalestineGaza
Akka karoorsitee olitti RABBIIN siif haa tahu
Salawaata buusuudhaan Ajrii haa heddummeeffannuu ๐Ÿ“ฉ

ุงู„ู‡ู… ุงู„ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ุณูŠุฏู†ุง ู…ุญู…ุฏ
@JemalSheikhBakri1
"I 'm going through phases of my life"
Addunyaa tanarratti hanguma namatti miqqanyoomuu irraa if fageessituun gammadda. Gammachuu fi khofli kheenya waan addaa qabaannee osoo hin taane, Carraa gaarii nama hundaa hawwineeti. Fira keenya dhiisii diina keenyattuu hamtuu hin hawwinu๐Ÿ™
Yaad - Rimeewwan walii faallaa armaan gadii kana keessaa kamtu sirrii sitti fakkaata?

(Realist theory)
1ffaa: ilmi namaa uumamaan hamaadha, gara jabeessa, rifannoota hin qabu

(Idealist theory)
2ffaa: ilmi namaa uumamaan gara laafeysa, naasuu qaba, waliif rifata, wal mararfata.

Jireenyuma ilma namaa kanaa wajjiin yeroo dheeraa jiraatte kanarraa waan hubatte hammeenyaafi gaarommina namaa ibsi mee๐Ÿซ 
@JemalSheikhBakri1
Namoota addaan baate, hammeenya isaanii facaasuudhaan dhiirummaan argamtu hin jirtu.

Yeroo gaarii isaanii wajjiin dabarsiteef jecha ulfina isaanii eegi. Ati waan afaan keetii baheen malee, waan afaan isaaniitii baheen hin madaalamtu waan taateef ๐Ÿค๐Ÿซถ
ูˆู„ุง ุชู†ุณูˆ ุงู„ูุถู„ ุจูŠู†ูƒู…
Rule no. 1

Waan nuti beeynurratti yoo nu soban, waan nuti hin beeynerratti ammoo isaan amanuu hin qabnu๐Ÿ‘Œ

แ‰ แˆแŠ“แ‹แ‰€แ‹ แŠแŒˆแˆญ แˆ‹แ‹ญ แˆฒแ‹‹แˆนแŠ• แ‰ แˆ›แŠ“แ‹แ‰€แ‹ แŒ‰แ‹ณแ‹ญ แ‹จแˆšแŠแŒแˆฉแŠ•แŠ•แˆ แˆ‹แˆˆแˆ›แˆ˜แŠ• แŠฅแŠ•แŒˆแ‹ฐแ‹ณแˆˆแŠ•แข
MooniraAbdulmenan
#Rule
2024/09/24 15:26:56
Back to Top
HTML Embed Code: