Telegram Web Link
Beautiful bookshelve!

O book lover ❣️
Have like zis💯🤞
Ilaahii yaa mowlaa walakkeeysa halkanii keessa gara samii ijaan ol ilaalaa, Qilleensa hafuura ilma namaa irraa bilisa tahe habbuuqqachaa, uumama ati samiin bareechite kana daawwachaa, Halkan Jum'aatiin Habiibii Kiyya nagayaa fi rahmanni Rabbii irra haa jiraatuu salawaataan yaadachaa Kadhaa bareedduun si kadhadhe san naaf qeebali siin jechaa Waaw jireenyi osoo akkanuma tehee nama hawwisiisa.

Abdii namatti godhee nama onnachiisa. Rabbii kiyya kadhaa tiyyaa fi tan muslimtoota cufaatuu nuuf qeebali 🤲

@JemalSheikhBakri1
😭😥
Only for book lover❣️
Yaa Mowlaa arraata keenya tolchi. Haalaaf amala gaariin hawaasa keessa jirruu fi namoota nutti dhihoo fi maatii keenyaa wajjiin jiraachuu nuuf fadhi🤲
@JemalSheikhBakri1
Ija qabaachuu baattee yoo addunyaa tana arguu dhabde, Miila ittiin bakka feete deemuu dandeessuu qabaachuu dhabaaf yoo bakkuma takka oolte. Dhukkubni sitti jabaatee Siree dhibee irraa yoo ol jechuu dadhabde.

Obsa dhabdee Rabbii keetitti hin dallanin. #Alhamdulillaah je'i. Ee galanni siif haa gahu je'iin.

#Alhamdulillaah!
@JemalSheikhBakri1
Galgalli keessan haa bareedu ❣️💯
@JemalSheikhBakri1
تبا لأصحاب المصالح 😥🤞
اللهم ب "صديق حميم"
@Na4Je2
This one is نعمة
@Na4Je2
Balbala kheeyrii Rabbiin nuuf haa banu. Balbala Sharrii cufa Rabbiin nurraa haa cufu 🤲

@JemalSheikhBakri1
Nama beekkamtiif hin jaalatin, nama beekumsaaf hin jaalatin. Nama haalaaf amala gaariif jaaladhu 👌
#Hin_Sheenoytu
@JemalSheikhBakri1
See the difference
Hayyuu namaa ta'i...

Jecha keetiin nama dallansiisuu fi nama gammachiisuuf filannoon siif kennamee jira.

Ani yeroo hunda jecha keenyaan hanga danda'ametti nama gammachiisuuf yoo itti fayyadamne gaariidhaan ja'a.

Yaa Rabbi jecha keenyaan hogguu nama gammachiisuu nuuf laaffisi🤲
@JemalSheikhBakri1
Diin (Islaamummaan) waan duniyaa hojjachuu irraa si fageessuu miti (ابتعاد)، waan akka Rabbii tokkicha gabbartuuf (عباده) si ajaju malee.

@JemalSheikhBakri1
❝Dhiirri yeroo galu mana duwwaatti galu kan haadha manaa hin qabne jireenya ulfaataa jiraata, yoo manni isaa qarshii fi gammachuun kan guutame ta'ellee .❞

— Sheekh al-Fawzaan (Hafizahullah) .
○ [al-Ittihaaf, (Fuula: 857)].

Furmaanni tokkichi👨‍❤️‍💋‍👨 bultii jaaruudha🥰

@JemalSheikhBakri1
ولا اخجل يا صديقى🙃
قوة الحقيقى! من اقوال سوقراط
ولا نعرفه🥰
2024/09/25 19:29:25
Back to Top
HTML Embed Code: