Telegram Web Link
They are thinking, but we are not! 😊
Isaan akkasitti yaadaa jiran, nuti garuu akkas miti πŸ˜‰ there is hidden thing that we only know !

Samii fi dachiiπŸ˜†
Dubartoonni social midiyaa gubbaatti beekkamanii like fii maashaa Allaah hedduu gurratan mana keeysatti jaarsaa wajjiin wal tahuun isaanii ni jabaata jatti qorannoon takka takka. Maaliif? Akka warri qorate ja’utti namni tokko hoggaa social midiyaa banee waan takka maxxanse duaaiis osoo taate like fi share ni arga, ni lakkaawa, eenyuu godhee ni beekha. Sun ammoo faaruu waan qabuuf qaama keeysaa keemikaala doppaamin ja’amu akka hedduminaan faca’u godha. Sun ammoo gammachuun akka itti dhagayamtu godha.

Hoggaa akkasitti waggaa hedduu faarfamaa turte jireenya manaa keeysatti faaruu qoftiin hin jirtu ajajaa jira, komii jira, itti gaafatamummaa jira. Waan kanarratti jaarsa maqaa isaan kaasu jibbuu fii namoota isaan faarsu ka social midiyaa san laaluun rakkinni jaarsa bira akka jiru itti fakkaata. Qaalicha caqcaaqqqaa jettee like fii share Rabbi nu hin dhorgin jettee kaate deemti.

Qaalichas akkasuma godha garuu guddinaan dhalaa itti taphata ja’an!

Hanga dandeeyseetti dubartii haalaan like fi share gurguddaa qabdu, tan social midiyaa gubbaa faarsaa oolan irraa fagaachuun nagaya if baasi! jireenyi dhugaa social midiyaa itti fakkaatee waan jiruuf jireenyi bultii itti ulfaata.

Ustaaz Jaafar bayaantu barreesse
Dubbiin armaan olitti maxxante tun dubbii sirriiti. Mana kee keessa tasgabbiin jiraachuu barbaannaan warra akkasii halaalatti dheesse.
Namoota naannawaa kee jiran, namoota sii wajjiin jiran gatii isaanii hamma hin beekinitti ati nama bilchaataa (matured) miti jechuudha

Kabajaa, ulfina namoota sii wajjiin jiraniif osoo hin kannin namoota haarawaan hin barbaadin
@JemalSheikhBakri1
Akka nama takkaa jireenya keetitti hin gammadinitti if gad nayxee hin deemin. Rabbiin addunyaa tanarra si fidee, Islaamummaa si badhaasuu qofaanuu osoo waan hunda si dhoowwatee ati abbaa feete caalta. Islaamummaan badhaas badhaasaa oliiti.

Jireenya Keetitti Gammadi!
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Rabbiin hunda keenyaaf dandeettii addaa nuuf kannee jira. Irra hedduun keenya dandeettiin keenya maali jennee if gaafannee hin beeynu.

Yeroo takka jireenya kee qajeelchitee oofuuf dhaabbadhuutii dandeettiin kiyya maali jedhii if gaafadhu. San booda dandeettii keetirratyi hojjachuuf yaali.

Dandeettiin kee maali?
@JemalSheikhBakri1
Nuti Addunyaanuu Sababa kubbaa bareedina Islaamaa argitee Islaamummaa qeebalaa jiran osoo jennuu Keenya Innaa Kubbaa Laaluu Salaata Irraanfatuun tun hoo akkam akkam?
Sub goal
Main goal
Waan bolotikhaa kana dubbachuulleen nama aarsa. Har'a osuman karaa deemuutin Makiinaa keessatti Sirba 'Dhishtagina' jedhu san dhaga'e.

Qalbiin tiyya qaxap jetteetuma gaafa EBS irratti gurbaan san imimmaan yayaasee 'Duraanaa Caakkaa jinkaatiin dhufee achumattin deebi'a. Dhiifama naaf godhaa' jedhee hiq hiq je'ee booye san na yaadatte.

Gurbaan san gaafas Tokkummaarratti sirbuu isaa qofaaf jecha akkasitti boochisan. Dhiira wanni laaftuun hin boochiftu.

Har'a osoo sirbee namni mukhaan gara isa galchu hin jiru. Garuu gaafa san bakka inni bulu khutan.

Siyaasaa 😎
Arsii Nageellee
'Haati hattuun ilmoo hin amantu' jetti oromoon namoota waan ifii hojjatan nama biraatiin komatan mataan kheeysaan dhawuuf.

Dhuguma namni ifii kijibu hanga feete dhugaa yoo dubbattes sin amanu. Ija dhugaa fi haqaan argu nazzaaraa gurraattii itti kaayyatee jira.

Ija sobaan argan qofa waan qabaniif jecha warri akkasii sun osoo if laaluu qaban.
@JemalSheikhBakri1
Rafuu keenya dura ....

1. Wudu'annee
2. Rak'aa tokkollee tahu witrii salaannee
3. Aayatul kursii Qaraanee
4. Zikrii hirriibaa jennee
5. Warra nutti balleesseef dhiifama goonee
6. Dilii teenyarraa towbaa deebinee
7. Subhiidhaaf Alarm guuttannee

Akkana goonee Silaa Rafnee waa nuttin hafne!

Halkan Gaarii kan Gammachuu kan manaamaan (Abjuun) Ergamaa Keessan keessatti Argitan isniif haa tahu.

Ustaaz Ammaartu barreesse
Hope
From
Allah
☝️☝️☝️
α‹¨αŒαˆ« αŒŽαŠ• α‹¨αˆαˆ†αŠ•αˆαˆ… αˆ°α‹‰ α‰ α‹š α‹˜αˆ˜αŠ• αŠ α‹­αŒˆαŠαˆ πŸ˜”
...To change someone's life...

πŸ’―πŸ‘Œ
αˆαŠ• α‹­α‹°αˆ¨αŒ‹αˆ πŸ˜”
Always stay strong!πŸ’ͺ
Coz you deserve it πŸ’ͺ
Yoomuu Rabbii keetirraa abdii qabaadhu. Milkaa'onni martuu milkaa'uun duratti khaasa Abdiirraa dhugaa turanπŸ’―πŸ’ͺ

#Abdii
@JemalSheikhBakri1
α‹¨α‰£αˆαŠ“ αˆαˆ΅α‰΅ αŒ₯ል α‹ˆα‰°α‰΅ αŠ₯αˆ΅αŠ¨αˆαˆαˆ‹ αŠα‹‰ 🧐
Namaaf tola ooluun gaariidha. Garuu namarraa galata barbaaduun gaarii miti. Hojii hojjannu cufa keessatti fuula Rabbii barbaaduun karaa milkiiti.

#Ω„ΩˆΨ¬Ω‡_Ψ§Ω„Ω„Ω‡
@JemalSheikhBakri1
αŠαˆαˆ™ α‰ αŠ αŒˆαˆ«α‰½αŠ• αˆ΅αˆ‹αˆˆα‹ α‹¨αŒΈαˆαŠα‹Žα‰½ αŠ₯αŠ“ αˆ₯ነ αŒ½αˆ‘α αˆ•α‹­α‹ˆα‰΅ α‹¨αˆšα‹³αˆ΅αˆ΅ αŠα‹α’ α‰ αŠ₯ርግαŒ₯ αˆ₯ነ αŒ½αˆ‘ααŠ• α‹¨αˆα‰΅α‹ˆα‹± αˆ°α‹Žα‰½ α‹­αˆ… ፊልም α‰₯α‹™ α‹«αˆ΅α‰°αˆαˆ«α‰½αŠ‹αˆα’ αŠαˆαˆαŠ• α‹¨αˆ›α‹­α‹ˆα‹± αŠ₯αŠ“ α‰ αˆ›α‹­αˆ˜αˆˆαŠ¨α‰·α‰Έα‹ αˆ°α‹Žα‰½ α‰£α‰΅αˆ˜αˆˆαŠ¨α‰±α‰΅ αŒ₯ሩ αŠα‰ αˆ­ ነገር αŒαŠ• αŠαˆαˆ™αŠ• α‰€α‹°αˆ α‰₯αˆˆα‹ α‹¨αˆαˆ˜αˆˆαŠ¨α‰±α‰΅ α‹ˆα‹°α‹šαˆ… ፊልም αŠ₯αŒ‹α‰₯α‹›α‰Ώαˆˆα‹‰αŠα’ α‰ αŠ αŒˆαˆ«α‰½αŠ• α‹«αˆ‰ የα‰₯α‹™ αŠ α‹³α‹²αˆ΅ α‹°αˆ«αˆ²α‹«αŠ• αˆ•α‹­α‹ˆα‰΅ ልክ αŠ₯αŠ•α‹° αŠαˆαˆ™ αŒΈαˆαŠα‹‰ αŠα‹α’ αˆα‰€αŠ• αˆ°α‰ αˆ¨α£ αŠ αˆ΅α‹°αŠαŒˆαŒ αŠα£ α‰₯α‹™α‹Žα‰½ α‹¨αˆα‹«αˆ΅α‰°αˆαˆ­ αŠα‹‰

α‰₯ቻ αŠαˆαˆ™αŠ• α‰ αŒ£αˆ α‹ˆα‹°α‹΅αŠ©α‰΅, αŠ₯αŠ•α‹΅α‰³α‹α‰αˆαŠ α‹¨αˆαˆαˆαŒˆα‹‰ αŠαˆαˆ™ αŠ₯αˆαŠα‰΅ αŠ•αŠ­ α‹ˆα‹­ αŠ₯αˆ΅αˆαˆαŠ“αŠ• αˆ˜αˆ°αˆ¨α‰΅ αŠ α‹΅αˆ­αŒŽ α‹¨α‰°α‹˜αŒ‹αŒ€ αŠ α‹­α‹°αˆˆαˆ

αˆ΅αˆˆα‹š αˆ₯ነ αŒ½αˆ‘α α‹ˆα‹³α‹Άα‰½ α‰₯ቻ α‰₯α‰΅αˆ˜αˆˆαŠ¨α‰±α‰΅ αŠ₯αˆ˜αŠ­αˆ«α‰Ώα‹‹αˆˆα‹‰
2024/09/25 07:23:01
Back to Top
HTML Embed Code: