.............Godina Harargee Lixaa Aanaa Gammachiis Magaalaa Qunneetti guyyoota lama dura humnoonni tikaa mootummaa barataa yunivarsiitii Asaamminoo Girmaa jedhamuu sababii tokkoon maleetti rasaasaan akka ajjeesan Miseensota keenya achii jirran irra barame jirra .
.........Barataa Asaamminoo Girmaa ilaalcha Shanee qabda
jedhamuun kan ajjeefame yoo tahu,isa malees Obboleessa
isaa guddaas rukutuun yeroo ammaa Hospitaalaatti kan argamuu tahuu fi haalli fayyaa isaas yaaddessaa tahuu Miseensota keenya irraa mirkanessuu dandeenye jirra.
.......Asaamminoon barnoota isaatiin alatti dhimma Siyaasaa
keessa illee nama seenee hin beeyne yoo tahu, hallela namuma irratti xiyyeeffate irratti raawwatame jedhee ..
.
....Ajjeechaa nama kana irratti raawwatameen wal-qabatee haalli magaalattii keessa jiru yaaddeessaa tahuu jiraataan garasii dubbifne tokko himee jira.
........Dabalataan halkan edaa Waraanni Motummaa dargaggoota nagayaa reebaa akka jiran miseensii keenya nuuf gabaasee jira.
@infosanews

........Dubartiin Itoophiyaa waggaa kudhan dura gara Xaaliyaanitti baqachuun re'oota horsiisuun beekamtuu taate kaleessa galgala kutaa ciisichaa isheetti ajjeefamtee argamuu Imbaasiin Itoophiyaa achi jiru mirkaneesse.
......Akka miidiyaaleen Xaaliyaanii gabaasanitti, namni ajjeechaa isheen shakkamee hojjetaa isheen qaxarteefi hojii ishee gargaarudha.
........Imbaasii Itoophiyaatti hojjetaa dippilomasii ummataa kan ta'an Obbo Dassaalany Mokonniin BBC'tti akka dubbatanitti kaleessa ajjeechaan erga raawwate booda poolisiin qorannoo taasiseen baqataan Aggituutin mindeeffamee ture ajjeechaa raawwatu amaneera.
........Imbaasiin Itoophiyaa magaalaa Room jiru du'a isheetin gadda itti dhagahame fuula fesbuukii isaarratti ibseera.
...........Ajjeechaan isheerratti raawwateen lammiileen Xaaliyaanii tiwiitara gubbaa gadda isaanii ibsaniiru.
......... Qondaalli Itoophiyaas ajjeechaan isheerratti raawwate lammiilee Xaaliyaanii biratti naasuu uumu himan.
Keessumaa isheen baqattoota gargaaruun waan beekamtuuf baqattoota birattii gadda uumuu dubbataniiru.

#AgituGudeta #EthiopiaEmbassyRome
በጣሊያን ውስጥ ከፍየል ወተት በምታዘጋጀው አይብና ለስደተኞች መብት ተቆርቋሪነቷ የምትታወቀው ኢትዮጵያዊቷ ስደተኛ አጊቱ ጉደታ ቤቷ ውስጥ ተገድላ መገኘቷን ፖሊስ ማሳወቁን በጣሊያን የኢትዮጵያ ኤምባሲ ለቢቢሲ አረጋገጠ።
የኤምባሲው ፐብሊክ ዲፕሎማሲ ሠራተኛ የሆኑት አቶ ደሳላኝ መኮንን እንደተናገሩት ትናንት ግድያው ከተፈጸመ በኋላ ፖሊስ ባደረገው ማጣራትና ምርመራ በአጊቱ ተቀጥሮ ይሰራ የነበረ ተጠርጣሪ ስደተኛ ወንጀሉን መፈጸሙን እንዳመነ ገልጸዋል።
በሮም የሚገኘው የኢትዮጵያ ኤምባሲም የአጊቱ ጉደታን ሞት በተመለከተ በፌስቡክ ገጹ ላይ የተሰማውን ጥልቅ ሐዘን ገልጾ፤ ግድያውን በተመለከተም ኤምባሲው ከጣሊያን የውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር ጋር በመሆን በቶሎ ተጣርቶ ይፋ እንዲደረግና ወንጀለኛው ለፍርድ እንዲቀርብ በትኩረት የሚሰራ መሆኑን አመልክቷል።
የአጊቱ ግድያ በኢትዮጵያውያን ዘንድ ብቻ ሳይሆን በጣሊያኖችም ላይ ትልቅ ድንጋጤና ሐዘን የፈጠረ መሆኑን የገለጹት አቶ ደሳለኝ በተለይ በስደት ወደ ጣሊያን የሚመጡ ኢትዮጵያውያንና ሌሎች አፍሪካውያንን በመርዳት ስለምትታወቅ ወንጀሉ በስደተኞች ዘንድ ታላቅ ሐዘንን አስከትሏል ብለዋል።
ፖሊስ እንዳለው አጊቱ ጉደታ ትሬንቲኖ ውስጥ በሚገኘው ፍራሲሎንጎ በተባለው ስፍራ ባለው መኖሪያ ቤቷ ውስጥ ጭንቅላቷ ላይ ጉዳት ደርሶባት አስከሬኗ አግኝቷል።
ምርመራ እያደረገ እንደሆነ የገለጸው ፖሊስ የአጊቱ ጉደታ ሞት ጭንቅላቷ ላይ በመዶሻ በመምታት የተፈጸመ የግድያ ወንጀል ሳይሆን እንዳልቀረ ገልጿል።
ምንጭ፦ ቢቢሲ

INFOSA News
Photo
ድምፃዊ ሃጫሉ ሁንዴሳ አፍሪካ በሞት ያጣቻቸው የተለያዩ ዝነኛ አስር ሰዎችን ቢቢሲ መራርጧል።
.......
በፖለቲካዊ ግጥሞቹ ከፍተኛ ዝናን ያተረፈው ድምፃዊ ሃጫሉ ሁንዴሳ በጥይት ተመትቶ ህይወቱ ያለፈው በዚሁ የፈረንጆች ዓመት ነበር። የእርሱን ሞት ተከትሎም በኦሮሚያ የተለያዩ አካባቢዎች ተቃውሞዎች ተቀስቅሰው ነበር።
.........
ሃጫሉ ሁንዴሳ ተወልዶ ያደገው ከአዲስ አበባ በስተምዕራብ አንድ መቶ ኪሎ ሜትሮች ርቃ በምተገኘው አምቦ ከተማ ውስጥ ነው።
.......
እናቱ ወይዘሮ ጉደቱ ሆራ፣ ሃጫሉ ከልጅነቱ ታሪክን መስማትና የመንገር ዝንባሌውንና ችሎታውን ጠንቅቀው ተረድተውት ስለነበር ከመጀመሪያው አንስቶ ያበረታቱት እንደነበር በተደጋጋሚ ሃጫሉ ያስታውሳል።
.........
አባቱ አቶ ሁንዴሳ ቦንሳ ደግሞ ልጃቸው ሃጫሉ በትምህርቱ ዓለም ገፍቶ ዶክተር ወይም የዩኒቨርሲቲ መምህር እንዲሆንላቸው ከፍተኛ ፍላጎት ነበራቸው .
...........
ሃጫሉ ግን ገና ከልጅነቱ ጀምሮ በፍቅሯ ለወደቀላት ሙዚቃ ነበር መላው ትኩረቱ። በአስራዎቹ እድሜው ላይ እያለ እንኳን የበርካቶችን ስሜት የሚኮረኩሩ ሙዚቃዎችን ይጫወት ነበር።
.................
ሃጫሉ የሁለተኛ ደረጃ ተማሪ ሳለ በ1995 ዓ.ም የ17 ዓመት ታዳጊ እንዳለ ታስሮ አምስት ዓመታትን አምቦ በሚገኘው እስር ቤት አሳልፏል።

..........Namoonni dhaabbilee siyaasaa ABO fi KFO keessatti socho'aniifi kan hokkora ajjeechaa Art. Hacaaluu Hundeessaan booda dhalatee walqabatee hidhaman gariin manni murtii mirgi wabii isaanii akka eegamuuf murteessuus poolisiin isaan gadhiisuu dhabe jechuun abukaatonni isaanii komatan.
..........Mirgi Dr Huseen Kadirif seeraan kenname poolisiin sarbamaa jira jechuun abukaatoon isaanii Obbo Kadir Bulloo himaniiru.
"Namni tokko sa'aa 48 ol ajaja mana murtiin ala hidhamee taa'uu hin qabu" kan jedhan Obbo Kadir Bulloo, "kun mirga seerri kenneef sarbuudha. Poolisiin ajaja mana murtii kabajuu qaba" jedhan.
Manni Murtii Aanaa Magaala Laga Xaafoo Laga Daadhii Sadaasa 16 bara 2013 ture Yunivarsiitii Finfinneetti diinii Kollejjii Barnootaa fi Qorannoo Amalaa kan ta'an Dr. Huseen Kadir wabii qarshii 10,000nin hidhaadhaa akka gadhiifaman kan ajaje.
Haa ta'uu malee, maatin Dr Huseen qarshii mirga wabiif manni murtichaa ajaje qarshii 10,000 kaffalanii ajaja mana murtichaa Komishinii Poolisii Oromiyaatti galchanis Dr Huseen osoo hin gadhiifamin yeroo ji'a tokko olif hidhaa turu abukaatoon isaanii himu.
"Poolisiin ajajni mana murtii erga isa gaheen booda mana murtiif deebii hin kennine. Isillee hin dhiyeessine" jedhan.
Manni Murtii aanaa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii Dr. Huseen kaleessa Mudde 21 bara 2013'tti akka dhiyeessu ajajus poolisiin kaleessas hin dhiyeessine, hidhaarraayis hin hiikne jedhu Obbo Kadir Bulloo.
"Kuni ajajni mana murtii kabajamaa akka hin jirre agarsiisa. Ajajni mana murtii kabajamaa hin jiru jechuun immoo olaantummaan seeraa biyya kana keessatti rakkoo keessa galaa kan jiru fakkaata" jechuunis himan.
"Poolisiin ajaja mana murtii hin kabaju yoo ta'e, ajajni mana murtii yoo hin raawwatamne abdiin nama hidhamee maal akka ta'e kanarraa hubachuun danda'ama. Kanaaf adeemsi kun sirrii natti hin fakkaatu " jedhan.

.........Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa dhiittaawwan mirgoota namoomaa ajjeechaa artiist Haacaaluu Hundeessaa booda guyyoota sadi jiranitti naannoo Oromiyaa keessatti raawwataman ilaalchisee mata duree 'Mootummaan kan jiru hin fakkaatu ture' jedhuun gabaasa baase.
..........Gabaasni kun qorannoo ogeeyyin Komishinichaa kutaalee Oromiyaa garaagaraa iddoowwan 40 ta'anitti adeemsisan of keessatti kan qabate akka ta'e komishinarri komishinichaa Dr Daani'el Baqqala himaniiru.
........Qorannichaan miidhamtoota fi maatii isaanii, namoota dhimmicha ijaan argan, ogeeyyii fayyaa, qaamolee mootummaa, humnootii nageenyaa gaafachuu fi sanadoota garaagaraa walitti qabuun kan qindaa'e akka ta'e himameera.
..........Artiist Haacaalu Hundeessaa guyyaa Wiixataa galgala ALI Waxabajjii 22 bara 2012 Magaalaa Finfinnee naannoo Galaan jedhamuutti itti dhukaafamee ajjeefamunsaa ni yaadatama.
#Argannoowwan_qorannicha_maal jedha?
........Gabaasni Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa "hookkara ajjeechaa artiist Haacaaluu Hundeessaa booda naannoo Oromiyaa iddoowwan garaagaraatti uummameen lubbuun namootaa karaa sukkaneessaa ta'een darbeera, miidhaan qaamaa fi xinsammuu qaqqabeera, qabeenyi manca'eera, akkasumas namoonni qabeenya isaanirraa buqqa'aniiru" jedha.
.......Komishinichi hookkara guyyoota sadeen ajjeechaa artiist Haacaaluu Hundeessaa booda jiranitti namoonni 123 du'uu, yoo xiqqaate namootni 500 qaama miidhamuu, kumaan kan lakka'aman ammoo iddoo jireenyaa isaaniitii buqqa'uu fi qabeenyis manca'uu hima.
.........Namoota lubbuun darbe 123 keessaayis namoonni 35 namoota fi gareewwan hookkaricha keessatti hirmaatanin kan ajjeefaman yoo ta'u, yoo xiqaaate namoonni 76 immoo humnootii mootummaatin ajjeefamuu isaanii gabaasichi himeera.
Dhiittaawwan mirgoota namoomaa humnootii mootummaan raawwataman
.......Tarkaanfii humnootni nageenyaa hookkara uummame dhaabsisuuf fudhatan ilaalchisee komishinichi "rakkoo nageenyaa iddoowwan garaagaraatti uummametti qaamoleen nageenyaa haala lubbuu isaanii aarsaa godhuun kan bobba'an ta'uu isaatin itti gaafatamni isaanii cimaa ta'uu tilmaamuun danda'amus, itti fayyadamni humnaa iddoowwaan garaagaraatti ture madaalawaa ta'uunsaa gaafii guddaa kan kaasudha" jedha.
........Akka fakkeenyaattis Dodolaa, Adaamaa, Burraayyuu, Amboo fi Awwadaayitti "namoonni qaamolee nageenyaa mootummaan mataa, adda, lapheefi dugdi isaanii rasaaasaan rukkutamee ajjeefaman ni jiru" jedha gabaasichi.
........ Miidhamtoota keessaayis namoonni hiriira keessa hin turre, kunneen balbala mana jireenyaa isaaniirratti ajjeefaman, jaarsoliin waldhabdee dargaggoota fi poolisii gidduutti ummame furuuf gidduu kan seenan, namoonni dhukkuba sammuu qaban fi daa'imman akka jiran komishinichi himeera.
........Iddoowwan muraasa kan akka Amboo fi Ginciitti namoonni gareen ijaarramanii meeshaa waraanaan qaamolee nageenyaa ajjeesan fi miidhan akka jiranis gabaasichaan himameera.
.......Haa ta'u malee iddoowwan baay'eetti humnootin mootummaa meeshalee miidhaa salphaa qaqqabsiisanirra meeshaalee lubbuu namaa balleessan fayyadamuu isaanii gabaasichi himeera.

...............Olaantummaa seeraa Matakkalitti fudhatamaa jiruun humnoonni hidhatan harka kennataniiru
***
Naannoo Beenishaanuul Gumuuz godina Matakkalitti tarkaanfii olaantummaa seeraa fudhatamaa jiruun humnoonni hidhatanii socho’aan hedduun qaamolee nageenyaatti harka kennachaa jiraachuu Koreen Humna Qindaa’aa Ministiraa Muummeen Doktar Abiyyi Ahmadin hundaa’e beeksise.
..........Damee tasgabbiifi olaantummaa Seeraa kabachiisuu kan hogganaan Leetenaal Jeneraal Asiraat Denneeroo humni badii godina Matakkal aanaa Bulaniifi Qojjiitti lammiilee nagaa ajjeesuun, qabeenyaa saamuufi gubuun gocha gara jabinaa raawwachuu beeksisaniiru.
........Olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hojii tibba kana
hojjetameen humnoonni hidhatanii socho’an harka laachuu ibsaniiru.
.........Lammiileen haleellaa qaqqabaa turee sodaachuu qe’eefi qabeenyaasaaniirra buqa’anii turan naannichaatti nagaan bu’uusaatin gara jireenyaasaaniitti akka deebi’an taasifameera.
.........Sadarkaa ministiraatti qindeessaan giddugala ijaarsa sirna dimookiraasiifi dursaan siyaasa komandi poostiifi marii ummata Obbo Tasfaayee Beljigee, hojiin garee hidhattoota lammiilee nagaarratti haleellaa raawwatan adamsuu itti fufeera jedhan.
...........Hoggantoota itti gaafatamuummaasaanii seeraan hin baaneefi haleellicha qindeessuufi hogganuun shakkaman tarkaanfiin seeraafi siyaasaa irratti fudhatamuus himaniiru.
.........Rakkoo umamee waaraan furuuf koreen hundaa’e hawaasaa naannichaa waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
...........Lammiilee qe’eefi qabeenyaasaaniirra buqqa’aniif deeggarsa namummaa qaqqabsiisuufi gara jireenyaasaaniitti deebisuuf
hojiin hojjetamu cimee itti fufa jedhaniiru.
Maddi:-TOI

..........Magaalaa Naqamteetti Waldaa Amantii Kiristaanaa kan
Waldaa Araaraa Waaqayyoo jedhamuun beekamurratti hidhattoonni Motumma dhukaasa bananii namoota hedduu miidhuun gabaafame.
.........Har'a barii Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti kan argamu Waldaa Araara Waaqayyoo jedhamu
fuulduratti,miseensota waldichatti seenuuf hiriiranii jiranirratti dhukaasa Poolisiin Humna Addaa Oromiyaa baneen namoota 7 olitti tilmaaman irra miidhaan qaamaa ga'uu miseensi
waldichaa miseensi keenya nuttii himeera.
......'Waldaan Araaraa Waaqayyoo Addunyaa' jedhamu kun torbaanitti yeroo adda addaa sagantaa kadhataa namoota adda addaaf ni taasisa.
....... Hordoftoonni amantaa kiristaanaas biyya addaafi bakka adda addaati waldichattu ni argamu, guyyaa tokkotti namoota kumaatamaan lakka'amantu bakka sana dhufa" kan jedhu miseensi Waldaa sanaa nuuti dubbisinee, har'a barii garuu waan kana dura mullatee hin beeknetu Waldichatti mudate jedha.
........."Lafa barii tilmaamaan sa'a 10-11tti yeroo ta'u, akkuma yeroo kaanii hordoftoonni dhufanii waldichatti seenuuf hiriira qabatanii turan jedhee .
....... ..Namoonni gariin ol seenaniiru,gariin ammoo ol seenuuf hiriirarra jiru Kana gidduutti dhukaasni dhaga'ame Dhukaasni kun maalif akka baname garuu amma yoona adda hin baafatinan jira"jechuun kan dubbatu namni kun,dura yeroo dhukaasni banametti samiitti ol qabanii dhukaasaa waan turaniif namoonni rifatanii bakkicha baqachuu akka eegalan dubbata.
..........Yeroo fiigan sanatti"namoonni hedduun walirra ejjetanii wal miidhaniiru. Uffannaan,kophee fi meeshaaleen adda addaa lafatti kufee amma dhihoo funaamaa ture"jechuu haalicha hima.
............"Ergasii as garuu poolisiin humna addaa kun Dhukaasa marsaa lammataa bananii, namoota haalli tasgabbaa'era jechuun bakkichatti deebi'an irra miidhaa geessisuu ijan kiyyaanan arge"jechuun poolisoonni uummatatti gad qabanii dhukaasuudhaan
namootni gariin miillarra,harkarraafi bakka biraa rukutamuu ijaan arguusaa hima namni kun Namoonni rasaasaan miidhaman gara mana yaalaatti geeffamuun waldhaansa argachaa jiraachuu dubbata.
..........OMM dhimma kana qulqulleeffachuuf ogeessa Fayyaa Hospitaala Riferaala Naqamtee bilblaan dubbisee ture.Ogeessi kun sagalee kennuuf hayyamama akka hin taane himuudhaan,dhimmichi dhugaa ta'uu mirkaneesse"Hanga ammaatti nama ajjeefame arguu baatus, namoonni 10 ol ta'an miidhamanii Hospitaala keenyatti waldhaansa argachaa jiru" jechuun hima jedhee OMN.
......Jiraataan magaalaa Naqamtee kan biraan ammoo yaada miseensa waldichaa dubbisneen wal fakkaatu nuf kennee jira.

#AlNejashiMosque
ከትላንት ምሽት ጀምሮ በማህበራዊ ሚዲያ ላይ በትግራይ ክልል ባለው ታሪካዊው የአል ነጃሺ መስጊድ ላይ የደረሰውን ጉዳት የሚያሳዩ ፎቶች እየተዘዋወሩ ይገኛሉ።
በመስጊዱ ላይ ጉዳት የደረሰው በትግራይ ክልል በነበረው ጦርነት ወቅት ጥቃት ተፈፅሞበት እንደሆነ የተለያዩ ወገኖች ይገልፃሉ።
ይህ ጉዳይ ከተነገረ ሰንበትበት ቢልም በትግራይ ክልል ባለው ሙሉ በሙሉ የግንኙነት መቋረጥ፣ የትራንስፖርት አለመኖር ምክንያት በክልሉ ያሉ መረጃዎችን ከገለልተኛ አካላት ማጣራት የሚችልበት ሁኔታ አልተፈጠረም።
አሁን ላይ የትራንስፖርት መጀመር በአንዳንድ ቦታዎች ላይም የስልክ ግንኙነት ዳግም መጀመር ከዚህ ቀደም በሚዲያ ይፋ ያልወጡ ጉዳዮች በፎቶ ማስረጃ እየወጡ ይገኛሉ፤ የአል ነጃሺ መስጊድ ጉዳይም አንዱ ነው።
በአል ነጃሺ መስጊድ ላይ የደረሰው ጉዳት በፎቶ ከተሰራጨ በኃላ በርካታ የእምነቱ ተከታዮች፣ መምህራን በማህበራዊ ሚዲያዎች ላይ ድርጊቱን እያወገዙት ይገኛሉ።
በየትኛውም የፖለቲካ ልዩነት እና ግጭት የእምነት ቦታዎችን ኢላማ ማድረግ በየትኛውም መስፈርት ወንጀል እና ፈፅሞ ተቀባይነት የሌለው ድርጊት መሆኑንም ገልፀዋል።
የሚመለከተው አካል በአል ነጃሺ መስጊድ እና በውስጥ ባሉት ቅርሶች ላይ ስለደረሰው ጉዳት ዝርዝርና ግልፅ መረጃ እንዲሰጥም እየወተወቱና እያሳሰቡ ይገኛሉ።
እስከዛሬ ድረስ የትኛውም የመንግስት አካል በጉዳዩ ላይ የሰጠው ማብራሪያ የለም።
@infosanews
@infosanewsbot

#Al_Najaashi
.......Masjiida seena qabeessa Al-Najaashi irratti miidhaan akka irra gahe kaleessa eegale miidiyaa hawaasummaa irratti ijoo dubbii ta'eera.
.......... Masjiidni kun Naannoo Tigraay,magaala Wuqirootti kan argamu yoo ta'u sababa waraana naannoo Tigraay keessatti adeemsifamaa tureen miidhaan akka irra gahe bifa surraan deeggarame ibsameera.
...... Akkuma beekamu seera fi heera biyyaa kammiyyuu keessatti yeroo waldhabbii siyaasaa uummame warannii eggalee iddoowwan mana ammamtaa irratti hallela raawwachuun dhorkaa dhaa
....... Kanuumman wal Qabatee hordoftooni ammantichaa beekkamoon gochaa kan social midea irratti balaaleffatanii jiruu .
........Haata'u malee hanga ammaatti qaamolee lamaan waraanarra turan keessa qaama kamiin akka miidhaan irra gahe ifatti hin beekamne.

#ETHIOPIA
Itoophiyaatti bara 2013 baatii Muddee keessa qofa magaalota adda addaa keessatti balaawwan ibiddaa hedduun qaqqabeera.
Balaan ibiddaa kun baatii Muddee kana qofa kutaalee biyyattii garaagaraatti qaqqabeera.
Isaaniis:
- Yuunivarsitii Haramaayaa
- Magaalaa Buraayyuu
- Walaayittaa Sooddoo-Gabaa Markaatoo
- Magaalaa Baahirdaar
- Magaalaa Jigjigaa
- Walloo Kibbaa aanaa Maqdalaa
- Godina Halaabaa
- Godina Hadiyyaa
- Godina Lixa Oomoo
- Dabira Maarqoos
* Sababa kanaanis qabeenyi birrii miiliyoona hedduutti tilmaamamu barbadaa’eera jechuun BBC'n ibseera.

.......Godina wallagga lixaa Aanaa Najjoo keessatti waraanni mootummaa qonnaan bultoota nagayaarratti ajjeechaa suukanneessaa raawwachuu maddeen gabaasan.
.............Maddi keenya naannicharraa odeessa nuuf kenne tokko akka ibsetti waraanni maqaa sakatta'iinsa WBO jedhuun gama Lixa Oromiyaatti bobbaafame Aanaa Najjoo ganda kutaallaa Haroo jedhamu keessatti qonnaan bultoota nagayaatti rasaasa roobsuun lubbuun nama sadii battalumatti ajjeefamuu nutti himeera.
Namoonni ajjeefaman
1.Dabalaa Ayyalaa
2.Haayilee Eebbisaa Biduu fi
3.Asfawuu Jaallataa Ayyanaa kan jedhaman tahuun gabaafameera.
.............Sadan isaanituu Abbaa maatii yoo ta'an sababa tokko malee qee'eefi maatii isaanii giddutti haala sukanneessaan ajjeefamaniiru jedhee miseensii keenya garssii.