Telegram Web Link
Forwarded from Qerroo media
𝐒𝐈𝐑𝐁𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐀𝐅𝐀𝐀𝐍 𝐎𝐑𝐎𝐌𝐎𝐎 𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐃𝐇𝐈𝐘𝐀𝐀𝐃𝐇𝐀𝐀.💪
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (I ªM ABĐªŦÙ)
Barattootni Mana barumsaa ST.JOSEPH (Finfinnee ) qabxii 669 boonsaa galmeessan.

Barattan Mana Barumsaa ST.JOSEPH (Finfinnee ) Yuunivarsiitii bara 2012 qabxii Olaanaa galmeesisuun rikardii araa 669 galmesee 👏

Barattan Buruk bagaa gammadeee mattin isalee bagaa gammadan

Qabxiin isaa kan armaan gadittii 👇
📌Biology 97
📌Chemistry 95
📌Civics 98
📌English 95
📌Mathematics Nat. Sc. 95
📌Physics 96
📌Scholastic Aptitude 93

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Forwarded from OBORRAA POST (I ªM ABĐªŦÙ)
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan
Channela banattani gudiisun yoo isin rakkise ta'e
Yero gabaabaa kesatti Gudifachu dandessu.
Promotion VIP

1000member ---- 150 birr
2000member ---- 300 birr
3000member ---- 450 birr
4000member ---- 550 birr
5000 member _ _ _650birr
Gati isinirra gad xiqqessun Guddifachu ni dandessu

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.
Waggaa waggaan [April 1] guyyaa gowwomsaa [April Fools' Day] jedhamuun keessumaa biyyoota Lixaattti kabajama.

Guyyaa kana namoonni qoosaafi odeeffannoo sobaallee namaa qoodu. Gaafa abbichi waan jedhame san raawwate 'si gowwomsee [April Fools]' jechuun itti cooku.

Wantoota akkanaa irratti namoota qofa osoo hin taane miidiyaaleen illee qooda fudhatu. guyyaa san akka hin gowwoomfamne of eeggata.

#Nuti ammoo wanni akka kanaa #Aad malee jenne!!!

#Dirqama sobas jara irraa dhaaluu hin qabnu.

#Sobanii nama gammachiisuufi Qoosanii nama naasiisuun hin jiru. Kuni,


#Aad maleee.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Namni baay’een yeroo si jaallatu baay’een akka si
jibbu! Beeki hundi gaarummaa namaa hin yaaduutii"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Gaafa karaa tokko siif guutu karaa biraa akka sitti hir’atu beeki! Hir’uun namaa daangaa hin qabu waan ta’eef"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Watch "NEW QAMAR YUSUF 2021" on YouTube
https://youtu.be/Lbn8Yg1dBeY
Fayyaa Marsaa Laguu
*******************
Marsaan laguu yoo maal ta'e mana yaalaa deemtanii ogeessa mariisisuu qabduu?
********************
1. Laguun yoo walitti aansee guyyoota 90 oliif hin dhufiin hafe (Yoo hin ulfoofne ta'e jechuudha)
2. Laguun dhufee yoo guyyaa 7 ol isinirra ture.
3. Marsaa laguuf sa'atii lama keessatti menustrion pad (moodesii) lamaa ol yoo barabaachise.
4. Laguun dhufee erga deemee guyyoota 21 gaditti yoo deebi'ee dhufe (daddaafee dhufaa jira jechuudha).
5. Laguun dhufee erga deemee guyya 35 turee deebi'a yoo ta'e.
6. Mrsaan laguu tokko dhufee kan biraan haga dhufutti gidduutti yoo dhiiguun jiraate.
7. Yeroo marsaa laguu dhukkubbiin humnaa olii kan hojii guyyaa guyya irraa isin dhorku yoo mudate.
8. Yeroo marsaa laguu irraa jiran yoo dhagna gubaa (fever) cimaa qabaatan.
**********************
Odeeffannoo dabalataaf gara lakk 7719tti OK jettanii erguun galmaa'uu hin dagatiinaa.
************
Fayyaan Faaya
~ Jecha beektotaa~

"Mo'attoonni waan adda ta'e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta'een hojjetu."
Shiiv keeraa

👉"Muka ija qabdutti dhagaan darbatamu itti baay'ata."
Shiiv keeraa.

"Namni Kamillee miilla dhoqqeedhaan Sammuu koo irra akka ejjetu hin eeyyamu."
M. Gaandii
"
"Hin danda'amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha."
N. Maandellaa.
"Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari'u; jaalalatu jibba ari'a."
Maartiin Luuter Kiingi.

"Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta'uu qaba, hin jedhin."
Maartiin Luuter Kiingi.

"Addunyaan kun bor nii baddi yoo naan jedhan illee har'a sanyii facaasuu hin dhiisu."
Maartiin Luuter Kiingi.
"Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama."
Riichaard Niiksoon.

"Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha."
Albeert Inestaayin.
👉"Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu."
Albeert Inestaayin.

👉"Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda'e."
Iyezak niiwtan.

👉"Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora mataa kee miti, Carraadha. Garuu yop hiyyeessa taatee duute dogoggora mataa keedha."
Biil Geet.

👉"Karaa milkaa'inatti geessu hin beeku yoon ta'ellee karaa kufaatiitti geessu garuu nan beeka. Innis namoota hundumaa gammachiisuuf dhama'uudha."
Biil koosbiil

👉"Kun hundumtuu ta'ullee, ani garuu ammayyuu ilmaan namootaa uumama isaanii irraa jalqabanii gaariidha jedheen yaada."
Haannaa Firaank.
👉 "Maqaa diinota kee fi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin. Balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi."
Joon F Keenedii.
👉 "Addunyaa kana irraa wanti baay'ee nama gaddisiisu, utuu ija qabanii mul'ata dhabuudha."
Heelen kiiler.
"Hiyyumnis ta'u soorumni bu'aa ilaalcha keenyaati."
Naappooliyoon Hiil.

"Carraatti cimseen amana, yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana."
Toomaas jeefersen.

"Kaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha."
Miratuu shaanqoo.
Hirqinfuu (Hiccup) maalirraa dhufaa? Akkamiinis ofirraa dhaabuu dandeenya?
=======
● Hirqinfuun tasa kottonfachuu maashaa daayaafiraamii jedhamu (kan garaa fi qoma adda qoodee jiru) kan umamuu dha.
● Kottoonfachuun maashaa kanaa kottoonfachuu saanduqa sagaleetiin kan hordofamu yoo ta'u ; kun immoo sagaleen "hiq" jedhu akka ba'u godha.
● Hirqinfuun yeroo muraasa keessatti ofiin kan baduu fi rakkoo fayyaa guddaaf kan nama saaxilu ta'uu baatus al tokko tokko garmalee namarra turuu danda'as. Yeroo kana rakkoo fayyaa hamoo akeekuu danda'a.
● Haala armaan olii kana fiduudhaan hirqinfuu (hiccup) kan nutti fidan anmoo: dhugaatii gaazii hedduu qaban dhuguu, alkoolii hedduminaan (ariitiin) dhuguu, garmalee nyaachuu fi tamboo arsuu fa'i.
========
Ofii keenyaan ofirraa dhaabuuf ykn ittisuuf:
¶Dhugaatii gaaza qabanii fi alkoolii hir'isuu, nyaata xixiqqeessanii/suuta soorachuu.
¶Feestaala duwwaa keessatti yeroo xiqqoof harganuu.
¶Yeroo xiqqoof qilleensa/hafuura baasuu dhiisanii qabachuu.
¶Bishaan qabbanaa'aa afaanitti qabatanii morma ofii samiitti qabanii bishaanicha ol afuufuu.
¶Deddeebi'anii bishaan qorraa habbuuqachuu.
************
¶Walumaa galatti hirqinfuun waan salphaatti ofiin dhiisu waan ta'eef dhiphachuun hin barbaachisu.
¶Yoo baduu didee guyyootaaf namarra ture garuu gara mana yaala deemuun qoratamuu fi yaala argachuun ni danda'ama.
***********
Dr. Daawwit (Ispeeshaalistii dhibee sammuu).
Ati yoo gadi jetteef hunduu sitti fe’ata.

Gaalli qaamaan beeyladoota fe’iisa hunda ni caalti. Akka harree, gaangeefi fardaa lafa dhaabbatanii itti fe’achuun ni ulfaata. Maarree gaalli yemmuu itti fe’uufi yaabbachuuf jedhan gadi jetti. Yoo gadi jette hunduu itti fe’ata. Daa’imnis, guddaanis, jaarsis, jaartiinis, beekaanis, wallaalaanis itti fe’ata. Kana qofaa miti, gaalli gadi jennaan, inni miilla isaa dhiqates, kan hin dhiqannes, yaabee ittiin deema. Sababni isaas gaalli eeyyamtee waan gadi jetteef, hunduu ni yaabbata.

Dhalli namaas gadi jennaan hunduu waan qabu itti fe’ata. Gaafa gadi jechuukee arge inni beekus, inni hin beeknes, waan qabu guuree baattoo si taasifachuu barbaada. Waan xixiqqoo qabuun si goyyoomsee, gara barbaadeefi akka barbaadetti si ooffata. Amma namni maaliif namatti waan barbaade fe’ata siin hin jedhu. Sababni isaas namni dursee eeyyameef isa gadi jedhe waan ta’eef!
Eeyyee ati yoo gadi jetteef hunduu sitti fe’ata. Gara fedhetti si oofa. Falaasamaafi ilaalcha barbaadeen si luugamee, of si dagachiisee, nama biraa si hawwisiisa. Sammuu si sakaalee akka qabeenya dhuunfaa isaatti siin geejjibata.

Waaan xixiqqoof jettee sammuukee isa gati-jabeessa kana irratti namni waan barbaade akka fe’atuuf gadi hin jedhin!



© Galataa Tsaggaa Naggasaa
Gaalli daqiiqaa sadii keessatti bishaan hamma leetira 200 akka dhugu beektu laata?🙊🙊
Share and invite ur frnds
Addunyaa kana irraa namoonni bu'aa gurguddaa buusan gosa lamatu jira.

Isaanis :

➀. Namoota yaada (qalbii) tasgabba'aa ta'e qabanii fi
➁. Kanneen galata galchuu beekanidha.

> Namoonni yaada tasgabbaa'aa qaban waan yaadan qajeeltotti hubatu.
> Karoora isaanii ni beeku.
> Ogummaadhaan socho'u.

√ Namoonni waan isaaniif ta'e hundumaaf galateeffatan balbala milkaa'insaa isa itti aanutti darbuuf akeeku. Isaan warra gammadaniidha. Gammachuun isaanii kaka'uumsa hojiif bu'uura.
√ Wanti itti gammadaa hojjetan yoo dadhabanillee nama hin nuffisiisu.
√ Namni fedha yoo dhabe malee waan tokko fiixan baasuu hin dadhabu.


@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
###Wantoota dhiifamuu qaban###

🦋Nama hundumaa gammachiisuu dhaabuu

🦋Jijjiirama sodaachuu

🦋Waan darbe keessa jiraachuu

🦋Humnaa ol yaaduu

🦋Adda ta'uu sodaachuu

🦋Dogoggoruma hundarratti of ceephahuu

🦋Namoota biroof jettee gammachuukee hundasaa balleessuu

🦋An gaarii miti jedhanii yaaduu

🦋Callisanii yaadanii dhiphachuu

#things_to_avoid
@Jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Share and join🙏
Nama jaalattu Yeroo argitu Seeqii akka si jaalatuuf si gargaara.

Diina kee yeroo argitus Seeqi cimina kee itti Mul'isa.

Nama sii dhiisee deeme gaafa argitus seeqi Sheena ykn gaabbiitu itti dhagahama.
Hubadhu

Deemuf dura kee ilaali

Dubbachuuf itti yaadi

Hojjachuuf karoorsi

Bilisoomuf qabsaa'i

Jaalachuuf dursii itti yaadi

Jaalannaan madaali

Jibbitus madaali

Milkaa'uuf moo obsi

Diinaf fira kankee adda baasii beeki

Yoo sitti tole 💚 yookaan 👎
Naaf xuqaa

Admiin channal qunnamuuf 🤝
@Abdetubot

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
♡Namni waan ati qabduu wajjiin si hin jaalanne; waan ati isa jaalachiisuuf jattee dabalattuu wajjiiniis jaalala dhugaa san si hin jaalatu.
Yeroodhaaf akka nama si jaalatuu sitti fafakkaatu illee gaafa guyyaan jijjiiramu guyyaa waliin sitti jijjiiramuun isaa hin hafu.
♡Eenyummaa kee jaaladhu. Dhabaa taatee waan uffattu dhabdee daartuus, akka gandaa soorata garaa garaa soorattee quufuuf humna dhabduus...waan qabduu waliin gammadii jiraadhu.

💔Nama jaalachiisuuf, nama biratti fudhatama argachuuf jattee Eenyummaa kee isa dhugaa hin jijjiirin. Jabaadhu, laffa'i, cimiitii carraaqi, imala kee addaan hin kutin; guyyaan isaa fagoo haa fakkaatuu malee guyyaa tokko galama barbaadde inuma geeysaatii Abshir.
♡Hadaraa odoo kiisiin si duwwaa gad jattee hojjachuu dhiiftee; dureeysa fafakkaattee namatti mullachuuf jattee yeroof umrii kee bu'aa malee fixuu hin filatin.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
2024/09/30 21:39:03
Back to Top
HTML Embed Code: