Darasaa Sheekha keenya sheekh Zabuuri. Akka gama biyya irraa hafiinsi hin jirre aakhiratti godaane yeroon dhagayu nin gadde.
Anilleen naman beeku natti fakkaata. Darasaan sheekha keenyaa obboleeyyanuma keenya. Garuu nama beeytuun duuti hin toltu ja'an sanumaafin je'e.
Innaa Lillaah wa innaa ileyhi raaji'uun.
@Hakaan1

Abbaa fi duree Og-barruu, Aartii Islaamaa, Goota fi wareegamaa Shahiida Keenya Sayyid Quxb, Rabbiin Rahmata haa godhuuf.
Ifni fuula isaa laffaatii fi ta'aba inni Islaamummaaf ta'abe, yaalii inni Islaamummaa addunyaaf ibsuuf yaale natti agarsiisa.
Qubsuma Kee Rabbiin Jannata haa godhu. Kana caalaa dubbachuun barbaadu. @Hakaan1

Qur'aana Qara'uu fi Salaata Shanan Jam'aan Salaatuu Rabbiin nuuf haa laaffisu ๐คฒ @Hakaan1
Kan sii wajjiin deemu hundi saahiba keetii miti. Kan sirraa fagaate hundi xilaata keetii miti. Yeroo garii แแแฎแฝ แญแแแฃแ แฃแ @Hakaan1
Mowlaan keenya nama haasawa qofa odeessaa oolu osoo hin taane nama hojiin nama agarsiisuu beeku nu haa taasisu!
Jabinni dhugaa oduun nama amansiisuu osoo hin taane hojiin nama amansiisuudha. @Hakaan1

Bara wanni niyyanne keessatti nuuf guutamu Rabbiin nuuf haa godhu. Hamtuu bara kana keessa dhuftu cufa jalaa najaa nu haa baasu.
Kheeyriirratti Umrii nu haa dheeressu.
Bara 2023 gahuuf sa'aatii 2:30 hafe. Du'aa'iin jalqabuun gaariidha jechumaafi ๐ @Hakaan1

Xiqqoo qabnurratti yoo galateeffanne guddoo Rabbi biraa taateetu nuuf dhufa. Tan qabnurratti yoo alaan'allee if nyaanne, Gammachuun nu jalaa lufa. #Alhamdulillaah haa jennuu๐
@Hakaan1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@Hakaan1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Fuula da'waa ๐
Sheikh Amin Ibro
Ustaaz Hakim Hassen
Maa Shaa Allah aleykum ๐ฅฐ
Photo Credit: Gaaddisa Islaamaa
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Sheikh Amin Ibro
Ustaaz Hakim Hassen
Maa Shaa Allah aleykum ๐ฅฐ
Photo Credit: Gaaddisa Islaamaa
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Adada bubbultuun waan bubbule argita. Mokkoraa fi hokkora si mudatu hunda wahuma irraa barta.
Nama gaarii malee hamtuu irraa dhabde, waan namni siif himu hin dhaggeeffatin
Waan dubbattee sheenoytuutu jira malee wanni usteef (cal'isteef) sheenoytu hin jirtuu beeki
Jireenyi kun wama akhii tokko!
Nama garii karaarratti argita, ka namni Qarshii, qarshii itti darbatu. San booda sanuma walitti qabee maatii isaatiin bulfatu.
Nama gariis ni garta waan maatii isaatiin taliguu ol kiishaa fi accountii irraa qaba. Garuu miira gammachuu fi tasgabbii irraa hin gartu.
Yeroo garii bakka nama biraa if kaayanii ilaaluun gaariidha. Kophee nama biraa keessatti if madaaluun dansaadha.
Inni waan ifii fi maatii isaatiin taligu qabu sun osoo bakka warra harka nama jala qabatuu san dhufee hoo? Jedhee if gaafachuu qaba.
Goolabbiin dubbii tiyyaa waanuma harkaa qabanii gammaduutu barbaachisaadha. Rabbiin warra waan harkaa qabuun gammadu nu haa taasisu๐คฒ

Gara biyya Kibbaa kanatti waan adda addaatu jira. Namni as jiraatu waan hedduurraa waan hedduu bara.
Biyya tanatti warri biyyaa status gadi bu'aa qaban. Saniif maatiin baay'ee rakkoo jireenyaatiif saaxilamanii argita.
Warri muslima hin taane kan sadaqaa khadhatu yeroo garii masjiida cinaa dhufanii yeroo แตแ แ แแ ! jedhan argita.
Isaan gaafa bakka biraatti kadhatan แตแ แแชแจแ, แตแ แฅแแแซแกแแญ fi kkf jedhanii waan khadhataniif muslimnis bifa kanaan garaa nuuf laafa ja'anii khadhatan natti fakkaata.
Ergaan kiyya Ummata akkasii kanallee bira kutuurra niyyaa gaariin irra buufachuun gara bal'ina Islaamummaan nu barsiiste isaanitti agarsiisuu qabna.