Telegram Web Link
TeลŸekuler ๐Ÿ™
"Kitaaba jildii isaa dubbiftee, gaariidha yookaa hamaadha hin ja'in" maymaaysa ja'u qaba warri adiin.

#DubbiiSirriiti

"Don't judge the book by its cover"
Addunyaa akkatti if dhaaduu fi if dhaadhessuuf morma dhaabdee hiixattu tana keessatti ati maala akka godhuu qabdu itti yaaduu qabda๐Ÿค”
Waa mara khoo ๐Ÿฅฐ
Nagayaa fi Rahmanni Rabbii kan hangana hin jedhamne sitti haa roobu.

ุงู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ู‰ ุณูŠุฏู†ุง ู…ุญู…ุฏ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dilla University, แ‹จแˆ™แˆƒแŒ…แˆฉแŠ• แˆ˜แˆตแŒ…แ‹ต
Ustaaz Raayyaa Abbaamacca Suuraa Interview boodaati. Vidiyicha daawwannee walitti deebina.

Hundaafuu suuraa kee bareedaa kana Maa Shaa Allah irraa jenne. Nama namoomaa๐Ÿ™
Waan itti cinqattu, waan itti yaaddoytu addaan baafadhu. Yaadaafi quuqamni khee waan hundaaf hin malu.

Islaamummaaf Quuqami, yaaddawi๐Ÿ™
Gurbaan kun Artist akka addunyaatti beekkamaati, akkasumaa wajjiin nama dhalataa Itiyoophiyaati ja'an.

Gurbaan kun Doolaara Miliyoona 2.5 warra ghaazaatiif akka gumaache oduun adda addaa ibsaa turte.

Asirratti wannin dubbachuu barbaade Warri BBC Afaan Oromoo tokko december 28 tti har'a odeeffannoo kana gadi lakkisan.

Odeeffannoon kun ammoo december 2 dura odeeffamaa ture. Garaagarummaa ji'a tokkoo boodaan warri BBC AFaan Oromoo amma gad dhiisu.

Dhuguma hangana mara odeeffannoorraa fagaataniiti moo gaafa ghaazaaf wanni gaariin godhamte harki isaanii barreessuu dadhaba?? ๐Ÿค”

BBC Afaan Oromoo miidiyaa diina keenyaa
Yaa Rabbi ngyaa fi rahmata hangana hij jedhamne Jaalallee keerratti buusi.
ุงู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง
Dhiheenya kana Ahmedin Jebel-แŠ แˆ•แˆ˜แ‹ฒแŠ• แŒ€แ‰ แˆ Waa'ee "Durummaa" irraa deddeebisee dubbachuu jalqabe.

Sanirraa namuu yaada isaa fufurgisuu itti fufuun arge. Anis akkuma namayyuu namoota sagantaa san qajeellotti hordofaa jirurraayi.

Wannin an hubadhe warri Ustaaz Ahmedin akka dogoggore dubbatu baay'een isaanii Warra mata duree qofa dubbise natti fakkaata๐Ÿ˜’

Ustaaza Rabbiin Umrii Nuuf haa dheeressu

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid032PSPbBtTtVjwEmjjR3sD32Ea6k1Ju9Ng8gFkV7Y6mTkeKXdoZ1HjT6LfiNBeNCKnl/?app=fbl
Har'a Jawar Mohammed Kitaaba bara 2023 keessa dubbisaa baherra hanga tokko maxxansee ture.

Ergaa guddaan achi keessatti cunfame yoo jiraatehaa dubbisnuudha. Roorroon gama dubbisuutiin nurratti galte haa irratti duulluudha.

Bara 2024 kitaabota dubbisuu qabnu haa qopheeffannuu, hamma dandeenyu haa shaakalluu.

Dhaloota #Iqraa tahuu hojiin haa mul'isnuu
#ShareThisPost

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid033pYjLet4DQxbFrtbn82PwCP5rES1r5YMek3hTrtifchYc64EFoSVWeKeh3rkfeNNl/?app=fbl
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
It is time to say goodbye for unnecessary things
Torbee kana guutuu viidiyoo tiktok gubbaa Sheekha rogeessa da'awaa, hayyuu fi gooticha Sheekh Khaalid Ar-Raashid Mana hidhaa keessatti aakhirame jettuutu naannawaa ture.

Wanni san hangan hubadhuu je'eetuman itti eegaa ture. Kaleessa madda amanamtuurraa akka Sheekhni kheenyaa fayyaa qabanii fi lubbuun jiran adda baafadheetiin jira.

Oduu sheekkotii jiruun ajjeesanii komentii fi Sad emoji itti heddummeeffatan tahuun bare.

Warri akka kiyyatti bitaa isinitti galaa turte akka hin yaaddoyneefin isiniif maxxanse.

#Share_Waliif_Godhaa
https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid0vYZh8ebs9MVuC53GbHbzSA2BDW3orjskK4bgW64ZdUY5Wj993bEEV9MSJxDKzPUkl/
Wabii jaalalaa fi tasgabbii!

Onnee qulqulluun olummaa fi milkaa'ina khee ganamaa fi galgala hawwitu, osoo dallansiiftellee hammeenya khee arguu tan ishii yaachiftu, gammachuun tee tan ishii gammachiiftu, gaddi khee khan ishii gaddisiiftu deessuu tee, harmee tee, maamii tee malee hin jirtu.

Yaa ilma namaa Onnee takkittii san madeessuurraa if eegi. Warra haadhaa fi Abbaan kheenya Irraa gammadan nu haa godhu ๐Ÿคฒ
ุงู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡ ุนู„ู‰ ู†ุนู…ุฉ ุงู„ุฅุณู„ุงู…
2024/09/23 12:26:35
Back to Top
HTML Embed Code: