Telegram Web Link
Qaxaritti torbaanuma tokko kessaatti Namni 585 Islaamummaa fudhachuu Daa'iin Feysal al Haashimiin beeysise.

#كن_داعيا
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Eega Tarkiitii biyyi jabduun Islaamummaa akkaan jaalattu Qaxari. Mootummaan Qaxara Nama Tamim bin Hamad as Saanii jedhamu kana.

Biyyi Qaxar gaafa Faransaan Ergamaa Keenyaarratti (Sallallaahu aleyhi wasallam) maqa balleessii bantus, aantummaa Nabii (saw) keenyaaf qabdu afaanii fi hojiinis agarsiisaa turte.

Ammas Geeba kana gubbatti Waan dansaa hojjachaa jirti. Akka Rabbiin kheeyrii isaan waafaqu du'aa'ii goonaaf.

Nama kana jabinarraan jabina Rabbi haa ida'uuf. Izzaa isaatin biyya mootummaan ishii Amantii akkatti jaalatan tan hunda ol haa fuudhu.
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Xayyaarri lameen argitan kun waan ajaa'ibaa odeessa.

Garee taphattoota geeba addunyaa jarman fe'ee kan dhufe xayyarri harman Alaabaa Warra LGTB+ Waan qabuuf yeroo doha seenu bulchitoonni airline biyya sanii ni dhoorgan.

San booda gara Oomaan if booda deebi'anii achi qubatanii san boodaa Xayyaara alaabaa warra LGBTQ+ hin qabneen gara Qaxar Dohaa deebi'an. Eegasii seenuun isaaniif hayyamame.

Qaxar addunyaa hafuura qabaa jirti.
#AllaahuAkbar
#Share
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Namoonni afuran kunneen harka Dr. Zakir Naik irratti Shahaadaa qabachuun daqiiqaa muraasa dura obbaleeyyan keessan Kan Islaamaa tahaniiru. Maaliin simmattan?!

@DrZakirNaikAfaanOromoo
Waa torb kan Qaxar Geeba addunyaa 2022 irratti Islaamummaatti yaaminsaa fi Kabaja Islaamummaa addunyaatti agarsiisuuf goote.

1ffaa: roga cufa irratti, karaa namni dabruun hundarratti Hadiisa Ergamaa Rabbii Maxxansite.


2ffaa: Farshoon (Alcohol) dhugaatiin nama macheessu kamuu Geeba addunyaa irratti hin gurguramu. Istaadiyoomii Qatar Saddeet keessatti hin gurguramu. FIFA n guyyaa lama dura waan kana beeysise.

3ffaa: Kutaa Hoteelaa, bakka nyaataa bitatanitti 'barcode' n jechoota Islaamummaa wajjiin wal nama barsiisan if keessaa qabdi.

4ffaa: Mu'azzinoota masjiida cufaa warra sagalee babbareedduu qabanitti jijjiiran. Maaykiin yeroo azaanni bahu dhageessisu Istaadiyeemii irratti godhamee jira

5ffaa: Wiirtuun Keessummeessitoota Qaxar Du'aata gara Islaamummaatti nama yaaman 2000 ol magaalattii keessatti qooddee jirti. Addatti Daa'ii addunyaa beekkamaa Dr Zakir Naik Sagantaa guddoo tanaaf afeerraa gooteefi jirti.

6ffaa: Exhibition islaamaa afaan hedduudhaan daawwattootaaf qopheessan.

7ffaa: Iddoon itti salaatamu, Iddoon wuduu'a itti godhamu, Istaadiyoomii keessa bakka hedduutti khurfooytee jirti. Fkkf...!

#AllahuAkbar
Wiliidha Islaamummaan hulaa namayyuu seenuuf teessi

@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Kanneen armaan gaditti argitan kun artistootaa miti, taphattootaa miti. Daa'iwwan biyya adda addaarraa gara Islaamummaatti Nama yaamuuf afeeramaniidha.

#AllaahuAkbar
#Share
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
#QuranRecitation

Yeroo jalqabaatiif Ijoolleen mimmiidheyduun tun FIFA 2022 f Sagantaa guddaa Geeba Addunyaatiif Baniinsa godhuuf Qur'aana Rabbii ol tehee qara'uuf deeman.

#AllaahuAkbar #Share
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Forwarded from Jaalawwan Jemal ❤️
Yaa Rabbii Kheenya Qaxar tiysi, Nageenyaa fi tasgabbii ishii eegiif, Saba ishiitii fi Hooggantoota Ishiitllee tiysi.

Yaa Rabbi Qaxar Amaanaa Sitti Kennine🤲

Ijji addunyaa Qaxar gubbaa jirti. Nuti ammoo hanga dandeenyuun du'aa'ii haa goonuufi.

Ijji namaa muka jiidhaawuu ni goysitii biyya qacalee tana akka budaan hin nyaanne ijji warra lixaa 😅
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Cal'isuun gowwummaa osoo hin taane, tooftaa namootaa wajjiin jiraataniin keessaa tokkoodha.

@Na4Je
“Half virgin” An expression use to describe the single young girl who doesn’t have a sexual relationship with a man but who lives a love relationship with him through net, chat, phone … Virginity doesn’t only mean the virginity of the body but it includes also the virginity of the heart: feelings, emotions. There is only one man who deserves the warm feelings and the passionate love of a Muslimah: her husband… any other man than him is just a source of Fintnah and calamity for her in Dunya Today, in the name of freedom of the woman, the people who claimed to be “civilized” killed the title:“virgin” to replace it by “mistress” or “experienced in love” ! They are calling for “freedom of the woman” by killing everything beautiful in her : her chastity, shyness, purity … dear sister, always be pure and chaste in this time of big fitnah which was described by our beloved Prophet sallaAllahu alaihi wa sallam in this Hadith:” Abu Musa Al-Ash'ari narrated that Prophet Mohammad صلى الله عليه وسلم said: Between the hands of (meaning Close to) the Hour (of Resurrection), there will be Fitan (strifes, trials & tribulations) like segments (or periods) of dark night(…)”(Ibn Maja).

Same goes for the Brothers!

Copied
Barreeffama kana Afaan Oromotti jijjiira natti ergaa nin maxxansaa.
Ergaa guddaa if keessaa qaba. Yeroo baay'ee isinirraa hin fudhatu.

Asiin naaf ergaa
@Na4Je
Dubartoonni hedduun sababa maallaqaatiif jecha jaarsa isaaniin hin mallee fi hin jaalannetti heeru.

Dhiironni hedduu sababa bareedinaatiif jecha jaartii isaaniin hin maalle fuudhan.

Amriin tanaa oliitii suuta jedhii murteessi.
Warri qajeellotti hubachuu barbaaddan kan ingiliffaa san dubbisaa. Obboleessi keenya itti laffa'e ja'eetuman maxxanse malee seeraan hin hiikkamne😚
They raised kalimat 'La ilaha Illallaah...'☝️
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Humnoota dhugaatti duulan malee humnoota dhugaa injifatan takkaa agarree hin dhageenye👌💯

Yeroo mara injifataa ta'uu barbaannaan dhugaa cinaa jiraadhu.
Dhugaa qabna ni moona
@Na4Je
2024/09/25 05:24:25
Back to Top
HTML Embed Code: