Eeguman yaadaan if nyaachuu eegalee boodan "ahhaa ellaanuu waa hundi rabbi biraa taate" ja'ee khoflee amrii too rabbitti dhiise
๐
Ustaaz Muaz
๐
Ustaaz Muaz
Waan qabduuf Rabbi galatoomfadhu, waan dhabdeef Rabbii khee abdadhu. #Rabbโ๏ธ
Hulaan takkittiin hoggaa hunda sitti hin cufamne, ta hoggaa hulaa isaa dhaabbatte qeebalamuu kee shakkii hin qabne takkittiin hulaa Rahmaan qofa.
Ilmi namaa arra siif tolu boru sitti hammaata!
Ustz Jafer
Ilmi namaa arra siif tolu boru sitti hammaata!
Ustz Jafer
Sababuman an harka akkatti walitti diree uraa xiqqoo takkaan waa bir'adhe khanaaf jecha amma fayyaalessi gariin Jemal Illuminaantiidha jechuu hin oolan.
Gorsa ajaa'ibaa Khan Ustaaz Hakim waa'ee khanarraa gorse tokko liinkii comentii jalan isiniif khaayaa dhaggeeffadhaa.
Akkanumatti namni harka ol qabeef, yookhaa taargaan makhiinaa isaa keessa 666 argameef jecha แตแตแตแต แตแแณ แตแตแตแต iidha hin ja'inaawoo๐ซ
https://youtu.be/qj7KQYLQLaw?si=L1KvNaeWiRxIX3ZE

Forwarded from ORO-JEN ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ (๐๐๐ ๐จ๐ฆ๐ ๐ฏ ๐น๐น)
Yaa Rabbi ๐ #Haadha Tiyya ๐ฅฐ Yaadaafi Cinqii Isiirraa naaf Dahi ๐ซธ
Isii Gammachuu Tiyyaaf Jette ๐ค Waa meeqa Naaf Goote๐ค San Gammachuu Walirraa hin cinne Kenniif ๐คฒ
Umrii naaf Dheeressi #Yแตแต_แแฉแทแท
Mom๐๐ซถ Tee namni jaallattu โฅ๏ธ tuqadhumee
๐ฅ @oroNej
Isii Gammachuu Tiyyaaf Jette ๐ค Waa meeqa Naaf Goote๐ค San Gammachuu Walirraa hin cinne Kenniif ๐คฒ
Umrii naaf Dheeressi #Yแตแต_แแฉแทแท
Mom๐๐ซถ Tee namni jaallattu โฅ๏ธ tuqadhumee
๐ฅ @oroNej
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
แตแแฝ แฝแแญ แฌแแ แ แแแตแฎ แแฎ
แแปแแ แแแฝแ แญแแญแฐแแ แถแฎ
แแปแแ แแแฝแ แญแแญแฐแแ แถแฎ
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Haadha ilmaan ishii salaata fajriitiif jecha hirriibarraa kaastu takka tan akkana jettun dhaga'e...
ใKa'aa gara salaata fajrii deemaa. Akka namni tokkollee jannata seenuu dhabuudhaan nu jalaa hafu hin barbaannuuใ
Aaah Mom๐ฅฐ
ใKa'aa gara salaata fajrii deemaa. Akka namni tokkollee jannata seenuu dhabuudhaan nu jalaa hafu hin barbaannuuใ
Aaah Mom๐ฅฐ
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Yaa Rabbi Onnee tiyya tasgabbeessi, yaada kiyya walitti naa qabi, Amrii tiyya naa sirreessi, Murtee tee na jaalachiisi, Yaaddoo narraa khaasi๐
#BrokenHeart
#Rabbโ๏ธ
#BrokenHeart
#Rabbโ๏ธ
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Namni laafaan nama jireenya isaa keessatti 'decision maker' tahuu hin dandeenyeedha.
#MurteessiBro๐ค
#MurteessiBro๐ค
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Yeroo garii ni yaaddoyta, yeroo garii ni dallanta, yeroo garii ni sodaatta, yeroo garii Abdii dhabda.
Eeyyen bar kanumaatu jireenya ilma namaatii. Kee qofa sitti hin fakkaatin. Aannan dhagala'eef teessee booyaa oolurra kaatee aannan biraa barbaaddachuu irra hin wayyuu?
Ka'i #StandUp
Eeyyen bar kanumaatu jireenya ilma namaatii. Kee qofa sitti hin fakkaatin. Aannan dhagala'eef teessee booyaa oolurra kaatee aannan biraa barbaaddachuu irra hin wayyuu?
Ka'i #StandUp
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Wlh akka nama humaa quba hin qabnetti cal jettee yoo jiraatte, waan hedduu habatta. Isaan humaa hin beekhuuf si eegan, Iccitiin isaanii guutuun si duratti gad guurama.
Mee cal jedhiitii itti laali waan hedduu adda baafattaa ๐ค
Mee cal jedhiitii itti laali waan hedduu adda baafattaa ๐ค
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
แแแซแ๐
https://www.instagram.com/jemalsheikhbakri?igsh=N3h6aHF3aG5xanRh
Awoo khoottaatii asiin maatii taanaa๐
Awoo khoottaatii asiin maatii taanaa๐
Halkan Jum'aati, Salawaata buusaa, Mindaa Rabbirratti lakkaawwadhaa. Rabbiin kheenya Eegasii Malaaykaanuu Nabii Kheenyarratti salawaata buusan. Maalayyaa anaa fi ati #Kowkolow
ุงููู ุงูุตู ุนูู ู ุญู ุฏ ูุนูู ุขู ู ุญู ุฏ
ุงููู ุงูุตู ุนูู ู ุญู ุฏ ูุนูู ุขู ู ุญู ุฏ
Namoota si duubaa si haasawanirraa wanni das nama ja'u, Si duratti si haasawuu sodaachuu isaaniiti.
#YouAreTheBoss๐
#YouAreTheBoss๐