Telegram Web Link
Imaamu ‘Abdur Rahmaan as-Sa’dii (rahimahullah) akkana jedhe:

Karaalee dhiphinaafi yaaddoo ( Mukuu) irraa nama baraaran keessaa kan baay’ee faayidaa qabu, Rabbirraa malee galata ykn beekamtii gosa kamiyyuu gonkumaa akka hin barbaanne amala godhachuudha

[al-Wasaa’il al-Mufeedah lil Hayaat as-Sa’iidaa, 47, Imaamu ‘Abdur Rahmaan as sa'adi (Rahimahullaah)]
@JemalSheikhBakri1
Favourite 🥰👌
📖💯🙏
《Kutaa lammaffaa》

@JemalSheikhBakri1
Mana hidhaa keessatti Qur'aana naaf fidaa jedheetin isaan gaafadhe. Naaf fiduu didan. Akkan an Qur'aana Qomaa qabu beekuu dhabuu isaaniiti. Ani Qur'aana ijaan ilaaluu fi harkaan qaqqabachuu yaadeeti malee Qaraatii yoo taate qomaayin qaba.

《Muhammad Mursi》
@JemalSheikhBakri1
Barii akkaan bareedaa qabaadhaa😇
@JemalSheikhBakri1
🤞👌
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Sababa Ati yeroo takka Nabii keetirratti Salawaata buufteef, Rabbiin kee yeroo kudhan sirratti buusa.

Allahumma Salli Wasallim aleyhi
الهم الصل وسلم عليه

Namni qorqodaan nama Hoggaa Maqaa Nabiyyii Dhaga'e Salawaata osoo hin buusne dhiisu🙊

الهم الصل وسلم عليه
@JemalSheikhBakri1
See the defference 🤞
O Allah forgive me, and my family, and all muslim around the world🤲
Ganamni keessan haa bareedu ahbaabii
Legend's wife. I appreciate every moments of her
The reality 👌
عائلة با با أردوغان!
نحن نأتي بعمل جديد يتعلق بالرئيس أردوغان إن شاء الله
While you read...!
Amazing moment
Footoon jalqabaa nama ganama lilmoo qoricha kaansarii eeggatu.
Footoon lammaffaa: nama ganda isaa boombii xayyaaraa itti roobaa ganama qeebalu.
Footoon sadaffaa: namoota beelaaf waan nyaatu hin qabne mana duwwaa fii harka duwwaa akkasuma garaa beelaa bariituufi.
Footoon afraffaa: nama kalee isaa akka hojjattuuf dhiquuf ganamatti seenu.

Hoggaa ilmaan namaa rakkinarraa waan keeysa jiran laalte hadiisa Nabii laaltee ajaaibda! Ergamaa Rabbii sallallaahu aleeyhi wasallam “isinirraa namni maatii isaa fii qaama isaatiin osoo nagaya qabuu ganamatti seene, kan qallaba guyyaa sanii haala qabuun bariiteef akka nama adunyaa guutuun walitti isaaf qabamteeti” ja’an.

Ustaaz Jaafer Beyaantu barreesse
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Whats going on dude?😊
Wallaahi haqiiqaan jiruu tanaa dhawaatumaan namaaf mul'atti. Addunyaan tun hoosa. Ishiin ittumaan dhaadatuu fi Wal dorgomuufi.

Yaa Rabbi fitinaa duniyaa irraa sittin maganfadha
"Addunyaan tun Allaaha biratti hanga goflaa bookhee hin madaaltu yookaa hin mazzantu" ashrafal khalqiitu jedhe.

Sallallaahu aleyhi wasallam
Sheek Abdul Aziiz Al-Taarifii

"Kitaabni osoo maqaa barreessaa malee maxxanfamee, maqaa kiyya maleen maxxansa ture" jedhu

Rabbiin hojii teenya keessa ikhlaasa nuuf haa kaayu. Hojiin yoo ikhlaasa hin qabaanne daaraa bubbeen fuute taati. Subhaanallah! Yaa Rabb
Biyya tanarraa fagaatuun yookaa biyyaa bahuun waa waan laaftuu miti. Rabbiin warra biyyaa bahe hunda bakkuma jiranitti isaanitti haa tolchu.

Warra biyyaa bahaa jirus Rabbiin ngyn biyya isaan deemuu fadhan haa geessu🤲

Duعaaع👌
2024/09/25 17:25:40
Back to Top
HTML Embed Code: