Telegram Web Link
#Dhugaa_filadhuu_mo'i!
Dhugaan karaa jireenyaati! Madda gammachuu dorgee hinqabnedhas. Eeyyeen, onnee dhugaan guute caalaa bakki gammachuun itti argamu hinjiru. Bakka dhugaan jiru ifatu jira; ifa keessas sodaan hinjiru. Dhugaan ofhimaa miti, garuu gohaan isaa yoomuu nidhagaahama.
Eenyuyyuu dhugaa haalee balleessuufis yoo dhama'e, dhugaan bakkaa hindhabamsiisu. Qal'aa jabaataa, gabaabaa dheeraa, arii'atamaa jiraataadha- dhugaan! Dhugaan calaqqee yeroo miti; haalaafi bakkaan hinjijjiiramu, qilleensaan hinraafamu. Kanaafi namni jireenyasaa keessatti dhugaa moosifatu kan mo'aa jiraatu! Dhugaan injfataadha!

Sobni waccuudha; boqonnaa malee ofitti nama waamti! Irratti hirmaachuuf haala mijataa namaaf dhiyeessiti; garuu waamichi waamicha gara salphinaa, qaaniifi badisaati. Kanaafuu, dhugaa hordofuun hammam yoo ulfaateyyuu gad hin dhiisiin! Dhugaa ofitti aanfadhu, ofitti si aanfataatii! Dhugaan mo'aadha waan ta'eef, filadhuunii mo'i!
~~~~

Dhugaa filadhuu mo'i!

©Abdiisaa Ejjetaa U. Bantii, 2021
_________________________
"Abbaan damma nyaatef ilma afaan hin mi'aahu"

“Akka ganamaa seetee narra hin ejjetiin” jette sokoruun.

Akka durii fi harka xuriitti hin hafan.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
*Markabni bakka tokko si fuudhe bakkuma kaateetti si deebise faaydaan ati argattu dadhabbii qofa. Jireenyi keenya hedduun akkana. jireenyi kaayyoon malee jiraatuma jireenya bishaawaadha. Namni galma itti gahuu barbaadu tokko yoo qabattee jireenyi guyyaa guyyaa isaa itti mi'aawaa deema.Namni waan dachii kanarratti argame yeroo hubatee jire enyi itti mi'aawaa...kana tahu baannaan garuu jireenya jijjiirama hin qabne jiraanna.......
Kaayoon malee jireenyi bushaawaadha!!!!!!!!!!!


@OROMOTOO
@OROMOTOO

Halkan Gaarii Rabbii nuhaagodhu!!!!!!!!
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Forwarded from Qerroo media
𝐒𝐈𝐑𝐁𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐀𝐅𝐀𝐀𝐍 𝐎𝐑𝐎𝐌𝐎𝐎 𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐃𝐇𝐈𝐘𝐀𝐀𝐃𝐇𝐀𝐀.💪
Gammachuun guddoon: Muslima taatee dhalachuu dha.

Qananiin irra guddoon; Muslima taatee jiraachuu dha.

Qananiin guutuun ammoo: Muslima taatee duniyarraa deemuu dha!

RABBIIN islaamummaan adda nun baasin
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i."
➙ Jecha warra Ingilizii

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Namni guddaan(real man) eenyumaanuu of hin madaalu"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Waa fudhachuu irra waa kennuuti caalaa nama gammachiisa."
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Faayidaalee Qullubbii adii
========!!!!!==========
1. Dhibee biroonkaayitii cimaa ni fayyisa
2. Dhibee asmiif
3. Dhibee gogaa qaama keenyaaf
4. Dhibee mar'ummaan keenyaaf
5. Dhibee dhiitoo fi dhullaaf
6. Dhibee kintaarootiif
7. Dhibee buusaa qaamaaf
8. Madaa ni qoorsa
9. Dhabiinsa hirribaa ni hir'isa
10. Qaamni keenya dhibee akka dandamatuuf
11. Miira dhukkubbii ilkaanii ni hir'isa
12. Dhibee shukkaaraa ni salphisa
13. Fedhiin nyaata keenyaa akka banamuuf ni gargaara
14. Itita dhiigaa ni hambisa
15. Dafanii dulloomuu ni hir'isa
16. Raammoo garaa keessaaf ni fayyada
17. Qufaa daa'immanii adda hin citne ni fayyisa
18. Nyaatni akka daakamu taasisa
19. Babal'ina Kaanserii Piroostireetii ni dhorka
20. Kaanserii harmaa fi buubbuu (anus) ni dhowwa
21. Kaanserii hadhooftuu ni dhorka
22. Tatamsa'ina kaanserii kooleenii jedhamu ni dhowwa
23. Seelii (Metabolism) ni dadammaqsa
24. Madaa malaa makate ni fayyisa
25. Dhibee sombaa(TB) ni yaala
-----
Galatoomaa
Share Follow
Faayidaa Burtukaanaa
========!!!!!!========
@drheeraan
1. Kalee keenya irratti uumamuu dhagaa ni ittisa.
2. Hangi dhiiga diimaa qaama keenya keessaa akka dabalu ni taasisa.
3. Dhiibbaa dhiigaa keenya gadi buusa.
4. Fayyaa seelii qaama keenyaaf.
5. Utaalloo irraa dafnee fooyya'uuf
6. Dhiphachuu sammuu illee ni fooyyessa.
7. Soorata vitamin C'n badhaadhe dha.
8. Jajjabina lafee fi ilkaan keenyaaf ni gargaara.
9. Daakamuu soorataaf illee ni gargaara.
10. Dhibee onneef
11. Kaanserii nurraa ittisa.
12. Hamma #kolestroolii qaama keenya keessaa ni xiqqeessa.
13. Qolli isaa immoo gogaa qaama keenyaaf gaarii dha.
14. Madaa garaa keenya keessaaf.
15. Shukkaara dhiiga keenya keessaa ni to'ata.
16. #Caba_lafee nurraa ittisa.
..
Share waliif godhaa.
KAANSERII HARMAA AKKAMIIN OF-IRRAA ITTISUUN DANDA'AMA? Shamarraniif
*
'Kaanserii harmaa of irraa ittisuun nii danda'ama! Kunis mala armaan gadii fayyadamuun dafanii waan harma keessaatti dhiita'u/biqilu bira ga'uun yaalii argachuudhaani!
1. Yero yerootti harma lamaanuu qaqqabachuun waanti jajjabaataan ykn waanti biqile (dhiita'e) keessa isaa jiraachuuf dhiisuu isaa of ilaaluu! "Breast self examination!"
2. Sochii qaamaa ykn Ispoortii hojjechuu!
3. Nyaata keenya keessatti wantoota faatii ykn "cholesterol" qaban hir'isuu!
4. Dhugaatii alkoolii dhuguu dhiisuu!
5. Tamboo xuuxuu irraa of eeguu ykn dhiisuu!
6. Furdina qaamaa hir'isuu!
7. Daa'ima godhatan sirriitti harma hoosisuu!
8. Maatii ofii keessaa haati yookiis maatiin firoota dhihoo haadhaa fi abbaa keessaa namni kanaan dura dhibee kana qabu yoo jiraate, hordoffiidhaan raajii ykn 'mammography' kan jedhamu ka'uun ilaalamuu!!
9. Qoricha hoormoonii 'estrogen' bakka buusuuf fudhatamu fudhachuu dhiisuu!
Join our channel
Faayidaa miilla keenya bishaan ho’aa keessa kaa’uudhaan Argannu! :
👉Mataa dhukkubbii nii fayyisa/fooyyessa
👉Nama bashannansiisa(sammuu namaa bohaarsa)
👉Akka dafqinu gochuun xuraawaan qaama keenya keessaa akka bahan Godha!
👉Dhukkubbii yeroo laguu ji’aa mudatu ni fooyyessa!!
👉Dhiphina ni hir'isa
👉Dhukkubbii maashaa fi buusaa ni foyyeessa

fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu!
Haala fayyaarratti barnoota adda adda argchuuf chanaalii kana join godhaa nuhordofaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
2024/09/30 19:28:37
Back to Top
HTML Embed Code: