Telegram Web Link
Yeroo qormaataa maal gochuu qabdu

๐ŸŒฑgaafa gara mana barumsaa deemtaan suuta deemaa. Akkasumaa free of godhaa
๐ŸŒฑqormaanni namoonni baheera jedhanii yoo isin burjaajjeesanis waa'eesaaf hin dhipatinaa
๐ŸŒฑgaaffii isinitti cime irratti yeroo keessan hin balleessinaa. Kan isiniif salphaa tahe hojjechuun booda itti deebi'aa.
๐ŸŒฑdambiiwwaan/instruction qormaataa seeraan hordofaa
Qormaata akka qoramtanii baataniin
๐ŸŒฑgaaffii qoramtan irra deebitanii hin ilaalinaa.
๐ŸŒฑgaaffiin natti cime jettaniis kan boriif hin dhiphatinaa.

Madda Dr. Nafyad geetuu

Carraa gaarii baratoota keenyaf !!
MEE NA DUBBISII!!
************

โœBeekaamuuf osoo hin taanee beekaa ta'uudhaf hojjedhu.

โœHojii boqonnaa sammuu qabuu dalaguuf, dursaa eenyummaa keetti deebi'ii.

โœWaanta tokko namnii Waan namnii jajeef hin jajiin, waan namnii qeeqeefis hin qeeqiin Ejjennoo mataa keen deemsa kee itti fufi.

โœHamma jiraachuuf carra argattetti gaarummaa dalaguun yeroo kee dabarsii.

โœKabajii inni guddaan kabajaa namummaatii, malee kan sanyuumma miti. Kanaaf namummaa namaa tokko qofaaf kabaja qabaadhu.

โœ Jireenya kee keessatti tasumaa iyyuu Ejjennoo miiraa hin qabaatin.miiraan deemnaan miidhamnii kan keeti.

Ergaa kanaa immoo hiriyyoota keefis #Forward godhi.

"Dubbisuun ogummadha"

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
kaayyoo kee jala deemi
Malee nama hin laallatin
Namoota kanneenirra of fageessi
1kan sitti kijibu
2kan sin kabajne
3kan sitti fayadamu
4kan gad si qabu
Jiruu te tan nama biraatin wal hin madaalchisin
Sammuun NEGATIVEn goonkuma jiruu POSITIVE siif hin kannu
Kufaatin faallaa galma ga'insaati miti
Qaama isaati malee
Karoorri kiyya Bn karaa biraa kan karoora kiyyaa A hojjechiisudha
Waanuma fadhehu yoo goote(hojjatte) namni waan je'u hin dhiisu
Tanaafu ati wan isaan yaadan dhiisii wan barbaadde hojjedhu
Nama osoo ati jecha tokko hin dubbatin si dhagahe san hin irranfatin
Abbaa manaatu haadha manaa isaa mana gurgurtaa fudhatee deemuun "Harmee kootiif kennaa bitee kennuu waanin barbaaduuf mee kennaa isa baay'ee miidhagaa ta'e naaf fili." Jedheen.Haati manaa isaas waan inaaffaa cimaan qabamteef kennaa isa gatiin salphaa ta'ee fi fokkisaa dha jettee itti amantu akka bitu itti agarsiiste.

Innis kennicha bitee meeshaa kennaa itti kennaniin marsiisee haadha manaa isaa galateeffatee deeme.

Galgala kennaa sun qabatee gara mana isaatti galee haadha manaa isaaf kenne.Ishiinis "Harmeedhaafin bita naan hin jennee?" jettee gaafatte.Innis "Surprise si gochuu barbaadeen waan keessi kee jaalatu baruuf tooftaa kanattin fayyadame malee kennicha siifin bite." jechuun deebiseef. bu'aan inaaffaa kanuma.

Eliyas
๐˜ˆ๐˜ต๐˜ช ๐˜ฏ๐˜ข๐˜ฎ๐˜ข ๐˜บ๐˜ข๐˜ข๐˜ฅ๐˜ข ๐˜ช๐˜ด๐˜ข๐˜ข ๐˜ซ๐˜ช๐˜ซ๐˜ช๐˜ช๐˜ณ๐˜ถ ๐˜บ๐˜ฐ๐˜ฐ๐˜ฌ๐˜ข๐˜ฏ ๐˜ง๐˜ฐ๐˜ฐ๐˜บ๐˜บ๐˜ฆ๐˜ด๐˜ด๐˜ถ๐˜ถ ๐˜ฃ๐˜ข๐˜ณ๐˜ฃ๐˜ข๐˜ข๐˜ฅ๐˜ถ ๐˜ฒ๐˜ข๐˜ฃ๐˜ฅ๐˜ข๐˜ข? ๐˜จ๐˜ข๐˜ข๐˜ณ๐˜ช๐˜ฅ๐˜ฉ๐˜ข ๐˜ข๐˜ฏ๐˜ช๐˜ด ๐˜ด๐˜ช๐˜ฏ ๐˜ฅ๐˜ฆ๐˜จ๐˜จ๐˜ข๐˜ณ๐˜ข . ๐˜จ๐˜ข๐˜ณ๐˜ถ๐˜ถ ๐˜ฎ๐˜ข๐˜ข๐˜ญ๐˜ช๐˜ช๐˜ง ๐˜ฐ๐˜ง๐˜ช๐˜ช๐˜ฌ๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ณ๐˜ณ๐˜ข๐˜ข ๐˜ฉ๐˜ช๐˜ฏ ๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜จ๐˜ข๐˜ญ๐˜ต๐˜ถ ๐˜ฏ๐˜ข๐˜ฎ๐˜ข ๐˜ข๐˜ฎ๐˜ข๐˜ฏ๐˜ด๐˜ช๐˜ช๐˜ด๐˜ถ๐˜ถ๐˜ง ๐˜ฅ๐˜ถ๐˜ณ๐˜ข ๐˜ฐ๐˜ง๐˜ช๐˜ช๐˜ฌ๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ณ๐˜ณ๐˜ข๐˜ข ๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜จ๐˜ข๐˜ญ๐˜ถ๐˜ถ ๐˜ฒ๐˜ข๐˜ฃ๐˜ฅ๐˜ข ๐˜ถ๐˜ต๐˜ถ๐˜ถ ๐˜ง๐˜ถ๐˜ถ๐˜ญ๐˜ฅ๐˜ถ๐˜ณ๐˜ช๐˜ช ๐˜ฃ๐˜ข๐˜ญ๐˜ฃ๐˜ข๐˜ญ๐˜ข๐˜ฌ๐˜ฆ๐˜ฆ ๐˜น๐˜ถ๐˜ณ๐˜ข๐˜ข'๐˜ฆ๐˜ฆ ๐˜ซ๐˜ช๐˜ณ๐˜ถ๐˜ถ ๐˜ฌ๐˜ฐ๐˜ด๐˜ช๐˜ช ๐˜ฎ๐˜ข๐˜ฏ๐˜ข ๐˜ฏ๐˜ข๐˜ฎ๐˜ข๐˜ข๐˜ณ๐˜ข ๐˜ซ๐˜ช๐˜ณ๐˜ถ๐˜ณ๐˜ณ๐˜ข๐˜ต๐˜ต๐˜ช ๐˜ฒ๐˜ถ๐˜ฃ๐˜ข ๐˜ฉ๐˜ช๐˜ฏ ๐˜ฒ๐˜ข๐˜ฃ๐˜ช๐˜ฏ.
"๐˜ ๐˜ฐ๐˜ฐ ๐˜ˆ๐˜ต๐˜ช ๐˜๐˜ข๐˜บ๐˜บ๐˜ข๐˜ฎ๐˜ต๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ง ๐˜”๐˜ข๐˜ญ๐˜ฆ๐˜ฆ ๐˜•๐˜ข๐˜ฎ๐˜ฏ๐˜ช ๐˜’๐˜ข๐˜ฎ๐˜ช๐˜บ๐˜บ๐˜ถ๐˜ถ ๐˜๐˜ข๐˜ฎ๐˜ช๐˜ญ๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ฏ ๐˜’๐˜ฆ๐˜ฆ ๐˜ˆ๐˜ฌ๐˜ฌ๐˜ข ๐˜Š๐˜ข๐˜ฃ๐˜ถ ๐˜š๐˜ช ๐˜Ž๐˜ฐ๐˜ค๐˜ฉ๐˜ถ๐˜ถ ๐˜๐˜ช๐˜ฏ ๐˜‹๐˜ข๐˜ฏ๐˜ฅ๐˜ข'๐˜ถ

โฅ๏ธŽ๐˜•๐˜ข๐˜ฎ๐˜ฐ๐˜ฐ๐˜ต๐˜ข ๐˜๐˜ข๐˜ฎ๐˜ช๐˜ญ๐˜ฆ๐˜ฆ ๐˜’๐˜ฆ๐˜ฆ ๐˜š๐˜ช ๐˜Š๐˜ข๐˜ฃ๐˜ด๐˜ถ๐˜ถ ๐˜‰๐˜ข๐˜ณ๐˜ฃ๐˜ข๐˜ข๐˜ฅ๐˜ข๐˜ฏ๐˜ช๐˜ช๐˜ง ๐˜๐˜ข๐˜ณ๐˜ฌ๐˜ข ๐˜’๐˜ฆ๐˜ฆ ๐˜๐˜ช๐˜ฏ ๐˜’๐˜ข๐˜ฏ๐˜ฏ๐˜ช๐˜ฏ๐˜ช๐˜ช ๐˜’๐˜ข๐˜ข๐˜บ๐˜บ๐˜ฐ๐˜ฐ ๐˜’๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ต๐˜ต๐˜ช ๐˜Š๐˜ช๐˜ฎ๐˜ช๐˜ช ๐˜‘๐˜ฆ๐˜ค๐˜ฉ๐˜ข ๐˜•๐˜ข๐˜ฎ๐˜ข๐˜ข ๐˜‹๐˜ข๐˜จ๐˜ข๐˜ฅ๐˜ฉ๐˜ถ.

๐Ÿ‘‰๐˜š๐’๐˜ช๐˜ช๐˜ง ๐˜š๐˜ถ๐˜ฎ๐˜ข๐˜ข๐˜ต๐˜ถ๐˜ถ ๐˜Ž๐˜ข๐˜ฉ๐˜ข
Dalagaa Gaarii Dalaguuf Carraa Yoo Qabaatte; Carraan Sun Akka Sin dabaree Ariifannaan Dalagaa Gaarii San Dalagi. Ati Gonkumaa Hin Beeknee, Tarii Dalagaan Sun Waraqaa Keeti; Akka attii jireenyaa garrii jiratuuf

#Galmadhugaa
Adduniyaa Tana Keessatti Nama Tokkorrattis Hin Erkatin; Sababnis, Gaaddidduun Keetuu Si Dhiisee Deema Yeroo Ati Dukkana Keessaa.

#Galmadhugaa
Gara duubatti deebitee jalqaba kee jijjiiruu yoo dadhabdes amma iddoo jirtu irraa kaatee garuu dhuma kee jijjiiruu ni dandeessa. Kanaaf kaleessa kee dhiisiti har'a kee irratti xiyyeeffadhu! Sababni isaas kaleessi seenaa ta'e darbeera.
Har'i kee garuu si harka jira.


#jechootagamna
GORSA 4
"Hawaasni galma koo tilmaamuu danda'a; kan murteessu garuu ana qofa!" Clair Oliver
Galmi kee galma kee qofa. Bakka geessu si qofatu beeka. Namoonni har'a kee ilaalanii galma kee boruu tilmaamu ta'a. Sun tilmaama qofa. Kanaafuu, tilmaama namoonni galma keef qaban ilaaltee booda hin deebi'iin! Jaarsi maal jedhe kitaaba ' 'Abjuu Koo Hin Gurguru' keessatti? "Warri fagoo ga'u jennee asumatti hafanii, warri nuti nama hin ta'an jenne fagoo ga'an!" jedhe. Eyyee! Hawaasni haala ilaalee galma kee tilmaama, galma kee kan murteessu garuu si qofa!
#DeemsiIttiFufa
#AnaNamaBiyyaOromoo


https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
WAANTOTA KALEE KEENYA MIIDHAN
1. Bishaan xiqqoo dhuguu
2. Yeroo fincaan nu qabe osoo hin fincaa'iin tursisuu
3. Qorichoota anti pain adda addaa baay'isanii fudhachuu
4. Ashaboo/ soogidda baay'isanii nyaachuu
5. Nyaata pirootinii qabu baay'isanii soorachuu
6. Alkoolii dhuguu
7. Tamboo xuuxuu
8. Hirriba dhabuu
9. Infeekshinoota xixxiqoo yaalamuu dhiisuu
10 dhibee sukkaara
11. Dhibbaa dhiiga

Galatoomaa
Share walif godha
Dhukkubsatanii yaala barbaadu irra, Dhukkuba ofirraa ittisuu wayya!
***
Fayyummaa KALEE keenyaaf:
***
1. Bishaan fi dhangala'aa biroo sirriitti dhuguu (haga dheeboonnutti eeguu dhiisuudhaan akkasumaan dhuguu)
2. Qorichoota dhukkubbii ittisan (pain killers) ajaja ogeessaa malee akkasumaan baay'isanii fudhachuu dhiisuu.
3. Ashaboo baay'isanii nyaachuu irraa of qusachuu (keessumaa namoonni dhiibbaa dhiigaa, dhukkuba onnee fi kkf qaban).
4. Infekshinoota xixiqqoo akka infeekshinii ujummoo fincaanii (UTI) tuffachuu dhiisanii yaalamuu.
5. Dhukkuboota biroo kan yoo hin yaalamne dhibee kalee namatti fidan akka dhukkuba sukkaaraa fi dhiibbaa dhiigaa sirriitti hordofanii yaalamuu.
6. Alkoolii dhuguu dhiisuu, yoo kan dhugan ta'e ammoo baay'isanii dhuguu dhiisuu.
7. Tamboo fi naannoo namoota tamboo xuuxaanii irraa fagaachuu.
8. Hirriba dhabuu ga'aa fi qulqullina qabu rafuu.
***
Chanaalii kana join godhaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Fayyaan faaya
2024/09/30 21:30:42
Back to Top
HTML Embed Code: