Telegram Web Link
Raka'aa lameen Subhiidhaa tan Fajrii dura salaatantu addunyaa tanaa fi waan ishii keessa jiraa hunda caala 💯
@JemalSheikhBakri1
Dargaggeessa halkan dheeraa Online fayyadamaa bulee yeroo subhiin dhihaatte gad ciisee, Sa'aa 3 yooka 2 tti Subhii salaatu akka hin taanen siif dhaama 💬
@JemalSheikhBakri1
Time decides ...!
Heart decides...!
Behavior decides..!
@Na4Je2
Goonkuma #Furtuu Gammachuu teessanii Khiisha (Qandii) nama biraa keessa hin kaa'inaa 💬
@JemalSheikhBakri1
Namni kun Amantii biraa hordafaa ture. Eega Islaamawe reefu tahuus waan hedduu dalagaa jira. Maal ja'a?!

Yeroo takkatti Nama 15 waaniin gara Islaamummaa fideef jacha hidhameen ture. Akkaan Da'awaa dhaabu natti himanii gad nadhiisan. Ani garuu hin dhaabne. Dargaggoota hedduun amansiise. Gaafa tokkoos dargaggoota 30 bakka takkatti Shahaadaa qabsiiseen hidhame. Ummaa tiyya, obbaleeyyan kiyya dabalatee namoota hedduutu harka kiyyarratti Islaamawe. Alhamdulillaah!
Bilal Habasha!
@JemalSheikhBakri1
"A man is great not because he hasn't failed; a man is great because failure hasn't stopped him."
•~•~•~•~•~•~•~•~•~•~•~
“When you see a good person, think of becoming like her/him.
When you see someone not so good, reflect on your own weak points.”
•~•~•~•~•~•~•~•~•~•~•~
"The man who asks a question is a fool for a minute, the man who does not ask is a fool for life."
@JemalSheikhBakri1
Dubbiin tanuma !😅 👆
@Na4Je2
Ammayyummaa (Modernism)

Hedduun keessan hubannaa jecha kanaaf haarawa hin taatan je'eetin amana. Irra hedduun keenya yeroo jecha kana dhageenyu, Madaala qaroominaa akka ta'e nutti dhaga'ama.

Guddina diinagdee, Saayinsii, fi Filoosoofii akka of keessaa qabu gooneeti hubanna.

Garuu hiikkaan dhugaa maali yoo jenne akka nuti beeynuufi hubannu caalaa guddaadha.

Jechoonni akka 'Fasion, Brand, Style, Model' Kun akka waan Ammayyummaatti Sammuu namaa irratti hojjatamee jira.

Kana Ummanni lixaa Gabrummaa Sammuutiin kan nu gabroomsaniidha. Akka nuti Ammayyummaan garasii malee hin dhufne Mala ittiin nu godhanniidha.

Meeshaalee nannoo keenyaa (Local Material) akka nuti fayyadamuu jibbinuuf, Biyya isaanii hundarra akka guddisnee haasofnuuf Waan nurratti hojjataniidha.

Sirritti yoo itti yaanne Waan hedduu argina. Haa xiinxalluu. Ani ammoo akkanan isiniin jedha..
《Nama Ammayyummaa (Modernity) barbaaduuf, Islaamummaan isaaf gahaadha》

@JemalSheikhBakri1
Namni Kuni Sonny Bill Williams Jedhama. Jecha hedduun namaa keessatti of ilaaluu qabu tokko jedhe.

《 Dhalaa wajjiin akkan fedhe teheetin jira, Alcohol (Dhugaatii Macheessaa) illee dhugeetin jira. Garuu Humaa naaf hin goone. Waan biraatin hawwuu jalqabe... Allaahn argadhe, Islaamummaan fudhadhe.》 San booda jiruu dhugaa argachuu dubbata.

Islaamummaan furmaata rakkoo cufaati. #Share_Waliif_Godhaa
@JemalSheikhBakri1
Hanga yoom Soban? 🙊

Dhiheenya kana sababoota Cunqursaa Warri leellistoonni Ortodoksii Muslima irratti geggeessaa jiruuf jecha, Obboleewwan keenya kan kiristaanaa baay'een gara Islaamummaa dhufaa jiraachuun ni yaadatama.

Kanumaan wal qabatee Leellistoonni ortodoksii taateen kun dhukkubbii sammuu itti tehee google Seenanii suuraa mucaa armaan gadii kana photoshop galchanii edit godhanii "Obboleessi keenya kun Islaamummaa irraa gara Kiristaanummaatti dhufe" jedhanii possatan 🙊🙉🙈

Hanga yoom nama sobu qooy 😅

#ShareGodhaa salphina isaanii
@JemalSheikhBakri1
'Ubuntu' irratti Haji Jawar Mohammed Haa eeggannuu! Moonira Abdelmenan dafii nutti fidi 😍
@JemalSheikhBakri1
Gaarii fi hamaa
Addan baastee yoo beeyte
Gurra keen dhageessee
Ija keetiin yoo garte
Miila keetin deemtee
Yoo dhawatte onneen tee
Fayyaa guutuu qabdaa
Sa maaliif yaaddoytee**

Ariitu ni qabdaa
Ceetu jalaa baataa
Atummaan jabaannaan
Hojjattuus nirkattaa
Jiruu tamiif jettee
Hiraarin cinqamtaa**

Hiraar dhiisi firraa
Gammadii jiraadhu
Jiruu tantee hudaaf
Obsallee qabaadhu
Shukrillee galchiitii
Rahmaaniin yaadadhu**
@JemalSheikhBakri1
tokko 'Xoophiyummaa' jecha tokkoon ibsi jedhamnaan 'Sagaxummaa' jechuudha hin jedhu seetanii 😅

Mee 'Xoophiyummaa' jecha tokkoon ibsi 💬 @Na4Je2
2024/09/28 17:22:55
Back to Top
HTML Embed Code: