Telegram Web Link
Rabbiin Ol tehe Moowlaan Ati harka jala qabdee, Qullaa gad si deebisuu ni qaanfata, Kanaafuu "Harka ati ol qabaa turteef, Deebii niyyaa tee olitti si gammachiistuun Rabbiin harka jala qabde Siif haa guutu" 🤲
@JemalSheikhBakri1
ابدا لن انسىا والله من كان سببا لسعادتى يوما ما🥰 مكانه ليس كمكان الناس، بل مكانه فى القلب، 🌹
@Na4Je2
Dargaggoonni zabana Kanaa Qaama Isaaniitiif jecha Sibiila gurgurddaa Kaasan, Garuu Ganama Salaata #Fajrii salaatuuf Khunbula ifirraa kaasuu hin danda'an 😥
#Fajrii
#Salaata
@JemalSheikhBakri1
ولا تستطع إخراجها مهما فعلت 🥰💯
@Na4Je2
Maa Shaa Allah
Hiriyummaa 🥰 @Na4Je2
Hiriyummaan waan laaftuu seetanii !
Hiriyaa gaarii qabdaa? Mention godhaatii, Yaadannoo Wajjiin qabdan nuuf qoodaa !

Akkuma bosonni waliif manaa, Hiriyaafi hiriyaanis waliif khafanaa 🥰
@JemalSheikhBakri1
Ikhlaasarraa Sadarkaan irra gararreen; Akka hogguu dilii hojjanne dhoysuuf oriinutti, Hoggaa kheeyrii hojjannes dhoysuuf bololuudha.

Allaamatu Abdul Aziiz Ax Xariifii! Dhiira ilmii.

@JemalSheikhBakri1
Hiriyummaan Osoo bifa qabaattee Jara kana fakkaatti

@JemalSheikhBakri1
Move on 😇
لسنا صالحين بما يكفي
لكننا نخاف الله...!
@Na4Je2
My lovely brother!
He is the only one that entered my heart fully 🥰

Luv U bruh @Na4Je2
በአገራችን ዝናብ የለም፣ ረሃብ ተንሰራፍቶ፣ እረኞች ከባድ ኑሮ እየመሩ ነው። እርስ በርሳችን ብንዋደድ ይቅር ብንል ይህ ችግር ይጠፋል። አገራችን የበርካታ ብሔር ብሔረሰቦች አገር ናት ሁሉም በሚያውቀው ቋንቋ፣ ባመነበት አምላክ መጸለይ አለበት። እንደዛ ካደረግን, መፍትሄ እንደሚመጣ ተስፋ እናደርጋለን

@JemalSheikhBakri1
Sheekha Kheenya Sheekh Abdulaxiif Mattaan, Aalimman yeroo ammaa lafti baha Oromiyaa qabdu keessaa tokko kan ta'aniidha. Sheekha Keenya Social Midiyaa irratti hordofuu dandeessu, Liinkii Channel Youtube isaanii Seenaatii hordofaa, Baarakumullaah!
Warri hordoftoota hedduu qabdan, Channel Sheekha Keenyaa Hawaasaa isin hordofuuf akka maxxansitan isin afeerra hayyaakumullaah !

https://youtube.com/channel/UC1pN2GO4afs928D7Y5FJ8-Q

@JemalSheikhBakri1
Qarshii tana Eessa geessan dhiiroo!? 😅
Ka akka kiyyatti jabeeffate yoo jiraate dubbadhaa mee 👂 maal yaaddaniiti ?😆
@JemalSheikhBakri1
Jidduu Rakkoo fi Rakkoo keessaan Furmaanni (Laafintiin) biqilti. Osoo jireenyi duniyaa kun Salphaa ta'ee Sabriin (Obsi) huleelee Jannataa kesssa takka hin taatu turte.
@JemalSheikhBakri1
Dubbii Ajaa'ibaa!
Gaafa tokko Waltajjii guddoo England (UK) keessatti gaggeeffamte takkarratti namni tokko "dogongora Islaamummaa baay'een baasee jira. Namni naan mormu jiraa?!" Ja'ee dhaadachuu eegale. Dhaadannaa itti fufnaan, Barataan Muslimaa Palestine irraa barnootaaf achi ture, isaan mormuuf Speakera fudhate. Namayyuu isaan hordafuu eegale.

Namtichi kun "Nabiyyiin keessan akkamitti halkan takka keessatti Samii bahuu dandaye?!" Jachuun gaafate.

Mucaaniis, "Galgala Sa'aa 2:00 Miidiyaan wahii Australia irraa oduu Live dabarsaa jira. Daqiiqaa walfakkaataa keessatti as UK, Lendon keessa teessee oduu tana hordafuu dandeessa. Mitii? Akkamitti daqiiqaa Haga kana keessatti oduun Australia irraa dhufuu dandeesse?!" jachuun isa gaafate. Osoo namtichi hin dubbatin Manni guutuun barataa kanaaf harka dhawuu eegale.

Itti fufuun, namtichi kun "Isin Malaa'ikaa tokkootu Nama hunda ajjeesa jattan. Ok, Airplane tokkootu osoo Nama hedduun balali'aa jiruu, Atlantic keessatti kufe. Xayyaarri biraa tokkoos osoo namaan deemaa jiruu, Garba Hindiitti kufe. Xayyaarri lachuu daqiiqaa walfakkaataa keessatti kufan Yoo tahe, Malaa'ikaan tokko akkamitti namoota kana ajjeesuu dandaye?" jachuun gaaffii 2ffaa dhiheesse.

Barataaniis, "As Magaalaa tana keessatti Sa'aa 2:00 irratti Buufanni Ibsaa (Electric station) Ibsaa dhaamse. Daqiiqaa walfakkaataatti ibsaan mana hundaa dhaama. Mitii?! Akkamitti namni tokko, Ibsaa Magaalaa guutuu yeroo takkatti dhaamsuu dandaye?!" jachuun isa gaafate. Hoggaa kana barattoonni Muslimaa hundi ol ka'anii mucaa kana ol fuudhanii isaan daddeemuu eegalan. Stadium guutuun Takbiirtaan oowwite. Haala kanaan mucaan injifate. Maasha Allah!

Dubbii tanaan Yoo gammadde Muslima tahuu kee qofaaf Alhamdulillaahi ja'i. Alhamdulillaah!

Barreeysaa: Hamza Abdulhakim.
Galatoomaa!
@JemalSheikhBakri1
2024/09/28 19:24:14
Back to Top
HTML Embed Code: