Telegram Web Link
وصيتنا
👋👋
⏰️⌨️🎞📲
Godhii yookaa tola nama hundaa khafaluun ni danda'ama godhii Haadhaa malee.

Yoo haga feete khaddamte godhii haadhaatti qixxeessuu yookaa tola ishii ifirraa khafaluu hin dandeessu💖

LuvUMom🤍💯
MissUMom💛💯
Waan ati dhabde ta namni qabu eeydee mataa if hin dhukkubsin. Waan ifiifuu qabduu fi ta dhabde wal madaalchisii galateeffadhu. Osoo lakkooytee ta dhabderra ta qabduutu hedduudha.
Hin Yaaddawin ♡

Yaaddoo fi dhiphinni kee qofaa miti. Yaaddoo fi dhiphinni kee akka sirratti wal horu hin hayyaminiif. Waan gochuu dandeessu raawwadhu, tan dadhabde guyyaatu dhufaafi eeggadhu.

You are blessed😇
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Sababa Ati yeroo takka Nabii keetirratti Salawaata buufteef, Rabbiin kee yeroo kudhan sirratti buusa.

Allahumma Salli Wasallim aleyhi
الهم الصل وسلم عليه

Namni qorqodaan nama Hoggaa Maqaa Nabiyyii Dhaga'e Salawaata osoo hin buusne dhiisu🙊

الهم الصل وسلم عليه
@JemalSheikhBakri1
Abboottiin Keenya akki waliin ja'an. "Akhii akkam nagayaa? Alaa manaan, Namaa sa'aan, Maatii waatiin, Aalii firaan ? Waliin ja'anii hanga gaditti waliin haasawan.

Nuti ammoo "Saahiba kiyya akkami, nagayaa? Alhamdulillaa!" Fixanne.
Haasawuu hin beeynu. Waliin dubbii gadi fageenyaa hin qabnu.

Kuni waan technology iin nu goote keessaahi. Namni social midiyaa irratti sababa wal quba qabuuf akka walirraa ture osoo hin hubatin waliin dubbiin daftee jalaa dhumti.

Maganee magan! Je'e sheekh Mahammad Rashaad Rabbi haa rahmatuufi.
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Irra Caalaan Keessan nama Qur'aana Baratee Barsiise jedhan Nabiyyiin aalamaa (Saw)!

Qur'aana Haa Jabeeysinuu
@JemalSheikhBakri1
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Haala kamiin Salaatuu dhiifna, Gaafa dhaabbachuu dadhabne,teenyee salaatuu, Gaafa teenyee dadhabne, Ciisnee salaatuu, Gaafa Ciisnee dadhabne yaadaan salaatutti ajajamnee bar!

صلاتى قرة عينى!
@JemalSheikhBakri1
وتظن إنك حرمت
والحقيقة إنك رحمت 😇

حمد لك يا من تعرف مكتوب كلنا 🙏
@JemalSheikhBakri1
Dhiironni dirree lolaa bareechan, garuu dubartoonnni addunyaa guutuu bareechan.

Jecha Turkootaa
Warreen waan hawwan argatan nu godhi Yaa Rabbi🤲
Nama dallansiisuun salphaadha. Garuu nama gammachiisuun Abshaalummaa gaafata.
Hiriyaan keenya kan yeroo takkallee addaan hin baane. Kan jaalalloota keenya caalaa saahibummaa nuu wajjiin qabu. Kan irraa fagaanna, addaan baana osoo jenneenillee nuuf hin hayyamne, Kan hogguu numaa wajji jiru QADARA.

Wanni Qadaratti dabarte if duuba hin deebitu. Wanni Rabbiin siif katabe sin dabartu. Ta Rabbiin siif hin katabin hanga feete sitti dhihaattu qooda kee hin taatu.

Qadara itti amanuu qabna. Fudhachuu qabna. Waan qadarri keenya nutti fidetti aaruu hin qabnu. Qadarri keenya hogguu hiriyaa keenya.

Sababa qadara keenyatti amanneef jecha namoota biraa waqasuufi komachuu jalaa akka baanu nin amana.
Waan amma Social Media gubbatti deemaa jiru kun Waan na barsiise keessaa muraasa.


1ffaa: Dubartiin Social media yeroo fayyadamtu karaa garaagaraatiin dhiira jaarsa/jaallallee isii malee nama biraatii waajjiin walitti dhufeenya uumuuf carraa guddaa akka qabdu.

Suuraa ishiitiin, Sagalee ishiitiin, Vidiyoo ishiitiin dhiira baay'ee akka mokkortuufi dhiironni keessan dhaqanii akka isii wajjiin wal baran. Sanirraa ka'ee wantoonni hedduun uumama.

Jaarsi jecha namoonni isatti himanii fi hamii namni waa'ee jaalallee isaa isatti himu akkasuma osoo ijaan argeewuu obsaa fi tasgabbiin Yeroo sanitti akka murtii hamaa hin murteessineef isa gargaara.

Jaartiin amala Jaalallee isaa daftee hubattee yoo inni nama hinaafu ta'e Waan inni itti hinaafu hunda irraa fagaachuu akka qabdu.

Namoonni iccitii maatii keetii jechuun iccitii jaarsa keetii yookaa iccitii jaartii teetii akka itti himtu yoo hanga fedhan si rakkisanillee akka itti hin himne. Sababnis akkuma argine sanitti erga Miciyoon duuteehillee sagalee ishiitiin #Live seenan. Yoo dandeesse Rakkoo tee family teeysan qofti haa isiniif fixxuu.

Yaaboo Rabbumti rakkoo akka jara mudattee sanirraa nu haa baraaru. Isiidhas itti haa araaramu.
Namtichi dhalootaan warra yamanii ta'e kun Guyyaa kaleessaa jechuun Isniina kana Namtittii Queen Elizabeth II sanirraa Umraa godhuu Miidiyaa hawaasaa irratti vidiyoo gad dhiise.

Innis Barreeffama "Ruuhii Elizabeth iif jechan Umraa godha. Rabbii jannata keessatti warreen gaggaarii wajjiin isii haa godhu" jedhu qabatee viidiyoo ol baase.

Sanuma hordofuun poolisiin Saudi Arabia Seera Umraa cabse jechuudhaan hidhan.

Amma namni kun dhugumaan yoo muslima ta'e hedduu nama dhiba. Muslimoonni hangana mara bahara walllaalummaatiin liqinfaman jechuudhaa? Ani garuu Muslima jedhee fudhachuun natti ulfaate.
@JemalSheikhBakri1
Bultii ln facebookaan jaaramte facebookumaan diigamti Ahbaab!
Namni ka lafa jiruuwuu guutee ka facebookaa hin barbaadinaa dhiira tiyya😊
Likkii ol nama jaalachuunis rakkoo akka jara mudattee san uumuu dandeessi. Namni osoo likkumatti wal jaalatee gaariidha.

Jaalalti hisaabaa ol dabarte if ajjeesuu, jaartii ajjeesuu, jaartiin jaarsa ajjeesuu waan akkas akkasii Rabbitti irraa maganfannaatii nama keessatti uumuu dandeessi.
Lola keessatti injifatamuun kee hin oolle keessatti ustee if darbuun gootummaa osoo hin taane wallaalummaadha.

Baba Oruc
2024/09/25 19:28:25
Back to Top
HTML Embed Code: