Telegram Web Link
Hanga lafa duniyaa irra jiraattutti gufuun si gufachiistu ni dhabamti jettee akka hin yaannen siif dhaama.

Atis hanga lubbuun si keessa jirtutti gufuulee duyda lafaarra jiran takkaaf harka hin kannin.

Rabbiin si cinaa Haa jiraatu!๐Ÿคฒ
...ู…ู† ูƒู„ ุงุญู„ุงู…ูƒโฃ๏ธ
" แ‹จแ‰ แˆฐแ‰ แˆฐ แˆฐแ‹‰ แ‹šแŠ“แ‰ฅแŠ• แŠ แ‹ญแˆแˆซแˆ "
Tahanii argamuun hedduu ulfaataadha. Fakkeessuuf oriyuun garuu hedduu salphaadha. Zamana keenya kana namoonni irra baay'een fakkeessanii argaman malee ta'anii argamuu hin danda'an.

Waan ta'uu barbaaddu ta'i malee hin fakkeessin. Fakkeessitoonni dhandhama abjuu isaanii osoo hin dhandhamin addunyaarraa godaanan.

#Abjuu_Kee_Jiraadhu
@Hakaan1
โ˜† Yaa Mowlaa Kiyya โ˜†

Kabajaa natti gootee galanni siif haa gayu, Badii tiyya naaf dhoysitee galanni siif haa gayu, Na razzayxee galanni siif haa gayu, Fayyaa naaf kannitee galanni siif haa gayu.

โ˜† ูˆู„ูƒ ุงู„ุญู…ุฏ ุนู„ู‰ ุงู„ูƒู„ โ˜† #Alhamdulillah

@Hakaan1
Ilmi namaa nyaataa fi dhugaatii qofaanii miti kan bareeduu danda'u. Ilmi namaa Uffataa fi Afata qofaanii miti kan bareeduu danda'u.

Ilmi namaa yoo Abdii qabaate bareeda. Abdii qabaachuutuu nama guutuu nama taasisa.

Waan abdii si kutachiisu duratti ifirraa kuti. #Abdii

@Hakaan1
Gammachuun ati nama biraatiif kannitu deebitee atummaan akka gammachuu qabaattu si taasisa.

Gammaduuf gammachiisi
@Hakaan1
Jiddu galeessatti tahuun gaariidha. Jiddu galeessa tahuun Dogoggorarraahis nama eewalti.

Rabbiin Ummata Mohammadiin(Saw) hoggaa haasawu "Ummata Jiddu galeessa isin goone" jedhaan. Yaa Ibaadallaah Jiddu galeessummaa filadhaa.

@Hakaan1
แ‰ขแˆ†แŠ•แˆ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ แ‰ฃแ‹ญแˆ†แŠ•แˆ แŠ แ‹ญแˆ†แŠ•แˆแฃ แ‰ขแˆ›แˆญ แˆผแŠญ แŠแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚ แˆฐแ‹ แˆ˜แˆ‹แŠญ แŠ แ‹ญแˆ†แŠ•แˆแกแก
Rabbiin Hulaaa Kheeyrii isiniif haa banu, Hulaa sharrii fi Hamtuu duniyaa fi Aakhirattillee isinirraa haa cufu.

@Hakaan1
Friendship @Hakaan1
"แŠจแˆ˜แˆจแ‰… แŠ แˆญแŒ‰แˆแŠ แŠจแˆตแŒ‹แ‹‰ แ†แˆ˜แŠ› แŠแŠ" แŠฃแˆˆ แˆฐแ‹แ‹ฌแ‹‰
Qaama ilma namaa keessa foon xiqqashoo takkaatu jira. Foon xiqqashoon sun yoo tolte qaamni ilma namaa guutuun ni tola.

Foon xiqqashoon sun yoo badde qaamni ilma namaa guutuun ni bada. Foon xiqqashoon sun Onneedha.

Rabbiin qalbii teenya nuuf haa qulqulleessu ๐Ÿคฒโ˜๏ธ @Hakaan1
Rakkoon si jabaattee yeroo ardiin sitti dhiphattu, Yaaddoodhaan godaantee Sammuun yeroo siin martu, Fiixee gaaraa gubbaa yeroo lafa dhooytu, Obboleessa gaarii, dahoo hamtuu fi sharrii, kan si bira dhaabbatee si gorsu, si cimsu, si tirsu qabaachuu dhabuurra wanti nama laalessu hin jiru

#Akhii #Obbleessoo #Brother @Hakaan1
Dr Zakir Naik fi ุงู„ุดูŠุฎ ู…ุญู…ูˆุฏ ุงู„ุญุณู†ุงุช
Suuraalee babbareedduu tana laalaa Maa Shaa Allah!

Dhiira jajjabduu roga adda addaatiin aalama islaamaa fayyadaa jiran lameen bakka takkatti Rabbiin Umrii dheertuu fayyaa gaarii haa kannuuf ๐Ÿคฒ

@Hakaan1
Halaala teenyee si dheebonna. Gaafa yaada khee wayyeessuuf si bira dhufne if duratti si argaa si dheebonna.

Bosona wallaalummaa nama hedduurraa mancaastee, Khoota ilmii fi beekumsaa nama meeqaaf uwwistee, Onnee nuti ilmaan kheetii dhiisii namoota halaalaatuu boojite.

Rabbiin kiyya beekumsa kee bahara san qaceellotti akkan isinirraa qooddadhu carraa naaf kennuudhan kadhadha.

Sheekh Ahmad Habroo!
@Hakaan1
Daaga jireenyaa sadarkaa sadarkaadhaan irraan tarkaafachaa, Gufuu fi gufaata mara if duraa khombolchaa, bakka dadhabdetti hafuura baafachaa Deemsa kee itti fufi hin dhaabin jecha namaaf jechaa โœŒ๏ธ

@Hakaan1
2024/09/24 23:17:12
Back to Top
HTML Embed Code: