Telegram Web Link
Dear me: be patient
Yaa Rabbii ...!

Lubbuu tiyya gammachiisuuf jecha, if bohaarsuuf jecha qalbii namaa cabsuun sodaadha.

Isaan gammachiisuullee yoo dadhabe, qalbii isaan cabsuuf sababa ta'uurraa na fageessi, jalaa nabaasi🤲 @Hakaan1
Yaa ilaahii ...!

Irkoon kiyya suma ☝️
حسبي الله
K9 Wireless microphone (new )(hariya)

Interview video youtube video tiktok... sagalee bareedan kha warabuu

Price kha microphone 1 #qarshii 1800
Kha microphone 2 qabuu #qarshii 2300

Murasaa qoftii waan jiruuf isiin hin dabriin nu qunnamuuf 👇👇👇

@magala31

Or

0931015006


Chanel kenya join godhuuf 👇👇
@magalasecondhand
@magalasecondhand
Somewhere in library
Jireenyi hoggu takka gammachuu, hoggu takka imimmaan haqachuu. Hoggu takka siif tola, hoggu takka siin lola.

Tooftaa ejjannoo jabaa qabaachuutiin qajeelfachuu yoo dandeesse dhugumatti ati qaroodha @Hakaan1
Haga miilli kiyya na hollatutti osoon siif jecha carraaqee haqa khee guutuu hin danda'u Maamaa tiyya 🤍

Umrii dheertuu, fayyaa gaarii naaf qabaadhu bakka jirtutti. Ilma ittii mataa ol qabattu Rabbiin akka na taasisu Abdiin qaba @Hakaan1
Namni bilchaataan namarraa haloo bahachuuf yeroo if duraa gubuu caalaa if ijaaruuf yerootti fayyadamuu filata✌️

Ka dhiiga si obaase aannan obaasi
@Hakaan
Gaafa Dargaggeessaa sani ture 😅
Zamana Masaafintii 🧐🤍 @Hakaan
Amaloota barreessitootaa jedhamanii kan dubbataman

Areeda hin muratan, hin filatan. Yoo danda'ame rifeensas baay'ee magarsan, cirachuu hin jaalatan. Kalooytaa fi Scarfii ifirraa lafa hin kaayan

Akka feeteedha. Aadaa fi duudhaa naannoo isaanii jiran baay'inaan hin hordofan. Waanuma sammuun isaanii yaadde hojjatan.

Yoo namaa wajjiin mormii jalqaban hanga harka nama kannisiisanii hin cal'isan, Waan namni isaanitti himu nama hin dhagayan.

Qulqullina qaamaa fi Uffataa irra hin kaayatan. Qulqullinni sirriidhaa kan sammuuti jechuutti waan amananiif.

Addunyaa tanarraa dantaa hin qaban. Dhugaa namatti mul'isuuf dhagaa hin kaafne hin qaban.

Halkan hin rafan, osuma barreessanii qaaxiraa bulan, jimaa ta'uu wantoota nama mirqaaansan baay'inaan fayyadaman.

Yeroo argatan arjaadha. Qorqodaa fi hiraar hin qaban. Jireenya kana akka boru irraa yaa'anitti laalan fkkf tantu jedhama. @Hakaan

Garuu barreessitoonni marti akkasi jechuun ni ulfaata
Forwarded from Naik
Enkuan weda @magalasecondhand ba slm metacu❤️

Yamensetacaw agelgelotoc
  *orginal adadis ekawoc ena used ekawoc
  *yateleyayu ekawocen lamagzatem hona lameshat kafelegacum
        

#Baga nagayan khara page  @magalasecondhand nagayan dhuftan

Tajaajillii nutii isiiniif khanninuu

*meshaa barbaddaan nu biraa arkattuu hariyaa fi ta harkhaa namatiis (second hand)

*akkasuma meshaa nama gurguruu fii beeysisachuu fadhuus ni beysisnaf hariyaa tahuu ta ittii fayyadame tahuus

Contact @magala31
or selk kuter.      0931015006
Nu qunnamuuf 👉 @magala31
Or silkii tenya 👉0931015006


Weda chanelacin join lamareg 👇
Khara chanel kenya join godhuuf👇

@magalasecondhand
@Magalasecondhand
Dorgomaa UFC kan ta'e Kevin Lee 'n Lammii Ameerikaa yoo ta'u Amantaa Islaamaa qeebaluun Obboleessa keenya ta'ee jira. Maa Shaa Allah Rabbiin sabaata haa kannuuf. #ShareThisPost
"Real joy comes not from ease or riches or from the praise of men but from doing something worthwhile."
•••••••••••••
“Time is always moving on; nothing can stop it. We can’t change the past, but we can learn from it to shape the future. Let’s work together to create a happier future.”
•••••••••••••
Don't make the mistake of telling people too much about your plans.
Let the results do the talking. Resist the cheap dopamine you get when you talk big.
Instead, take action. Be one of the few who actually do the work. You'll go a long way in life.

Copied
Ganama gaarii qabaadhaa❣️✌️ @Hakaan1
Abbaa fi ilmaan 🤍

Maa Shaa Allah
Qaarii beekkamaa kan ta'e Abbaa Sagalee bareedaa Sheekh Maahir Al ma'qiliin Afrikaa Kibbaa Seenee Jira. Maa Shaa Allah! Sagalee Qur'aanaa Maahir irratti qara'u gaafa dur Qur'aana Haffaznu Yaalaa turre nama akkaan jaaladhu keessaa tokko! Rabbiin haa tiysu 🤲
2024/09/24 23:20:10
Back to Top
HTML Embed Code: