#SiyaasaaItoophiyaa
Aanga'oonni Kongrasii Federaalawaa Oromoo (KFO)fi Paartiin Dimookraasii Dhugaaf (Baaldaraas) haala qabatamaa amma jiruun gara filannootti seenuun nu yaaddeessa jedhan.
Itti gaafatamaan Waajjira KFO Obbo Xirunaa Gamtaa, aanga'oonni paartii keenyaa olaanoo hanga jidduu galaa hidhamunsaaniifi haalli qabatamaan jiru qophii filannoof taasifnu rakkiisaa taasisa jechuun dubbatan.
Haaluma walfakkaatunis Ittigaafatamaan Biiroo Paartii Baaldaraas Obbo Galataa Zallaqaa, aanga'oonni paartichaa beellama mana murtii dheerate irratti akka argaman himuun; filannoon itti galluu baayyee nu yaaddeessa jedhaniiru
Gabaasa guutuu:👉 https://bit.ly/37PP7ep
Maddi: BBC
@infosanews

የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ዝግጅት !
የትምህርት ሚኒስቴር ሚኒስትር ዴኤታ ዶ/ር ገረመው ሁሉቃ ከኢ.ፒ.ድ ጋር በነበራቸው ቆይታ የሀገር አቀፉን የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተናን በተመለከተ ተከታዮቹን ነጥቦች አንስተዋል ፦
• በ2012 ዓ.ም የትምህርት ዘመን በኮሮና ምክንያት ፈተና ያልወሰዱ በአጠቃላይ 450 ሺህ የሚሆኑ የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች ዘንድሮ ፈተና ይወስዳሉ።
• ለፈተናው ብቻ የሚውል ቪሳት ሌሎች አጋዥ መሳሪያዎች ተገዝተው 1 ሺህ 184 ፈተና ጣቢያዎች ተቋቁመዋል።
• ለ270 ቴክኒሻኖች ስልጠና ተሰጥቷል።
• ለፈታኝ መምህራን 12ሺህ ላፕቶፖች ተዘጋጀቷል።
• 2 ትልልቅ ሰርቨሮችም በተገቢ ቦታ ላይ በመትከል ተማሪዎች እንዲለማመዱ ከ2008 እስከ 2011 ዓ.ም የተሰጡት የ12ኛ ክፍል ፈተናዎችም እዚያው ላይ ተጭነዋል።
• በትምህርት ሚኒስትሩ ዶ/ር ኢ/ር ጌታሁን መኩሪያ አማካኝነት በእርዳታ የተገኙ 450 ሺህ ታብሌቶች እስከ ታኅሣሥ 30 ቀን 2013 ዓ/ም ወደ አገር ውስጥ ገብተው ለፈተናው ይውላሉ።
• ፈተናውም ጥር 30 የሚጠናቀቅ ይሆናል።

#Grade12NationalExam
Deetaa minsteerri minsteera barnootaa Dr/ Garammow Hulluuqaa, Turtii ኢ.ፒ.ድ waliin godhaniin, waa'ee qormaata kutaa 12ffaa ilaalchisee qabxiilee gadii kana kaasan.
bara barnootaa 2012 keessa sababaa covid-19, baratoonni kuma 450 tahan qormaata osoo hin fudhatani turan bara kana qorumsicha ni fudhatu.
Qorumsicha qofaaf kan tajaajilu visat dabalatee, meeshaaleen biroo kan qormaatichaaf oolan bitamuun, iddoowwan qorumsi itti kennamus 1184 dhaabbataniiru.
-Teeknishaanota 270 leenjiin kennameera.
- barsiisota qormaata laataniif laaptooppiin kumni 12 qophaa'e jira.
- Saarvaroonni gurguddoon lama iddoo murteessaa irratti dhaabbachuudhaan, baratoonni akka shaakalaniif bara 2008 kaasee hanga 2011 qorumsoonni kennamanii turan irratti fe'amaniiru.
-Qarqaarsa karaa Ministeera barnootaa Dr/Enj/Geetahun Mokraan argameen, Taableetonni kuma 450 hanga muddee 30/2013tti biyya galuun qormaataaf ni oolu.
#Qormaatichi Amajjii/ጥር 30 kan xumuuramu ta'a.jechuudhan #tikvahEth gabaase.

Ibsaa Birroon barnoota har'a basee ilalen jirra ibsaa kan irratti Birroon barnoota Qormaanni seensa sadarkaa olaanaa amajjii 30 akka xummuramu ibse jirra haa ta'u garuu dhimaa barattoota naannoo Oromiyaa godina Wallagga fi naannoo tigraayi wantii ini jedhee hin jiruu kun immoo rakkoo qabba sababiinsaas iddoowwan kanneen keessatti Networkiin hin jiruu turee yeroo dheeraaf godina Wallagga keessa ammallee hin jiruu Barattootni naannoo kana jiratan akka barattoota naannoo Networkiin jiruu waliin wal Qixaa Qormaata biyyoolessaa fudhataani qabxii wal qixxee ta'een madalamu jechuun rakkisaa dhaa. Qaamni dhimmi kun ilallaatuu furmaata ka'uu qaba jenaa .
@infosanews
@infosanewsbot
@infosanews
@infosanewsbot
.......Ityoophiyaan rakkoo naannoo daangaa Sudaan waliin uumame karaa nagaan furuuf tattaaffii eegalte cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsame jirra
...........Ityoophiyaan rakkoo naannoo daangaa Sudaan waliin uumame karaa nagaan furuuf tattaaffii eegalte cimsitee kan itti fuftu ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin himan.
.......Rakkoon naannoo daangaa Ityoophiyaa fi Sudaan gidduutti uumamee ture yeroo ammaa hanga tokko tasgabba’uus Ityoophiyaan rakkicha furuuf tattaaffii taasiftu cimsitee kan itti fuftu ta'u himee .
......... humni waraanaa Sudan danga ethiopia cee'uun tarkaanfii fudhachuu irraa akka of Qussattan kan dhaamman Ambaasaaddar Diinaa Muftiin rakkoowwan uumaman kara nagaan akka furmaata argatu jechuun sooda yoo itti fakkatee dogoggorani jiruu Jedhee Ambaasaaddar Diinaa Muftiin
... Humnii raayyaa ittisaa biyya Ethiopia danga biyyaa eguuf sa'a 24 Qapha'aa ta'ee akka jiruu dubbatu Ambaasaaddar Diinaa Muftiin.
... Qaamni nageenyaa Ethiopia hin barbaane abdii akka kuttan dhameefi jiraa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin.

INFOSA News
Photo
የኢትዮጵያ ጦር ማንኛውም አይነት ጥቃት ለመመከት 24 ሰዓት በተጠንቀቅ ላይ እንደሚገኝ አምባሳደር ዲና ሙፍቲ ተናገሩ።
አምባሳደሩ ይህን ያሉት ETHIO FM 107.8 ጣቢያ ሱዳን የኢትዮጵያን ድንበር በመጣስ ምዕራብ ጎንደር አካባቢ እያደረሰች ስላለው ጥፋት ተጠይቀው በሰጡት ምላሽ ነው።
አምባሳደር ዲና ፥ የሱዳን ኃይል የኢትዮጵያን ድንበር ጥሶ በመግባት በርካታ ህገወጥ ድርጊቶችን መፈፀሙን ተናግረዋል።
ይህም "የሀገር መከላከያ ሰራዊት በትግራይ ክልል እያደረገ ያለዉን የህግ ማስከበር ተልዕኮ እንደ ክፍተት ተጠቅመዉ ኢትዮጵያን እና ሱዳንን ወደ ግጭት እንዲያመሩ ከከሚፈልጉ ሃይሎች የመነጨ ነዉ" ብለዋል፡፡
ኢትዮጵያ ሉኣላዊነቷን ለማስጠበቅ ዝግጁ መሆኗን ያረጋገጡት አምባሳደር ዲና ፥ "ችግሩን በሰላማዊ መንገድ እንፈታለን ስንል ፍርሃት ከመሰላቸዉ ተሳስተዋል ፤ ማንኛዉንም ጥቃት ለመመከት የፀጥታ ሃይሉ 24 ሰዓት በተጠንቀቅ ላይ ይገኛል” ብለዋል፡፡
አምባሳደሩ ፥ "የኢትዮጵያን ዉድቀት፣ የኢትዮጵያን ችግር፣ የኢትዮጵያን ውጥንቅጥነት የሚመኙ ወገኖች ካሉ ተስፋ ቢቆርጡ ነው የሚሻላቸው ፥ ይህ የሚሳካ አይደለም " ሲሉ ተደምጠዋል።
የኢትዮጵያን ውድቀት የሚመኙ ሀገራት መኖራቸዉን የሚገልፁት አምባሳደር ዲና ፥ ኢትዮጵያ በነጻነቷ ከመጡባት ማንንም እንደማትምር ከታሪካችን መረዳት ይኖርባቸዋል ብለዋል።
የሱዳን ህዝብ እና የሱዳን መንግስት ከሚጎትታቸዉ ሃይል እራሳቸውን እንዲቆጥቡም አምባሳደር ዲና ሙፍቲ አሳስበዋል፡፡ #EthioFM
@infosanews @infosanewsbot

.........Manni maree naannoo Beenishaangul Gumuuz miseensoota mana marichaa 4 mirga himatamuu dhabuu isaanii kaase
........Manni maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz yaa’ii ariifachiisaa 6ffa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa har’a gaggeesseen miseensoota mana maricha 4 mirga himatamuu dhabuu isaanii kaaseera.
.........Miseensonni mirgi himatamuu dhabuu isaanii ka’ees
1. Obbo Adiigoo Amaasaay
2. Obbo Shifarraaw Caliiboo
3. Obbo Girmaa Maanii fi
4. Obbo Araggaa Baalbiid

.........Itoophiyaattii roorrifamuun gaazexessitootaa akkaan na yaaddesseera' jedhe Tiboor Naagiy.
..........Waajira Haajaa Alaafi hariiroo idila addunyaa US'tti (USdepartment of state) Barreessaa itti aanaa dhimmoota Afrikaa kan ta'an Tiiboor Naagiy ''Itoophiyaatti gabaasa roorrisni
gaaxesessitootarra gahuu itti fufuu ibsuun akkaan yaaddahera jedhan.
......Walabummaan Pireesii hawaasa Dimookraasiin buluuf bu'uura akka ta'e ibsanii, ejjennoon mootummaan isaanii kabajamuu walabummaa miidiyaaf qabu kan hin raafamne akka ta'e ibsan.
..........Tiboor, ergaa twiitaraa kana duukaa ibsa dhaabbatni tajaajila oduu Rooyitarsi ogeessi Kaameerisaa Kumarraa Gammachuu Finfinneetti hidhamuu balaaleffachuun baasee qoodaniiru.

Walissan #Sinishawa_muleta Dibbeen Gurra issa yeroo artistin Haaccaalun Boqotte Reebicha poolisiin irraan gaheen miidhamee waan jiruuf Hospitaala galuun ''Sarjeeri ''ta'ee jira jedhuu mattin Walissa Sinishawa muleta.
.....Walisan beekkamaan Sinishawa muleta barreessaa walaloo sirbaa artisti Haaccaalu hundeessaa" jiraa jirra "jedhuu fi sirba issa heedu namatii toluu "of eegi yaa goota koo" jedhuun beekamaa .

Ji'a jahan har'aa kan ajjeefame Art. Haacaaluu Hundeessaa, namoota bebbeekamoo ardii Afrikaa bara 2020 keessa duuti isaanii dhiibbaa guddaa uume keessaa tokko.
Dheekkamsaa fi hokkora ajjeefamuu isaa hordofee dhalateen namootni 160 ta'an du'aniiru.
Jawaar Mohaammad dabalatee hoogganoonni dhaabbilee mormituu hedduunis shororkeessummaafi kaaniin himatamanii hidhamaniiru
Mallattoo qabsoo waggoota dhufaatii MM Abiy Ahimad dura turanii kan ta'eefi mirga Oromoof weelluu, geerarsa fi hidhamuunis qabsaa'aa kan ture Art. Haacaaluu Hundeessaa ajjeefamuun isaa qalbii jaallattootaan yaadatama.
@Infosanews

#Walloo
.........Weerarri Kaaba Oromiyaa Wallotti jiraattota nagayaarratti
banamee jiru cimee itti fufee jiraachuu maddeen gabaasan.
...........Aanaa Baatee iddoo Sanqallee jedhamutti Halkan edaa saa’aatii 2 irraa hanga 4tti qaamonni hidhatan Kara naannoo Affaar irraan daangaa cabsanii dhufuun manneen jiraattotaa 20 ol tahan barbadeessanii jiru jechuun jiraataan naannichaa tokko himee jira.
..........Humnoonni kunneen meshaa adda addaa qabatanii miidhaa geessisaa jiran kan jedhu jiraataan kun ummanni keenya garuu harka qullaa osoo qophii homaatuun qabaatin qabeenyi isaanii barbadaa’uudhaan dararaa hamaa keessummeessa jiran
jechuun dubbata.
............Dhukkaasni humnoota kanneenin ummatarratti baname itti fufee jiraachuu madda kanarraa kan mirkaneeffanne yoo tahu,
hanga oduu kana qindeessinetti gama lubbuu namaatiin
miidhaan dhaqqabe hin baramne.
...........Mootummaan biyya bulchaa jiru weerara ummaticharratti baname kana Hattataman dhabsisuu qaba , sabaaf sablammii biyyattii wal nyaachisuuf shira xaxamaa jiru Qolaachuuf mootummaan hojjachuu qaba jechuun jiraataan kun dubbateera.

........Mootummaan Shirraa Miidiyaalee Sagalee Oromoo
ta’an ukkaamsuuf jecha Miidiyaalee Sagalee Oromoo saatalaayitii Itiyoophiyaa irratti akka hin dabarree taasisaa jiru kun gara kamiinuu fudhatama hin qabu jechuun qeerroowwan Baha ororomiyaa OMNii yaada laatan.
.......Midiyaalee sagalee ummataa tahuun qabsoo waggoota jahan darban taasifamaa ture keessatti shoora olaanaa taphataa turan keessa OMN tokko tahuu eeruun Motummaan sagaleen
ummata Oromoo akka hin dhagahamneef jecha OMN "
Etiosaatalaayitii irratti akka hin dabareef kan shira xaxaa jiru
jechuun jiraataan magaalaa Awwadaay kan ogummaa kanatti dhiheenya qabu tokko bilbilaan OMN 'tti hime.
.........Sadarkaa mootummaan kun hardha irraa geettee
kanaaf Miidiyaa OMN gahee guddaa taphataa ture kan jedhuu maddi kun, bara mootumma wayyaanes yeroo hedduuf qilleensarraa buusuuf yaalanis osoo hin milkaayiniif akka hafee himee jirraa .
..... Miidiyalleen akka OMN jijjirama kan fiduu keessatti shoora guddaa tabate kan Etiosstliytin hin dabaree shira xaxamaa jiruu kan Motummaan itti xiyyeeffatu qaba jedhee .