Telegram Web Link
Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan osuu hin taane,yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama.

#Galmadhugaa
Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ

💕 Jɑɑlɑlli kɑn ibsɑmu gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuu dhɑɑn!

💕 Gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuun gufɑnnɑɑ bɑɑy'ee irrɑɑ nɑmɑ hɑmbisɑ.

💕Siif dhiise jechuunis eenyummɑɑ nɑmɑɑtti kɑbɑjɑ olɑɑnɑɑ horɑ.

💕 Dhiifɑmɑ gochuun hubɑtɑɑ nɑmɑ tɑɑsisɑ.

💕 Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ Qɑbɑɑchuun wɑntɑ hundumɑɑ obsɑɑn birɑ dɑrbuu gɑɑfɑtɑ. Dɑndeettiin hubɑnnoo nɑmɑɑtiis obsɑ qɑbɑɑchuu isɑɑtiin ibsɑmɑ.

💕 Nɑmni dhiifɑmɑ godhu gɑrɑɑ qulqulluu qɑbɑɑchuu isɑɑtiif rɑgɑɑ bɑ'ɑ.

Dhiifama waliif Haa Goonu

#Galmadhugaa

@Jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Abđeta Øbborra)
Baratoonni keenya baga gammadan🙏🙏

Hayye Baratoonni Warreen Gara University Deemuf qophii irra jirtan Hundii kessaan baga gammadan isinin jenna!!!!

Itti Ansudhaan warrii University deemuf deemtan Ijoolee oromoo tan Isinii wajjin University takkati deemtu Walin waan isin qunnamsiisu dandeenyuf Warri miseensa keenya taatan hundi Lakkofsa bilbilaa kessaani fi Iddo isin gahee walin gara booti teenya tanan nuuf erga Achii booda wal Isin qunnamsisna.
👇👇👇👇👇👇👇
Kanaan nuf ergaa
👇
@QEERROO_MEDIABOT




yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @QEERROO_MEDIABOT irrattii nuuf kennaa.

@QEERROO_MEDIABOT.
galatoomaa
Baratoonni oromoo warri gara University arsii deemtan Lakkofsa kana qunnama🙏
👇👇👇👇👇👇
Arsi university 0938072283
Baratoonni oromoo warri gara University mizan tepi deemtan Lakkofsa kana qunnama🙏
👇👇👇👇👇👇
Mizan tepi 0942882355 Ciro irraa
Carra gaarii qeerroo teenyaf!!!
Baratoonni oromoo warri gara Asosaa University deemtan Lakkofsa kanan wal qunnama 🙏
👇👇👇👇
Assosa university
0903156716 Calanqoo irrahi !

Carraa gaarii!!
Garuu channali kana share share godhuudhan Baratoota oromoo hundaa biraan naf gahaa🙏
Baratoonni oromoo warri gara Debramarkos university deemtan Lakkofsa kana qunnama🙏
👇👇👇👇👇👇
Debramarkos university
0979282775
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Abđeta Øbborra)
Kabajamtoota Jaalatamtoota keenya Warreen channali keenya kessatti Argamtan Hundinu Dirqamaa lammumaa kessaan bahan isinin jechaa baratootaa Oromoo kanneen Nannoo kessanitti Argaman kaneen garaa University deemuf deemanif channali kana share share godhafi Akka iddo itti deeman san Saahiba Argataniif baayee isaan gargaara waan taheef !!!!

Channali kana Share share godhuu hin dagatinaa Yaa oromoo tiyya Qaalii!!
👇👇👇👇👇
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Baratoonni oromoo warri gara WACHAMOO University deemtan Lakkofsa kanan wal qunnama 🙏
👇👇👇👇
WACHAMOO university
0931345114 DADAR irrahi !

Carraa gaarii!! Baratoota kiyyaf hawwa!!
Garuu channali kana share share godhuudhan Baratoota oromoo hundaa biraan naf gahaa🙏
Ol jattee jiraachuuf gad jattee hojjachuun ykn barachuun dirqama keeti.
🤔Odoo hiyyeeyyi taanee jirruu,odoo wallaala qabnuu,odoo waa hedduu hawwinuu,odoo karoora dila karoorfannee jirruu,odoo guddannee mullachuu feenuu hojii tuffachuufii gad jannee hojjachuurraa hifachuun kun eeysaan akkatti dhufee nuun marse laata..
Kaayyoo qabdu bira gahuuf hifannoota si keeysa jiruufii lubbuutee mootee yooniif irra aanuu baatte na amani kaayyoo kee bira gahuu dhiisiitii jireenya kee khana xiqqo tokkoohuu achi siiysuu hin dandeeysuutici...!
😍Dhaamsi itti fufa...
#Barruu kana irraan deebi'e !


👇👇👇👇👇👇
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Jireenyi ati arra keeysa jirtu jirtu waa hedduuf siif hin mijjanne taha,waa hedduutuu sitti gufuu tahee jira taha Rakkoon kun tarii maatiin wal qabata taha. Maatii hiyyeeysa maatii dhabaa irraa waan dhalatteef tahuu mala. Humaa miti yeroo qabda ta'abi carraaqi dafqa buufadhu ilmaan sirraa argamuuf akka dabru taasisi.

Abadan abadan rakkoon sirra ture ilmaan keetti taruu hin qabu. Harka marattee teeysee hawwuu qofaaniis wanti sirraa dabru hin jiru. Waan amma keeysa jirtu kana seenaa gootee odeeysitaatii imala keef tarkaanfii jalqabi.



@JECHOOTAHAYYOOTA
Yaa nu'ii yaa jaranaa
maal hin taane barana...
kokkeedhaan harma jenne
Dhoqqeedhaan damma jenne
Birbirsaan ceekaa jenne
Gowwaadhaan beekaa jenne
Dhama ituttuudhaan waamne
Gingilchaatis ergaa dhaamne
~
Barrishee bara miti,
Bara hantuuta nyaatani
Bara abjuun maraatani
Bara akka galagaltoo
kan lilmoon gaanii dhoosu
Kan namni madaa fayyisa jedhan
Madaa naamatti qoosu
Bara ammeessi sangaa
Bara firri alagaa
~
@harargetub
@harargetub
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Abđeta Øbborra)
#Odeeffannoo_barattoota_kutaa_12ffaattif

Barattoota gara Yuunivarsiitii deemtan hundaf

Yuunivarsiitiiwwan hundii barattoota haara guyyaa 2 booda waamicha taasisaaf. Jechuunis gaafa guyyaa 30 booda. Hangaa ammatti waanti hin waamnef ministeera sayinsii fi barnoota olaanoo ebla 30 booda barattoota haara ramadaman waamu eegala waan jadheef dha.

Kanaaf barattoonni ammuma kaassattini qophii akka eegaltan jenna. Qophiifi guyyoonni laataman muraasa waan ta'anif akka hin rakkanneef amma kaastani akka jalqabdan ammaa akka jalqabdan.


#Share #Share 🙏


Odeeffannoo dabalataaf
⚡️⚡️ @OROMOTOO ⚡️⚡️
⚡️⚡️ @OROMOTOO⚡️⚡️
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (I ªM Qëëřřōō)
Maalo Oromoo tiyya subscribe nuuf godhuudhan nuu jajabessaa isinin jenna.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Baga gammadani baga gamnee!!!

Waaroota channel beeysiifachuu barbaddan hundaaf channel keessaa gatti maddalawwaadhaan kan issiinf hojjannu ta'a.

Kanaafuu warrooni #Creator tataan hundaaf waamichaa goonaa namni channel gattii maddalawwan beeysifachuu barbaddan hundii keessaan kara @ABDETUOR naan gahu danddeetu.

Akkasuma Namoon Channel Bittachu barbadaan hundaaf Channel Missensa

Memabrsa 5k
Memabrsa 1k

Waan qabnuuf akka dafttaanii Nuu qunamattaan Waamichaa goona.


Channel keessaan yeroo dhihoot hordoftoota bayyee issiinf argatta.

@ABDETUOR
@ABDETUOR
@ABDETUOR quunama.
#Point

Yuunivarsiitiiwwan hundii Caamsaa 20 hangaa Waxabajjii 10 tti akka cuufaman murtaa’era.

Mirkana'ee jira.


Odeeffannoo dabalataaf
⚡️⚡️ @OROMOTOO⚡️⚡️
⚡️⚡️ @OROMOTOO⚡️⚡️
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Nama tokko gargaarun addunyaa guutu jijiruu dhabuu dandaa. Garuu nama tokkoof addunyaa isaa jijjiruu dandaa!!"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2024/09/30 19:29:48
Back to Top
HTML Embed Code: