Telegram Web Link
More than 11000 thausend is children😥
Innaa lillaahi wa innaa ileyhi Raajiuun. Yaa Rabbi Warra ollaa Nabii (saw) qubaturraa taasisi😥
Yaa Abbaa Tuulee Naamusaa fi Ibaadaa sirra barreen hogguu si yaadanna.
Fakkeenyummaan akkana !!

Zabana dargaggessi akka kiyyaa barnootarraa gara galee maalaa yaعnii fi waanuma isa hin fayyanneen yeroo isaa gubu Shekh Jamaal Baddeysaa AbuuRaafii 'n ammas beekkumsa isaanii irratti beekkumsa dabalatanii fakkeenyummaa hojiin nutti agarsiisan.

Sheekha keenya baga gammaddan 🎉
Fakkeenya gaarii nuuf taatan.
Anis nin barreessa, yeroonis ni barreessiti. Garuu bifti barreeffama kheenyaa wal dhabdi.

Ani qalama gurraachaanin waraqaa adii irratti barreessa garuu Yeroon ammoo Qalama adiin sammuu gurraattii keessatti barreessiti 😥
Jireenya kana itti gammadi. Alhamdulillaah warri jireenyuma kanaahuu hin argatin meeqaantami? 🙏 #Hamdak
🤝
Aalama gubbaa kee si laalee si madaalu keessatti maal godhuu akka qabdu itti yaaduun sirra jiraata👌
Wareegama khafaliitii muuxannoo horadhu, muuxannoon horatte wareegama sii kafalee galma yaadde geessa بإذن الله

#muuxannoo
Gootichi Ghaazaa, Mallattoo cichoomina falasxiin kan ta'e Wael Al Dahdouh Wal'aansaaf jecha Ghaazaa irraa deemee jira.

Haadha manaa isaa, Ilmaan isaa kan dhiiraa lamaafii, kan dubartii tokko Weerartuun Isra'eliin kan duraa wareegaman innis wal'aansatti jiraachuu dhageenya.

Rabbiin gabricha isaa, qabsaawaa gooticha kana haa fayyisu.
لا بأس طهورا إن شا الله

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid032EpdfHttNjrFkjcsf27PQ7An8P22Pbhghro4dFF5zKQM4NDsz89ioLg3YFmtbocsl/?app=fbl
Kufaatiin guddoon kufaatii sammuuti.
Osoo sammuun hin kufne, zaahiraan kufuun hedduu ulfaata.

#AbdiiGodhadhu
#SammuuAmansiisi
Namoota baay'ee lallabaa jiran keessaa sagalee si fayyaddu filattee dhagayuun abshaalummaa keeti.

#Filadhu
" Ani iccitii milkaa'inaatillee beekuu baadhu iccitiin kufaatii nin beeka, sunis nama hunda gammachiisuu hawwuudhaa" je'e ja'an tokko
"Hundi keenyaawuu ni dogoggora. Irra caalaan keenya ammoo nama dogoggora isaa irraa deebi'u"
Goobana dachii (saw)
Namoota hedduutu jabina isaanii sitti himan. Ati garuu jabina kee isaanitti himuu caalaa hojiin agarsiisi
"Rabbiin kiyya anaa wajjiin jira!" Jettee hin yaadduu, maaliif gaddita, maaliif cinqamta. Rabbiin khee siif gayaadha
Ramadaanaaf ji'a tokkootu nuuf hafa.

Rabbiin achiin nu haa eegu
Zabana namni hundi sheekhaa, zabana namni hundi beekhaatti if beekhu kana ati nama haalaa gaarii qabaachuuf tattaaffatu yoo taate Abshaalli akka kheetii hin jiru

#Abshaaloch🙏
2024/09/23 14:29:39
Back to Top
HTML Embed Code: